Hojii Online
4.6K subscribers
651 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
✈️InterLink Exchanjii Guddicha Addunyaa Hojjaadha.

➫Project reefu jalqabeedha.
➫Karoorri isaanii Billion 1 Gahuudhaan Exchajjii guddaa Uumudha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.

🫳Wantoota Argannu.

1. Revenue Sharing: Dollar 50 ol arganna.( T2 )
2. Daily Task: Hanga Dollar $50 ti.
3. Monthly Reward: 10,000
$ITLG mo'achuu dandeessu.
4. Carra dowwaanna office California, VISA fi passport ni fudhattuu.
5. Hordoftoota isaa keessattii beekamtii ykn  Badge ni kena.

Kanaaf Maal gochuu qabna.
1. Ambassador Ta'uu qabdu. Kana jechuun Appicha qabaachuun dirqaama.
2. Wantii barbaachisu homtuu hin jiru, leenjii guyyaa 7 qofa, jechuun billisaa garuu Social media qabaachuun dirqaama.
➫Twitter or Facebook Fff
3. Ani Akka Ethiopia Ambassadorootaf Qabxii kan guutu ta'ee filameera, Please Carraa kanattii fayyadamaa.

Hub
➫Bu'aa kana hunda kan argattan namoota ambassador ta'an qofaadha.
➫Guutummaan guutuuttii Ambassador ni taatuu %100✌️

➫Group kun InterLink qofaadha. kanaaf join godhaati amumma jalqabaa.

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
👏1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
⚡️Gadhiifameeraa Suuuuuuiiiiii

➡️ Fiilmiin C.Ronaldo gadhiifameera namoonni ilaaluu barbaaddan

➡️ Liinkii kanaa gadiitiin JOIN gootanii ilaaluu dandeessu
➡️ Share woliif godhaa

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
➶️ Milkaa'inni ida'ama kufaatiwwanii fi gufuuwwan baay'eeti.
➶️ Milkaa'ina hedduu duuba seenaawwan ajaa'ibsiisoo hanga abdii kutannaa geessisan baay'eetu jiru.
➶️ Kanaafuu,
• Karoora kee karoorsi!
• Kaayyoo kee sirriitti tarreessi!
• Galma kaayyoo keetii adda baasi!
• Tarsiimoo ittiin milkooftu qopheessi!
➶️ Sana booda ati hojii kee hojjadhu! Waaqa irra immoo abdii kaa'adhu! Ni milkoofta.

🎡ʸᵒᵒ ˢⁱᵗᵗⁱ ᵗᵒˡᵉ 👍 & ˢʰᵃʳᵉ♻️
  Join and share

https://t.me/Faana_beekumsaa
https://t.me/Faana_beekumsaa
👍2
Forwarded from Faana beekumsaa
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐦𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐢𝐧

𝑲𝒐𝒓𝒕𝒐𝒐/𝒓𝒊𝒒𝒊𝒄𝒉𝒂 (𝑙𝑎𝑑𝑑𝑒𝑟) 𝑖𝑡𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑚𝑢𝑘𝑎 𝑘𝑜𝑟𝑡𝑢, 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑏𝑏𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑛 𝑑𝑢𝑟𝑎 𝑞𝑢𝑙𝑞𝑢𝑙𝑙𝑖𝑛𝑎 𝑘𝑜𝑝ℎ𝑒𝑒(𝒔𝒉𝒐𝒆𝒔) 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑚𝑖𝑟𝑘𝑎𝑛𝑒𝑒𝑓𝑓𝑎𝑑ℎ𝑢. 𝐾𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑏𝑏𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑒 𝑠𝑎𝑛, 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑏𝑢𝑢𝑡𝑢 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎𝑎𝑛 𝑞𝑎𝑏𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑏𝑢𝑢𝑡𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎'𝑒𝑒𝑓. 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑘𝑒𝑒 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖𝑠, 𝑖𝑑𝑑𝑜𝑜 ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑢𝑓 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑦'𝑒𝑒𝑛 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑎𝑡𝑖 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑡𝑢𝑢, 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑎𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑖𝑛𝑖𝑠 𝑎𝑎𝑟𝑠𝑎𝑎 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑎𝑓𝑓𝑎𝑙𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑗𝑖𝑟𝑢, 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑏𝑜𝑜𝑑𝑎 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑡𝑖𝑖 𝑏𝑎ℎ𝑒𝑒𝑟𝑎 𝑗𝑒𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑔𝑜𝑐ℎ𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝑑𝑎𝑙𝑎𝑔𝑖𝑛. 𝑫𝒂𝒒𝒊𝒊𝒒𝒂𝒂 𝑚𝑢𝑟𝑎𝑎𝑠𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑤𝑎𝑛𝑡𝑖 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑢𝑢 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑟𝑎𝑚𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑎. 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜𝑛 ℎ𝑎𝑟𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑠𝑖 𝑘𝑢𝑓𝑓𝑖𝑠𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑠𝑠𝑖. 𝐺𝑎𝑟𝑔𝑎𝑎𝑟𝑢𝑠 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑡𝑢, ℎ𝑖𝑛 𝑚𝑖𝑖𝑑ℎ𝑖𝑛. 𝐾𝑎𝑎𝑠𝑢𝑢 𝑑𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑑𝑢𝑙𝑙𝑒𝑒, 𝑙𝑎𝑓𝑎𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑖𝑛 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒕𝒊𝒏.

𝐉𝐨𝐢𝐧 and Share

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❤3
✈️InterLink ( Kun isin jala hin darbin )

➫Koota Blockchain haa hojjannu.
➫Kun qarshii baasu isin hin barbaachisu, Appii download gochuu qofan, mine gochuudha.
➫Project reefu jalqabeedha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.
➫Kampanoota, gurguddoo addunyaa kanaan kan deegarameedha.
➫Hanga ambassador ta'uuti nama leenjisaa.
➫Namoonnii barachuu fi hojjachuuf fedha qabdan, amumma join godhaa, wantoota gurguddoo Blockchain,crypto fi Exchange barattu.

➫Hubachisa.
1. Ani akka project InterLinkittii qabxii addunyaa Ethiopia keessa filameera.
2. Namoota hangan barbaadde ambassador gochuus irraa kaasus nan danda'a, Carraa kanattii itti fayyadama, hanga dhumaati isin deegaruuf qophiidha.
3. Karaa ittiin qarshii Ofii keessanii karaa bilbilaa hojjatanii argattan isinitti hima.
4. Group kanarrattii akka garaa keessanitti gaafachuu fi media keessan guddiffachuu ni dandeessu.

➫Group kan join ask any question

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
Forwarded from Faana beekumsaa
.........👇👇👇........
Wanta dursa sirreessuu qabdu adda baafadhu!
.........👆👆👆......
Kutaa jireenya kee isa kami kan dursa sirreessuu qabdu? Hojii hojjechuu qabdu keessaa isa kami kan dursa hojjechuu qabdu? Ittoonillee(waxii) kan mi'aawu wanta dursuu qabu yoo dursitee itti goote qofa. Zayitii itti gochuu osoo qabduu bishaan yoo itti goote ittoo barbaadde san hin argattu.
Hojjechuu qofti gahaa miti, wanta dursa hojjetamuu qabu yoo adda hin baafatiin. Milkaa'inaaf wanti murteessaan wanta dursuu qabu yoo dursa sirreessite dha. Eegaluu keetiin dura kamtu akka dursuu qabu adda baafadhu.
Lafa nagaa oolaa🥰

Share godhaa hirriyoota keessaniif.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
❤2
Forwarded from Faana beekumsaa
Harmee tee nii jaalattaa?
Yoo kan jaalattu ta'e akka isheen siif gammaddu jechoota babbareeda, kabajaa fi jaalala mul'isan itti haasa'i. Jechoonni babbareedan afaan keetii bahan akka dammaa itti mi'aawwa(Sweet) waan ta'eef.

Abbaa kee hoo nii jaalattaa?
Yoo Abbaa kee kan jaalattu ta'e akka inni siif gammadu tuffii tokko malee dubbii isaa dhaggeeffadhu. Yeroo jaalalaan isa dhaggeeffattu kabaja ati isaa qabdutu itti dhagahama waan ta'eef.

Isin Jaallatamtoota 🥰🥰
Halkan Gaarii 🙏🥰

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
👏1
Forwarded from Faana beekumsaa
➫Me Pass jedhama.
1. Ethiopia keessattii biroo guddaa dhengadda banaattee.
2. Yoo namoota 10 share godhatan naannoo dollar 6 ol argattu.
3. Nama tokkoof share yoo gootan 0.1 MEC argatuu, kallattiidha gurgachuu ni dandeessu.
4. Garuu national ID ykn Passport Dhaan verified ta'uun dirqaama. yoo verified hin taane, hin argattanii
5. Hojjadhaa irraa baafadhaa. project baayyee guddaadha.✌️

➫Referral Link:

https://i.mec.me/?c=qtcvy56s


Invitation Code:

➫ qtcvy56s

Join @faana_beekumsaa
❤4👏1
✈️InterLink ( Kun isin jala hin darbin )

➫Koota Blockchain haa hojjannu.
➫Kun qarshii baasu isin hin barbaachisu, Appii download gochuu qofan, mine gochuudha.
➫Project reefu jalqabeedha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.
➫Kampanoota, gurguddoo addunyaa kanaan kan deegarameedha.
➫Hanga ambassador ta'uuti nama leenjisaa.
➫Namoonnii barachuu fi hojjachuuf fedha qabdan, amumma join godhaa, wantoota gurguddoo Blockchain,crypto fi Exchange barattu.

➫Hubachisa.
1. Ani akka project InterLinkittii qabxii addunyaa Ethiopia keessa filameera.
2. Namoota hangan barbaadde ambassador gochuus irraa kaasus nan danda'a, Carraa kanattii itti fayyadama, hanga dhumaati isin deegaruuf qophiidha.
3. Karaa ittiin qarshii Ofii keessanii karaa bilbilaa hojjatanii argattan isinitti hima.
4. Group kanarrattii akka garaa keessanitti gaafachuu fi media keessan guddiffachuu ni dandeessu.

➫Group kan join ask any question

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
❤2👍2🤔2
Forwarded from Faana beekumsaa
#Jaallachuu fi Of ta'uu hin dhiisin

"Nama tokko yoo jaallattu namticha guutummaan guutuutti ni fudhatta.Hanqinna isaa wajjiin.Sababni isaa hanqinni kun kutaa(part) namtichaa keessaa tokko.Nama jaallattu jijjiiruuf hin yaalin.Akkana yoo ta'e sin jaalladha hin jedhiniin.Sababni isaas jijjiiruudhaaf yaaliin gootu " ani kan jaalladhu walakkaa keeti"ilaalcha jedhu of keessaa qaba.Namni si jaallachuu baatus of ta'u kee hin dhiisin.Abaaboon namni hin jiru jedhe bosona keessatti guddachu hin dhiisu.Jaallachuu yoo barbaaddes salphumatti jaalladhu."
       
@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
❤4
Forwarded from ⒹⒶⓇⒺ ◌▹ ⓉⓊⒷⒺ | InterLink T2 🇪🇹
#KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.

▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.

▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.

▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.

▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .

▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.

◈Asirratti waantti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna.  Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a.
❤7
#Unich Network.

👉Namoonnii hanga ammaatii hin jalqabne, yoo jiraattan. Appicha buustaattii har'uma jalqabaa.
👉Ji'aan Reward kenaa jira.
👉Ambassadoras jalqabeera.
Application kana buusu akka hin dagganne.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.unichlabs.unich.prd.android


👉 Use my referral code:

👉 
ZXDQAHEJ
👍3❤2
🫴🏿Namoonnii Online Irra jirtan Carraan Kun Isin Hin darbin.

Ambassador Unich ta'uuf warri Barbaaddan Qoftii Ariffaadha, Galmee Galchuufanii
🫴🏿Warri Hin jalqabne yoo jiraattanif na dubbisuu dandeessu.

🫴🏿 please send:

- Telegram username:
- Ref code :
- Country :

Kanarrattii Naaf erga Dafaa :
@daretubeNBO


🫵🏼🫵🏼🫵🏼🫵🏼🫵🏼

Officail Group

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
❤2🥰1
Forwarded from Faana beekumsaa
Hojii fi Maallaqa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
"Harka namaa ilaaluurra, halkan ka'anii hojjechuu wayya," jedhu Chaayinoonni.

Dhuguma, ofii cimanii yoo hojjetan, kan argatanis guduunfachuun dirree hojii biraatti yoo ce'an milkaa'ina. Walitti fufiinsaan jabaatanii yoo hojjetan, maallaqa furdaa kuufatu; maallaqni sunimmoo:

• Mana akkamii keessa akka jiraattu murteessa.
• Gosa nyaataa akkamii akka soorattu murteessa.
• Hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an murteessa.
• Milkaa'ina ijoollee keef qooda qaba.
• Fayyaa fi umurii keessaallee harka qaba.
• Tarii yoo dhukkubsattes, eessatti akka yaalamtuu fi dawaa akkamii akka fudhattu murteessa.

📩 Kanaafuu aadaa hojii cimaa gabbifadhu! Sooromuuf murteessi! Hiyyummaa hadheeffadhu! Jabaadhuu hojjedhu!

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❤1
Forwarded from Faana beekumsaa
Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬
6P

1. Pray/Waaqa Kadhadhu!🙏
Waaqni kenna waan hunda keenna, Kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu. 🙏

2. Plan/Karoorfadhu!
Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti. Jireenya keessatti kallatti sirrii filatanii irra deeman.

Plan=Vision + How to act
Karoorfachuun dura mul'ata jireenyaa, kallattii jireenyaa qabaachutti dursa. Karoorri mala mul'aticha gara gochaatti deebisuuti. Karoorfachuun qisaasa'ama jireenyaa hir'isa.

3. Prioritize/Duraa duuba eegi!
Karoorsuun waan dansaa. Waan karoorfatan duraa duuba eeganii gochatti hiikuun oogummaa gaafata. Yeroo malee akka hin dhalanneef, wantoota xiyyeeffannaan murteessanii gochatti hiikuun murteessaadha.

4. Persistent/Cichoominaan itti fufuu!
Qabxiin kunis baay'ee murteessaaf baay'ee ijoodha. Jalqabanii dhiisuun amala namoota dhiibbaa dansaa uumuutii moti. Qeeransa hin qabni qabnaan gad hin dhiisani jedhanii mitiiree, mala jijjiiranii dhiphisanii itti deemuun yeroo maraa bu'aa guddaa qaba.

5. Patience/Obsa qabeessa ta'i!
Bartee obsaa guddifachuun yeroo hundaa barbaachiisaadha. Ciminaa fi laafina, bu'iinsaa fi ba'iinsa, gaddaa fi gammachuu, dhabaa fi argachuu, gufuu fi qorumsa kamiyyuu obsaan jala muran. Obsaan qaalloman. Haala kamuu keessatti ciniinnadhuu obsi, harka hin kennin.

6. Play/Taphadhu
Gammachuu qabaadhu, yeroo hundaa gammada keessaa madde fuula ifaa qabaadhu, maatii kee waliin, hiriyoota kee waliin taphadhu, kolfi... enjoy godhi!... gammachuun hin beellamanu, har'a jiraadhu! Boru, gaafa argadhe gammada, bashannana hin jedhin, hojjetaa gammadi, gammadaa hojjedhu!

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❤5👏1
Forwarded from Faana beekumsaa
⚠️"Yoo miira kee too'achuu baatte warra miira isaanii too'atetu akka kubbaatti siin taphata." ✅
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Callisi - aarii ho'aa keessatti!
2. Callisi - yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e!
3. Callisi - yoo seenaa sana hin mirkaneessine.
4. Callisi - yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise.
5. Callisi - yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e.
6. Callisi - yeroo wantoota qulqulluu ifa godhachuuf qoramtu.
7. Callisi - yommuu waa'ee cubbuu akka qoostuuf qoramtu.
8. Callisi - yommuu jecha keetti qaanoftu!
9. Callisi - yommuu jechi kee yaada dogoggoraa dabarsu.
10. Callisi - yoo dhimmichi dhimma kee hin taane.
11. Callisi - yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu.
12. Callisi - yoo jechi kee maqaa nama biraa miidhu.

13. Callisi - yoo dubbiin kee hiriyummaa tokko miidhu.
14. Callisi - yeroo qeeqni sitti dhaga'amu.
15. Callisi - osoo hin iyyiin jechuu yoo dadhabde.
16. Callisi - yoo jechi kee calaqqisiisa gadhee hiriyootaa fi maatii keetii ta'e.
17. Callisi - yoo booda jecha keetti gaabbita ta'e.
18. Callisi - yoo duraan yeroo tokko dubbatte ta'e!


👉Join and Share

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Forwarded from Faana beekumsaa
Maal beekuu dhabuun keenya kan nama gaddisiisu...😢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Hiriyyoota koo waan hunduma keessaa maal beekuu dhabuun keenya akka nama gaddisiisu beektuu?

✍️ Barnoota barachuu dhabuu keenya miti kan nama gaddisiisu, Afaan english beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee teknooloojii haaraa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, seenaa biyya keenyaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee kubbaa miilaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee maallaqaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee siyaasaa beekuu dhabuus miti.

Baay'ee wanti nama gaddisiisu waa'ee ofii keenyaa beekuu dhabuudha. Humna yaadaa fi waa'ee miiraa hin beeknu. Kuni nama gaddisiisa. Hanga waa'ee kubbaa miilaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Hanga waa'ee siyaasaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Caalatti immoo wanti baay'ee hamaan baruuf illee yaalii hin taasifnu!

🗣️ Yaadannoo, amantaa, aadaa, duudhaa ijoollummaatti yeroo tokko nutti fe'amee fi dhaalan nutti hidhame, yaada (amantaa) hunda dhugoomsinee jiraanna. Barreeffama kana booda waa'ee ofii keenyaa barannee akka muka dhaabameetti of yaaduu haa dhiifnu. Of fooyyessinee nagaa, jaalalaa fi gammachuun jireenya fooyya'aa jiraachuuf haa carraaqnu.
Yeroo Gaarii 👍


Hirriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa ✅
❤1😁1
ትሌግራም ቻናል አለህ? አሁንም እየገነባህ ነው? 🤔 Inside Ads ፈትሼ ተመክሮታል — እኔ ስለጀመርኩ ገንዘብ እቀበላለሁ። እነሆ ማግኘት የሚችልበት አድራሻ:

https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_722985282
👏1
Gatii Jireenyaa | Gatii Yeroo
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📌 Gatii Jireenyaa

⏰️ "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa utuu hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne)

👍 Dhugaan jiru jireenya kee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isaanii bal'ifatu. Kanaaf yeroo baay'ee namoota sammuu dhiphaa caalaa milkaa'odha.

📌 Gatii Yeroo

Yeroon jireenya, jireenyi yeroo dhaan murtaa'a. Yeroon akkaataa jireenyi keenya bu'a qabeessa ta'u murteessa. Yeroo hogganuu hin dandeessu, yeroo keessatti garuu jireenya kee hogganuu dandeessa. Yeroon qabeenya qabeenya caaluudha. Yerootti fayyadamuu jechuun ofiif yaaduu jechuudha. Ammas yerootti fayyadamuun jireenya kee gaggeessuuf murtoo jalqabaa fi olaanaadha. 🕖

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa ✅
❤1👏1
#Interlink and Unich

👉Namoota Ambassador ta'uu barbaaddan.
👉Ambassador Interlink and Unich
👉Unich Amma Update godhadhaa warrii na biraattii Galmooftan. Badgen dhufaa jira. Warra kaniif. ( from bossidha)
👉Interlink jalattii Namoota lama mindaan ji'aan argattu.
👉Unichiis project reef jalqabaa jiruudha itti hirmaadha.
👉Nama Obsee nu faana Tureettuu Bu'aa argatta.
👉Iddoo lachuuttuu Recommended gochuuf Aangoon nati kenameera. Kun immoo isiniif baayyee ijoodha. Yoo itti fayyadamtan.
👉Ambassadorummaan sadarkaa qaba, innis immoo Xiqqoo hubatanii daftanii yoo hojjatan Ji'aan dollar 30 ol ni argattu. Kun Task torbanii maleeti.
👉Interlink V5 gaafa dhufe, wantii baayyeen ni jijjiirama.
👉Yoom projectiin kun illee ture, Itti hirmaadha.
$ITLG token kun warra Ecosystem keessa jiraniif malee warra alaaf miti. $ITL immoo global paymentiidha, ilaalla kun ammayyuu Mine hin taane, 10 billion Total Supply.
👉Abbooti qabeenya 9 oltuu bittachuuf maatii Interlink ta'eera.
👉V5 keessattii INTERLINK VISA CARD waan jiruuf isaa fudhachuuf qophaa'o ta'a.
👉Interlink Quantum Computer gara fuulduraattiif fayyadamuuf Qoyyaanna irra jiru.
👉Walletis Non- Custodial secured ta'e ammayyuu fayyadamaa jiru.
👉BlockChain InterLink Chain or Layer 1 kan jedhuu qopheessa jiru.
👉Token keenya Akka
$USDT stable ta'ees qabna jedhaniiru.
👉Mechanism Addaa ta'e addunyaaf gumaachanirru.
👉Interlink biraati Dhoksaan hin jiru. Jecha KV
👉Gaaffiiwwaan Barbaadda Twitter Gubbaatii KV ( Core Team gaafachuu Ni dandessu. No DM )
👉KVn DM si hin dubbisu Namni kamiiyyuu akka beeku barbaadda.

Just Itti hirmaadha.

👉Yeroon ammayyuu ni jira.
👉
$ITLG 84.3 ol mined ta'eera. $ITLG Hafe immoo reward gara fuulduraafidha. Sababa Warra $ITLG Isaan ol ka'aanif, Or stake, vest or locked warra godhaniif.
👉Kanaaf Kootta, V5 wajjiin itti fufna. Akkasumaas immoo Unichiis wajjiin hojjanna, dabalattan immoo Project baayyeenis ambassador barbaadda jiru waan ta'eefis, Twitter keessan guddisaa.
👉Even projecticha yoo jibittani illee sababa Interlinkiif Twitter keessan guddisa. Ani zeroo irra 1.5 K followersii qaba. Sababa kanaf immoo ambassador project biraa irra naaf kenaniiru.

👉Wanta baayyeen waan jiruuf. Ammaaf ni gaha. Garuu namoonnii jalqabuu barbaaddanii fi ambassador ta'uu barbaaddan na dubbisuu dandeessu. Isin galmeessa. Pls dursaa appicha buusattii Verification isaa xumuraa na dubbisa.

Telegram Username:
@daretubeNBO

🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
😁3🥰2❤1