HAALOO FI DHIIFAMA!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➨ Namoota biroon keessumattuu namoota jaallatanii fi amananiin ganamuun yookiin miidhamuun miira aarii, gadduu fi waan godhan wallaaluu namatti dhageessisuun waanuma jiruu dha.
➨ Namootni baay'een aarii isaanii garaatti qabachuun yoo irraanfachuuf barbaadan illee, nama sanaaf dhiifama godhanii jiraachuuf gaafa rakkatan argina. Darbee darbee namootni eenyummaa isaanii haaloo kana giddugaleessa godhatanii ijaaranii jiraatu. “ani nama miidhamee dha” jedhanii wantoota godhan maraaf waan ceepha’an qabaatanii fi hubannoo namoota biraa argachuun sammuu ofii eeggatanii jiraatu.
'Ani nama miidhamee dha' isheen jettu kun namoota kanaaf sababa jiraachuu ta'uun kallattii jireenyaa kennitiif. Kanaaf haaloo isaanii kana dhiisuun, eenyummaa isaanii [hubanoo namoota biraa argatan, sababa jiraachuu] dhiisuu itti ta’a.
➨ Qorannaan gara garaa akka argisiisanitti haaloo qabatanii yookiin qorqalbii miidhamtummaa qabatanii jiraachuun nama sana irratti rakkoolee fayyaa fi hawaasummaa hedduu geessisuu danda’a. Kanneen armaan gadii isaan keessaa muraasa:
➊. Jireenya ofii kan of harkaa qaban irratti hundaa’uun guutuun akka hin jiraanne nama taasisa. HIIKA JIREENYAA DALGA TA’E NAMAAF KENNA.
➋. Aariin yookiin hadheeffatanii waa’ee nama biroo yaaduun dhibee onneetiif nama saaxila. Haaloon immoo aarii fi hadheeffata yeroo dheeraaf qabaachuu waan ta’eef carraan dhibee onnee fi haleellaa sammuu(stroke) nama saaxiluu ni dabala.
➌. Dhibee sukkaaraatiif illee nama saaxila.
➍. Dhibee sammuu kan akka dhiphuu, yaaddoo fi nageenyaatiif illee nama saaxila.
➎. Hariiroo namoota biroo wajjinii baay'ee booressa. Namni hadheeffatee waa’ee namoota biroo yaadu miira isaa to’achuun isa rakkisa. Kanaaf aarii fi hadheeffannaan isaa gara maatii fi jaalleewwan isaatti faca’uun walii galtee isaa hafte booressa.
➏. Araada gara garaatiif illee nama saaxila. Miira hir'ataa (negative) keessa seenan keessaa ba'uuf maraammartoo araada keessa seenuuf nama dirqamsiisa.
➐. Dafee nama dulloomsa darbees umrii malee akka du’an nama taasisa. Aariin, gaddii fi miirri dhiphuu haaloo kanaan wal qabatee hormoonii dhiphuu kan koortisoolii jedhamu dhiiga namaa keessatti akka baay'atu gochuun akka dafanii dulloomanii fi du’an nama taasisa.
FURMAATA:
DHIIFAMA DHIIFAMA! DHIIFAMA DHIIFAMA!
➨ DHIISUU JECHUUN wanta isin irratti ta’e irraanfachuu yookiin dagachuu utuu hin ta’in fedha ofiitiin mirga namicha nama miidhetti aaruu fi haaloo ba’uu dhiisuu jechuudha.
➨ OFIIF JECHUUN DHIIFAMA GOCHUU dhiifama gochuun al tokko tokko keessattuu gaafa namtichi badii isaa hin amanin rakkisaa ta’uu danda’a. Garuu dhiifama kan goonu namicha nu miidheef jennee utuu hin ta’in ofii keenyaaf jennee ta’uu sirriitti ofitti himuu barbaada.
➨ Dhiifama gochuun hariiroo kanaan duraatti deebi’uu jechuus miti.
➨ Iddoo namichaallee of kaa’anii haalicha ilaaluun gaariidha.
➨ Gocha namtichi godheen miidhaa nama irra ga’e fuulleen itti himuunis boqonnaa haga ta’e namaa kenna.
FAAYIDAALEE DHIIFAMAA:
①. Hariiroo fayya qabeessa akka qabaatan nama taasisa.
②. Fayyaa sammuu namaa fooyyessa.
③. Dhiibbaa dhiigaa ni hir’isa.
④. Fayyaa onnee ofii ni fooyyessa.
⑤. Dhiphuu, yaaddoo fi mukuu ni hir’isa.
⑥. Ofitti amanamummaan ofii ni dabala.
"Waan godhan/godhaniif hin beekaniitii dhiisiif"
Oddeeffaannoo Akkasiif Channalii kana Oddooffaa👇 👇 👇 👇
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0

Oddeeffaannoo Akkasiif Channalii kana Oddooffaa
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1
✌️KNOVUS Project
👍Project haajaa'ibaa kana hojjadhaa.
1. Link gadiitin seenaa.
2. Dhiyoo jalqabe. Taskiin isin jala hin darbin.
3. Yoo baayyeette daqiiqaa lama,
👉 https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
👍Project haajaa'ibaa kana hojjadhaa.
1. Link gadiitin seenaa.
2. Dhiyoo jalqabe. Taskiin isin jala hin darbin.
3. Yoo baayyeette daqiiqaa lama,
➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍1
Forwarded from Faana beekumsaa
KNOVUS
Marina
Xenea
Ariwallet
Spur
SYNTEX VERSE
KNOVUS LINK
▹Jalqabuuf Link kanaa gad fayyadamaa
https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
https://marina-protocol.com/link/referral?code=DARETUBE
https://xenea.app/register/6q8GbZqAmK
➥App download
Referral Code:
682bfe76323cdhttps://spurprotocol.com/s/VwpApu64l
https://syntaxverse.com/rf/V9XZDZRW9B7
1.Linkichaan galmooftanii achiin Applicationicha buustuu, sana booda gmail fi password isa dura galmooftaniin Seentuu.
2. Gmail keessaniin seenuu qabdu.
3. Referral Codiidhaan seenuu qabdu.
4. Guyyaa guyyaan al tokko seenuun deebii guutuu qabdu.
5. Iddoo isiniif hin gallee, screenshot erguun gaafachuu dandeessuu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
Akkaatan isaa akka armaan gadiiti.
1. Mallattoo profile kan fakkaatu gubbaa kan jiru sana tuqxu.
2. Iddoo referral Jedhu Tuqxu sana booda.
3. Iddoo human hash kan jedhu seentuu.
4. Submit Referral Code iddoo jedhuuti Codii isa jalaa kana galchitu
Code :
8968068Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
Wanti Ati Injifachuu hin Dandeenya Maalidha?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
DEEBII: Yaada ati Rakkoo ilaalchisee qabduudha.
➛ Rakkoon rakkoo ta'ee kan hafu gaafa ati akka rakkootti ilaalte qofadha.
➛ Rakkoon siif carraa itti qaramtee baatu ta'uu qaba.
Carraa ati itti mul'ata kee dhugoomsitu ta'uu qaba.
➛ Jireenya kee keessaa wanti baay'ee cimaan, wanta ati akka cimaatti ilaalte qofaadha.
➛ Wanti baay'ee cimaan si mataa kee malee rakkoo si qunname miti. Anatu rakkoo CAALAA cimaa dha jedhi of amansiisi!
➛ Ati rakkinaaf hiika addaa kennuu qabda.
Toomaas Edisoon, "Si'a baay'ee kufuun koo anaaf karaa fiixaan ba'iinsaa naaf ta'e" jedhee dubbata.
➛ Si'a baay'ee kufuun isaa nama guddaa ta'uutti isa fide.
➛ Maalif rakkinni na qunnama jechuun maaliifan NAMA ta'aa jechuudha.
➛ NAMA ta'uuf rakkina keessa darbuun dubbii dhumaati.
Oddeeffannoo Onnechisoo akkasiif join godhaati itti fayyadamaa. ➥ Join Now
🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾 🐾

DetNet New Task Claim Godhadhaa.
⭐ Adeemsa.
1. X page irra seentanii iddoo + fakkaatu tuquun.
2. ➥Tag @DeNetPro fi hashtag WatchersEverywhere gootu iddoo keessanis mention gootuf. Kanumaa goo.
⭐ Inni kanaa gad immoo jalqabuu yoo barbaadaniidha.
Hey! I'm earning passive crypto with Watcher Node - it's so easy to monetize your phone! 4,000,000 users already in, wanna join? Use my code and get 1000 $WN: 0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe
Download the app: https://links.denet.app/mobile?referrer=0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe
1. X page irra seentanii iddoo + fakkaatu tuquun.
2. ➥Tag @DeNetPro fi hashtag WatchersEverywhere gootu iddoo keessanis mention gootuf. Kanumaa goo.
Hey! I'm earning passive crypto with Watcher Node - it's so easy to monetize your phone! 4,000,000 users already in, wanna join? Use my code and get 1000 $WN: 0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe
Download the app: https://links.denet.app/mobile?referrer=0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
1 ffaa =▹ 30$
2 ffaa =▹ 20$
3 ffaa =▹ 15$
kaasne isiniif keniina jedhaniiru.
Jabbeessa✌️ Task jiru Xumuraa.
Link kanaan jalqabaa.
https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
Hub:
➥Top 100 Keessa yoo galleef badhaasni jira. Akka channalii keenyaati namoota 4
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#interlink Gatii guddaa irraa Argattanidha.✌️
➥Baayyee salphaa fi mijaatadha.
😇 Step kana hordofaa.
➡️ Gabaabumati, video keessa hundu jira, Robot ta'uu dhiisu keessan verified gootu, achin mine godhuudha.
To start interlink
1. Download the app 👉 Download
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim $ITLG at Interlink App.
5. Verify Email and
Click Referral.
Submit Code:
& Claim 1500 $ITLGTokens.
Jalqabuuf
https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068
➥Referral Code:
➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
➥Baayyee salphaa fi mijaatadha.
To start interlink
1. Download the app 👉 Download
2. Sign up and create your interlink ID and password
3. verify your face
4. Claim $ITLG at Interlink App.
5. Verify Email and
Click Referral.
Submit Code:
8968068& Claim 1500 $ITLGTokens.
Jalqabuuf
https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068
➥Referral Code:
8968068➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
8968068Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
Tole.
1. Deebii Keessaniif guddaa galatomaa isin jedha.
✌️Namoonnii 70 ol taatan Waayyeen isaa naaf hin galle jettaniitu.
✌️Namoonnii 60 ol taatan immoo dalagaa jirtu, 75%
✌️Namoonnii 30 ol immoo Active akka taatan Nu beeksiistaniitu.
👉 Hanga Danda'ame, karaa isaan kanaan isin hubachiisaa.
1. Live: 50 %
2. Video: 70 %
3. Audio : 80 %
4. Barreeffamaan: 90%
5. Suuran: 60%
∞ Hundi keessan hojii kana hojjachuuf fedha qabaadhaa, bu'a qabeessa taatu, Ani hanga ammaati Kan bilbilaan hojjatamuu qofa irra xiyyeeffachaa jira, yeroo booda immoo namoota Computer qabdaniif ni jalqabna.
👉 Pls Be active ✌️
➡️ Join gochuu akka hin daganne.
👉 👉 Online Work
➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
1. Deebii Keessaniif guddaa galatomaa isin jedha.
✌️Namoonnii 70 ol taatan Waayyeen isaa naaf hin galle jettaniitu.
✌️Namoonnii 60 ol taatan immoo dalagaa jirtu, 75%
✌️Namoonnii 30 ol immoo Active akka taatan Nu beeksiistaniitu.
1. Live: 50 %
2. Video: 70 %
3. Audio : 80 %
4. Barreeffamaan: 90%
5. Suuran: 60%
∞ Hundi keessan hojii kana hojjachuuf fedha qabaadhaa, bu'a qabeessa taatu, Ani hanga ammaati Kan bilbilaan hojjatamuu qofa irra xiyyeeffachaa jira, yeroo booda immoo namoota Computer qabdaniif ni jalqabna.
➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥➥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3
WHAT PEOPLE SEE
» Success
WHAT PEOPLE DON'T SEE
» Hard work!
» Persistence!
» Late Nights!
» Rejections!
» Sacrifices!
» Disciplines!
» Criticisms!
» Doubts!
» Failures!
» Risks!
❏ Namoonni milkaa'uu kee qofa arguu danda'u! Adeemsa milkii sanatti ittiin dhufte, tooftaa fi maloota, tarkaanfiilee ati fudhatte, kufaatii fi dhiibbaa damdamatte hedduu isaa, jibbamuu fi gadi qabamuu, kufaatii fi deebi'anii ka'uu meeqa keessa darbitee akka MILKOOFTE arguu hin danda'an!
Itti fufii dubbisi👉 Milkaa'inaa
➥➥➥➥➥➥▹▹▹▹➥➥➥➥➥➥➥

Itti fufii dubbisi
➥➥➥➥➥➥▹▹▹▹➥➥➥➥➥➥➥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
KNOVUS
Marina
Xenea
Ariwallet
Spur
SYNTEX VERSE
KNOVUS LINK
▹Jalqabuuf Link kanaa gad fayyadamaa
https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
https://marina-protocol.com/link/referral?code=DARETUBE
https://xenea.app/register/6q8GbZqAmK
➥App download
Referral Code:
682bfe76323cdhttps://spurprotocol.com/s/VwpApu64l
https://syntaxverse.com/rf/V9XZDZRW9B7
1.Linkichaan galmooftanii achiin Applicationicha buustuu, sana booda gmail fi password isa dura galmooftaniin Seentuu.
2. Gmail keessaniin seenuu qabdu.
3. Referral Codiidhaan seenuu qabdu.
4. Guyyaa guyyaan al tokko seenuun deebii guutuu qabdu.
5. Iddoo isiniif hin gallee, screenshot erguun gaafachuu dandeessuu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤2👍1
Forwarded from Dare Tube 🏅
1. Link jalaa kanaan seenuu.
2. Point jiru, qubaa keessan Irra Oofuudha.
3. Wallet keessanitti connect gootu.
4. Daily check in akka hin daganne.
5. Guyyaa guyyaan hanga dhumuuti miss akka hin goone.
6. Level isaa guddisaa.
7. 10M fundrising qaba.
8. Wanta gaaffii isinitti ta'e comment jalattii naaf barreessa.
https://t.me/hi_PIN_bot/app?startapp=p832rkV
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3❤1
Forwarded from Dare Tube 🏅
https://t.me/MidasRWA_bot/app?startapp=ref_7a5f0d00-798c-4b02-a14e-437b2516eb2c
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
Unich warri hojjatan. Ponit 999FD amma fudhadhaa.
👉 https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy
⭐ Dafaa daqiiqaa 10 qabdu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM