Oromia State University
23.4K subscribers
3.33K photos
9 videos
16 files
534 links
Oromia State University
Download Telegram
Beeksisa
ማስታወቂያ
IBSA GADDAA
Hojjattuu Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa, Dursaa Garee Baajataa, Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii Kaampaasii Finfinnee kan turan Aadde Kabbabuush Tiguu Waldatsadiq, dhukkuba isaan mudateen yaalamaa turanii, Onkololeessa 05, 2019 addunyaa kanarraa du’aan boqochuu isaaniitiin, Manajimantiin fi hawaasni Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa gadda guddaa itti dhaga’ame ibsa.
Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa maatii, firoottanii fi hiriyyoota isaaniif jajjabinaa fi obsaa hawwa.
Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa

የሀዘን መግለጫ
የኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ የፊንፈኔ ካምፓስ የበጀት፣ ግዥ እና ፋይናንስ አስተዳደር ቡድን መሪ የነበሩት ወ/ሮ ከበቡሽ ጥጉ ወልደፀድቅ ባደረባቸው ሕመም ምክንያት በሕክምና ሲረዱ ቆይተው፣ ጥቅምት 05 ቀን 2019 ዓ.ም. ከዚህ ዓለም በሞት በመለየታቸው፣ የዩኒቨርሲቲው ማኔጅመንት እና መላው የዩኒቨርሲቲው ማህበረሰብ የተሰማውን ጥልቅ ሀዘን ይገልጻል።

የኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ ለቤተሰቦቻቸው፣ ለወዳጅ ዘመዶቻቸው እና ለሥራ ባልደረቦቻቸው መጽናናትን ይመኛል።

ኦሮሚያ ስቴት ዩኒቨርሲቲ
Degree Placement.pdf
20 MB
Beeksisa Rammaddii fi Waamicha Barattoota Haaraa Bara 2019
Channel photo updated