Yeroo hundumaa namaaf waan gaarii godhi, garuu yeroo hundumaa immoo nama irraa waan gaarii hin eegin!!
@labatamagazine
@labatamagazine
Ciminni ofii guddachaa, dadhabinni ofii immo yeroodhaa gara yerootti hir'achaa adeemuun barbaachisaadha!
@labatamagazine
@labatamagazine
π1
Nama taate dhalachuun kee filaanno kee miti.
Namummaa kee eeggaachun garuu filaanno keeti.
@labatamagazine
Namummaa kee eeggaachun garuu filaanno keeti.
@labatamagazine
Namni biraa si fakkaatee dhalate hin jiru Addunyaa kana irraa. Kanaafuu of ta'i malee hordoftoota namoota hin ta'in!!
Namoonni ati yeroo kee wajjiin dabarsitu kayyoo kee irratti dhiibbaa qabu!!
Akkuma Soorati qaama keenyaaf baayyee barbaachisaa ta'ee kitaabni immoo bilchina sammuu keenyaaf baayyee barbaachisaati #DUBBISAA
Humni ati itti gara fuula duraatti deemtu fuuldura kee jira malee boddee kee miti. kanaafuu fuuldura kee ilaalii deemi!!!!!!
@labatamagazine
@labatamagazine
ππ Join ππ
@labatamagazine
@labatamagazine
ππ Join ππ
Yeroo hundumaa haala mijataa hin eeggatiin; haaluma keessa jirtu akka siif ta'utti mijeeffadhu itti fayyaadami!!
@labatamagnize
@labatamagnize
Bara jireenya kee keessatti waantootni lama si ibsu:
β€Obsa kee gaafa waan tokkoo illee of harkaa hin qabne.
β€Ga'umsa kee gaafa waan hundaa qabdu.
@labatamagazine
β€Obsa kee gaafa waan tokkoo illee of harkaa hin qabne.
β€Ga'umsa kee gaafa waan hundaa qabdu.
@labatamagazine