Labata Magazine
1.44K subscribers
362 photos
9 videos
20 files
222 links
⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

️Irratti hirmaachuu kan feetan
👉 @Elo_Asefa barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.
Download Telegram
Channel created
you can invite your friends by this #link
https://t.me/joinchat/AAAAAE71HRiLso_S00MuYw
Obsaan dubbisi

Fayyadamuu fi Jaallatamuu❤



Namichi wayii osoo konkolaataa isaa miicuu, mucaansaa waggaa 6 dhagaa fuudhee cinaa konkolaataa hooqee sarara itti uume.
Aareetu, harka mucaa qabee baay'isee reebe


akka miidhaa jiru hin hubanne ture.❤

Mucaa hospitaala geessanis qubni cacabuun, mucaan quboota harkaa hunda dhabe.❤

Mucaan yommuu abbaasaa argu, ...❤

ijasaa imimmaaniin guuteen,"qubnikoo yoom fayya?'' jedhee gaafate❤

Namichi nahee waan dubbatu wallaalee;❤

achi deebi'ee konkolaataasaa deddeebisee dhidhiite.❤

Gochaasaatti baay'ee miidhame.....❤

konkolaataasaa fuuldura taa'ee isa dhodhooqesse ilaale;❤

Mucaansaa 'Abba sin jaalladha' jedhee barreesse.❤❤

Guyyaa itti aanutti, namichi of ajjeese. . .❤

Aarii fi jaalalli dhuma hin qaban;❤

Jireenya bareedaa fi jaalalaa jiraachuuf isa lammaffaa filadhu....❤❤.

Wantoonni ni fayyadamamu, namoonni ni jaallatamu.❤
Garuu rakkoon biyya lafaa har'aa,❤

Namoonni ni fayyadamamu, wantoonni ni jaallatamu.❤

Bara kana, wantoota kanaaf iddoo haa laannu:❤
Wantootatti haa fayyadamnu, garuu namoota haa jaallannu❤

Yaadakee ilaali; isaantu jecha ta'a.❤

Jechootakee ilaali; isaantu gochoota ta'a.❤

Gochootakee ilaali; isaantu bartee ta'a.❤

Barteekee ilaali isaantu amala ta'a;❤

Amalakee ilaali; isaantu dhuma jireenyakee ta'a.❤

Kana hiriyaankoo yaadannoof naaf erguusaatti guddaan gammada.❤

Waaqayyo si haa eebbisu.❤

Kana yoo nama biraaf dabarsuu dhiifte badiin uumamu hin jiru;
yoo dabarsite garuu jireenya nama tokkoo jijjiiruu dandeessa❤

Hariiroo ijakee lamaanii beektaa?❤

Wal faana libsatu, wal wajjin socho'u, wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu, wal faana junuunfatu.❤

Haa ta'u malee wal hin argan.❤

Hiriyummaan akkana ta'uu qaba!

Jireenyi Hiriyootaan alaa duwwaadha.


Michuunkee eenyu? Kana hundumaa michuuwwankeef ergi. Anis isaan keessaa tokko yoon ta'e deebisii naaf ergi. Meeqatu akka siif deebise ilaali. Yoo 7 ol argatte, ati dhugumatti nama jaallatamudha!
❤1
"Carraa banamu hundumaa waaqayyootu bane jettee ittiin ol hin seenin.balballi seexanni banee kaa'u yeroo hedduu raawwii kakuu kee fakkaata waan ta'eef."
❤1
Kaayyoo kaayyoo ta'eef gatii namni kaayyoo kaffalu qabu kaffali!
"Namoota nurraa fagoo jiran jaallachuun salphaadha warra nutti dhi'oo jiran jaallachuun garuu yeroo hundumaa salphaa miti"

"wanti guddaan hammam akka kennine miti. Waan kenninetti Jaalala hammamii akka daballedha."
"wanti guddaan hammam akka kennine miti. Waan kenninetti Jaalala hammamii akka daballedha."
"Namoota nurraa fagoo jiran jaallachuun salphaadha warra nutti dhi'oo jiran jaallachuun garuu yeroo hundumaa salphaa miti"