Labata Magazine
1.44K subscribers
362 photos
9 videos
20 files
222 links
⚖️ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

️Irratti hirmaachuu kan feetan
👉 @Elo_Asefa barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.
Download Telegram
Labata Magazine pinned «Barruun Labataa karaa Dijitaalawaa isin bira ga'aa ture, amma immoo maxxanfamee isiniif dhiyaachuuf haal duree tokko tokko mijeefachaa jiraa. Obsaan nu eega. Namootni akkasumas dhaabatni Barruu Labata cina dhaabachuun karaa kamiinu deegaruu barbaaddan balballi…»
Barruu Labata
Maxxansa 6ffaa
Walaloo

Guyyaan waa jijjiira
Abdussalaam Idriis


T.me/labatamagazine