Christianity is Life......
524 subscribers
229 photos
23 videos
10 files
224 links
Christianity is Life is an
Exclusive Global Channel for Powerful , Inspiring, Motivational Messages for
Mindset for Excellence
God loves dreamers!!!
Download Telegram
Forwarded from Abraham Tufa
Yeroo jalqabuu, bifa kanaan ture. 🙏
Ijaarsi bufaata lallabaa Ganda Jogolaa Arifaata eegalame abdii fi amantii guddaadhaan.
Forwarded from Abdi Merga
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Abraham Tufa
Arsaan hojii ijaarsaa bufaata lallabaa Ganda Jogolaa Arifaata kanaaf kaffalame akka suuraan armaan olii agarsiisutti ta’eera. 🙏✨
Bufaanni lallabaa ijaarameera; hanga ammaatti guutumaan guutuutti hin xumuramne ta’us, guyyaa tokkoo dhumee ijaan ni argina.
Kun hojii Waaqayyoo fi gumaacha miseensotaa yeroo dheeraaf itti fufaa jiru agarsiisa.
Kottaa, waliinis taanee Waaqayyoon hojii guddaa kanaaf haa galateeffannu;
abdii, amantii fi gammachuu waliif haa dabarsinu! ⛪💛
Forwarded from Abraham Tufa
Har’a sadarkaa gaarii irra geenyeerra; bor immoo guutumaan guutuutti xumuramee ijaan ni argina.
Hojii Waaqayyoo yeroo hunda tarkaanfii tokkoon tarkaanfii tokkoon fuuldura ni deema. ⛪✨
Forwarded from Abraham Tufa
Beeksisa
Sagaantaan kadhataa fi hojii Wangeela guddaan
Gandaa Sharaa Dibaandibaa,
iddoo addaa Safaaraa (Caarii) keessatti,
torbanitti guyyaa tokko,
guyyaa Roobii,
sa’aatii boodaa sa’aatii 9 irraa jalqabee,
yeroo hundaa jalqabamuu isaa kabajaan isiin beeksifna. 🙏
Kabajamoo maatii ijoollee Waaqayyoo,
Lubni keenya fi Jaarsoliin Waldaa Mekaana Yesus Dibaandibaa hojii guddaa hojjechaa jiru. Hojiin ijaarsa waldaa immoo bifa adda taʼeen, abdii fi jajjabina guutuun itti fufaa jira.
Kanaafuu, hirmaannaan keessan akka caalaatti jabaatu kabajaan isin waamna. Tokkummaan, kadhannaa fi gumaachaan keenya bifa addaa ta'een ittii fufu qaba. Waaqayyo Gooftaan nu wajjin jira; hojii jalqabe ofumaan ni xumura.
👉 Waldaan Mekaana Yesus Dibaandibaa yeroo dhihoo keessatti ijaaramee ni argina.
Forwarded from Abraham Tufa
Beeksisa  📣
Lubni keenya Abdii tajaajila wangeelaa fi afuuraa qulqulluu kalaattii maraan balʼisaa jira.
Kara Facebook, Telegram fi TikTok bifa balʼinaan hojjechaa jira.
Akkasumas tajaajila addaa YouTube – Abdi Merga Official Tube jalqabee hojii guddaa waliin dhufaa jira.
👉 Subscribe gochuun deggeraa, qooduunis namoota biraa biraan gahaa! 🙌

https://youtube.com/@oolchaaofficialtube3107?si=V6JthSMUhdzpk8Iz
Forwarded from Abdi Merga
Nagan waqayyo issinif haa bayyatu namonii bayyeen kessan galcha jirtu garu nagahe nu erga pls issin ebisnaa waqayyo inni issin mana isaa ijaraa jirtan kun mana kessaan bulto kessan jiranyaa kessaan haa ijaruuu Ebifamtanituu
Forwarded from Abdi Merga
Hara wan Haraa qabnaa namoonii galchaa jirtan Ebifamtanituu
Nagahee ittin galchitaan nuf ergaa issin Ebisnaa Ebifamtanituu
Forwarded from Abdi Merga
WWWMYESUS DIBANDIBA
NI IJAARAMA!
COOPERATIVE BANK OF OROMIA
1035100028958
Forwarded from Abdi Merga
5500
IJAARSA WALDAA WWWM YESUS DIBANDIBAATIF
Barsisaa, Abbaa dhaaloota,
Tajajilaa fi Jarsaa walda kenyaa
B/r Tayyee Birahanuu fi Matin kessaan
Gumaacha ijaarsaa mana waqayyof biri 5500 kenitanin fakkenyaa amanti fi jaalala hojii waqayyo taataniittu,
Waaqayyo hojii harka keessan haa ebbisu, Jirenyaa kessaan nagaa fi badhaadhinaan haa guutu, Ebifamtanituu