Abbu Tech
52.7K subscribers
9.54K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
πŸš€πŸŒ SAGANTAA β€œITLG MAINNET ERA” EEGALUUF SA'AATII 4 QOFAATU HAFE! πŸ”₯

Imala InterLink keessatti milkaa'ina guddaa ta'e keessaa tokko irra ga'uuf sa'aatii 4 qofatu nu hafe! πŸš€

Sagantichi eegaluun dura qabxiilee barbaachisoo armaan gadii xiyyeeffannoodhaan dubbisaa. πŸ‘‡

πŸ₯‡ 1. NAMOOTA 100 DURAA KEESSAA TOKKO TA'AA! 🎁

πŸ”— Liinkiin KYC (beekamtii eenyummaa) tamsaasa kallattii (Livestream) irratti ifatti beeksifama.

πŸ† Fayyadamtoonni 100 jalqabaa KYC isaanii milkaa'inaan galmeessisan tokkoon tokkoon isaanii 100 ITLG on-chain ni argatu!

⚠️ Fayyadamtoonni miliyoonaan lakkaa'aman yeroo tokkotti sirnicha seenuu waan danda'aniif, harkifannaa ykn rakkoon sarvaraa uumamuu danda'a. Obsa qabaadhaa!

πŸͺͺ 2. FAYYADAMTOOTA HAARAA YKN KYC HIN XUMURRE

πŸ“Œ Dokumantoota barbaachisan dursitanii qopheeffadhaa.

πŸ“– Qajeelfamoota sirriitti dubbisaa.

⚠️ Iyyata keessan galchuuf carraa TOKKO QOFA qabdu. Yoo iyyanni keessan fudhatama dhabe, carraa biraa argachuuf yeroo dheeraa eeguun isin barbaachisuu danda'a.

πŸ” 3. WARREEN KYC LEVEL 1 DARBAANIIF

🎯 Xumurachuuf tarkaanfiin xiqqoon isin hafeera!

Wanti isin gochuu qabdan teessoo boorsaa ITLX (Wallet Address) keessanii galchuu qofa.

πŸ”’ Teessoon wallet keessanii sirrii ta'uu mirkaneeffadhaa.

πŸ›‘οΈ Jechoota iccitii deebisanii argamsiisan (12-word Recovery Phrase) nama kamiifuu hin kenninaa!

πŸ“Έ 4. SNAPSHOT ISA DHUMAA

⏳ Guyyaan dhumaa duula guyyoota 30 guyyaa Snapshot isa xumuraa ta'a.

πŸ“Š Snapshot kana irratti hundaa'uun raabsi ITLG murtaa'a.

πŸš€ 5. ITLG-F ITTI AANEE MAALTU DHUFA?

πŸ”₯ Sagantichaan booda karoora ITLG gara fuulduraa ni ifoomsina.

✨ Fooyya'iinsa haaraa 🌐 Tajaajiloota haaraa πŸ’Ž Guddina ecosystem InterLink πŸš€ Misooma fi carraawwan haaraa

🌍 BARRI ITLG MAINNET DHIYAATEERA!

πŸ”₯ Qophaa'aa! πŸš€ Carraa kana hin darbiinaa! πŸ’š InterLink waliin gara fuulduraatti!

πŸ“Ί Tamsaasa kallattii irratti wal argina!

#InterLink #ITLG #MainnetEra #ITL #InterLinkEcosystem
❀3πŸ”₯3πŸ‘2
#InterLink Update

πŸ‘‰Sorry for late🀝

πŸ‘‰Namoota KYC hin xumurreef. Ani Hunda Xumureera waanan Ta'eef. Sponsor Isiniif ta'a.
πŸ‘‰Guyyaa 29 asitti argattu.


https://itlg.interlinklabs.ai/kyc?ref=8968068
https://itlg.interlinklabs.ai/kyc?ref=8968068

πŸ‘‰Isin rakkisee Video Coming soon 🀝
❀3
Dorgommii irra waan jiruuf link armaan gadii tuquun comment kana qofa like godhaa

https://vt.tiktok.com/ZS9ysRwQFeCe4-LcAhz
❀6πŸ‘2
Hello Guys Dafaa Ariiffaadhaa. Guutadha. Video edit godhaa jira.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🚨 InterLink Labs Airdrop Claim Is Live! KYC VIDEOS
Sponsorship Now Open! πŸͺ‚

Finally, the wait is over! ITLG claims have started. πŸ”₯

I’ve already completed my claim. Make sure you claim your tokens too!

🀝 Need KYC Verification? I’m Sponsoring You!

If your KYC is still pending, you can complete it through my sponsorship link below.

Sponsor πŸ‘‰
8968068


πŸ”— My Sponsorship Link:

https://itlg.interlinklabs.ai/kyc?ref=8968068
https://itlg.interlinklabs.ai/kyc?ref=8968068

πŸ“’ This sponsorship link will only work through my link. If your KYC is already completed, you can share your own sponsorship link with others to help them get verified.

Let’s help everyone complete their KYC!

Have you completed your claim?
How many ITLG tokens are you getting?
πŸ‘2
Warrii Guutan Confirmed ta'eeraπŸ™
❀6πŸ‘3
➑️OSHI NFT Holder Benefit

Only for OSHI NFT holders.

Free mint coming soon.

https://studio.oshi-labs.com/?ref=74d84baa2f874598
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀2
Abbu Tech
KOR Airdrop Registration is Live https://airdrop.korprotocol.foundation/ DeadLine Nov 2 🀝
😱😱😱
πŸ‘2
Abbu Tech
🚨 InterLink Labs Airdrop Claim Is Live! KYC VIDEOS Sponsorship Now Open! πŸͺ‚ Finally, the wait is over! ITLG claims have started. πŸ”₯ I’ve already completed my claim. Make sure you claim your tokens too! 🀝 Need KYC Verification? I’m Sponsoring You! If your…
Helloo dafaa Guuta Warri Interlink

πŸ‘‰Point yeroo claim godhataan ani isinirraa bitta🀝
πŸ‘9❀2
πŸ‘‰ 550ETB 🀝

Guys Baayyee Tokko busy Ta'e. Sorry.

Saattii 2ti check godha. Namoota mo'aatan isin beeksiisas, har'uma badhaasnas🀝

https://x.com/Interlink_store
https://x.com/Interlink_store

Follow and More Like
❀4πŸ‘1
Forwarded from Abbu Tech (Ⓓ⒢ⓇⒺ β—Œβ–Ή β“‰β“Šβ’·β’Ί | InterLink T2 πŸ‡ͺπŸ‡Ή)
πŸŽ‰ 550 ETB REWARD CHALLENGE! πŸ†

πŸ’° 5 Winners
πŸ₯‡ 1st: 200 ETB
πŸ₯ˆ 2nd: 150 ETB
πŸ₯‰ 3rd: 100 ETB
4️⃣ 4th: 50 ETB
5️⃣ 5th: 50 ETB

πŸ“Œ How to Participate:

πŸ‘‰  Follow us on X:

https://x.com/Interlink_store/status/2109676014032847180
https://x.com/Interlink_store/status/2109676014032847180

️ πŸ‘‰Join Telegram:

https://t.me/dare_Interlinklabs
https://t.me/dare_Interlinklabs

πŸ‘‰ Write a nice comment! Likes will help determine your reward. πŸ‘

πŸ“… Winners announced & rewards distributed: November 2, 2026

πŸ”₯ Join β€’ Participate β€’ Win!

πŸ‡ͺπŸ‡Ή InterLink Ethiopia Official Group
πŸ‘4
πŸ‘‰Please check Yr twitter and send Telebirr now.

πŸ‘‰5 ffaan namoota 5 oltu like wal fakkaata waan ta'eef.
πŸ‘‰Isa badhaasa asumaattii kena.

πŸ‘‰Be ready🀝
❀4πŸ”₯3
πŸ‘‰Waan hirmaatanii baayyee galatooma.


Thank You🀝
❀7πŸ”₯2πŸ₯°2
Namoota Barnoota Gubbaa jirtan.

πŸ‘‰Waan AI hin hojjanne irrattii xiyyeeffaadha.πŸ™„
πŸ‘‰Sammuu keessan amansiisaa hojjii baayyee akka hojjachuu danda'u.
❀9