Hojii Online
4.6K subscribers
652 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
Namoonni Cex.io hojjechaa jirtan airdrop kana irratti token gaarii argachuu kan danda'an namoota dursanii Becexy irratti galmaa'ani


Kana irratti galmaa'uuf bakka airdrop jedhu sana tuquudhaan email keessan itti guuttu

san booda koodii email keessan irratti isiniif ergamu itti guutuudhaan erga xumurtanii booda

invitation code yoo isin gaafate koodii kana ๐Ÿ‘‰ EDPDZ7SW ityi guutuudhaan galmooftu

Invitation code๐Ÿ‘‰ EDPDZ7SW
๐Ÿ‘24โค14๐Ÿ‘Œ9๐Ÿคฃ3๐Ÿค”1
Forwarded from Faana beekumsaa
๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ”ค ๐Ÿ˜‡ ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค

๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡ Finally we back๐ŸŸฉ๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡

โž•Akkam bultan hordoftoota channalli kiyya๐Ÿ™

๐Ÿ‘‰Akkuma beekamu ji'oota muraasaf isinirraa baddee ture, sababa haala jireenyatiin qabamee isin irraa badee ture, dhifaama isiniin jechaa ergaa jiru isin beeksisa.

๐Ÿ‘‰Akkuma beekamuu jechoota onnachisoo fi beekumsa qaban isiniif qooda dabalaatan immoo hojii keessan bukkeeti(cinaati) Hojii online hojjachaa turre, baayyees bu'a qabbeessa taanneras, haa ta'u, kunoo amma immoo project gurguddaan qabadhee isiniif dhufeera, isaaniis.

1. Bounty Airdrop
๐Ÿ˜‡
2. Testnet Airdroo
๐Ÿ˜‡
3. Mainnet Airdrop
๐Ÿ˜‡
4. NFT Airdrop
๐Ÿ˜‡
5. DEPIN Airdrop( My favourite ๐Ÿ˜Ž)
6. Telegram Airdrop( dust Airdrop๐Ÿ˜ Kan baayinaan hin hojjanu, Tarii best fund yoo qabaate)
๐Ÿ‘‰Maal akka ta'an tokko tokkoon ni Torbee kana keessa ni ilaallaa.

๐Ÿ‘‰Kanaaf hundumtii keessan qophaa'o akka taataniifi, warri kanaan duraa hojjachaa jirtaniis akka itti fuftan isin jedha, wantoota gaaffii isinitti ta'u, kammiyyuu comment section jalatti barreessu dandeessu.

โžก๏ธWantoota isin barbaachisu.๐Ÿ‘Œ

1. Gmail (1 hanga 100ti) banachuu ni dandeessu.

2. Bilbila touch (Best RAM)

3. Connection gaha( WiFi Fkk)

4. Yoo PC ykn computer qabaatan Baayyee filatamaadha. (100%)

5. Browser Chrome fayyadamna.

6. Exchanjoota gurguddoo ta'an banadha,( isiniif erga warra ijoo ta'an)

7. Walletoota akka ( metamask, phanom, bitgate, okx, fi fkk banachuu qabdu, isiniif erga.)

8. Social Media banachuu qabdu, fknaaf, Discord, X, Tiktok, youtube,instagram, fkk baayyee waan ta'aniif, isiniif erga.

9. Akka hin daganneef application Notion jedhamuu download godhadhaa.

10. Ijoo kanadha, Itti fufinsaa obsa qabuun nama deemuutu milkaa'a

โœ”๏ธHar'aaf Kun gahaadha, Torbee kana keessa Xiqqoo barannee jechuun waayee isaa ilaallee, walii wajjiin itti fufna.

๐Ÿ˜€Hora deebanaa. Wantoota gurguddoo waan jalqabnuuf, channalii kana Pin fi share godhaa hirriyyoota keessanif.

๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡
๐Ÿ˜‡ โžก๏ธ Faana Beekumsaa ๐Ÿ˜‡
๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘5๐Ÿ‘3โค2๐Ÿค”2๐Ÿฅฐ1
๐Ÿšจ STOP Saying "Website Airdrop" โ€” Hereโ€™s What You REALLY Mean ๐Ÿ”
๐Ÿ˜ŽNew to airdrops? Confused by the term "website airdrop"? Letโ€™s break it down
๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰Most โ€œwebsite airdropsโ€ are just claim portals โ€”
But the real value is in knowing the airdrop TYPE.
๐Ÿ”ฅ


โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ Airdrop Types You Need to Know :

๐Ÿ’ฅ 1. Bounty Airdrop
Complete simple tasks like:
โ€ข Retweet
โ€ข Share posts
โ€ข Invite friends
๐ŸŽฏ Easy for beginners + viral growth = rewards


โšก๏ธ 2. Testnet Airdrop
Use a blockchain before launch:
โ€ข Interact with apps
โ€ข Run nodes or validators
๐Ÿ† Often leads to huge token rewards later


๐Ÿš€ 3. Mainnet Airdrop
Get tokens after a project launches its mainnet:
โ€ข Just hold certain tokens or wallet
โ€ข Claim through snapshot or form
โœ… Passive but powerful


๐Ÿ–ผ 4. NFT Airdrop
Free NFTs for:
โ€ข Joining communities
โ€ข Testing platforms
โ€ข Holding collections
๐Ÿ’Ž Often used for access or in-game perks


๐ŸŒ 5. DePIN Airdrop (Our Favorite)
Earn by powering decentralized infra:
โ€ข Bandwidth
โ€ข Storage
โ€ข Sensors, hotspots, etc.
๐Ÿธ Big future โ€” real-world use = real rewards


๐Ÿง‘โ€๐ŸŽ“ DropX Reminder:
๐Ÿ™‚โ€œWebsite airdropโ€ just means youโ€™ll claim on a site โ‰๏ธ
โ“ But what matters is the airdrop TYPE + how early you are! ๐Ÿง 

๐Ÿ’ฅ Now youโ€™re ready.

โ˜„๏ธStay tuned for the next DropX guide.โ“

For more info Join ๐Ÿ‘‡

@Faana_Beekumsaa
@Faana_Beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3๐Ÿ‘1๐Ÿ‘1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘2๐Ÿ‘2๐Ÿฅฐ1
Forwarded from Faana beekumsaa
JULY MONTH
BINANCE GIVEAWAY STARTED

Scan the image from BINANCE APP
or
1) CLICK ON LINK   :- https://app.binance.com/uni-qr/7tXZrxHu?utm_medium=web_share_copy

2) LOGIN TO BINANCE ACCOUNT
3) FREE CRYPTO BOX WILL OPEN
4) CLICK ON CLAIM  BUTTON
5) GET RANDOM FREE $BIGTIME
6) REWARD FROM $0.01 TO $0.5

๐Ÿ‘Warra binance exchanjii qabdan qofaafi
.
โค4๐Ÿ‘2
Forwarded from Faana beekumsaa
๐Ÿ’”๐ŸŒน โ€œUtuu wal hin fuudhin dura abbaan manaa koo jaalala naaf qabu jechoota jaalalaa adda addaatiin ibsa ture. Amma garuu jechoonni jaalala ittiin anaaf ibsu hin jiru. Yeroo natti haasaโ€™ullee waaโ€™ee hojii qofa dubbata. Erga kokkolfaa na haasofsiisee bubbuleera. Kolfa, gammachuu, jecha jaalalaa nan barbaada. Garuu sana naaf kennuu hin dandeenye. Hiriyoonni koo kaan jaalala waan qabaniif yeroo natti haasaโ€™an natti tola. Jaalala isaa akka abbaa manaa kootti yoo naaf hin ibsine, namoonni kaan garuu jaalala isaanii yoo natti ibsan maal naaf godha? Yoon gadhiise (hiike) cubbuu dhaa? Jaalalli ani isaaf qabu badeera. Maal na gorsitu?โ€ Itti fufaa dubbisaaโฃ๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Go Click Me  For All Info
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
โžก๏ธ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” 

โžฅAkkam bultan Hordoftoota Koo jaalatamoo.

โœ…Badhaasa Namoota 4 torbe dhufuuf qopheessinneera. Kanaaf hundumti keessan channallii isa hangafaa kana jala ta'uu keessan check godhadha.

๐Ÿ”ฃTarii hin jirtan yoo ta'e amma seenaa.

๐ŸŸฐ๐Ÿ”ฃ Faana Beekumsaa

โœ…Akkaata badhaasicha.

โž•Application kana tokko buustu, sana booda adeemsa isaa hunda erga xumurtanii fi namoonnii active ta'an buusanii erga qophooftanii badhaasicha jalqabna.

โž•Application erga buustanii giddu galleessa saatii afuriin claim godhattu, kanaaf namni dursee claim godhee screenshot godhee channalii kana jalatti erge marsaa jalqabaaf namoota 2 badhaasna marsaa 2 ilee namoota lamaaf badhaasna.

โž•Wanti isin hojjatan Screenshot qofa erguu duwwaadha. Jechuun nama dursee erge fi link kanan galmaa'e badhaasna.


โž•Waayyee application

๐Ÿ”ฃAmbassadaroota baayyee waan qabuuf, Token isaa gatii guddaa akka ta'u shakkii hin qabu.
๐Ÿ”ฃ20 Million fundrise akka qabus himaniiru.
๐Ÿ”ฃkanaafu bilbila keessaniin giddu galleessa saatii 4 claim gootu ykn notification on yoo gootan innu isin yaadachiisa.
๐Ÿ”ฃAkkaata isaa Video isiniif erga hanga saattii Application kana buusa.

๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡

๐Ÿ‘‰ InterLink download it now

๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค4๐Ÿฅฐ1๐Ÿ‘Œ1
Forwarded from Faana beekumsaa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#interlink

What is interlink ?

The InterLink Network is a decentralized infrastructure designed to support a global Human Network. Using face scanning and liveness detection, users verify their identity without exposing personal data, and become Human Nodes that help secure and maintain the integrity of the Human Network.
โžก๏ธGabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.

To start interlink 

1. Download the app ๐Ÿ‘‰  Download
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim  $ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.
Submit Code: 8968068

& Claim 1500  $ITLGTokens.

For More Info

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3๐Ÿ‘3๐Ÿ‘Œ1
Forwarded from Faana beekumsaa
Hubachiisa.

1. Otoo application tokko gara Mainnetii projectiiti hin dhufin kamiyyuu Testnet godhama. Kuni immoo hawaasan godhama, yeroo sana rakkowwan, hundaaf hubachaa, furmaata kennaafii erga xumuraniif immoo gara real worlditti fidu, warra Test godhaniif immoo Token kennu, inni immoo Project Telegramiin hojjattan caala dollar baayyee argachuu ni dandeessu.

โญAkkaata isaa Video gubba jiru ilaalluu dandeessu. Link application kanadha. Amma buusattii screenshot gochuun erguu dandeessu.

https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068

.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
โœŒ๏ธBinance account warri qabdan seenaati. Bonus kana claim godhadhaa.

โžก๏ธhttps://app.binance.com/uni-qr/3gpD2nrW?utm_medium=web_share_copy


Hubachiisa.
โžก๏ธBinance exchangii qofa warra qabdaniidha.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#interlink

What is interlink ?

The InterLink Network is a decentralized infrastructure designed to support a global Human Network. Using face scanning and liveness detection, users verify their identity without exposing personal data, and become Human Nodes that help secure and maintain the integrity of the Human Network.
โžก๏ธGabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.

To start interlink 

1. Download the app ๐Ÿ‘‰  Download
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim  $ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.
Submit Code: 8968068

& Claim 1500  $ITLGTokens.

For More Info

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1๐Ÿคฃ1
Forwarded from Faana beekumsaa
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#interlink

What is interlink ?

The InterLink Network is a decentralized infrastructure designed to support a global Human Network. Using face scanning and liveness detection, users verify their identity without exposing personal data, and become Human Nodes that help secure and maintain the integrity of the Human Network.
โžก๏ธGabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.

To start interlink 

1. Download the app ๐Ÿ‘‰  Download
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim  $ITLG at Interlink  App.
5. Verify Email and
Click Referral.
Submit Code: 8968068

& Claim 1500  $ITLGTokens.

For More Info

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
Forwarded from Faana beekumsaa
๐Ÿ˜‡InterLink

โžก๏ธ$ITLG 46 kenaa jira. Claim godhadha.

โžก๏ธlink kanaan seenaa

https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068

Hubachisa.
โžก๏ธAppicha buufadhaati, gmail keessaniin seentu, vidoen isaa gubbaa jira.
โžก๏ธGatii guddaa irra argattu.
โžก๏ธWarri buustanii isiniif hin gallee group ykn commentii jalattii nuuf barreessa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค4๐Ÿฅฐ2
Forwarded from Faana beekumsaa
Namoota InterLink download gootan qofaafi kanaaf guyyaa Badhaasa yoom haa Ta'u. Guyya lama badhaasna namoota lamaaf. Torbee dhufuu keessa.
Hanga ammaati hin jalqabiin kan jirtan dafaa jalqabaa.
Anonymous Quiz
33%
Roobii saatii 3:00
13%
Kamisaa saatii 4:00
18%
Jimaata saatii 3:00
14%
Qidaame saatii 3:00
22%
Sanbata saatii 3:00
๐Ÿฅฐ2โค1๐Ÿ‘1
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
๐Ÿ˜‡InterLink

โžก๏ธ$ITLG 58 kenaa jira. Claim godhadha.

โžก๏ธlink kanaan seenaa

https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068

Hubachisa.
โžก๏ธAppicha buufadhaati, gmail keessaniin seentu, vidoen isaa gubbaa jira.
โžก๏ธGatii guddaa irra argattu.
โžก๏ธWarri buustanii isiniif hin gallee group ykn commentii jalattii nuuf barreessa.
โžฅGuyyaa badhaasichati hirmaachuuf, appicha buusaati, gmail keessaniin galmaa'a.
โžฅAppicha keessa namoonni Verified hin taane waan jirtaaniif, Fuula keessaniin verified godhadha. verified hin taane taanan token hin argattan.

Badhaasicha Channalii kana qofa irratti gad dhifaama.
โ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผ

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
โญProject gurguddaa waanan Hojjadhuuf, wajjin hojjachuu barbaaddeera, mee waan qabdan na beeksisa.
Anonymous Poll
72%
Phone
17%
Computer
11%
Both
Forwarded from Faana beekumsaa
Faana Beekumsaa.

1. Telegramii keessan Update godhadhaa amma, play store keessa seenaati.
2. Please Be active always.
3. Deebii keessaniif guddaa galatooma.
4. Warrii bilbila fi computer qabdaniif adda baase isiniif gad dhiisa.
5. Guyyaa badhaasas isin beeksisa.

โญโžก๏ธNamoonnii bilbila qofa qabdanii garuu Website airdrop ykn kan computeran hojjatamuu hojjachuuf fedha qabdan application Mises jedhamuun hojjachuu dandeesu.

Mises fayyadan isaa.

1. Namoota computer hin qabneef akka browserii fayyada.
2. Extensionoota itti hojjatan isiniif qaba.
3. Walummaa galattii akka Computeraan hojjachuuti.
4. Appiin kun warra computer hin qabneefidha. Warrii qabdan computeran hojjadha, bonus computeraan argamuu yeroo baayyee dachaadha fi Kan gorfamuudha.

[
Download mises Brower ]

๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡
โžก๏ธI need active person.
๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡


โญOddeeffannoo dabalataaf

.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
Forwarded from Faana beekumsaa
Gorsa:
#Biizinasii Hojjechuuf Harโ€™a Irraa Murteessi! Guyyaa boruu eeggachuu dhiisi. Guyyaa fooyyaโ€™aa, guyyaa milkaaโ€™inaa, guyyaa jijjiiramaa harโ€™a jalqabi! Namoota yeroo eeggatan hin taane; yeroo isaanii ofiin uuman keessaa taโ€™i.

"Harโ€™a keessaa dhabuun, bor akka hin jirretti of mamsiisa." Namni milkaaโ€™e hundi harโ€™a irraa jalqabe. Innis murtee isaa, carraa isaa, dadhabina isaa fi fedhii isaa waliin. Waan hunda qabaachuun hin barbaachisu โ€“ waan tokko murteessuu fi jalqabuu qofa barbaachisa.

1.Of Leenjisi! Namni of leenjisu, of dagaagsa. Karoora, dandeettii fi xiinsammuu hojii gaggeessuu qabaachuun hojii irraa eegala. Harโ€™a irraa eegalee of gaafadhu: โ€œBarnoota maal qaba? Dandeettii maal qabaachuu barbaada? Nama akkami taโ€™uu barbaada?โ€
2.Nama Beeku Simadhu! Nama beekumsa qabu wajjin mariโ€™adhu. Nama biiznasii hojjate irraa baradhu. Nama si dura deeme irraa qajeelfama fudhadhu. Jireenyi akkasumatti baramuu hin dandeessu; nama beekuu irraa barachuu qofa miti โ€“ itti dhihaadhu, gaafadhu, leenjii fudhadhu.

3.Yaada Kee Mataa Irraa Gad Qabi! Yaada tokkoffaa galmee irraa gara hojiitti jijjiiri. Biiznasii waa'ee waan guddaa taโ€™e miti osoo hin jalqabiin. Xinnaa jalqabi. Fayyadamoo taโ€™i. Waanta si biratti jiru fayyadami. Harโ€™a jalqabi; boruu ni guddata.

4.Sodaa Irratti Hin Hojjetin โ€“ Waan Si Kakaasu Irratti Hojjedhu!
Rakkoo fi sodaa osoo hin ibsatin, fala qopheessi. Namni yeroo mara carraa quunnamu hin eegu; carraa ofii uuma. Hojii eegaluun sodaa namaa balleessa. Eegaluu fi cichuun immoo ofitti amantaa dabala.

5.Harโ€™a Yeroo Gaarii Ti! Namni yeroo eegu carraa darbu. Namni yeroo fayyadamu injifata. Harโ€™a akka boqonnaa jalqabaa biiznasii fi jireenya kee fudhadhu. Harโ€™a yaada kee jijjiiri, harโ€™a karaa kee murteessi. Harโ€™a of irratti amani.
6. Milkaaโ€™inni Namoota Of Irratti Amanan Itti Fayyada: Namni ofitti amanu, wanta jalqabu ni fixee jira. Milkaaโ€™inni qabeenya, maallaqa, meeshaa yookiin sadarkaa osoo hin taโ€™in โ€“ ofitti amanuu fi hojii irratti jabaachuu ti. Namni ofitti hin amanne yeroo dheeraadhaaf karaa irratti lafa taaโ€™a. Namni ofitti amanu garuu, harโ€™a kaโ€™ee boqonnaa haaraa banuu dandaโ€™a. โ€œOfitti amanuun gatii hin qabu osoo hin hojii jalqabne.โ€ Kanaafuu, of jajjabeessi. Of garsiisi. Tokko jalqabi. Hojii tokko irra deddeebiโ€™i. Milkaaโ€™inni irraa dhalata.

7. Rakkoo Eeggachuun Hin Jiru โ€“ Gara Falaatti Ceโ€™i : Namni rakkoo duuba akka hin hafne beeka. Garuu nama garii rakkoon sodaachisa. Ati garuu rakkoo irraa hin dheessin โ€“ gara falaatti fi furmaataatti ceโ€™i. Rakkoon carraa jijjiiramaa ti. Nama guddina barbaaduuf, rakkoon tarsiimoo guddaa ta'a.Mee of gaafadhu: Rakkoon jiru maali?Furmaanni maal fakkaata?
Ani maal godhuun dandaโ€™a?

Waaโ€™ee rakkoo yoo yaadde qofaan hin taโ€™u โ€“ tarkaanfii fudhadhu. Yaada furmaataa irratti hojjedhi. Kana qofaan biiznasii bareedaa buusu dandeessa.

8. Of Leenjisuun Of Cimsuu Dha: Qorannoo gaggeessi. Kitaabban dubbisi. Namoota hubannoo qaban simadhu. Leenjii online irratti hirmaadhu. Barnootni guyyaa guyyaatti nama jijjiira. Guddinni dandeettii keessan irratti hundaaโ€™a, maallaqa irratti miti. Harโ€™a barachuu eegalte, boruu jijjiiramaa taata. "Namni barataa jira, tarkaanfachaa jira."

9. Murtii Har'aa โ€“ Jireenya Kee Guutuu Jijjiiru Dandaโ€™a: Yaada keessaa gara hojiiitti jijjiiri. Biiznasii tokko jalqabuuf, bor eegu hin qabdu โ€“ harโ€™a murteeffadhu. Murtee guddaan, tarkaanfii xiqqaan jalqaba. Nama hunduu jalqabaa keessaa dadhabinaan ni beeka โ€“ garuu dhiibbaa, obsaa fi tarkaanfii itti fufinsaan gara milkaaโ€™ina geessu.

โœ… Xumura irratti, har'a Yeroo Murtee Guddaa Ti!
Guyyaa kamuu fooyyessu ni dandeessa. Garuu guyyaan siif murteessaa taโ€™e harโ€™a taโ€™uu qaba. Milkaaโ€™inni yeroo eeguun hin argamu. Milkaaโ€™inni yeroo ijaaruun argama. Harโ€™a murteeffadhu. Harโ€™a jalqabi. Harโ€™a of jijjiiri. Harโ€™a hojii jalqabi. Harโ€™a namoota kakaasi.
"Sila harโ€™a irraa eegaluu koo, waggaa darbe eega ture!" jechuun akka hin himne, amma eegali

Oddeeffaannoo dabalataaf

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
Forwarded from Faana beekumsaa
โญ๐Ÿ”ค๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ”  jedhama.
1. Kutaa 1 ffaan xumrameera. Jechuun percent 45 mine ta'eera. Kutaa kan keessa Token 43.2K naaf kenameera. Kan kutaa 2ffaa immoo 2266 naaf kenaa jira. Kana tapha keessatti kanan argadheedha.

2. Kutaa 2 jalqabaniiru kuniis percent 35 qofa mine goona, percent 10 immoo jackpot score kan jedhamu Task garagaaran Bums keessatti hojjana, percent 10 kan hafee immoo Team sanaafidha.

3. Warri kanaan duraa hin hojjanne yoo jiraattan Token muraasa argachuu dandeesu. List hin taane, claim time hin banamne, just now mining only.

4. Community muraasa qofa qaba. Kun immoo token distribution baayyee bareeddadha. Ambassadoroonnii baayyeenis Invest ittii godhaniiru.

I think Token season 2 itti hirmaadha.

Jalqabuuf
๐Ÿ‘‡

https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18


Vedio Bums yoo barbaaddan
๐Ÿ‘‡

https://linktw.in/RXvXVj
https://linktw.in/RXvXVj
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
Forwarded from Faana beekumsaa
Wow Jabbeessa project kana hin gaabbitan.

โž–Download interlink App

โž–Sign up => Create InterLink ID

โž–Create 6 Digit PIN

โž–Start FaceScan => Login

โž–Claim
$ITLG Welcome Bonus

โž–Verify Email

๐Ÿ“ŒGo to Profile => Refferal => Human Hash

โž–Submit Code:
8968068
โž–Done


โžฅYoo Video barbaaddan

Video Click Me