Abbu Tech
52.7K subscribers
9.54K photos
405 videos
148 files
5.14K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
πŸŽ‰ Baga Gammaddan Warii Mo’atan! πŸ†

Akka screenshot irratti mul’atutti, website-n namoota hirmaatan keessaa namoota mo’atan filatee baasa. Kunis sirna waliigalaa irratti hundaa’a.

Namoota sadan keessaa biyyi isaanii Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ή hin taanee anaas dabalateera hahahf, badhaasni isaanii isaaniif hin kennamu.

Kanaaf, sa’aatii 3 qophaa’a, achii as jalatti namoota 3f qarshii 50 ETB kennina. πŸ’°πŸŽ
Hirmaannaa keessaniif galatoomaa! ❀️πŸ”₯
❀8πŸ‘1
Abbu Tech
πŸŽ‰ Baga Gammaddan Warii Mo’atan! πŸ† Akka screenshot irratti mul’atutti, website-n namoota hirmaatan keessaa namoota mo’atan filatee baasa. Kunis sirna waliigalaa irratti hundaa’a. Namoota sadan keessaa biyyi isaanii Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ή hin taanee anaas dabalateera…
Namoota Hundaaf SMS barreesseera. Saattii sadiitti qophaa'a nama 3 f ni badhaa.

-> Gaaffiin isaa 1 + 1 = meeqa ? waan akkasitti just reward kenuufidha. active ta'aa.

React goonu?

🫳Ergaa Addaa.

1. Namoota 20 nan barbaadda ji'a ji'aan yeroo hunda star 30 ol nan kena abbaan fedha qabdan na faana hojjachuu dandeessu. star dhabbaata miti, ni dabala malee hin hir'atuu hojii keessan irraattii hunda'a.
2. nama twitter qabu. active
3. at least follower 50 ol.
4. Hojiin namoota 20 immoo Repost and Like fi Comment duwwadha.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘7🍾3❀1🀝1
Ready?
❀10πŸ‘3
1 + 1 βˆ’ 1 Γ— 1 =?
πŸ₯°4
Winner @Lucewan = 50ETB
πŸ”₯9❀2
Be active

No edit okey

Carra lamattuu hafee
❀12
(1 + 1) Γ· (1 + 1) = πŸ€”
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ₯°4πŸ’―1
Winner @TrustZproces 50 ETB 🀝
❀7πŸ‘1πŸ”₯1
Isa dhumaa ready?
πŸ”₯15❀11😱3
1 + 1 + 1 βˆ’ 1 βˆ’ 1 βˆ’ 1 βˆ’ 1 = πŸ˜‚
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘3
Winner @range_ty 50 ETB
❀5
➑️Thank You All of you.

πŸ‘‰Winneroonnii amma amumma fudhattuu.
πŸ‘‰Winnaronnii Twitter immoo boruu ganama fudhattu sababnii isaas nama 4 qofattuu lakkoofsa erge hundisaannii hanga erganiittii nan eega.

➑️ winner send yr Telebirr now. 🀝

πŸ‘‰ @daretubeNBO
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Done.

πŸ‘‰ Akkuma Jenne ture Qarshii 500 Badhaasa keninneera. 🀝
πŸ‘‰ Kanaaf yoo isin ana faana active taatanii project gad dhiisu irrattii join gootanii Even kana caala gochuun ni danda'a.

πŸ‘‰Amma Jamaa wal jabeessina. Ye block irrattii KOL galuu waan qabnuuf hundii keessa Jalqabuun Gmail fi check in gochuu akka hin dagganne.
πŸ‘‰Dabalaatan immoo namoonnii Twitter follower 50 ol qabdan badhaasa star fi waan biraas waan jiruuf hojjachuu barbaaddan.

πŸ‘‰Telegram Username fi Twitter link naaf ergaa.

... πŸ‘‰
@daretubeNBO

🀝
πŸ‘4❀1πŸ”₯1
Abbu Tech
Photo
Giveaway isiniif haa dabalamuu??
❀6πŸ₯°4πŸ‘1
Abbu Tech
Giveaway isiniif haa dabalamuu??
Be ready guys

(Reaction hin dagatiinaa😁)
❀15πŸ‘3🀩2😎2πŸ”₯1πŸ†1
Okay,
Post kana jalatti qoosaa barbaaddan maxxansaa, namni comment isaa like guddaa argate birr 100 nan badhaasa.
❀42
Abbu Tech
Okay, Post kana jalatti qoosaa barbaaddan maxxansaa, namni comment isaa like guddaa argate birr 100 nan badhaasa.
Who is we bro?πŸ˜­πŸ˜‚
🀩3πŸ’”2