Hin dhufin...
Akkati hin dhufne utuun beekuu
Yaada keetiin innin deeguu,
Innin...
Sin jaalladha si'iin jedhuu
faana kee qofa kanan fedhu,
Hanguma narraa fagaattu
hamma argaa koo lagattu,
Qalbiin kiyya siif na aaddi
akkuma kaleessaa si yaaddi
si barbaaddi...
Ee...
Garuu sin argadhu anoo beeka
nama hin dhufnen taa'ee eega
Karrati hin beekne'rra dhaabbadhee
farda yaada kee yaabbadhee,
Sin araada
Suman yaada
Sin barbaada
Yaada keetu ana waada
Ihim...
Seeda keenya kaleessaa
Fiddee fuullee kiyya teessa
Akkasiin...
Kaleessi koo har'a najalaa ajjeesa
Siif jedheen kan na barbaadu mara dhessa
Nan geggeessa
Egaa...
Hin dhufin silaas hin dhuftuu
Karra kiyyatti lammees hin luftuu
Haagii kees atoo hin tuftuu
Ee...
An sin nuffu suman eega
Akkati hin dhufnes beeka
Sobdees nan sossobin dhiisi
Sanyoo kee hammadhuu ciisi
Ammoo...
Suma eeguutu gammachuudha
Abdachuunuu argachuudha
✍ Kenbon Ab
@baacoowwan

❤10🔥2
Gaaffii walii galaa
✍️Magaalaan guddoo biyya Tirindiidaa Toobaagoo eenyu?

Anonymous Quiz
12%
Chaguanas
18%
Port of Ispeen
46%
Trindidasko
24%
Tobago
❤4🔥3
🌸
Jettuun numa jetti
Jirti Har'as kaleessa
Yoo jettee dadhabdu
Callifti maleessa
Hamaa gootes gaarii
Isa gatii qabu
Namni si hadheessuuf
Waan siin jedhun dhabu
Bikiltu Wakesa Oli
@baacoowwan
Jettuun numa jetti
Jirti Har'as kaleessa
Yoo jettee dadhabdu
Callifti maleessa
Hamaa gootes gaarii
Isa gatii qabu
Namni si hadheessuuf
Waan siin jedhun dhabu
Bikiltu Wakesa Oli
@baacoowwan
❤12👏4👍3
Makmaaksa kana guutaa
✍️Qaban qabaa hin guuttu gadhiisan____.
✍️Qaban qabaa hin guuttu gadhiisan____.
Anonymous Quiz
5%
Ni barristi
82%
Bakkee guutti
7%
Ni utaalti
6%
Nama ciniinti
❤2🥰1
Kana dhageessanii?
🥇🏆💪 Dhalattuun biyya Awustiraaliyaa biyya Sa'aatii tokko keessatti puull-aappii 733 hojjechuun rikkoordii cabsuun galmee dinqisiisoo addunyaarratti maqaa ishee galmeessisteetti.

❤4👍1
Oduu Ajaayibaa!🤔
= = = =
Waancaa Addunyaa bara 2034 qopheessuuf carraa kan argatte biyyi Bahaa Giddu galeessaa Sa’ud Arabiyaan, magaalota 5 keessatti Istaadiyeemota 15 ijaaruuf karoorfattee hojjechaa kan jirtu yoo ta'u, Biyyattiin Istaadiyeemii namoota kuma 46 qabachuu kan danda’u, bara 2027 ijaarsa isaa eegaluun bara 2032 xumuruuf karoorfattetti.
Istaadiyeemiin ‘NEOM’ kun lafarraa meetira 350 ol fagaatee akka ijaaramus ibsamaa jira.
Samiirratti taphachuun hin danda'amaa laata?

😁4❤3
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOO✍ (Ame¥ Ⓜ️®)
Makmaaksa
✍️"Gad deebituun harree ___ baattee kufti" jedhan.
✍️"Gad deebituun harree ___ baattee kufti" jedhan.
Anonymous Quiz
16%
Midhaan
76%
Galabaa
4%
Harree
5%
Bishaan
🔻Abbaa Manaa -- konkolaachisaa keenya ari'uufin jedha.... har'a si'a lammaffaa balaa geessisee na ajjeesee oole.
🔺Haadha Manaa -- Dammako carraa isa dhumaa yoo kenniteef maal ta'a 🙄😭
Like 😂👍
Carrichatti haa fayyadamuufiim
🔻 @baacoowwan

👏8❤3
Halkan edaa Haadha Manaa kiyya wajjin wal lolle. "Meeshaa/ waan mana kana keessa jiru keessaa kan jaallattu hunda fudhadhuutii gara Mana maatii keetti narraa deemin" ittiin jedheen rafe.🫤
Kan isin ajaa'ibu ganama kana yeroon dammaqu Mana warra isaaniin jira.🥺 "Akkamittan dhufe?" jedhee soddaafaa gaafannaan "'Isaa wajjin wallollee; Meeshaa jaallattu fudhadhu deemi' naan jennaanan isuma duddatti baattadhee dhufe" nuun jette jedhan🤔🙆
Amma kunoo achin jira😊🫣
Akkam godhu?😎
#Mugaabee_Oromoo

❤24🤣13👏6
Gaaffii walii galaa
✍️Magaalli guddoo Arjentiinaa eenyu jedhamti?
✍️Magaalli guddoo Arjentiinaa eenyu jedhamti?
Anonymous Quiz
8%
Moonte_viidiyoo
34%
Boones Ayires
24%
Liyoonel Meesii
25%
Saa'o pooloo
9%
Helsiink
❤8
Abbaa
Kutaa #1ffaa
1. Abbaan physics 🫳Galileo Galilei
2. Abbaan Biology 🫳 Aristotle
3. Abbaan chemistry🫳 Dabir Ibn Hayan
4. Abbaan electricity🫳 Michael Maradayi
5. Abbaan Algebera🫳 Diphtheria
6. Abbaan Geometry Father🫳 Euclide
7. Abbaan Medical 🫳 Hippocrates
8. Abbaan Genetics🫳 Gregory Mendel
9. Abbaan lakkoofsaa (Number) 🫳Fitagoraz
10. Abbaa Political Science 🫳Nicos Machiavelli
#itti_fufa

❤16🔥3👏1
⭐✅#Tasfaayee
⚠️✅☆ Maqaa maatii Itoophiyaa keessatti baay'inaan beekamu Tasfaayee dha.
Ulaagaalee adda addaa fayyadamuun sadarkaa kennuudhaan kan beekamu sadarkaa addunyaan Itoophiyaa keessatti maqaan maatii baay’inaan beekamu Tesfaayee akka ta’e dubbata.
Ameerikaa 🇺🇸
Awustiraaliyaa 🇦🇺
Ingilaandi 🇬🇧 fi
Kanaadaa 🇨🇦 akaakayyuun maqaa Smith jedhu qabaachuun isaanii carraa guddaadha.
✅Poorchugaal🇵🇹 Siilvaa
✅Biraazil🇧🇷 DaSilva
✅Jarmanii🇩🇪 Muller
✅Iraaq🇮🇶 Mohaammad
✅Saudi Arabiyaa🇸🇦 fi
✅United Arab Emirates🇦🇪 Keessumattuu Aliin akaakayyuu isaanii biratti baay'inaan akka mul'atu ragaan ni mul'isa.

❤5
Gaaffii walii galaa
✍️Biyyi yoo lammileen ishee of ajjeesuu yaalanii mijachuufii dide (oole) ajjeechaan adabdu eenyu?
✍️Biyyi yoo lammileen ishee of ajjeesuu yaalanii mijachuufii dide (oole) ajjeechaan adabdu eenyu?
Anonymous Quiz
52%
Kooriyaa Kaabaa
24%
Kooriyaa kibbaa
10%
Jaappaan
4%
Indiyaa
5%
Filisxeem
5%
Iraaq
❤6🥰2👍1
FUGGISOO
Gaadituu xireeffannee
Gaabbituuf jilbeeffanne
Waan safuu safeeffannee
Lafaftuun garboomfamne
Boqqolloon mulluu jennee
Garbuu maqaa dhowwanne
Baalageef ulaa bannee
Nama ofii karra dhowwanne
Qeesiin barii qaddasa
Galgala gumgumaa bulee
Galatan sirraa dhabe
Siif dhama'ee kurkuree
Ani akka leencaa baroodaa
Ati akka arbaa tuulamtee
Maqaa kankoo xureessaa
Ati kabajaan muudamte
Caalii
@baacoowwan
Gaadituu xireeffannee
Gaabbituuf jilbeeffanne
Waan safuu safeeffannee
Lafaftuun garboomfamne
Boqqolloon mulluu jennee
Garbuu maqaa dhowwanne
Baalageef ulaa bannee
Nama ofii karra dhowwanne
Qeesiin barii qaddasa
Galgala gumgumaa bulee
Galatan sirraa dhabe
Siif dhama'ee kurkuree
Ani akka leencaa baroodaa
Ati akka arbaa tuulamtee
Maqaa kankoo xureessaa
Ati kabajaan muudamte
Caalii
@baacoowwan
❤18👍2
Kamtu sirnaan qubeeffameera?
Anonymous Quiz
14%
Balaaqqaame
20%
Balaqame
16%
Balaqqamme
50%
Balaqqame
❤9
✍#kana_dhageessanii?
✍Yeroo baayyee saala fardaa ilkaan isaa ilaaluu qofaan adda baasuu dandeessa.
✅👉 Fardi dhiiraa ilkaan 40, dubartiin ilkaan 36 qabdi.

❤11😁3
✍ #kana_dhageessanii?
✍Akka qorannoon haaraa bahe tokko mul'isutti, Adurreen namaan akka Adurreetti kan yaadan yoo ta'u, akka guddistuu isaaniitti osoo hin taane akka eegduu isaaniitti ilaalu.

😁8
# ODUU OF-EEGGANNOO! 🚨🚨🚨
=========//============
Ibsa galgala kana baaseen Ministerri Fayyaa dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hinbaane Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira.
Dhukkubichis mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a qaba.
Akka ogeeyyonni Hospitaala Jinkaa himanitti: torbee kana namoonni shan dhukkubichaan qabamanii lubbuun isaanii dabartee jirti. Isaan lubbuu dhaban keessaa lama ogeeyyota fayyaa (doktara tokkoo fi narsii tokkoo) kan dhukkubsattoota waldhaanaa turaniidha. Kun ammoo dhukkubichi nama irraa namatti haalaan daddarbaa ta’uu isaatiifi kan yeroo gabaabaa keessatti lubbuu galaafatu ta’uu agarsiisa.
🚨🚨🚨🚨⚠️⚠️ALARMING
unspecified case with high mortality (100%) is going on at jinka! With clinical presentation of initialy AFI symptoms then bleeding & multiorgan failure after 3-5 days! ...

#Kana_Dhageessanii?
Pirezidaantiin Ameerikaa duraanii Joorji Waashingitan, yeroo pirezidaantii ta’uun filataman ilkaan isaanii baay’ee dhukkuba fangasiin hamaan qabamee waan tureef,ilkaan tokko qofa sababa hafeef kolfee hin beeku. Ilkaanota hafan kan bakka bu bu’u namoota du’ee fi bineensa irraa buqqisuudhaan bakka buusuuf yaalan, garuu baay’ee isa dhukkubee dubbachuu dadhabe. Kanaafi kolfuu kan dhiise. Kanaafidha ilkaan isaa doolaara tokkoo irrattis ta'e suuraa biroo irratti kan hin agarsiifne.

❤17👍3😁2👏1
#Kana_dhageessanii?
🪡Duuressi addunyaa kanaa Elon Mask konfiraansii teeknooloojii dadhabsiisaa Saan Firaansiiskootti gaggeesseen booda kaaffee tasgabbaa'aa ykn callisaan guutame tokkotti seene.
Fagoo irraa maanguddoon tokko minjaala kaffee otoo qulqulleessituu arga, garuu waan arge kana amanuu hin dandeenye.
Ija Shakkiin gara jaartiitti dhiyaatee eenyu akka taate gaafate; isheen daa'imummaa isaatti guddistuu ykn isa kunuunsaa ture ta'uu ishee bare.
daa'ima kana guddifte kun maanguddoon ganna 85 kiraa manaa kaffaluuf yeroo muraasaaf kaffee tokko keessatti qulqulleessituu taatee hojjechaa akka jirtu baruun danuun isa rifachiisa.
Dubartiin Elon Mask biliyeenara ta'uu otooma beektuu gargaarsa isa gaafattee hin beektu.
“Yeroon homaa hin qabne na jajjabeessite; dabareen koo ishee gargaaruudha,” jedha, sa’aatii muraasa keessatti mana jireenyaa, deeggarsa umurii guutuu fi waan isheen barbaachisu hunda isheef kenneera.

❤31👏2