Forwarded from ❤(◒‿◒)❤Ibnu adinan❤(◒‿◒)❤ ❤(◒‿◒)❤Ibnu adinan❤(◒‿◒)❤
Mari gudda jiddu muslimaati fi kiristaana 🙏
☪ & ✝
Dhugaan yesuus essatti dhokaatte????
Guyyaa boru guyya sanbata galgala sa'atii 2:30 Akka etho tti irraa eegaale maarii guddaan waan jiruuf oboleeyyan keenya kan muslima Akkasumas lammiwan keenya kan kiristaana akka irratti argamtaan dhuga jirtu akka waliif himtan isin hunduu afferamtani jirtu mata dureen marii kana👇👇👇👇
Waa'e yesuus waaqa moo waaqa miti jechuudhan waal qabata keessafu👇👇👇
Yohaannis 1:1 irra kan jiru wa'e yesuus dubata moo hin dubatu????? kan jedhuudha
Isini hundu oboleeyyan keessaniifi share godha warii guruppi keessa hin jirre linki asii gadi kana tuqa 👇👇👇👇 marii keessatti hirmaadha🙏🙏🙏🙏
@Hoffoltii135💕
@Hoffoltii135💕
@Hoffoltii135💕
Islam & kirstan☪✝☪✝
Haala naamusa taheen marri keenya goolabuu barbaanna💕
@Hoffoltii135

Injiil𝗂i Iisaa (As)
بسم اللهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيْمِ
• Injiil
Jechi injiil jedhu jecha afaan giriikii Ivaangiliyoon jedhu irraa kan dhufe yoo ta'u "jecha gammachuu" oduu aagaa"jechuudha. Injiil Qur'aana keessatti Yeroo kudha lama dubbatamee jira. Amaloota injiilii Qur'aanni beekamtii kenneefii keessaa muraasa
Kitaaba Allaah'n Iisaa (As) barsiise ta'uu
(Aali Imraan 3:48)
“
(Al-Maa'idaa 5:110)
Kitaaba Allaah'n Iisaaf kenne ta'uu
"
(Al-Maa'idaa5:46)
.(Al-hadiid 57:27)
.(Maryam 19:30)
Haasawa Iisaa (As) Osoo hin taane Haasawa Allaah kan kallattiin Allaah biraa buufame ta'uu
(Aali Imraan 3:3-4)
(Aali Imraan 3:65)
Waa'ee Nabiyyummaa Nabi Muhammadiifi Hegeree dhufaatii isaanii kan of keessatti hammate ta'uu.

وَيُعَلِّمُهُ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَٱلتَّوْرَىٰةَ وَٱلْإِنجِيلَ
(Rabbiin) Barreeffama, ogummaa, Tawraatiifi Injiiliinis isa barsiisa.”
(Aali Imraan 3:48)
إِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ٱذْكُرْ نِعْمَتِى عَلَيْكَ وَعَلَىٰ وَٰلِدَتِكَ إِذْ أَيَّدتُّكَ بِرُوحِ ٱلْقُدُسِ تُكَلِّمُ ٱلنَّاسَ فِى ٱلْمَهْدِ وَكَهْلًاۖ وَإِذْ عَلَّمْتُكَ ٱلْكِتَٰبَ وَٱلْحِكْمَةَ وَٱلتَّوْرَىٰةَ وَٱلْإِنجِيلَۖ وَإِذْ تَخْلُقُ مِنَ ٱلطِّينِ كَهَيْـَٔةِ ٱلطَّيْرِ بِإِذْنِى فَتَنفُخُ فِيهَا فَتَكُونُ طَيْرًۢا بِإِذْنِىۖ وَتُبْرِئُ ٱلْأَكْمَهَ وَٱلْأَبْرَصَ بِإِذْنِىۖ وَإِذْ تُخْرِجُ ٱلْمَوْتَىٰ بِإِذْنِىۖ وَإِذْ كَفَفْتُ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ عَنكَ إِذْ جِئْتَهُم بِٱلْبَيِّنَٰتِ فَقَالَ ٱلَّذِينَ كَفَرُوا۟ مِنْهُمْ إِنْ هَٰذَآ إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“
Yaa Iisaa ilma Maryam! haala ati daa’imummaafi ga’eessummaan nama dubbiftuun yeroo Ani ruuhii qulqulluudhaan si jabeesse, ni’imaa Ani siifi haadha kee irratti oole yaadadhu" yeroo Rabbiin jedhe (dubbadhu)Ammas (yeroo) Ani kitaaba, ogummaa, Tawraatiifi Injiiliin si barsiisuufi yeroo heyyama kiyyaan dhoqqee irraa waan akka allaattii uumtee afuura keessatti afuuftee heyyama kiyyaan allaattii ta’u; yeroo heyyama kiyyaan jaamaafi shoolii (barasa) fayyiftu, yeroo heyyama kiyyaan du’aa kaaftu, yeroo ati ragaa ifa ba’aan isaanitti dhufnaan isaan irraa warri kafaran “kuni sihrii ifa galaadha” jedhan, yeroo (si ajjeesuu barbaadnaan) banii Israa’iil sirraa deebise" [yaadadhu].
(Al-Maa'idaa 5:110)
Kitaaba Allaah'n Iisaaf kenne ta'uu
وَقَفَّيْنَا عَلَىٰٓ ءَاثَٰرِهِم بِعِيسَى ٱبْنِ مَرْيَمَ مُصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَيْهِ مِنَ ٱلتَّوْرَىٰةِۖ وَءَاتَيْنَٰهُ ٱلْإِنجِيلَ فِيهِ هُدًى وَنُورٌ وَمُصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَيْهِ مِنَ ٱلتَّوْرَىٰةِ وَهُدًى وَمَوْعِظَةً لِّلْمُتَّقِينَ
"
Faana isaanii irratti Iisaa ilma Maryam haala dhugeessaa waan isaan duraa Tawraat irraa ta'eetiin hordofsiifne.Injiiliinis kan isa keessa qajeelfamniifi ifti jiru, dhugoomsaa waan isaan duraa Tawraat irraa ta'eefi (Rabbi) sodaattotaaf qajeelfamaafi gorsa haala ta'een isaaf kennine"
(Al-Maa'idaa5:46)
ثُمَّ قَفَّيْنَا عَلَىٰٓ ءَاثَٰرِهِم بِرُسُلِنَا وَقَفَّيْنَا بِعِيسَى ٱبْنِ مَرْيَمَ وَءَاتَيْنَٰهُ ٱلْإِنجِيلَ
Ergasii faana isaanii irra ergamtoota keenya hordofsiifneIisaa ilma Maryamis hordofsiifnee, Injiiliin isaaf kenninee jirra
.(Al-hadiid 57:27)
قَالَ إِنِّى عَبْدُ ٱللَّهِ ءَاتَىٰنِىَ ٱلْكِتَٰبَ وَجَعَلَنِى نَبِيًّا
Innis (daa’imichis) ni jedhe: “Dhugumatti, ani gabricha RabbiitiInni kitaaba naaf kenneera; nabiyyiis na taasisee jira
.(Maryam 19:30)
Haasawa Iisaa (As) Osoo hin taane Haasawa Allaah kan kallattiin Allaah biraa buufame ta'uu
نَزَّلَ عَلَيْكَ ٱلْكِتَٰبَ بِٱلْحَقِّ مُصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَيْهِ وَأَنزَلَ ٱلتَّوْرَىٰةَ وَٱلْإِنجِيلَ مِن قَبْلُ هُدًى لِّلنَّاسِ وَأَنزَلَ ٱلْفُرْقَانَۗ
Waan isaan duraa kan dhugoomsu haala ta'een kitaaba dhugaadhaan sirratti buuseTawraatiifi Injiiliinis ni buuse.[Qur’aana] dura namootaaf qajeelfama godhee [isaan buuse]Dhugaafi soba adda baasaas ni buuse
(Aali Imraan 3:3-4)
يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ لِمَ تُحَآجُّونَ فِىٓ إِبْرَٰهِيمَ وَمَآ أُنزِلَتِ ٱلتَّوْرَىٰةُ وَٱلْإِنجِيلُ إِلَّا مِنۢ بَعْدِهِۦٓۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Yaa warra kitaabaa! Maaliif waa’ee Ibraahiim keessatti wal falmitu? Tawraatiifi Injiil isa booda malee hin buune; sila hin xiinxaltanuu!
(Aali Imraan 3:65)
Waa'ee Nabiyyummaa Nabi Muhammadiifi Hegeree dhufaatii isaanii kan of keessatti hammate ta'uu.
مُّحَمَّدٌ رَّسُولُ ٱللَّهِۚ وَٱلَّذِينَ مَعَهُۥٓ أَشِدَّآءُ عَلَى ٱلْكُفَّارِ رُحَمَآءُ بَيْنَهُمْۖ تَرَىٰهُمْ رُكَّعًا سُجَّدًا يَبْتَغُونَ فَضْلًا مِّنَ ٱللَّهِ وَرِضْوَٰنًاۖ سِيمَاهُمْ فِى وُجُوهِهِم مِّنْ أَثَرِ ٱلسُّجُودِۚ ذَٰلِكَ مَثَلُهُمْ فِى ٱلتَّوْرَىٰةِۚ وَمَثَلُهُمْ فِى ٱلْإِنجِيلِ كَزَرْعٍ أَخْرَجَ شَطْـَٔهُۥ فَـَٔازَرَهُۥ
👍2
فَٱسْتَغْلَظَ فَٱسْتَوَىٰ عَلَىٰ سُوقِهِۦ يُعْجِبُ ٱلزُّرَّاعَ لِيَغِيظَ بِهِمُ ٱلْكُفَّارَۗ وَعَدَ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ وَعَمِلُوا۟ ٱلصَّٰلِحَٰتِ مِنْهُم مَّغْفِرَةً وَأَجْرًا عَظِيمًۢا
Muhammad ergamaa Rabbiiti.Warri isaa wajjin jiranis kuffaara irratti ciccimoo, gidduu isaanitti immoo wal mararfatoodhaTolaafi jaalala Rabbii barbaachaaf rukuu’aafi sujuuda kan baay’isan argita.Mallattoon isaanii faanaa sujuudaa irraa ta’ee fuula isaanii keessa jira.Sun fakkeenya isaanii kan Tawraat keessaati.Fakkeenyi isaanii kan Injiil keessa jiru immoo akka midhaan lakkuu isaa baasee isa jabeessee, furdatee, jirma isaa irratti dhaabbatee, facaafattoota jaalachiisuuti(Wanni akkanatti isaan jabeessef) akka isaaniin kaafirtoota dallansiisuufi.Rabbiin isaan irraa warra amananii gaggaarii hojjatan araaramaafi mindaa guddaa waadaa isaaniif galee jira
(Al-fathi 48: 29)
Mu'umintoota jihaadaaf kan kakaasu ta'uu
إِنَّ ٱللَّهَ ٱشْتَرَىٰ مِنَ ٱلْمُؤْمِنِينَ أَنفُسَهُمْ وَأَمْوَٰلَهُم بِأَنَّ لَهُمُ ٱلْجَنَّةَۚ يُقَٰتِلُونَ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِ فَيَقْتُلُونَ وَيُقْتَلُونَۖ وَعْدًا عَلَيْهِ حَقًّا فِى ٱلتَّوْرَىٰةِ وَٱلْإِنجِيلِ وَٱلْقُرْءَانِۚ وَمَنْ أَوْفَىٰ بِعَهْدِهِۦ مِنَ ٱللَّهِۚ فَٱسْتَبْشِرُوا۟ بِبَيْعِكُمُ ٱلَّذِى بَايَعْتُم بِهِۦۚ وَذَٰلِكَ هُوَ ٱلْفَوْزُ ٱلْعَظِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin mu’uminoota irraa jannanni isaaniif ta’uudhaan lubbuufi qabeenya isaanii biteeraKaraa Rabbii keessatti lolu; ni ajjeesu; ni ajjeefamusKun Tawraat, Injiiliifi Qur’aana keessatti waadaa Isa irratti mirkanaa’eedha.Namni Rabbi irra waadaa isaa guutu eenyu? Kanaafuu gurgurtaa keessan isa gurgurttaniin gammadaaSunis isatu milkii guddaadha.
(Tawbaa 9:111)
Gabaabumatti Injiiliin nuti Muslimoonni itti amannu isa amaloota armaan olii kanniin qabuudha.
Itti fufa......
@Jemal89
Sagantaa Marii
Mata duree:- Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuusif Ragaa ta'uu ni danda'aa?
https://t.me/Hoffoltii135?videochat=5f85365ee08851d7a5

Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Group Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa

Yohannis 1:1
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Marii mata Duree Yesuus Waaqa dhagaatii?
Kutaa 1ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Kutaa 1ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Baaybili kessaatti Baay'inaan " ilma namaa" jedhamuun namni Waamamu eennu?
Anonymous Quiz
29%
A)Abrahaam
10%
B) Musee
54%
C) Yesuus
6%
D) phaawulos
👍1
Islaamummaa irraa Gaafii qabdaa?
#Join godhii seenii gaafadhu👇👇👇
https://t.me/Hoffoltii135?videochat=4b6f05fd3e1d9eea98
#Join godhii seenii gaafadhu👇👇👇
https://t.me/Hoffoltii135?videochat=4b6f05fd3e1d9eea98
Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Group Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Yohannis 1:1
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Marii mata Duree Yesuus Waaqa dhagaatii?
Kutaa 2ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Kutaa 2ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
👍3
Tawhiida
Tawhiidni(Allaah kophaa isaa gabbaruun) Bu'uura Amntaa dhala namaati.Waan Allaah malee jiru gabbaruun ykn Allaah waliin qaama biraa gabbaruun Baasa guyyaa keessa dhufte .kanaafu gara eenyummaa kee isa bu'uuraa Deebi'i

Gaafii
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Gaafilee Marii Wangeela Yohannis 1:1 wal-qabataniifi marii Afaan Amaariffaatiin dhimma kana irratti gaggeeffame.
ዮሐንስ 1:1 የኢየሱስን አምላክነት ያስተምራል ወይ?
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
ጀማል ከዲር Vs ኑረዲን
@Jemal89
@Hoffoltii135
ዮሐንስ 1:1 የኢየሱስን አምላክነት ያስተምራል ወይ?
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
ጀማል ከዲር Vs ኑረዲን
@Jemal89
@Hoffoltii135
Haada hiree kankeetii Rabbiin qofatu harkaa qaba.gaafa inni kute malee namni tokkos kutuu hin danda'u.kanaafuu uumama humnaaf malas hin qabne dhiisii uumaa tokkicha qofa irratti hirkadhau.
@Jemal89
@Hoffoltii135
@Jemal89
@Hoffoltii135
👍1
Kiristiyaanummaan amantaa dhiiga dhangalaasutti amanu.
Kiristiyaanummaan amantaa bu'uura "yoo waaqni du'e malee ilmi namaa jireenya hin argatu" jedhu irratti hundeeffame. Kunis ilaalcha kufaa amantaalee ujubaafi tulluu waaqeffatan durii irraa waraabamedha Nuti Muslimoonni maddi amataa keennaa samiidha. Ergaan samii dhufe ammoo dur durii boodatti hafaa akkanaa kana irraa qulqulluudha.Rabbiin dhala namaa jiraachisuudhaf mataa isaatii du'uu isa hin barbaachisu.inni jiraatadha.warra isatti amananiif osomaa hin duune jireenya dhuma hin qabne kennaaf. dhiigni dhangala'u malee cubbuun hin dhiifamu ilaalchi jedhu ilaacha warra xaa'ota waaqeffatuuti.keenna uumaan dhiiga dhangala'u irraa dhimma hin qabu.osoo cubbuu hanga duumessa samii heddummaatu qabaattellee atummaan garaa kee guutuun gara isaa deebinaan hanga dhiigni dhangala'uu dhiifama siif hin godhu jedhee sirraa gara hin galu. Cubbuu kee hunda siif dhiisee dhiifama siif godhee tola isaa sitti dhangalaasa malee.
Filannoo gaarii👇👇
Amantaa " dhiigni dhangala'u malee cubbuun kee siif hin dhiifamu" jedhu filatta moo
Amantaa "cubbuun kee hanga fedhees yoo heddummaate dhifama na gaafannaan dhiifama siif godha" jedhu filatta.

🥰5👍3❤1🔥1
Yeuus "gooftummaa" eessaa argate?
Baaybilii keessatti gooftummaa gosa lamaatu jira.isaanis Gooftummaa amalaatifi Gooftummaa kennaa(moggaasati) sababa kanaafi Baaybilii keessatti namoonnifi malaa'ikoonni gooftaa jedhamanii yeroo hedduu kan waamamaniifi.
Garaagarummaa gooftummaa amalaatiifi Gooftummaa kennaan argamu.
Gooftummaa amalaa
•Gooftaan dhugaa gooftummaan isaa jalqabaafi xumura hin qabu
•kennaan hin argamu.
•Gooftaan dhugaa ofii olitti gooftaa biraa hin qabu.
Gooftummaa moggaasaa
√Jalqabaafi xumura qaba
√ qaama biroo irraa kennaan argama
√ Gooftaa mataa isaa qaba.
Baaybilii keessatti namoonnis Maalaa'ikoonnis gooftaa jedhamanii jiru.
Malaa'ikoota
Iyyaasuu 5:14 " Innis deebisee, “Ani gara eenyuu iyyuu miti; garuu ani amma akka ajajaa loltoota Waaqayyootti dhufeera” jedhe. Iyyaasuunis addaan lafatti gombifamee sagadee, “Ergaan Gooftaan koo garbicha isaatiif qabu maali?” jedhee isa gaafate.
Abbootii Murtii 6:12-13 "Ergamaan Waaqayyoos isatti mulʼatee, “Yaa loltuu goota nana, Waaqayyo si wajjin jira” jedheen.
Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; “Garuu yaa gooftaa, utuu Waaqayyo nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, ‘Waaqayyo biyya Gibxiitii nu baaseera’ jedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Waaqayyo nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera.”
Namoota
Uumama 32:4 "Innis akkana jedhee isaan ajaje: “Isin gooftaa koo Esaawuun akkana jedhaa: ‘Garbichi kee Yaaqoob akkana jedha; ani Laabaa bira jiraadhee hamma ammaattis isuma biran ture.”
Lakkoobsa 11:28 "Iyyaasuun ilmi Nuuni kan ijoollummaa ofiitii jalqabee gargaartuu Musee ture sun kaʼee, “Yaa Musee, yaa gooftaa ko, isaan dhowwi!” jedhee dubbate.
1 Saamuʼeel 24:8 "Ergasii Daawit holqa sana keessaa baʼee, “Yaa gooftaa koo mootii!” jedhee Saaʼolin waame. Yeroo Saaʼol of irra garagalee ilaaletti Daawit gad jedhee, addaan lafatti gombifamee sagae
Maalaa'ikoonni fi Namoonni kunnii Gooftaa jedhamuun isaanii akkuma Waaqa tokkicha waaqeffatamu isaan hin taasifne Yesuusis gooftaa jedhamuun isaa waaqa waaqeffatamu isa hin taasisu.
Yesuus Gooftummaan isaa kennaadhan kan argame yoo ta'u inni mataan isaatuu gooftaa waaqeffatu qaba.
Hojii 2:36. “Kanaafuu Yesuusuma isin fanniftan kana akka Waaqni Gooftaa fi Kiristoos isa godhe manni Israaʼel hundi dhugumaan haa beeku.” Yesuusin waaqatu akkuma Yoseefiin gibxiin irratti gooftaa taasise goofta isa taasise malee Yesuus mataa isaatii gooftummaa hin qabu
"Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yoosef akkana jedha: Waaqni Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis.
Yoseef waan waaqni gooftaa isa godheef akkuma Waaqa waaqeffatamu hin taane Yesuusis sababa guyyaa keessa gooftaa godhameef Gooftaa tokkicha kophaa isaa waaqeffatamu kan Yesuus sagaduuf sana waliin gonkumaa Waaqeffatamuun sirrii miti.
Maatewos 4:10 Yesuusis, “Seexana nana, narraa fagaadhu! ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’ jedhamee
barreeffameeraatii” jedheen. isuma qofa tajaajili’ Gaaleen jedhu kun Waaqeffannaa yoo ta'u qaama qeenxee baamaqaa " isa" jedhamuun waamamu qofatu waaqeffatama Qaama san Yesuusis namoota biroo waliin waaqeffata.
Yohannis 4:22 Isin waan hin beekne waaqeffattu; nu sababii fayyinni Yihuudoota keessaa dhufuuf kan beeknu waaqeffanna.
Kanaafi Yeuus mataan isaa yeroo hedduu adda isaatiin gombifamee kan sagaduuf
Maatewos 26:39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, “Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin” jedhee kadhate.
Maarqos 14:35 "Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf kadhate.
Gooftummaan Yesuus osoo kan amalaa(dhugaa ) taatee silaa Yesuus waaqa irraa gooftummaa hin argatu,Gooftaa waaqeffatu,kan addaan gombifamee sagaduuf hin qabaatu ture.

Cubbuu Yesuusin Bataskaanaa hojjate
Haadha isaa xiqqeessuu.
Yesuus haadha isaa xiqqeessuun akka baaybiliitti yakka Murtii du'aatiin isa adabsiisu raawwatee jira."

🥰2
"Yesuusin batakaanaa Cubbuu hedduu Raawwateera."
1) Dhugaatii wanyii Qopheessuu isaa
Yesuus Bishaan Qulqulluu gara daadhii wanyiitti jijjiiruun cubbuu hojjatee namoonni akka dhugaatii waynii dhugan taasisee jira kun cubbuu guddaadha.