3ffaa:- LEYLATUL-QADRI.
ثالثًا: ليلة القَدْرِ ،
فَضْلُها، وما يُشرَعُ فيها، ووقتُها
1- فَضلُ ليلةِ القَدْرِ
- أُنزِلَ فيها القُرآنُ.
- يقَدِّرُ اللهُ سبحانه وتعالى فيها كُلَّ ما هو كائنٌ في السَّنَةِ.
- أنَّها ليلةٌ مُباركةٌ.
- العبادةُ فيها تَفضُلُ العبادةَ في ألفِ شَهْرٍ.
- ينزِلُ فيها جبريلُ والملائكةُ بالخَيرِ والبَرَكةِ.
- ليلةُ القَدرِ سَلَامٌ.
Sadarkaa leylatul qadrii,waan isii keessaa hojjatamuu qabaniifi yeroo isii.
1. Sadarkaa leylatul-qadrii
• Qur'aanni isii keessa buufame
• Taatewwaan waggaa dhufu keessatti raawwatamtu hunda Rabbiin isii keessa murteessa.
• Isiin halkan baraka qabeettidha.
• Ibaadaan isii keessa dalagan ibaadaa ji'a kuma tokkoo( 1000) irra caalti.
• Isii keessaa Jibriilifi Malaa'ikoonni toltuufi barakaan bu'an.
• Leylatul qadri halkan nagayaati.
2- ما يُشرَعُ في ليلةِ القَدْرِ
- القيامُ
Wantoota halkan Leylatul qadrii keessaa hojjatamuu qaban:-
• dhaabachuu
Halkan tana keessaa dhaabbatanii salaatuun karaa taasifamaadha.
• I'itikaafa
Ergamaan Rabbii (SAW) leylatul-qadriin barbaaduuf jecha bultii ramadaanaa kurnan boodaa ibaadatti halanyaayanii madsjiida keessa taa'u turan.
• Du'aa'ii
Halkan tana keessaa du'aa'ii kadhachuun Rabbii ol ta'etti dhihaachuun karaa taasifamaadha( tumamee) jira.
• Dalagaa gaarii
Halkan tana keessaa dalagaalee gaggaarii dalaguun; ajajoota rabbii raawwachuun karaa taasifamaadha.
3 - وقتُ ليلةِ القَدْرِ وعلامَتُها
- وقتُ ليلةِ القَدْرِ
ليلةُ القَدْرِ في العَشْرِ الأواخِرِ من رَمَضانَ، وهي في الأوتارِ أقرَبُ مِنَ الأشفاعِ، وهو ما ذهَبَ إليه الشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولٌ للمالكِيَّة، واختاره ابنُ تَيميَّةَ، والصَّنعانيُّ، وابنُ باز، وابنُ عُثَيمين.
3. Yeroo leylatul-qadriitifi mallattoo isii.
Yeroo leylatul-qadrii
Halkan leylatul qadrii bultii kurnan boodaa ramadaanaa keessatti tan argamtu yoo ta'u halkanoota guutuu caalaa halkanoota qarii( maangoo) keessatti argamutti irra dhihoodha.yaannii kun yaada mazhaba shaafiyyaa,fi hanaabilaati.warri maalikiyyaa yaada kana deeggaranis ni jiru. Ibnu teymiyyaa,sana'aanii, ibnu baazifi ibnu Useyminiinis yaada kana filatan.
- هل ليلةُ القَدرِ تتنقَّلُ أم هي ثابتةٌ؟
لا تختَصُّ ليلةُ القَدرِ بليلةٍ مُعَيَّنةٍ في جميعِ الأعوامِ، بل تتنقَّلُ في ليالي العَشْرِ الأواخِرِ مِن رَمَضانَ، وهو مَذهَبُ الجُمهورِ: المالكِيَّة، والشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولُ أكثَرِ أهلِ العِلمِ.
- بقاءُ ليلةِ القَدرِ
ليلةُ القدْرِ موجودةٌ لم تُرفَعْ، وباقيةٌ إلى يومِ القِيامة؛ نقَل الإجماعَ على ذلك: النوويُّ.
• Waarinsa( itti fufiinsa) leylatul-qadrii
Leylatul-qadri argamtuudha(ni jirti) ol hin fuudhamne.hanga guyyaa qiyaamatti waartudha(jiraattudha) dhimma kana irratti hayyoonni Islaamaa walii galtee akka qaban Nawaawiin gabaasanii jiru.
- علامةُ ليلةِ القَدرِ
من علاماتِ ليلةِ القدْر أنَّ الشَّمسَ تَطلُعُ في صَبيحَتِها صافيةً، ليس لها شُعاعٌ.
• Mallattoo leylatul-qadrii.
Mallattoolee leylatul-qadrii keessaa tokko aduun barii isii qulqulluu, faca'iinsa ifnanaa hin qabne taatee bahuudha.
⏺ @Jemal89

يُشرَعُ في هذه الليلةِ الشَّريفةِ قيامُ لَيلِها بالصَّلاةِ.
- الاعتكافُ
يُشرَعُ في ليلةِ القَدرِ الاعتكافُ؛ فقد كان رسولُ الله صلَّى اللهُ عليه وسلَّم يعتكِفُ في العَشْرِ الأواخِرِ؛ التماسًا للَيلةِ القَدرِ.
- الدُّعاءُ
يُشرَعُ الدُّعاءُ فيها، والتقَرُّبُ به إلى اللهِ تبارك وتعالى.
- العَمَلُ الصَّالِحُ
يُشرعُ عملُ الصالحاتِ، وفعلُ الطاعاتِ في هذه الليلةِ.Wantoota halkan Leylatul qadrii keessaa hojjatamuu qaban:-
• dhaabachuu
Halkan tana keessaa dhaabbatanii salaatuun karaa taasifamaadha.
• I'itikaafa
Ergamaan Rabbii (SAW) leylatul-qadriin barbaaduuf jecha bultii ramadaanaa kurnan boodaa ibaadatti halanyaayanii madsjiida keessa taa'u turan.
• Du'aa'ii
Halkan tana keessaa du'aa'ii kadhachuun Rabbii ol ta'etti dhihaachuun karaa taasifamaadha( tumamee) jira.
• Dalagaa gaarii
Halkan tana keessaa dalagaalee gaggaarii dalaguun; ajajoota rabbii raawwachuun karaa taasifamaadha.
3 - وقتُ ليلةِ القَدْرِ وعلامَتُها
- وقتُ ليلةِ القَدْرِ
ليلةُ القَدْرِ في العَشْرِ الأواخِرِ من رَمَضانَ، وهي في الأوتارِ أقرَبُ مِنَ الأشفاعِ، وهو ما ذهَبَ إليه الشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولٌ للمالكِيَّة، واختاره ابنُ تَيميَّةَ، والصَّنعانيُّ، وابنُ باز، وابنُ عُثَيمين.
3. Yeroo leylatul-qadriitifi mallattoo isii.
Yeroo leylatul-qadrii
Halkan leylatul qadrii bultii kurnan boodaa ramadaanaa keessatti tan argamtu yoo ta'u halkanoota guutuu caalaa halkanoota qarii( maangoo) keessatti argamutti irra dhihoodha.yaannii kun yaada mazhaba shaafiyyaa,fi hanaabilaati.warri maalikiyyaa yaada kana deeggaranis ni jiru. Ibnu teymiyyaa,sana'aanii, ibnu baazifi ibnu Useyminiinis yaada kana filatan.
- هل ليلةُ القَدرِ تتنقَّلُ أم هي ثابتةٌ؟
لا تختَصُّ ليلةُ القَدرِ بليلةٍ مُعَيَّنةٍ في جميعِ الأعوامِ، بل تتنقَّلُ في ليالي العَشْرِ الأواخِرِ مِن رَمَضانَ، وهو مَذهَبُ الجُمهورِ: المالكِيَّة، والشَّافِعيَّة، والحَنابِلَة، وهو قولُ أكثَرِ أهلِ العِلمِ.
- بقاءُ ليلةِ القَدرِ
ليلةُ القدْرِ موجودةٌ لم تُرفَعْ، وباقيةٌ إلى يومِ القِيامة؛ نقَل الإجماعَ على ذلك: النوويُّ.
• Waarinsa( itti fufiinsa) leylatul-qadrii
Leylatul-qadri argamtuudha(ni jirti) ol hin fuudhamne.hanga guyyaa qiyaamatti waartudha(jiraattudha) dhimma kana irratti hayyoonni Islaamaa walii galtee akka qaban Nawaawiin gabaasanii jiru.
- علامةُ ليلةِ القَدرِ
من علاماتِ ليلةِ القدْر أنَّ الشَّمسَ تَطلُعُ في صَبيحَتِها صافيةً، ليس لها شُعاعٌ.
• Mallattoo leylatul-qadrii.
Mallattoolee leylatul-qadrii keessaa tokko aduun barii isii qulqulluu, faca'iinsa ifnanaa hin qabne taatee bahuudha.
⏺ @Jemal89
👍3
Nabiyyiin Keenna Muhammad(ﷺ) Ramadaana meeqa sooman
Anonymous Quiz
28%
Ramadaana shan(5)
10%
Ramadaana saddeet(8)
7%
Ramadaan sadih( 3)
55%
Ramadaana sagal ( 9 )
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan"Allaahafi malaa'ikoonni isaatis warra obboroo obboreeffatan irratti salawaata¹ buusan.
___
¹ Salawaanni Rabbiin irraa rahmata yoo ta'u malaa'ikoota irraa ammoo araarama.
⏺ @Jemal89
___
¹ Salawaanni Rabbiin irraa rahmata yoo ta'u malaa'ikoota irraa ammoo araarama.
⏺ @Jemal89
👍2
Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan "Jannata keessa balbala Rayyaan jedhamtutu jira guyyaa qiyaamaa warra soomutu isiin seena. isaan malee namni biraa tokkos isii hin seenu.
📔Sahiiha bukaarii Lakk.1896, Sahiiha Muslim Lakk.1152
⏹ @Jemal89
📔Sahiiha bukaarii Lakk.1896, Sahiiha Muslim Lakk.1152
⏹ @Jemal89
Ibaadaan halkan leylatul-qadrii keessaa dalagan ibaadaa ji'oota kuma tokko (1000) irra caalti.
halkan leylatul-qadri keessatti kajeelamu keessaa tokko halkan edanaati.kanaafuu Halkan kana ibaadaa irratti haa jabaannuu
⏹ @Jemal89
halkan leylatul-qadri keessatti kajeelamu keessaa tokko halkan edanaati.kanaafuu Halkan kana ibaadaa irratti haa jabaannuu
⏹ @Jemal89
👍1
Soomanni Ramadaana Roga (Ruknii) Islaamummaa isa meeqaffaadha?
Anonymous Quiz
16%
Tokkoffaadha (1ffaa)
24%
Sadaffaadha (3ffaa)
12%
Lammaffaadha (2ffaa)
48%
Afraffaadha (4ffaa)
Soomanni fuula achi deeffatee guyyaa muraasa qofatu hafe, guyyoota dabran keessatti yoo of dagattee waan dalaguu qabdu hin dalagin abdii hin muratin.ammumma irraa fuula kee gara rabbii deebisi tultutti marxifadhu. Dalagaan kan laalamtu booda waan ta'eef Rabbiin warra ganama irraa jalqabee ifaaje waliin si milkeessuun ni mala. Sun kan kajeelamu garuu yoo tawbaa qulqulluu tawbattee qaamaa qalbiin gara Rabbii deebitee guyyoota hafan tultuu irratti cichiteedha.⏹ @Jemal89
Keenna uumaan hin du'u
Du'aa kan uume isa
Akkamiin ofii du'ee
uumaan nama fayyisa?!
Kan dachii tana uumee
Dhisaa malee diriirse
Kan samii ol fageessee
Utubaa malee dhise
Halkan ji'a nuuf baasee
Guyyaa aduu nuuf ibse
Sammuu yaadu nuuf kennee
Beellada nu caalchise
Uumaa fakkii hin qabne
Namni akkam fannisa
Yeroo diinni fannisu
Innis ima cal'isa?!
"Nuuf jedhee fannifame"
Eega kan nuun jettanii
Mee gaafii kenna kaan
Deebiin keessaan maalinni?!
Osoo hin fannifamne
Araaramuun danda'uu?
Hanga diina isaatiin
Salphifameetiin du'u
Kan yakkameeyyu isaa eennuuf gatii kafala
Ofumaa yakkameetin
Ofumaa wareegamee araaramuun ni malaa?!
Ammoo guyyaa sadaffaa
Awwaalaa ba'e jettu
Qaamni nama jaalatu
Wareegama kafale
Deebi'ee hin fudhatuu
Maali ree du'aa ka'uun
Waaqni keessaan gaabbetuu?!
"Yakka ani hojjadheef
Uumaan koo fannifame"
Yakka keenna nuuf dhiisuuf
Waaqani nuuf wareegame!!
Jedhee sammuu akkamtu
Amaneetiin fudhata?!
Wallaalli kana caalu
Kan biraa jiraa laata?!
QopheessaanJamaal kadiir
@Jemal89
❤3
Halkan leylatul Qadri keessatti kajeelamtu keessaa takka halkan tana.
toluun halkan leylatul qadrii keessaa dalagan toltuu ji'a kuma tokkoo irra caalti. kan jechuun namni halkan leylatul qadrii takkatti keessa Qur'aaana qara'e, zikrii godhe salaata salaate, sadaqaa sadaqate,......nama halkan kuma dhibba sidihiifi kama jahaatama (360,000 ) ol toltuu akkanaa dalage caalaa Rabbiin biraa mindaa argata jechuudha.kanaafuu of hin dagatin.⏹ @Jemal89
Obboroo Xumura Ramadaana bara kanaa
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Nuti Muslimoonni Sochiin jireenya keennaa hundi ibaadadha soomana qofa osoo hin taane nyaannis Ergamaan Rabbii (SAW) "Obboreeffadhaa obboreeffachuu keessa barakatu jiraa" jedhaniiru akkasumas Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan"Allaahafi malaa'ikoonni isaatis warra obboroo obboreeffatan irratti salawaata¹ buusan. Jechuun Suhuura (obboroo) nyaachuun hangam bu'aa akka qabu nuuf himanii jiru.
√ Ramadaana baranaatif obboroon edanaa tun obboroo xumuraati.
√Ramadaana baranaatiif Soomanni guyyaa boruu sooma xumuraati
Kanaafuu Yoo soomana keenna dabarsine seera isaa guunnee soomuu baannes isa boruu kana of eeggannoon haa soomnuu ergamaa Rabbii (SAW) "Dalagaan kan ilaalamtu xumura isiiti" jedhanii jiru tarii xumura tolchuu keetiin Rabbiin siif mararfatee jalaqabaaf xumura soomana keetiis sirraa qeebaluun ni malaa.
YAA ALLAAH!! Somana keenna Nurraa qeebali
YAA Allaah!! Wagga dhufu nama deebi'u nu taasisi
Aamiin Allaahumma Aamiiiin

•IID MUBAARAK
•عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
•عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Wanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.
• Shexaanni gadi dhiifameera.
•warri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
• Sijaadaan dachaafameera.
• Qur'aanni cufameera.
• Jama'aan masjiidaa duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
•Warri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
•Yoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....
•Namoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.
Wanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!!.....Yaa Allaah ati akka fincaan gaalaa of jala gara galuu nuuf didi.

"አምላክ"ጥሎ መሸሽ ወይስ ጫማ ጥሎ መሸሽ ነው የበለጠ የሚገርመው?!
==================================
ከሙስልሞች የተወሰኑ ሰዎች ጫማቸውን ጥሎ ስለ ሸሹ ለምን ይገርማችዋል?! የኢየሱስ ደቀመዝሙርት ኢየሱስን ጥሎ አልሸሹም ወይ?!! "⁵⁵ በዚያን ጊዜ ኢየሱስ ሕዝቡን እንዲህ አላቸው፤ “ወንበዴ እንደሚይዝ ሰው ሰይፍና ዱላ ይዛችሁ ልትይዙኝ መጣችሁ? በየዕለቱ በቤተ መቅደስ ተቀምጬ ሳስተምር አልያዛችሁኝም ነበር፤
⁵⁶ ነገር ግን ይህ ሁሉ የሆነው ነቢያት በቅዱሳት መጻሕፍት የተናገሩት ይፈጸም ዘንድ ነው።” በዚያን ጊዜ ደቀ መዛሙርቱ ሁሉ ጥለውት ሸሹ።(ማቴዎስ 26፣55-56)
እንደ አረኣያ የሚያዩት ደቀመዝሙሮች "አምላካቸውን" ጥሎ እንደ ሸሹ እያወቁ ጫማ ጥሎ የሸሹ ሰዎችን ስንቁ ይገርማል።
• በነገራችን ላይ የዛሬ ክስተት እነሱ ላይ ብከሰት ታቦታቸውን ጥሎ እንደሚሸሹ ምንም ጥርጥር የለውም።

Qur'aana keessaa keewwanni dheeraan suura kam keessatti argama?Ibsa dabalataa yoo barbaadde mallattoo Ampuuli tuqi.
Anonymous Quiz
19%
Suuraa Zumar
7%
Suuraa Maa'idaa
63%
Suuraa Baqaraa
11%
Suuraa Tawbaa
👎2
Warroota Jannanni itti hawwitu.
•------------------------------------------•
• Yaa Allaah! Sila jannannumaan tunuu maal akka taate beytaa?! Rabbii bahaafi dhiha uume, gooftaa waa hundaatiin siif kakadhee! Addunyaan tuniifi wanti addunyaa tana keessa jiru cufti osoo walitti qabmee shaashii(maasarii) dubartiin jannataa Rifeensa isiitiin hidhattu hin ga'u! hin (madaalu).
•
• Yoo shaashiin isii hangas qaalii taate uffanni isii guun hoo hangami laata?!! isiin mataan isii hoo?! isiin immaa osoo yeroma tokko dukkana halkanii keessaa gara addunyaa taannaa as mul'attee akka aduun guyyaa addunyaa guutuu nuuf ibsaa oltu kanatti dukkana halkan nuuf ibsiti ture!!. Sun fuula isiiti.
• Urgaan foolii isiin jidduu dachiif samii kana guutuu urgeessa ture.aayii....... Kun irra xiqqaa waan jannata keessaa jiruuti.
•
• Jarri jannanni itti hawwitu sunniin Aliyyi. Ammaarifi Bilaali (RA) Rabbiin isaan jaalatee jannata isaanitti hawwisiise.!!
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan "
Gabaasa biroo keessattis Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan Jannanni bar namoota sadihitti ni hawwitii:-isaani "
Anaaf ati jannata hawwina jara kanniin ammoo jannatatu isaanitti hawwa maaltu sadarkaa isaanii akkanatti guddise!? Maaltu akkanatti isaan tolche kan janna ni isaan hawwitu
Yaa Allaah mararfannama keetiin jannata nuuf kenni.!
⏹ @Jemal89
_______
¹)Haakimtu gabaase 3/148 ( lakk.4666)
²) Tirmiizitu gabaase. Lakk. 3797 Albaaniin sadarkaa hadiisicha hasan jedhanii jiran.
sahiihul Jaami'i lakk. 1598 .
•------------------------------------------•
Aniifi ati jannata hawwina. gabroota Rabbii keessaa warra jannanni itti hawwitutu jira. • Yaa Allaah! Sila jannannumaan tunuu maal akka taate beytaa?! Rabbii bahaafi dhiha uume, gooftaa waa hundaatiin siif kakadhee! Addunyaan tuniifi wanti addunyaa tana keessa jiru cufti osoo walitti qabmee shaashii(maasarii) dubartiin jannataa Rifeensa isiitiin hidhattu hin ga'u! hin (madaalu).
•
Doolaarri Ameerikaan qabdu paawondiifi Yuuroon Awroopaafi biyyoinni biroos horatan, Riyaalaafi diinaarri Araboonni kuufatan, qabeenni addunyaa guutuun albuudni meetaafi ziqaayni konkolaataan qaqqaaliin, manni jireenyaa ammayyaa,markabaafi xiyyaarri ..... Wanti dachii tana keessa jiru cufti osoo walitti dabalamee shaashii Hural- Ayniin (dubartiin jannataa) Rifeensa isiitiin hidhattu bituu hin danda'u. • Yoo shaashiin isii hangas qaalii taate uffanni isii guun hoo hangami laata?!! isiin mataan isii hoo?! isiin immaa osoo yeroma tokko dukkana halkanii keessaa gara addunyaa taannaa as mul'attee akka aduun guyyaa addunyaa guutuu nuuf ibsaa oltu kanatti dukkana halkan nuuf ibsiti ture!!. Sun fuula isiiti.
• Urgaan foolii isiin jidduu dachiif samii kana guutuu urgeessa ture.aayii....... Kun irra xiqqaa waan jannata keessaa jiruuti.
•
Jannata tanatu namoota addunyaa keessa turan keessaa namoota sadihitti hawwa ture. Isaantu jannata hawwa osoo hin taane jannatatu isaan hawwa (dharra'a ) siin jechaa jiraa bar!!.isaan kunniin eennu?!• Jarri jannanni itti hawwitu sunniin Aliyyi. Ammaarifi Bilaali (RA) Rabbiin isaan jaalatee jannata isaanitti hawwisiise.!!
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan "
Jannanni bar namoota sadihitti ni hawwitii:- jarri " Aliyyi, Ammaarifi bilaali."(¹)Gabaasa biroo keessattis Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan Jannanni bar namoota sadihitti ni hawwitii:-isaani "
Aliyyi Ammaarifi Salmaani."(²)Anaaf ati jannata hawwina jara kanniin ammoo jannatatu isaanitti hawwa maaltu sadarkaa isaanii akkanatti guddise!? Maaltu akkanatti isaan tolche kan janna ni isaan hawwitu
Yaa Allaah mararfannama keetiin jannata nuuf kenni.!
⏹ @Jemal89
_______
¹)Haakimtu gabaase 3/148 ( lakk.4666)
²) Tirmiizitu gabaase. Lakk. 3797 Albaaniin sadarkaa hadiisicha hasan jedhanii jiran.
sahiihul Jaami'i lakk. 1598 .
👍1
Jechamoota na kolfisiisan keessaa!
Namoota lama irraa of eegi:-tokkoffaan nama hedduu dubbisu lammaffaan nama gonkumaa hin dubbifne! inni jalqabaa keessa kee irraa kaasee si arga.inni lammataa gonkumaa si hin argu." @Jemal89
Namoota lama irraa of eegi:-tokkoffaan nama hedduu dubbisu lammaffaan nama gonkumaa hin dubbifne! inni jalqabaa keessa kee irraa kaasee si arga.inni lammataa gonkumaa si hin argu." @Jemal89