Hojii Online
4.6K subscribers
652 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
โžฅNamoota InterLink Project Hojjataniif Maraaf.

1. Namoonnii suura gubbaati Argaman, step hunda xumuraa. Locked waan isin jalaa ta'eef xumuruu qabdu.
2. Wallet kessan faanas Connect godhadhaa.

โžก๏ธAkkaata isaa yoo wallaaltan username kanaan na dubbisuu dandeessu.

๐Ÿ‘‰ @daretubeNBO

Hub:
1. Gaaffii waayyee interlink ilaaltuudha.


Hanga ammatii hin jalqabne yoo ta'e link jalaa kana fayyadamaa.


https://t.me/c/1793581255/5049
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
GONKUMAA ABDII HIN KUTIN!!!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ "Rakkattee osoo hin milkaa'in haftee yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."

โ–  Dubbiin kun dhugaa dha.
  โ€ข Maalifan milkaa'uu dhabee?
  โ€ข Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?
  โ€ข Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irratti fi Waaqa irratti hin kaasin!
  โ€ข Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte,  rakkina kee kanatti ilmi kee,  dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.

Fakkeenya tokkon siif fudhadha.

โ–  Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru.

โ–  Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin!

Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.

Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.

โ–  Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!

โ–  Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.

โ–  Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee,  karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.

โ–  Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e,  jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.

โ–  Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha.

โ–  Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa,  waan darbe irraa barachaa,  karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa,  karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.

โ–  Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.

  โ€ข Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!


@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
โค2๐Ÿ‘1
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
โญTask haaraan dhufeera claim godhadhaa.

โžก๏ธhttps://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18


Hey buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘2
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
Wantoota Sadan Jiruu Namaa Murteessan:

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โžŠ. Yeroo       โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Yeroon jireenya kee keessatti eenyu waliin akka walqunnamtu murteessa!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โž‹. Onnee      โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Onneen kee jireenya kee keessatti eenyu akka barbaaddu murteessa!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โžŒ. Amala      โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Amalli kee jireenya kee keessatti eenyu waliin akka turtu murteessa!

   
@daretube_DT
โ—ˆ โ—ˆ
โ•ฐโ”€โ”€โ”€โ”€โ•ฎJoinโ•ญโ”€โ”€โ”€โ”€โ•ฏ
โค4๐Ÿ‘3
Bee Network project jedhama

.

1. Download godhaa Appicha.
2. Al tokko seentu
3. Ad video ilaalluu Boost gochuu dandeessu.
4. Namoota share gochuunis boost gochui dandeessu.

Link
๐Ÿ‘‰https://j.bee.com/s?a=daretube

Referral Code:

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ daretube

.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘2โค1๐Ÿฅฐ1
Forwarded from Faana beekumsaa
#Breaking #Kutaa_8ffaa #BBO

Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 ifoomeera.

Barattoonni bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf link armaan gadii tuquun website irraa ilaalaa;

https://oromia.ministry.et/#/result

Akkasumas gama Telegram bot dhaan ilaaluuf Bot armaan gadii fayyadamaa!

@MinistryResultQMTBOT

Namoonni akka isiniif ilaalamu barbaddaan asiin join godhaa ergaadha ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
โค3๐Ÿ‘3
Faana Beekumsaa


๐Ÿ‘‰โ€œJireenya milkaa'aa jiraachuuf qajeeltoowwan jireenyaa sirnaan hojiirra oolchuun barbaachisaadha!โ€......jedhu hayyoonni.

1) Inni jalqabaa of simachuu
/self acceptance / seenaafi muuxxannoo gaarii qofa osoo hin taane seenaafi mudannoo jireenyaa gaarii hin taanellee simachuun barbaachisaadha.

2)  kaayyoo jireenyaaf jiraachuu dha/ Living for life purpose/ jedhu hayyoonni.

3) Dorgommii hin taaneerraa fagaachuun
/Avoiding competition/ barbaachisaa ta'uu hayyoonni ni gorsu.

4) Ilaalchaafi yaada qajeelaa/ positive thinking/ qabaachuudha. Yeroo hunda hamaa yookiin jallina yaadda yoo ta'e gammachuu argachuu hin dandeessu.

5) Yeroo hunda barachuuf eeyyamamoo / Being Willing to learn /  Yeroo hunda dubbisuu, gaafachuu, hubachuun sirraa eegama.

6) Qaroominaan fuula duratti imaluu / walking with Wisdom/ Qaroominni /wisdom/ beekumsarraa adda taโ€™uu hubadhu. Akkamitti akka jiraattu, akkamiin rakkoo akka furtu, hojii milkaa'aa akkamitti hojjechuu akka dandeessu si barsiisa.

7) Dandeettii yookiin beekumsa addaa / Being intelligent / qabaachuunis gaariidha. Dandeettii miira ofii to'achuu
/emotional intelligent/ qabaachuun barbaachisaadha.

8) Beekmsa saayinsawaa, amantaafi aadaa qabaachuu dandeessa, miirakee hin to'attu taanaan beekumsa qabaachuunkee gatii hin qabu jedhu beektoonni.

9) Miira ofii to'achuun murteessaadha jedhu hayyoonni.

10) Haala salphaan namatti qabamuufi  aaruun
/Taking no offence easily / barbaachisaa miti jedhu hayyoonni.

11) Jireenya galateeffannaa qabu / Leading life with gratitude / jiraachuunis murteessaadha.
Fayyaafi nageenya qabaannaan isaatti gammaddi, waan of harkaa qabdutti, ooltee buluukeetti galateeffadhu. 

12) Jireenyakee keessatti waan gaarii
/Going for the best/ barbaadi jedhu hayyoonni. Waaqa yoo kadhatu waanuma xiqqaa hin kadhatiin. Isa guddaa eenyuuf dhiista? Addunyaan kun waa hedduu of keessaa qabdi, fageessii yaadi, mul'ata fagoo, karoora hiixataa qabaadhu.

Itti fuftee dubbisuu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Itti fufii dubbisi.


.............................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
โญSeenaa dhaggeeffadhaa.

1. Wantoota addunyaa kana hojjii namoonnii hojjatanii of jijjiiran. Nuti garuu sammuun keenya hin amanuu๐Ÿง
2. Bakka hojjanuuti ykn barannuuti maaliif Online ykn bilbila ykn computer qabna yoo ta'e. Jechuun bilbillii si harka jiru qarshii akka fiduu beektuu?
.

โœ…Nan beeka ittiin bilbiluu, sirba, tiktok fi Facebook fi fkk fa'aa illaallee yeroo hanga gubnu koota hojjadhaa.

โœ”๏ธChannallii kana jalattii qarshii tokkoo baasuun hin barbaachisuu wanti barbaachisu.

1. Active ta'uu jechuun oddeeffannoo gad dhiifamu dubbisu yoo isin jala darbee bu'aa hojjicha dadhabdu waan ta'ee.
2. Obsaa qabachuu jechuun hojjichii ji'a baayyee ykn waggaa tura waan ta'eef.
3. Wanta gaaffii isinitti ta'e kamiyyuu gaafachuu dandeessu.

๐Ÿ›Barnoota Baayyee afaan oromiiffaan waan jiruuf hordoofaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://linktwin.to/NsUlZl
https://linktwin.to/NsUlZl
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
โญBarattoota kutaa 12 qabxiin isaani kan gad dhiifamu qaammee keessa (Guyyaa 6) Keessa ifooma jedhameera.

โญFulbaana 8 irraa kaase, bartoonnii qabxii darbinsa argattan University akka seenaan ibsaaniru.

โญKalaanderiin 2018 guutuumaan guutuuti hojjiira akka Oolu dubbataniiru.

For more info โžฅPro Biraannu Negaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค4
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
โญUnich Project Bitget and walletConnecr faana Hariiroo guddaa uumaniiru.

1. Kun immoo nuuf waan guddaadha akka nuuf kennu abdii qabna.
2. Hanga ammati namoonni hin jalqabiin dafaa jalqabaa.

1. Start Earn kan jedhu tuquu akka hin daganne. Saattii 24 keessatti al tokko.
2. Bonus guddaan daqiiqaa 10n keessatti waan dhufuuf active ta'a.
3. Tarii har'a yoo dhufee isin beeksiisa.
4. Namootaafis share godhadhaati, bonus argattuu.

โžก๏ธNamoonnii hanga ammattii hin jalqabne link kanaan jalqabaa qarshii guddaa argattu garuu bilbila bareedda ta'uu qaba jechuun xiqqoo kan isiniif arriiffatuu bonasicha fudhaachuf.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code:
JDQBV9j0fy

Hub:
โžฅProject as jalattii hojjatan kamiiffiyyuu Qarshii akka hin baafne.
โžฅKan barbaachisu, research mataa isaa hojjachuun yeroo fi obsa irrattii gubuu gaafata.
โžฅNamoonnii tokko qarshii baayyee baasanii yeroo nyaataman jira, kanaas projectii as jalattii gad dhiisu kamiiffuu qarshii hin baasinaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โญApplication kana download godha.

1. MEC tokko dollar 5 gallera.
2. Guyyaan list ta'u immoo dhiyaatera, hanga dollar $20 deema jedhamees eegamaa jira.

3. National ID or Passport keessaniin Verified taatu. Verified ta'uun dirqaama.
4. Hojiin isaa saattii 24 keessatti al tokko qofa seenuun jecha achiirra jiru Qofa Barreessuudha.
5. Wanta isin rakkisee comment jala nuuf ka'a.

๐Ÿพ

๐Ÿ‘‰Link kanaan seenaa

https://i.mec.me/?c=qtcvy56s

โžฅInvitation Code: qtcvy56s

..............................................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3๐Ÿ‘1
Forwarded from Faana beekumsaa
๐– ๐—†๐–บ๐—…๐–บ | ๐–ญ๐–บ๐–บ๐—†๐—Ž๐—Œ๐–บ ๐–ฆ๐–บ๐–บ๐—‹๐—‚๐—‚ ๐–ฐ๐–บ๐–ป๐–บ๐–บ๐–ผ๐—๐—Ž๐—Ž
   โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•—
   โ•‘ ๐€๐ฆ๐š๐ฅ๐š ๐†๐š๐š๐ซ๐ข๐ข  โ•‘
   โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
เผ„ #๐๐š๐›๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ข ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐›๐ฎ'๐š๐š ๐ช๐จ๐Ÿ๐š๐š๐Ÿ ๐๐ž๐ž๐ฆ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐Ÿ๐ข๐๐š.
เผ„ #๐๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐Ÿ๐ž๐๐ก๐ข๐ข ๐ช๐จ๐Ÿ๐š๐š๐Ÿ ๐๐ž๐ž๐ฆ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐Ÿ๐ข๐๐š.
เผ„ #๐€๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ ๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐Ÿ๐ข๐๐š.

๐—ก๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜€๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ ๐˜๐˜‚๐—พ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ 7 | 

โžŠ. Naamusni nama milkeessa!
โž‹. Naamusni kabajamaa nama taasisa!
โžŒ. Naamusni waliin jireenya hawaasaa naga qabeessa taasisa!
โž. Naamusni gaariin ofirra darbanii nama biroo akka qajeelchan nama taasisa! Itti fufii dubbisi...

    โžฅSee more
    โžฅSee more


.............
๐Ÿ‘1
โžฅHow much did you earn Bums Token?
โžฅKun 3k Bums Tokenidha. Isin meeqa funaantan?

https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18
Hey

buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!
โค1
Forwarded from Faana beekumsaa
โญProjectii Unich/ Make dollarโœŒ๏ธ

โžฅNamoota million 5 oltu Project kana hojjachaa jiru.
โžฅWalii gala Trading Volumin isaa billion tokko ol ta'eera.
โžฅWaliigala galiin argame dollar million 20 ol ta'eera.
โžฅBiyyoota naannoo 190 oltu hojjachaa jiru.

โญSocial Media isaanii kana fakkaata. Hordoftoota isaanii

๐Ÿ‘‰x (twetter) = 500k +
๐Ÿ‘‰telegram = 560k +
๐Ÿ‘‰discord = 285k +

Jarrii baayyee hojjatte, Dollar bareedda akka nuuf kenan abdiin qaba.

๐Ÿดโ€โ˜ ๏ธHanga ammaati kan hin jalqabne link kana fayyadamaa.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code: JDQBV9j0fy

....................โœŒ๏ธ....................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
๐Ÿ˜ŽYeroo free Kooti Hojjiin Hojjadhudha Yoo barbaadda jalqabuu dandeessu All App Project/ Bilbilaan kan hojjatama.


1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃInterLink Network [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 8968068

2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃME Pass [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- qtcvy56s

3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃAsga Network [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- fiBYtUNc

4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃAri Wallet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 682bfe76323cd

5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃXENEA Wallet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 6q8GbZqAmK

6๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃMarina Protocol [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- DARETUBE

7๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃSpurPro [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- VwpApu64l

8๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃUnich [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- JDQBV9j0fy

9๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃStarTower [ Download App ]

๐Ÿ˜‡Referral / Invitation/ Code :- acbu5j

1๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃRubi [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- DARETUBE

1๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃDelta [ Download App Kun isiniif Ergamaa ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- B9JHWHNJ1GPBP

1๏ธโƒฃ2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃBoloUp Pro [ Download App ]

๐Ÿ˜‡Referral / Invitation/ Code :- sdys84rl

1๏ธโƒฃ3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃKege [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 5b7b1034

1๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃDeNet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :-

0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe

1๏ธโƒฃ5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃCelia [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- IJLKMPSA

All Project/ Bilbilaanis kan hojjatamu ta'ee garuu computera irrattii ni dalaga.


๐Ÿ”ฃAppin kun immoo web App bilbila irratti hojjaachuu kana buusu qabdu, Appichi Mises Browser jedhama.

โœ… [Mises Browser Download App ]

1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃNodaPay Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณNodaPay

2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Grass Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณGrass

3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃBlockMesh Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณBlockMesh

4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Bless Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐Ÿซณ Bless

5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Football Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐Ÿซณ Football

6๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Gradient Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณXQQVXV


.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1๐Ÿ‘1
Forwarded from Faana beekumsaa
โžฅMeeqan keessantu InterLink farm gochaa jira?
Anonymous Quiz
38%
Irra jira.
19%
Irra hin jiru/ darbe darbee
42%
Hoomaa naaf hin galle.
โค1๐Ÿ‘1