SÃT TÚBÈ {societies.....}
75 subscribers
211 photos
7 videos
2 files
519 links
SOCIETIES
ATTITUDE
TRANSFORMATION

KAAYYOO👇

INSHAA ALLAAH
fedha rabbitiin ilaalcha moo'atamaa(loser attitude) hawaasa keenya keessaattii babal'ataa jiru irratti waliin hojjanna !!

Yaada fi Gaafii yoo qabaattan👇
@Contact_me http://t.me/hasichaamiin
Download Telegram
Forwarded from Fursaan Media (Fares Muhamed) via @Fursaanbot
#Ramadaaniyyaat...
#رمضانيات...
KUTAA7⃣ffaa

#Wantoota_ramadaana_keessa_hojjachuun_sirraa_eeggamu.

1⃣-Salaata irratti tiiyfamuu.
Namni muraasni salaata utubaa amantii tahe laaffisa sababoota gara garaatiin.

2⃣-Qur'aana dubbisuu heddummeessuu.
Jiini ramadaanaa ji'a isa keessa qur'aanni buufame waan taheef haga rabbiin sii laaffiseen qaraatii qur'aanatti jabaadhu.

3⃣-Haala gaarii horachuu.
Nama arrabsuu irraa fagaatuu, namaan walloluu irraa fagaatuu, jechoota fofokkataa ta'e irraa of qusatauu, namusaafii haala garii qabaatu.

4⃣-Yeroo balleessuu irraa fagaatuu.
Carraa ji'a keyrii tana irra saammatuun barbaachisaadha yeroo keenna waan nu hin fayyanneen of duraa balleessuu irraa gabaabbatuu
Fkn Play station,Mobile game,Pool,Film,Drama,Hirriba heddummeessuu. fi kkf

5⃣-Nyaata xiqqeeffatu
Nyaata baay'isuun wantoota ibaadaa irra nama shagalan keessaa tokko Fkn Salaata nama dadhabsiisa hirriba namatti baay'isa waan taheef nyaata gabaabsannee ibaadatti jabaatuu qabna.

Itti fufa....
©️FURSAAN MEDIA
@faresmuhamed

Kutaa8⃣ffaa
Sadarkaa Qur'aana dubbisuun qabu
Mata duree jedhuun nu eegaa

Share waliif gochuu hin irraanfatinaa.


@Fursaan_Media
@Fursaan_Media

http://t.me/Fursaan_Media
Forwarded from Fares||فارس via @Fursaanbot
Kabajamtoota fayyadamtoota telegiraamaa hundaaf chaaynaaloota ergaa babbareedaa irraa argattan kana akka join gootanii keessatti hirmaattaniif filannoo armaan gadii isiniif dhiyeessinee jirra dhiyessineerra,
@Fursaan_Media
Yeroo kananillee😅😂😂
@Fursaan_Media with @ASBAR3D
Forwarded from 🌍APP Store
😳😳😳😳😳😳😳🤭🤭😳😳😳


Teeknolojiin fayyidaa tokkoyuu hin qabuu

🤭🤭🤭🤭🤭🤭🤭😋😋😋😋😋
AYMi Creative Graphics | itti dabalaamaa!

https://t.me/joinchat/AAAAAFY-R5kZLyOApvsTmw
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Haalli Jiruu duniyaa tuni nama hundaa wal qixxeessiti.

Gaaf tokko si gammachiisti 😁😁
Gaaf tokko si gaddisiisti 😭😭
Gaaf tokko sii kenniti 👍🏻👍🏻
Gaaf tokko sirraa fudhatti 👎🏻👎🏻

👉🏽 Haalli jiruu duniyaa akkana dhaabbataa miti ni jijjiirama.

Garuu Ganda tokkotuu jira kan haalli isaa dhaabbata, ka hin jijjiiramne.
Jalqaba Gammannaan Abadan hin gadditu, Akkasuma jal qaba gaddinaan Abadan hin gammaddu.

Gandi suni eessa beeytaa ⁉
Gandi suni ganda Aakiraati

Iddoon jalqaba yoo seenan irraa gammadan #JANNATA ka gammachuun isaa abad taate.

Iddoon jalqaba yoo seenan irraa gaddan #JAHANNAMI ka gaddii isaa abad taate.

Yaa rabbi ganda lamaanittuu gammadu irraa nu godhi.

Warra ji'a kabajamaa Ramadaanaa kana keessa jahannamiin irraa bilisoomsitu irraa nu taasise.

@Faresmuhamed @Fursaan_media

#faresmuhamed
Forwarded from Robale Tube
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
━━━━━━━━━━━━━━━━━
Afaan Oromoo yoo hin jalaannee akkamitti Afaan biroo jalaachuu dandeenya?

Chaanaloota Afaan Oromoo jalaatamoo isiiniif dhiyeessinee kanneen itti dabalamuun (Join gochuun) Afaan keenyas guddisaa irraas baraadha.

━━━━━━━━━━━━━━━━━
If you need to register your channel inbox @robi17

POWERED BY
@HawiPromotion
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ቲ-SHIRTS STORE via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Media Ko via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM