Channel soba odeeffaannoo sirrii hin taane dabarsan akkasumas mana barnootaa keenya bakka hin buune irraa of eeggadha
Link ποΈ channel Isa sirrii mana barnootaa keenya hiriyoota keessaniif qoodun waldeeggaraa
https://t.me/dodolaa123
Gamanuumaanis harraa (19/02/2018) hubannoon waa'ee finance walqabatu irraatti qooda fudhattootan(keessummaan) waan Kennamuuf barattoonni mana barnootaa Hundi sa'aatii 10:00 iddoo naannoo kaaffetti argamuun barnootaa keennamu akka hordoftan dhaamsa siniif dabarsuu barbaadna
Stay safe!!!
DIBBSS

β€8π₯°1π1
Beeksisa
Hawaasa Barnootaafi Qooda Fudhattoota Barnootaa Hundaaf
BBO - 21/02/2018 Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa Barnoota Fedhii Addaa (Special Needs Education)/Inclusive Education) Qaajeelfama Raawwii wixinee ( draft) qopheessuun haawasni barnootaafi qooda fudhattootni barnootaa yaada akka irratti kennan gaafateera.
Kanaafuu, Liinkii asii gaditti kenname fayyadamuun Sanada wixineen dhihaate dubbisuun yaada akka itti kennitan isin gaafanna.
Yaadni Isin Kennitan Rakkoowwan Fedhii Barnootaa Addaa keessa jiru hiikuu keessatti gahee olaanaa qaba!
Yaada itti kennaa!
Yaada kennitan immoo, ergaaf(Submit) godhaa.
Hubachiisa:- Jalqaba liinkii kana banaa- ( https://forms.gle/P1QYEtgch5nsQ932A)
- Itti aansuun 'αα΅ααα αͺα« Link' kan jedhu banuun sanadicha argattu.
- Sanadicha dubbisuun yaada keessan erga barreessitanii booda "Submit" kan jedhu tuquun erguudha.
Galatoomaa!

Google Docs
α¨αα© αααα΅/α α«αΆ α΅αα
αα΅ αα΅ααΈαα« α¨αα
αααͺα« αΆαααα΅ ααααα΅ α¨α³α½ α«ααα αα΅ααα αͺα«(Link) αα«α α₯α α«αα΅α α α΅α°α«α¨α΅ αα₯α α£αα α
α½ ααα β¦
β€15π1