#MoE
Ramaddii barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 darban ilaalchisee ibsa Ministeerri Barnootaa kenne
1 Ulaagaalee Ramaddii Barattootaa:-
2. Sirni ramaddii adeemsa sirna ramaddii keessatti qabxii waliigalaa tokkoon tokkoon barattootaa akka sababaatti fayyadama. Barattoonni bu’aa fooyya’aa galmeessaniif filannoo isaanii haala seeraa fi dambiiwwan rogummaa qaban biroo hin cabsineen dursi ni kennamaaf.
3. Sirni ramaddii dandeettii galmee yunivarsiitiiwwan barattoonni filataman tilmaama keessa kan galchudha. Barattoonni yunivarsiitiiwwan 46 filachuu danda'an qabu.
4. Sirni ramaddii sagantaalee barnootaa barattoonni filataniifi sagantaalee barnootaa yunivarsiitiiwwan filataman bu’uura godhachuun kan raawwatamudha.
5. Heddumina koorniyaa fi madaalliin sirna ramaddii adda addaa koorniyaa dhaabbilee keessatti eeguuf jiruun eegamee jira.
6. Sirni ramaddii barattoonni manneen barnootaa adda addaa irraa dhufan akka sassaabaman gargaara.
7. Sirni ramaddii haala addaa kan akka dhalootaa irratti hundaa’a. Kanaafuu barattoonni haala akkanaa keessa jiran yuunivarsiitii itti ramadaman keessatti itti fufuun yoo itti ulfaate jijjiirraa fi deggersi sirrii ta’e ni taasifama.
8. Barattoota yeroo ramaddii ragaa yaalaa sirrii ta’e qabaniif ramaddichi haala adda ta’een ilaalamuu danda’a.
9. Sirni ramaddii barattoota qaama miidhamtootaaf carraa walqixa kan kennu yoo ta’u, fedhii addaa fi ulaagaalee ramaddii isaanii ilaalcha keessa galchuu qaba.
#Ministeera_Barnootaa
═══❖•🌺🌸•❖═══╗
@maths_group11
@maths_group11
═══❖•🌺🌸•❖══

#MOE
Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 'online'n kennamu ilaalchisee ibsa kenneera.
Liinkiiwwan kilaastaroota jalatti eeraman cuqaasanii shaakaluun akka danda’amus ibseera.
Barataan hanga ammaatti ‘username’ fi ‘password’ kan hinarganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’anis beeksiseera.
Hojiin kunis kilaastaraan qoodamuu himeera.
Haaluma kanaan:
Kilaastara 1ffaa
Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et
Kilaastera 2ffaa keessatti
Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et
Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et
Kilaastera 3ffaa
Naannoo Beenshaangul Gumuz https://c4.exam.et
Naannoo Hararii https://c4.exam.et
Naannoo Affaar https://c4.exam.et
Naannoo Oromiyaa 1
•Magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et
Magaalaa Aggaaroo https://c4.exam.et
Magaalaa Amboo https://c4.exam.et
• Godina Arsii https://c4.exam.et
•Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et
Baalee https://c4.exam.et
• Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et
• Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et
•Boorana https://c4.exam.et
• Magaalaa Bulee Horaa https://c4.exam.et
• Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et
• Magaalaa Dodolaa https://c4.exam.et
• Baalee Bahaa https://c4.exam.et
• Boorana Bahaa https://c4.exam.et
•Gujii https://c4.exam.et
• Harargee Bahaa https://c4.exam.et
• ኀarargee Lixaa https://c4.exam.et
• Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et
• Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et
• Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et
Kilaastera 4ffaa
Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et
Naannoo Oromiyaa -2
• Jimma: https://c5.exam.et
• Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et
• Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Mooyyalee https://c5.exam.et
• Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et
• Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et
• Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et
• Magaalaa Shaggar https://c5.exam.et
• Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et
• Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et
• Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et
• Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et
• Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et
@maths_grouo11

😁1
#MoE
Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2018 irraa eegalee barattoonni bilbila harkaa, taableetii fi meeshaalee elektirooniksii biroo gara mana barumsaatti akka hin fidne dhorkeera.
Ministeerri Barnootaa jalqaba bara barnootaa 2018 irratti hoggantoota biiroo barnootaa naannoo fi bulchiinsa magaalaa waliin marii toora interneetii irratti gaggeessee jira.
Barri barnootaa 2018, Fulbaana 05, 2018 ni jalqaba.
Ministirri Ministeera Misooma Barnoota Waliigalaa adde Aayelech Eshete barattoonni bilbila harkaa, taableetii fi meeshaalee elektirooniksii biroo gara mana barumsaatti akka hin fidne dhorkamuu beeksisan.
Warri, barsiisonni fi qooda fudhattoonni daa’imman fi barattoonni umuriin isaanii barnootaaf ga’e hundi, kanneen bara darbe barnootaan ala turan dabalatee, gara mana barumsaa akka dhufan waamicha dhiheessaniiru.

#Update
የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይደረጋል።
የትምህርት ሚኒስቴር የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ እንደሚደረግ አሳውቋል።
የፈተና ውጤቱን አስመልክቶ ነገ ከቀኑ 10 ሰዓት ጀምሮ መግለጫ ይሰጣል።
#MoE
@tikvahethiopia

የሪሜዲያል መግቢያ ነጥብ ይፋ ሆነ።
ትምህርት ሚኒስቴር በ2018 የትምህርት ዘመን የመንግስት ዩኒቨርሲቲዎችን በተፈጥሮ እና ማህበራዊ ሳይንስ ትምህርት መስኮች ከ49.5% በታች ያስመዘገቡ ነገር ግን ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን የሚያሟሉ ተማሪዎች የRemedial ፕሮግራም ተጠቃሚ መሆናቸውን አሳውቋል።
1. በሁሉም አማራጮች (በግል እና በመንግስት ተቋማት) የRemedial ፕሮግራም ለመከታተል ተማሪዎች እንደተፈተኑት የትምህርት አይነት ብዛት 33% ከመቶ እና ከዚያ በላይ ተቆርጧል።
2. ከላይ በተራ ቁጥር 1 የተገለጸው እንደተጠበቀ ሆኖ በመንግስት ተቋማት (ወጪያቸው በመንግስት ተሸፍኖ) የ Remedial ፕሮግራም የሚከታተሉ ተማሪዎች የመቁረጫ ነጥቡን ያሟሉ ብቻ ይሆናሉ።
የመቁረጫ ነጥብ ፦
➡️ የተፈጥሮ እና የማህበራዊ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች 216
➡️ የተፈጥሮ እና የማህበራዊ ሳይንስ ሴት ተማሪዎች 204
➡️ ታዳጊ ክልል እና አርብቶ አደር አካባቢ የተፈጥሮ እና ማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ 198
➡️ የማህበራዊ እና የተፈጥሮ ሳይንስ መስማት ለተሳናቸው ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ 198
➡️ ማህበራዊ እና የተፈጥሮ ሳይንስ ዓይነስውራን ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ 165

#oduu_Ammee
Qabxiin seensa barattoota sagantaa Remediyaalii ifa taasifame.
1. Barattoonni sagantaa Remedial’ii hordofuuf carraa argatan, bu’aa waltajjii isaanii irraa dhibbeentaa 33% fi isaa olii argataniidha.
2. Akkuma olitti ibsame sanatti, barattoonni Yunivarsiitii mootummaa keessatti Remedial program hordofan, qofa kan bu’aa seensa barbaachisu guutan ta’an.
➡️ Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 216
➡️ Barattoota dubartii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 204
➡️ Barattoota dhiiraa fi dubartii naannoo Guddachaa jiranii fi Horsiisee bultoota (developing regions & pastoral areas) = 198
➡️ Barattootni Saayinsii Umamaa Rakkoo Dhageettii qaban (hearing-impaired students) lamaan isaanii (dhiira fi dubartii) = 198
➡️ Barattoota saayinsii Hawaasa rakkoo Dhageettii qaban (visually-impaired students) lamaan isaanii = 165
#MinisteeraBarnootaa (MoE)

❤5
የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ።
በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላርሽፕ) ትምህርታቸውን ለሚከታተሉ የቅድመ ምረቃ መደበኛ ተማሪዎች የተቋም ምደባ ይፋ መደረጉን ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል።
ተማሪዎች ከአሁን ሰዓት ጀምሮ ፦
➡️ በዌብሳይት፦ https://student.ethernet.edu.et
➡️ በቴሌግራም ቦት @moestudentbot ምደባቸውን ማየት እንደሚችሉ ገልጿል።
የRemedial ፕሮግራም ምደባ በቅርቡ ይፋ እንደሚደረግ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል።

ዩኒቨርሲቲዎች ስለተማሪዎቻቸው ትክክለኛ መረጃ ካላቀረቡ ፕሬዝዳንቱን ጨምሮ ሀላፊዎቻቸው ከስራ ይባረራሉ ተባለ።
የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ በቀጣይ 6 ወራት ዩኒቨርሲቲዎች ስለተማሪዎቻቸውና ሌሎችም ጉዳዮች መረጃ በትክክል ለትምህርት ሚኒስቴር ማቅረብ አለባቸው ብለዋል።
ይህንን ያላደረገ የዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት በስራው አይቀጥልም ሲሉ አስጠንቅቀዋል።
" ይህንን ስራ እኔ በቀጥታ እከታተለዋለሁ " ማለታቸውን ሸገር ኤፍ ኤም ዘግቧል።
ከወራት በፊት ሚኒስትሩ " ዩኒቨርሲቲዎች ተማሪዎቻቸውን ከነፎቶ እንዲሁም ስለሚሠሩት ሥራ ትክክለኛ መረጃ ስጡን ብለን ከጠየቅን ሦስት ዓመት አልፎናል፡፡ ሆኖም እስካሁን የተሟላ መረጃ ለማግኘት ችግር ሆኖብናል፡፡ በዩኒቨርሲቲዎች ዘንድ እውነተኛ መረጃ መስጠት አልተለመደም " ማለታቸው ይታወሳል።
ዩኒቨርስቲዎች ከተማሪዎች ምገባ ጋር ተያይዞ የውሸት ሪፖርት ያቀርቡ እንደነበር ዩኒቨርሲቲዎች የተማሪ ቁጥር በውሸት በመጨመር በጀት እንዲጨመርላቸው ያደርጉም እንደበር ተናግረው ነበር።

❤4👍1
#MoE
በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ወስዳችሁ ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች የሪሚዲያል ፕሮግራም ለመከታተል የሚያስችል ማለፊያ ውጤት ያስመዘገባችሁ ተማሪዎች የተቋም ምርጫችሁን በየትምህርት ቤታችሁ በተወከሉ መምህራን በኩል እስከ ጥቅምት 12/2018 ዓ.ም ድረስ ማስተካከል እንደምትችሉ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል፡፡
የሪሚዲያል ፕሮግራም #የማያስተናግዱ ዩኒቨርሲቲዎች፦
1. አዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ
2. አዲስ አበባ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ
3. አዳማ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ
4. ሲቪል ሰርቪርስ ዩኒቨርሲቲ
5. ሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ
6. ጅማ ዩኒቨርሲቲ
7. ኮተቤ የትምህርት ዩኒቨርሲቲ
የሞላችሁትን ምርጫ በ student.ethernet.edu.et በኩል ማረጋገጥ የምትችሉ መሆኑን ትምህርት ሚኒስቴር ገልጿል፡፡
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhattanii qabxii darbiinsaa remedial argattan hundumaaf, hanga Onkololeessa 12 ttii mana barumsaatti argamuun filannoo university jijjirachuu dandeessu.
Universitywwan armaan gadii keessa galchuu hin qabdan:
1. Addis Ababa university
2. Addis Ababa science and technology university
3. Adama science and technology university
4. Civil service university
5. Hawwasa university
6. Jimma university
7. Kotobe education university

#Remedial_Placement!
#MoE
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምደባ ምርጫችሁን ከመስከረም 7/ 2019 ዓ.ም. እስከ መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም. ድረስ ወደ ትምህርት ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ ሆናችሁ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም እራሳችሁ እንድትሞሉ እንገልጻለን።
የማስፈንጠሪያ ሊንክ (Link): https://student.ethernet.edu.et/preferences
● Barattoota bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa Rimidiyaal (Remedial) tiin bu’aa seensa dhaabbilee barnoota olaanaa galmeessitan hundaaf:
◇ Filannoo ramaddii dhaabbilee barnoota olaanaa keessanii Fulbaana 7, 2019 A.L.I. irraa eegalee hanga Fulbaana 11, 2019 A.L.I. tti, gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisin, bakka jirtanitti teessanii liinkii armaan gadii fayyadamuun ofii keessanii akka guuttan isin beeksifna.
🔗 Liinkii filannoo ramaddii:
https://student.ethernet.edu.et/preferences

❤3🔥1