Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Maliif Namooni Bayyeen Airdrop irraa qarshii argachaa hin jiran?🤩
Sababiin isaas kana jedhen yaada😄
Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenu🤔
Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuu😔 garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aara🤣
Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaa😎
Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?
1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..🤝🤝
2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.😏
3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eef💬
Hubachisa📱 Airdrop yeroo amma hojjechaa jirtaan hundaa dhisaa jechuu koo mitti
Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidha📢📢
Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.
👍 😍 Tuqaa
Share: oromooTech
Sababiin isaas kana jedhen yaada😄
Takkoofa seera AIRDROP walaalu irraan kan ka'eedha jechuun koos akkuma beektan Airdrop bayyeen kan akka HAMSTER, TAPSWAP fi x empire, rocky rabbit coin hedduu million fi billion dhan keenu🤔
Sababa kana irraan kan ka'e namni bayyeen Airdrop kan akka DOGS, CATS, FI LOST DOGS fi kaneen biro hin hojjetuu😔 garuu yeroo gurguramee qarshiin itti argamu ni aara
Yeroo coin bayyee waliiti qabanu gatiin wanta sanaas akkasuma gadii bu'a addeemaa
Qarshii Airdrop irraa argachuuf maal gochuu qabna ykn isa kam irratti xuyyeefachuu qabna?
1ffaa kan namni bayyeen hojjechaa hin jirree garuu kan VERIFIED Ta'e PROJECT sirrii ta'e eegaluu qabdu..🤝🤝
2ffaa. Airdrop coin hedduu hin keenine guyyaati muraasa qofa keenu irratti xuyyeefachuu qabdu.
3ffaa. Yeroo Airdrop hojjetan seera isanii eegun hojjechuu qabdu Airdrop hundi seera mata isa qaba waan ta'eef
Hubachisa
Garuu qarshii garii argachuuf AIRDROP maal gochuu akka qabdan suggest isin gochuu qofafidha📢📢
Yaada dabalaa ykn hafe kan jettaan comment.
Share: oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5🎉3
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
DOGS namooni CLAIM godhiin jirtaan waan haaraan isiniif ummamee jira🆒
Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a
Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessu🆗
Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessu😎 😎 😎
Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaa📢
⚡ Faster withdrawal with a small fee in SDOGS
⚡Slower withdrawal without fees
Guyyaa har'a kaastanii karaa 2 withdraw kan ittin gootan UPDATE ni ta'a
Yoo akka dafee withdraw isiniif ta'u barbaaddan Kaffaltiin Fee xiqqoo kutaate akka dafee isiniif ba'u gochuu dandeessu
Yoo fee TON hin qabdaan ta'eef suuta jedhe akka isiniif ba'u withdraw godhamuu gochuu dandeessu
Kanaa jechuun filanoon 2 Dogs irraa argana jechudhaa📢
⚡ Faster withdrawal with a small fee in SDOGS
⚡Slower withdrawal without fees
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1👍1
Forwarded from ELSAY TECH (Da💥 cr💥)
🚨Wow #Major star ⭐
The listing is Coming soon....
Dhihooti List ni goona
Jedhaniiruu 🥰
Eegalaa👇
https://t.me/major/start?startapp=1155307663
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
The listing is Coming soon....
Dhihooti List ni goona
Jedhaniiruu 🥰
Eegalaa👇
https://t.me/major/start?startapp=1155307663
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
👍3
Forwarded from ELSAY TECH (Da💥 cr💥)
Dogs irratti on chain claim eegalameera. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
📲Karaa adda addaa laman claim gochuu dandeessu.
Isaanis👇👇👇
1.Quick withdraw yoo filattan sa'ati 72 booda wallet keessan irraa gala Garu hanga dogs qabdan irraa 1.75% kutata.
2.Free withdraw yoo filattan ammoo hanga dogs qabdan guutuun isa ( utu irraa hin kutatin) torban sadii booda wallet keessan irra gala.
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
📲Karaa adda addaa laman claim gochuu dandeessu.
Isaanis👇👇👇
1.Quick withdraw yoo filattan sa'ati 72 booda wallet keessan irraa gala Garu hanga dogs qabdan irraa 1.75% kutata.
2.Free withdraw yoo filattan ammoo hanga dogs qabdan guutuun isa ( utu irraa hin kutatin) torban sadii booda wallet keessan irra gala.
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
👍3
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Avacoin Yeroo 2ffaa Token isanii bifa haaraan List gochuuf qophii irra waan jiraniif Snapshot process isa xumuranii jiru!
Claim gochuuf sa'ati ykn guyya isaa isin beeksiisna jedhanii jiru obsaan eegadha tarii akkuma kana dura eegamaa ture gatiin isaa foyya'uu danda'a! nobody gonna know💬
Wcoin irratti bifa haaraan September 12 List ni ta'a wcoin app waan fedheefu osoo download gootani verify godhatanii gariidha💵 💵 💵
Claim gochuuf sa'ati ykn guyya isaa isin beeksiisna jedhanii jiru obsaan eegadha tarii akkuma kana dura eegamaa ture gatiin isaa foyya'uu danda'a! nobody gonna know
Wcoin irratti bifa haaraan September 12 List ni ta'a wcoin app waan fedheefu osoo download gootani verify godhatanii gariidha
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Hubadhaa 🛑
Akka booda hin gabbineen isiniin jedha👋
Yeroo amma namooni hedduu Tonkeeper fayyadamaa jirtu garuu bayyeen keessan account bantanii fayyadamaa jirtaan Backup hin goone kana jechuun akka tasaa yoo silkiin keessan badee ykn app TONKEEPER delete ta'e QARSHII fi Token achirraa qabdan salphaati dhabduu deebistaniis hin argattan jechuudha🤔🥺
Kanaaf wanti gochuu qabdan Tonkeeper irraa seenuun account keessan step kanaan BUCKUP✔️ godhaa.
1ffaa. setting tuqaa
2ffaa. Backup isa jedhu tuqaa
3ffaa. Show Recovery Phrase isa jedhu tuqaa
4ffaa. Barreefama adda addaa 24 isiniif keena Recovery Phrase jedhama isa copy gochuun bakka hin baadnee ka'adha SAVE SCREEN SHOT illee dabalataan kaasa ka'adha bakka hin badneef naamni hin agare
▶️ Hubachisa GONKUMA enyuuf illee Recovery Phrase keessan kan BUCKUP gootan namaaf share hin godhinaa hin agarsiisina▶️
Hiriyoota keessaniif barreefama kana share godhaa👍
Like tuqaa emoji 🥰🥰🙏🙏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Akka booda hin gabbineen isiniin jedha👋
Yeroo amma namooni hedduu Tonkeeper fayyadamaa jirtu garuu bayyeen keessan account bantanii fayyadamaa jirtaan Backup hin goone kana jechuun akka tasaa yoo silkiin keessan badee ykn app TONKEEPER delete ta'e QARSHII fi Token achirraa qabdan salphaati dhabduu deebistaniis hin argattan jechuudha🤔🥺
Kanaaf wanti gochuu qabdan Tonkeeper irraa seenuun account keessan step kanaan BUCKUP
1ffaa. setting tuqaa
2ffaa. Backup isa jedhu tuqaa
3ffaa. Show Recovery Phrase isa jedhu tuqaa
4ffaa. Barreefama adda addaa 24 isiniif keena Recovery Phrase jedhama isa copy gochuun bakka hin baadnee ka'adha SAVE SCREEN SHOT illee dabalataan kaasa ka'adha bakka hin badneef naamni hin agare
Hiriyoota keessaniif barreefama kana share godhaa
Like tuqaa emoji 🥰🥰🙏🙏
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5❤2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Guyyaa borii TELEGRAM wallet keessan irra kan jiran TON, USDT, NOTCOIN, FI DOGS hunduu Address haaraan ni keenamaaf jedhe jira Telegram 💡
Kana booda address yeroo namaaf ergiitan isa durii hin fayyadamiina 📢 wanti isin gootan hin jiru ofiin update ta'e jijjiramaa📱 📱 📱 📱
Kana booda address yeroo namaaf ergiitan isa durii hin fayyadamiina 📢 wanti isin gootan hin jiru ofiin update ta'e jijjiramaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo amma DOGS wallet irra seena jira 🥳🥳😎 😎
Kaneen isiniif hin seeniin jiru obsaan eegadha har'a galgala ykn boor isiniif seena🆗 📱
Gurgurachuu kan barbaaddan na dubisaa 👋 👉https://t.me/MrElsay2
Kaneen isiniif hin seeniin jiru obsaan eegadha har'a galgala ykn boor isiniif seena
Gurgurachuu kan barbaaddan na dubisaa 👋 👉https://t.me/MrElsay2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍5
Forwarded from ELSAY TECH (Da💥 cr💥)
🛑Gaaffi duraan waa'ee x empire irratti akkamittin daily combo arganna isa jedhuf baayyen keessan odeeffannoo nu biran ga'i jechun filattan. 👌
👉Step 1. Erga gara bot x empire kana seentani booda iddoo "city" jedhu tuquun akkuma suura ol jiru irraa argitan investment kan jedhu altokko cuqaastu.
#HUB
yoo hojiin x empire keessan level 3 gadi ta'e investment keessan lock dha kana jechun yoo level 3 fi isa ol taatan qofa kan investment isinif banamu.
Haala kamin level keenya guddisna kan jedhu gaaffi yoo kaastan wan bira isin hin barbaachisu improve Jala seenun gaafa isin profit per hour keessan guddistan level keessan isinif dabalaa deema jechuu dha. Level irra jirtan beekuf ammoo suura olirraa akkuma argitan an level 9 irra ga'era.
👉Step 2 ergaa gara investment kanaa seentani booda suura isa lammaffa irraa akkuma argitan wantoota garaagaraa achi jalatti argattu. Kan isin beeku qabdan egaa guyyaa guyyatti daily combo argachuf wanti barbaachisu hundi bakka kana Jala jira jechuu dha.

👍5❤4
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Fooyya'iinsi daballii mindaa eegamu Adoolessa 1, 2017 irraa eegalee hojiirra oola.
Hojjetonii motummaan channel keenya irra jirt u jedhen yaada post kun isin ilalata👍
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Hojjetonii motummaan channel keenya irra jirt u jedhen yaada post kun isin ilalata
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2😱2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
📢Namooni Telebirr hin banatiin jirtan immoo banadha isin fayyadaa
As tuqaa eegalaa 👇👇👇
https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=977830314265602&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024
Lakkofsa isin hirdhatee waliif share godhaa comment irratti
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍8
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
WoooW Point 5000 Nuf dabalee jira
Lost Dogs keessan ilaala seenati👍 👍 👍
Guyyaa 3 qoftii kan hafe Airdrop amanamaa kana eeegaluu qabdu booda akka hin gabinee😏 😏 😏
Eegalaa as tuquun 👇👇
https://t.me/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_1000449387__s_573980
Lost Dogs keessan ilaala seenati
Guyyaa 3 qoftii kan hafe Airdrop amanamaa kana eeegaluu qabdu booda akka hin gabinee
Eegalaa as tuquun 👇👇
https://t.me/lost_dogs_bot/lodoapp?startapp=ref-u_1000449387__s_573980
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
WhiteBunny ji'a kana akka LIST ta'u beekame jira namooni hojjechaa turtaan jabadhaa
Kan List ta'u solan ecosystem irrattidha baldhinaan isiniifan ibsa yeroo bira
Eegaluuf as Tuqaa 👇👇
https://t.me/whitebunnywtf_bot?start=ref667291b402eae129d99735bb
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo Amma Blum wallet fi keessoo isaa bifa haaraan jijjiree jira 100
Wallet iddoo jedhu yeroo seentan SEND, RECEIVE, HISTORY kan jedhu itti dabalamee jira📱🤳
Dabalataan project guddaa of keessati qabatee waan jiruuf Token qofa osoo hin tane akka platform tokkoti fayyiidaa hedduu nuf keenu ni danda'a gara boodeti
Kanaaf namooni eegaltanii turtaan jabadhaa itti fufaa dhihooti List ta'uus waan danda'uuf
Eegaluuf as tuqaa
https://t.me/blum/app?startapp=ref_26HhnZwnVr
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍4😱2
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Barattonii Kuta 12ffaa Bara kana Qabxii keessan ilaalachuuf karaalee 3 ni dandeessu isaniis karaa toraa website, Message fi Telegram
✉️ 6284
Namooni Darbiitan Channel keenya keessa nama meqatu jira?
⚡Share Like godha share
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@oromooTech
@oromooTech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍3🔥2