Hojii Online
4.6K subscribers
651 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
Kaayyoo fi Mul'ata | Bara Haaraa |
▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂
◉ Kaayyoo jechuun mul'ata gara fuulduraati!

◉ Mul'ata jechuun wanta qabatamaa yookiin wanta harka namaan yookiin ijaan hin mul'annedha.


◉ Nama kaayyoo jechuun wanta gara fuulduratti ta'uu qabu kan yaaduu fi karoorsudha.

➝ Addunyaa kana irratti wanti               nama miidhu qabeenya dhabuu osoo hin taanee kaayyoo dhabuudha.

◔ Namni kaayyoo hin qabne mul'ata hin qabu!
◔ Mul'ata hin qabdu taanan; karoora hin qabdu!
◔ Karoora hin qabdu taanan; yeroo kee hin to'attu!
◔ Namni yeroo ofii hin to'anne; eessa akka jiru hin beeku!
◔ Namni bakka jiru hin beekne immoo; jireenya jiraachaa jira hin jedhamu. Kanaaf jooradha!

⊙ Namni lafa kana irra jiraatu hunduu mul'ata qaba. Garuu haalli itti fayyadamaa gargari!
       ´¯´¯
  FAKKEENYAAF
Joobiraa fi lukkuu ilaalaa!
Akkuma beekamu joobirrii fi lukkuun walfakkaatu. Akkuma wal fakkaatan immoo garaagarummaa qabu.

➝ TOKKUMMAAN  jarreen kanaa:         
      
  Lukkaa lama lama qabu
  Qochoo lama lama qabu
  Lamaan isaanii hanqaaquu buusu.

➝ GARGAARUMMAA ISAANII
JIREENYI JOOBIRAA:
  Samii irra,
  Foon soorata,
  Deemsa km lakkaa'amu deema
  Ofii isaatii ofbulcha.

➝ LUKKUUN IMMOO
Kan jiraattu lafa irra; keessaayyuu immoo kosii keessa!
Kan soorattu raammoo
Deemsi isheellee meetira (m) akka ta'e.

➝ JOOBBIRRI yeroo hunda kaayyoon isaa samiirra olfagaachudha.
Lukkuun garuu yeroo hunda kosii barbaadudha. Barri ishee akka dhumaa jiru isheef hin galle.

Obboleessaa, obboleettii, ilaalichi kee hoo akkami? Ati maali yaadaa jirta?
◉ Bara 2018 maalin simatta?
◉ Bara haaraan hin jiru ilaalcha haaraa malee!
◉ Ilaalcha haaraaf kutannoo haaraan lafa jirtu kaati!
◉ Humna kee, qabeenya kee, beekumsa kee guutuun waaqa keef hojjedhu!
◉ Gonfoo warra moo'anii fudhadhu!

Inni lafa kanaa hundinuu in darba, kan hin darbine dubbii sagalee isaati.

Kanaaf bara 2018 humna jabaan haa tarkaaffannu!
Waaqayyo nu haa gargaaru!

Itti fufii dubbisi
      
         ➥Kutaa 1ffaa

😇😇😇😇😇😇😇😇😇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤5🥰2
Forwarded from Faana beekumsaa
🔤🔠🔠🔠 🔠🔠🟢🔠🔠🔠🔠

😇😇🔠🔠🔠🔠🔠🔠🔠😇😇

👉InterLink Project Warri hojjataniif.

1. Torbee dhufu, waan gurguddaan dhufna jedhanii waan jiraanif qopha'aa.
2. Wallet connect gochuu keessa check godhaa.
3. Verified ta'uu keessan check godhaa.
4. Exchange ta'uuf deema, qarshii guddaa irra arganna. Be ready.
5. Warra dhaabataa faana haasa'aa waan jiruuf, Mee waanta gaafii isinitti ta'e kamiiyyuu Waayyee InterLink ilaalchisee Comment jalatti Naaf barreessa.

👉About InterLink fi Website project hojjachuuf Computer Qabdan Torbe dhufu Live waan seennuuf Join godhaa ✌️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4❤2🥰1
Forwarded from Dare Tube 🏅
➥Akka Walii galaattii Sadarkaa 5 ffaa galle.

⭐Dafaa jalqabaa bonus baayyee qaba.

1. Gmail keessan galchaa.
2. Password waan barbaaddan galchaa garuu akka hin daganne.
3. Task jiru xumuraa.
➡️Daily Check in
➡️Join Telegram, Twitter
➡️Your Referral Link share
➡️ Yeroo hunda Twitter page kan isaanii irraattii, Like, comment fi repaly gochuu duwwaadha,kan biraa immoo Gaaffiiwwaan dhiyaatuf deebii kenitu, deebiin isaas yeroo hunda channel kanarraattii gad dhifaama.

👉Link kanaan fayyadama. Yoo sadarkaa Top 3 keessa gallee, badhaasa namoota 4 ni keninaa.

➡️https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9

➡️Referral Code: 2OVYH9

😇😇😇😇😇😇😇😇😇😇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤2👍2
Forwarded from Dare Tube 🏅
⭐Namoonnii baayyeen Kessan Akka Taphaatan Nan beeka.

👉Garuu Hanga ammaati Verified hin taane, Kanaaf amma seenaati Verified ta'a.

😇Step isaa akkas

1. Resend kan jedhu Tuqaa. Erga tuqxaan
2. Messajjiin KNOVUS irra link isiniif ergama, achiin link tuqxu kanuma.

➥Akka Walii galaattii Sadarkaa 4 ffaa galle jira.

⭐Dafaa  jalqabaa bonus baayyee qaba.

1. Gmail keessan galchaa.
2. Password waan barbaaddan galchaa garuu akka hin daganne.
3. Task jiru xumuraa.
     
➡️Daily Check in
     
➡️Join Telegram, Twitter
     
➡️Your Referral Link share
     
➡️ Yeroo hunda Twitter page kan isaanii irraattii, Like, comment fi repaly gochuu duwwaadha,kan biraa immoo Gaaffiiwwaan dhiyaatuf deebii kenitu, deebiin isaas yeroo hunda channel kanarraattii gad dhifaama.

👉Link kanaan fayyadama. Yoo sadarkaa Top 3 keessa gallee, badhaasa namoota 4 ni keninaa.

➡️https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9

➡️Referral Code: 2OVYH9

😇😇😇😇😇😇😇😇😇😇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2
Forwarded from Faana beekumsaa
SUCCESS | MILKAA'INA |
▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Siif milkaa’inni maali? Yeroo qabdu keessatti maal milkeessitee darbuu barbaadda?

❍ Sammuun kee waa’ee wanta ati milkeessuu barbadduu maal sitti hima? Ni dandeessa moo hin dandeessu siin jedha? Maatiin kee, olloonni kee, istaafii fi hiriyoonni kee maal siin jedhan? Abbootiin amantaa kee maal siin jedhan?

❍ Milkaa'ina yookiin abjuu keenya nuuf dhugoomsuu danda'aa?

⩩ Milkaa’uun kan eegalu sammuu keessatti! Ilaalcha duriitiin of jijjiiruun hin danda’amu. Dandeettii fi ilaalcha jaarraan kun eeyyamu gabbifachuun dirqama.

⩩ Mee ati abjuun kee fi mul'atni kee maali? Mee kana jettee ifatti kan ati dubbattu maali? Mee qabiyyeen karoora kee fi abjuu kee maal fa'i? Gar-tokkee dha madaalawaa dha?

⩩ Aduudhumti dhiitee bariiteef baatee galta moo galma sirriitti qulqulleesitee irratti xiyyeeffatte qabda? Waanuma sitti fakkaate ganama hirriiba irraa kaatee hojjettamoo abjuu fi mul'ata irratti xiyyeeffatte tokko qabda?

⩩ Abjuu kee adda baaftee, karoora yeroo gabaabaa, giddu galeessaa fi dheeraa baafatte qabdaa? Mee afuura kee, dinagdee kee, hawwaasummaa kee, fayyaa kee, maatii kee, barumsa kee milkeessuu irratti karoorri ati walduraa duubaan ifatti karoorfatte jiraa?

⩩ Yoo milkaa’uu barbaadne fedhii fi hawwii cimaa ofii keenya keessatti uumuu qabna!  Wanti hin jijjiiramne hin jiru jennee amanuu qabna!
Guddachuuf carraa ofitti qabachuu nu barbaachisa (use opportunity)

⩩ Bara baraan nama wal fakkaataa ta'uu hin qabnu! (making difference)

✪ Hojii itti fufee nu fayyadu irratti haa xiyyeeffannu!
Hojii itti fufee nu fayyadu irratti
 • Humnaa fi yeroo
 • Beekumsaa fi dandeettii
• Maallaqaa fi ogummaa keenya ‘invest’ haa goonu!

Itti fufii dubbisi hundasaa👇👇

https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
TON Ecosystem Today Token Prices (with ATHs )

$BLUM = $0.046
$PX = $0.042 (ATH: $0.77) 
$NOT = $0.0021 (ATH: $0.027) 
$MAJOR = $0.15 (ATH: $1.7) 
$DOGS = $0.00013  (ATH: $0.0016)
$HMSTR = $0.00072 (ATH: $0.0085)

🪙 Other Token Current Prices: 

🤑$BTC = $114.4K
🤑$ETH = $3661
🤑$SOL = $167
🤑$TON = $3.37
🔸 $BNB = $763
🪙 $BGB = $4.35

📉EXCHANGES :

⚡️🤝🤝🤝🤝

💰BYBIT | 💰Binance | 💱Bitget | 📈KuCoin | 💰GateIO | 📈MEXC | ✖️BingX  |🤑BitMart | 📱 Dare Tube | 💬 Twitter | 📱 Facebook |  ✈️Telegram | 📱Github  |  🎵Tiktok 👾Discord | 📸Dare Tube



                  
✔️ Dare Tube Official TG
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
Hello Fam 👋

‼️Yeroo darbe bot tokko isiniif maxxanseen ture bot maqaan isaa T22 jedhamu.

🤖Bot kana guyyaa 2f irraa deeddebihee isinitti himaan ture akkuma jedhe immoo irraa withdraw godhee ilaaleen jira suura gubbaarraa ilaaluu dandeessu.

📌Baayyeen keessan bot kun scam dha jechaa turtan garuu bot kun dhugumatti ni kaffala mirkaneeffadhaa.✔️

🖥Haala hojii isaammoo isinitti himeen ture,

🔴1. Bot kana erga start gootanii booda group keessan members 300 ol qabu irratti admin gootu.

🔴2. Sana booda bakka dashboard seenuun referral link keessan copy godhachuun nama afeertu, namni isin afeertan Sun yoo inni group isaa irratti bot kana admin godhe qofa isiniif lakkaaha.

🔴3. Erga nama afeertanii namni isin afeertan bot admin godhee xumuree booda guyyaa 3 pending godha, erga guyyaan sun dhumee booda claim godhattu dollar hamma siniif kenne.

❗️REM: group isin bot kana admin gootan irratti group sun active tahuu qaba ykn namni keessatti haasahu baayyachuu qaba hin tahu taanaan reject isin jalaa godha.



➡️Namni hin jalqabne yoo jiraate link kana fayyadamaa

👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/t22_robot?start=ref_693199560
https://t.me/t22_robot?start=ref_693199560


😇😇😇😇😇😇😇😇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1
Forwarded from Dare Tube 🏅
➡️➡️InterLink

1. Wallet Keessan faana Connect gochuu keessan check godhadhaa.

2. Fuulla keessanis verify Godhadhaa.

3. Saatii afur afuriin Claim godhachuu hin dagatinaa.

4. Wallettiin IntetLink Yeroo dhiyooti jalqaba.

5. Yeroo visa card payment isiniif kenama. kun immoo namoota million 3 Qofaafi namoota dursaanii Verified ta'an jechuidha.

➡️Cardiin kun akka masterCard iitti waan ta'eef Tajaajilla kanfaltii Biyya alaa baauyeef isiniif Olaa.

➡️Baayyeen Keessan jalqabdanii Garuu Verified hin taane, kan jechuun Hoomaa hin argattan jechuudha,
➡️Projectii kun Qarshii guddaa irraa argatu pls hin qoosinaa.

Interlink Jalqabuu yoo barbaaddan.

👉 Link kanaan jalqabaa.

https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068

👉Referral Code: 8968068


➡️Akkaata isaa Video Yoo barbaaddan

👇👇👇👇👇

👉InterLink Video


😇😇😇😇😇😇😇😇😇

🏴‍☠️Yoo isiniif hin gallee Comment jalattii Suura iddoo isin rakkisee naaf kaa'a isin dubbisa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube 🏅
➥Akkam jirtu nagaa keessanii?
▹Yeroo Live walii wajjiin akka haasofnu barbaanne turre, guyyaa isiniif mijaatu filadhaa.
Anonymous Quiz
27%
Wixaata 3:30 booda
6%
Kibxaata 3:30 booda
14%
Roobii 3:30 booda
9%
Kamisaa 3:30 booda
8%
Jimaata 3:30 booda
15%
Qidaame 3:30 booda
21%
Sanbata 3:30 booda
Forwarded from Dare Tube 🏅
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
⭐Project Kana Akka hin daganne.
➡️Namoonnii baayyeen Kessan Akka Taphaatan Nan beeka.

👉Garuu Hanga ammaati Verified hin taane, Kanaaf amma seenaati Verified ta'a.

😇Step isaa akkas

1. Resend kan jedhu Tuqaa. Erga tuqxaan
2. Messajjiin KNOVUS irra link isiniif ergama, achiin link tuqxu kanuma.

➥Akka Walii galaattii Sadarkaa 4 ffaa galle jira.

⭐Dafaa  jalqabaa bonus baayyee qaba.

1. Gmail keessan galchaa.
2. Password waan barbaaddan galchaa garuu akka hin daganne.
3. Task jiru xumuraa.
     
➡️Daily Check in
     
➡️Join Telegram, Twitter
     
➡️Your Referral Link share
     
➡️ Yeroo hunda Twitter page kan isaanii irraattii, Like, comment fi repaly gochuu duwwaadha,kan biraa immoo Gaaffiiwwaan dhiyaatuf deebii kenitu, deebiin isaas yeroo hunda channel kanarraattii gad dhifaama.

👉Link kanaan fayyadama. Yoo sadarkaa Top 3 keessa gallee, badhaasa namoota 4 ni keninaa.

➡️https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9

➡️Referral Code: 2OVYH9

😇😇😇😇😇😇😇😇😇😇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
➥Namoota InterLink Project Hojjataniif Maraaf.

😀Qarshii Guddaa Hojjachuu dandeessu Isin jala hin darbina.
😀Namoota Waayyee InterLink Video hojjataniif Badhaasni Dollar $15000 Qopheessaniiru.

1. Namoonnii suura gubbaati Argaman, step hunda xumuraa. Locked waan isin jalaa ta'eef xumuruu qabdu.
➥Yoo xumuruu baatan Hoomaa hin argattan jedhaniiru.

😇Step isaa
1. Fuula keessan nama ta'uu keessan verified gootu, achiin.
2. Iddoo Referral jedhu Tuquun Human hash kan jedhu Tuqxu sana booda

Iddoo Submit Referral Code Jedhuuti lakkoofsa kana Guutaa

➥
8968068

sana booda Submit kan jedhu si'a 2 irra deebitanii Tuqxuu Achiin ITLG 1000 argattuu.

➡️Akkaata isaa yoo wallaaltan username kanaan na dubbisuu dandeessu.

👉  @daretubeNBO

Hub:
1. Gaaffii waayyee interlink ilaaltuudha.


Hanga ammatii hin jalqabne yoo ta'e link jalaa kana fayyadamaa.

https://t.me/c/1793581255/5049
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1