Labata Magazine
1.44K subscribers
362 photos
9 videos
20 files
222 links
โš–๏ธ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

๏ธIrratti hirmaachuu kan feetan
๐Ÿ‘‰ @Elo_Asefa barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.
Download Telegram
Labata 8th edition
Digital Magazine
T.me/labatamagazine
To all our Muslim brother's and sister's , wish you Ramadan Kareem !
T.me/labatamagazine
Barruu labataa maxxansa 9ffaa Caamsaa 14/2021 nu eeggadha.

Har'a qalbiin jiraachaa; boriif yaadan qophoofna.
T.me/labatamagazine
Labatni mudannoo kaleessaa kuusaa; mil'uu boriin ammoo ribuu dhalootaa walitti hidha. Eyyee guyyaan ga'ee dhaloota malalchiisaa barsiisuuf; onnachiisaa hojiin mul'isuuf daqiiqaa muraasa booda maxxansa 9ffaa dhan dhufaa jira.
Barruu Labata Maxxansa 9ffaa.pdf
2.4 MB
Barruu Dijitaalawaa Afaan Oromoo Maxxansa 9ffaa

Labata Afaan Oromoo Digital Magazine 9th Edition

Caamsaa 14/2021
https://t.me/labatamagazine
Dubbisuuf madda gaarii filadhaa. Dubbisni soora madaalawaa sammuuti. Yaada keessan nuuf qoodaa. Galatoomaa! ๐Ÿ™
๐Ÿ‘2
Labata Magazine

You dream it, We design it.
Design and print: Ellan Graphics design

Call๐Ÿ“ž +251902165878
https://t.me/ellangraphics
Nagaa keenya kabajaa isiniif dhiyeessina..akkam jirtu hordoftoonni barruu keenyaa ๐Ÿ‘‹
Labata maxxansa 10ffaa isiniif qopheessuutti jirra.
Kanneen carraa kanatti fayyadamuu barbaaddan, karaa @labata_elo barreeffama filatamaa ta'een irratti hirmaadhaa.