โ Godinoota Oromiyaa 21 fi Teessoo Magaalaa isaaniitiin wal haa barru.โ Akkasuma ammas Oromiyaan aanaalee 350 qabaachu isitis haa barru.
1. Wallagga Lixaa:- (Gimbii).
2. Qeellam Wallaggaa:- (Dambi Doolloo).
3. Wallagga Bahaa:- (Naqamtee).
4. Horroo Guduruu Wallaggaa :- (Shaambu)
5. Iluu Abbaa Booraa:- (Mattuu).
6. Buunnoo Baddallee:- (Baddallee).
7. Jimmaa:- (Jimmaa).
8.Shawaa kibba lixaa:- (Walisoo).
9. Shawaa lixaa:- (Amboo).
10. Shawaa kaabaa:- (Fiichee).
11. Godina Addaa Oromiyaa naannaawa Finfinnee:- (Finfinnee).
12.Shawaa bahaa:- (Adaamaa).
13. Arsii Lixaa:- (Shaashamannee).
14. Arsii Bahaa:- (Asallaa).
15. Baalee:- (Roobee).
16. Borana:- (Yaa'a Balloo).
17. Gujii lixaa:- (Bulee Horaa).
18. Gujii bahaa:- duran ( Nagellee Boorana ). jedhamtii. Amma immo ( Nagellee ) jedhamti.
19.Walloo:- (Kamisee ).
20.Harargee Lixaa:- (Ciroo).
21.Harargee Bahaa (Harar)โ
Oromiyaan magaaloota gurguddoo giddu-galeessa godinoota kanneeni kan ta'an lama qabdi. Isaanis:-
1. Finfinnee handhuura Oromiyaatti tan argamtu fi
2. Dirree Dhawaa ( Dirree Dawaa ) baha Oromiyaatti tan argamtudha.
Kan irraa hafe yoo jiraate itti guutaa.
Obboleessa keechani.
@baacoowwan

๐16โค8๐7
๐จโโ๏ธ๐ฅ Dhukkubsataan, doktora bira dhaqee akkana jedhe:
โ๐ค Qaamni kiyya guutuun na dhukkuba, ๐คฏ mataa hanga mormaa, ๐ช qomaa hanga koomee, ๐คฐ garaa fi ๐ถโโ๏ธ dugda kiyya โ bakka na hin dhukkubne tokko illee hin jiru! ๐ขโ
๐๐ Qubaan isaa itti agarsiisaa, itti boohe. ๐ญ
๐จโโ๏ธ Doktorri tasgabbeeffatee dhaggeeffatee booda, akkana jedhe:
โRakkoon kee qaama kee osoo hin taane ๐ quba keeti! ๐ Deemi, quba kee yaalchisiifadhu.โ
๐ ILA
Bakka dhukkuba irraa dhiisnee, sababa dhukkuba haa ilaallu ๐. Yoo akkas goone, akka fayyaa eegannu baranna ๐ก. Yoo dhukkubsanne immoo maal gochuu akka qabnu tilmaanna ๐ค. Yoo kana dhiifne, sirna gadi lakkisne hubanna ๐ซ.
๐ค Obbolaa
๐ Dawaa barbaaduu dura, sababaa dhukkuba beeku dursa ๐ฉบ.
๐ Jaaloo
โDhukkuba himadhuโ yoo jette, dhukkubsataan hin beeku ๐คทโโ๏ธ. Yoo mana raagaa dhaqee deebii sobaa argate ๐ป, ati yaaluuf ifajjuun kee faayidaa hin qabu ๐.
๐ง Hey
Lola sammuu keetiin geggeessitu keessatti โ๏ธ, namni araara sii buusu hin jiru ๐ โโ๏ธ. Ufuma kee tasgabbeessi ๐๏ธ.
๐ Hohohoo
โMuka itti uf rarraasu ๐ณ fi intala fuudhu ๐ฐ โ abbatu filata!โ jedhan dhiiroo! ๐
Dr Mohaammad

โค5
#kana_Beektuu?
๐ชกGibxii durii keessatti dhukkubsataan tokko yeroo baqaqsanii hodhuu yoo du'e harki doktorichaa ni murama ture. Sababni isaas, hakiimonni Gibxii durii uummata biratti kabaja guddaa kan qaban yoo taโu, yeroo walfakkaatutti qulqullinni kunuunsa yaalaa hawaasa keessatti iddoo guddaa kan argatu waan taโeef. Kanaafi seerri of eeggannoo akka godhan dirqisiisu waan jiru fakkaata.

โค3๐1
HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Photo
ODUU: Balaa muudateen loltoonni gameeyyiin US afur du'an.
Helikooptarri Waashingitanitti kufuun loltoonnii US jajjaboon lubbuun isaanii darbuun ibsame.
Akka humninwaraanaa US jedhanitti Helikooptarri Black Hawk jedhamuun beekamuun Bulchiinsa Waashingitanitti kufee caccabuun lubbuun loltoota oppireeshinii addaarra turan afur darbuu himan.
Loltoonni kunneen osoo fagootti ba'anii shaakalliirra jiranii helikooptarri ittiin kufun ibsame.
Helikooptarri Sikorsky UH-60 Black Hawk naannawaa buufata Joint Base Lewis-McChord jedhamutti gaafa Roobii caccabe jedhan Kaaba Kaalifoorniyaa ajaja waraanaa Fort Bragg jedhamutti dubbi himaan oppireeshinii addaa humna waraanaa US Jaakuwi Hiil.
Loltoota xiyyaara kana keessa turan afran keessaa namni lubbuun ba'e hin jiru.
Loltoonni shaakallii Lewis-McChord jedhamuuf bobbaafaman kunneen miseensota Reejimantii Oppireeshinii Aviyeeshinii Addaa 160ffaa, Bataaliyoonii 4ffaa- 160th Special Operations Aviation Regiment, 4th Battalion turan.
Leetinaant Jeneraal Joonaataan Biraagaa waa'ee loltoota gameeyyii lubbuun darbanii akkas jechuun ibse.
''Loltoota gameeyyii duudhaa humna waraanaa keennaa tiysanii asiin ga'aniidha. Mallattoo oppireeshinii addaa humna waraanaa keennaa turan. Wareegamni isaanii yoomuu hin dagatamu.'' jedhan.
Qondaalli waraanaa, Hiil, fageenyarraa kan ka'e bakka balaan kun itti muudate dhaqqabuun rakkisaa ta'eera jedhan.
Wayita balaan kun muudatu ibidda uumame bosona keessaa ol ka'ee mul'ataa turuu CBS'gabaaseera.
Lubbuu baraartonni Jimaatarraa eegalanii garasitti bobba'anii hojiitti jiru.Ka'umsi balaa kanaa ammallee qoratamaa jiras jedhan
Humni waraanaa hojiin lubbuu baraaruu itti fufee akka jiruu fi ammallee maqaan namoota du'anii akka adda hin baane ibse.
Ajajaan Humna waraanaa Oppireeshinii Addaa US Joonaataan Biraagaa ''ogeeyyii loltoota keenna manatti deebisuuf humnaasaanii osoo hin qusatin boqonnaa tokko malee hojjetan ni galateeffanna,'' jedhan.
Buufatni shaakallii waraanaa -Joint Base Lewis-McChord jedhamu Waashingitan kibba Takomatti argama.
Onkoloolessa 2024 keessas jeettiin waraanaa US Waashingitan naannawa gaara Raayiniir jedhamuutti kufuun lubbuun loltoota lamaa darbeera.
Abdii S
@baacoowwa

โค5๐2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Seenaa
๐ชกMootiin Kooriyaa Kaabaa duraanii Kiim Joong Iil du'aan Addunyaa kanarraa yeroo boqotan sirna gaddaa ture #biidiyoodhaan.๐
Akka nama afaan Kooriyaa danda'u tokkootti waan isaan jedhan isiniif hiikuuf jedheen nan dhiise.
By z way aanga'ootaa fi firoota isaan ala sabni bal'aan akka isa jaalata taanaan ....
๐

โค3๐2
HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Photo
ODUU:
Irreechi UNESCO'tti galmaa'uuf adeemsarra akka jiru ibsame.
Ayyaanni Galateeffannaa, Tokkummaafi Araaraa ta'e Irreechi UNESCO'tti galmaa'uuf adeemsarra jira jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Holaa.
Ayaanni Irreechaa kun Magaalaa Finfinnee keessatti hanga bara 1904'tti dhokaataanis ta'u geggeeffamaa turuu Abbaan Gadaa Goobanaa Holaa yaadachiisan.
Irreechi Hora Finfinneefi Harsadii bara kana karaa aadaa fi duudhaa isaa eeggateen akka geggeeffamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu himaniiru.
Irreechii magaalaa Finfinnee keessaa dhiibamee bahaa turuu yaadachiisuun, waggaa hedduu booda deebi'ee Finfinneetti kabajamuu kan eegale bara 2012 irraa kaasee akka ta'e Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa dubbataniiru.
Irreechi jaarmiyaa sirna Gadaa keessaa tokko ta'ee, Aadaa Uummata Oromoo, sirna galateeffannaa, guyyaa araaraa ,wagii, eebbaa fi hawwii gaarii falaasama Oromoon qabuun ol'aantummaa fi humna Waaqaa addunyaaf itti ibsan, milkiimanni gaariin kan ittiin argamuu fi mallattoo ifaa ta'uu Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa himan.
Irreechi haada tokkummaa dhala namaa amantaa, aadaa, afaan, siyaasaa fi hawaasummaan walitti hidhuu fi jaalala waloo dippiloomaasii fi kominikeeshinii ta'uus kan kaasan Abbaan Gadaa kun, Oromoon walii isaa, sabaaf sab-lammii Itiyoophiyaa fi lammiile biyya alaa kan tokkummaa fi walitti dhufeenna biyyootaa ittiin mul'isan ta'uus eeraniiru.
Irreechi UNESCO'tti akka galmaa'uuf adeemsarra jiraachuu kan himan Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa, kabaja bara kanaa irrattis karaa nagaa fi duudhaa isaa Ganamaa eeggateen irratti hirmaachuun murteessaa ta'uu himaniiru.
Bara kanas, Finfinneetti irra deebiin kabajamuu erga eegalee yeroo 7ffaaf karaa aadaa fi duudhaa isaa eeggateen kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Abbaan Gadaa Oromoo Tuulamaa Goobanaa Hoolaa ibsaniiru.

โค8๐1
Forwarded from ISPOORTII AFAAN OROMOON โฝ๏ธ
Tapha eegamaa Piriimeer Liigii Ingilaand
Xumurame
Arsenaal 1-1 Maan siitii
โฝ๏ธMartineli 90+3 โฝ๏ธHaalaand 9'
@isportf
Xumurame
Arsenaal 1-1 Maan siitii
โฝ๏ธMartineli 90+3 โฝ๏ธHaalaand 9'
@isportf
โค2
Haadhatu mucaasheetiin "mee abbaa keef bilbili. Laaqanni gaheera maaf hin dhufu laata?" jetteen.
Mucaanis "Harmee yoo xiqqaate yeroo shanii bilbileera dubartii tokkotu na jalaa kaasa" jedheen.
Haatis "Ana manatti na dhiisee dubartii biraa waliin tapha dhaqee? turi haa galuu anuu qorichasaa qotaaf" jettee dhaadatte.
Abbaan lafa hojiitii dadhabaansaa dhufee ol seene. Utumanni gad hin taa'iin haati warraa aariidhaan huutee qabatte. Abbaan manaas "Maalan balleesse? Maaltu uumame? mee turi gad na dhiisi tasgabbaa'i" jedhee harkashee ofirraa qabe. Haati manaa "isayyuu balleessaakee wallaaltee maaltu uumame naan jettaa?" jettee kabala gurratti qadaadde.
Abbaan manaas miira keessa galuun dhiitichaan uleedhaan ishee tumuutti ka'e. Waci uumamee, ollaan yaa'ee dirmateef.
Maaltu uumame maaf wal reebdu gaafa jedhaman. Haati warraa sun "guyyaa guutuu anaan mana kaa'ee mana dubartii biraa oole bilbiluma isaallee isheetu nu jalaa kaasaa oole" jechuun himatte.
Abbaan manaa sunis "Waan isheen jettu sobadha. Bilbillikoo irrattis eenyuyyuu hin bilbille" jedhe.
Ammas haati manaa "Ela kunoo isayyuu na sobuu barbaadaam. kottumee mucaakoo argitaa abbaa kee hin saalfatu. Hin bilbille jedhee nu haaluu barbaada. maal siin jette dubartiin sila bilbila isaa kaaste?" jennaan.
"Hafteen herrega keessanii ga'aa miti. herrega dabalataa guuttadhaa" naan jette jedheen.๐

๐คฃ14โค6
Forwarded from Amen โ๏ธ
T_shirt Arsenaal orijinaala isaa warri barbaaddan karaa lakkoofsa
๐๐๐๐๐
Na qunnamaa.
Dabalataanis T-shirt orijinaal Kan Riyaal-Maadrid, Chelsii, Maan Yuunaayitid yoo feetan nu qunnamaa bakka jirtanitti isiniif qaqqabsiisna.

โค1๐1
#kana_dhageessanii?
๐ชกItoophiyaan horii gaafaa miliyoona 54, Sudaan miliyoona 42 qabdi. Garuu biyyoonni lachuu hiyyeeyyiidha! Nezerlaand re'oota miliyoona 11 qabdi, garuu aannaniifi oomishaalee aannani addunyaaf dhiyeessiti
๐ฐ @baacoowwan

๐5โค4
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOOโ (Amen โ๏ธ)
#Makmaaksa_Oromoo
"Argu si hin dhiisu" jennaan "anuu hin dhiisifadhu" jette harreen waraabuun.
#Mammaaka_Oromoo
@makmaaksa

๐14โค2๐1
HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Buโaan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa harraa haga saโa 6:00 tti ni gadhiifama jechuu ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaa ni yaadatamaa. Buโaa qormaataa ilaallachuu irratti rakkinni akka hin uumamneef sirriitti yeroo qulqulleessinu gadiโฆ
Beeksisa
Barattoota bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darban hundaaf;
Barattoonni bara barnootaa 2017 Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa darbanii fi yunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti buโuura baasii qoodamuun (iskoolaarshiipii) barachuuf fedhii qaban filannoo yuunivarsiitii fi muimmee isaanii karaa bakka buโoota mana barumsaa isaanii hanga Fulbaana 14, 2018tti sirreessuu ni dandaโu.
Hubachiisa:
1. Yuunivarsiitiin Siivil Sarvisii Itiyoophiyaa bara barnootaa 2018 irraa eegalee barattoota damee barnootaa adda addaatiin akka fudhatu isin beeksifna.
2. ASTU fi AASTU filannoo keessaa hin galan
Ministeera Barnootaa.