Maths Group11
5.02K subscribers
317 photos
3 videos
1.59K files
406 links
The main purposes of this channel are to:
1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises.
2. 📚 Share and publish different educational books.
3. 📖 Provide useful short notes and study materials.

For more, contact us through: @Fikiru_Asnake
Download Telegram
What is the common difference in the arithmetic sequence: 1, 4, 7, 10, ........?
Anonymous Quiz
1%
1
1%
2
96%
3
2%
4
What is the possible value of t in the sequence 100, 98, 94, 86, t, 38, . . . ?
Anonymous Quiz
14%
78
14%
82
48%
70
24%
54
What is the next number in the sequence: 2, 6, 12, 20, 30, ...?
Anonymous Quiz
21%
40
69%
42
8%
44
3%
46
Which one of the following is the fractional form of the decimal 0.777...?
Anonymous Quiz
41%
7/9
10%
9/7
37%
77/100
12%
7/10
❤6
What is the arithmetic mean between 1 and 9?
Anonymous Quiz
14%
4
55%
5
18%
3
14%
6
❤1
Basic English Grammar 2.pdf
1.9 MB
Emailing Basic English Grammar 2.pdf
English Grammar- Understanding the Basics.pdf
1.3 MB
Emailing English Grammar- Understanding the Basics.pdf

For more, Join our channel!
@maths_group11
@maths_group11
❤3
Any relations can be a function.
Anonymous Quiz
24%
True
76%
False
❤4👍2
#JU

የጅማ ዩኒቨርሲቲ የአዲስ ተማሪዎች ምዝገባ ማስታወቂያ

የጅማ ዩኒቨርሲቲ በ2017 ዓ.ም (2026/27) የትምህርት ዘመን የተመደባችሁ የአዲስ ተማሪዎች ምዝገባ ጥቅምት 4 እና 5 ቀን 2017 ዓ.ም እንደሚካሄድ አሳውቋል። ተማሪዎች በተመደባችሁበት ካምፓስ በአካል በመገኘት ምዝገባችሁን እንድታጠናቅቁ ተጠይቋል።

የተመደቡበት ቦታ እና መረጃ የካምፓስ፣ የዶርም፣ የካፌ እና የክፍል ምደባ መረጃችሁን ከዩኒቨርሲቲው ፖርታል (Portal) ማየት ትችላላችሁ።

ወደ ዩኒቨርሲቲ ሲመጡ መያዝ የሚገባቸው ቁሳቁሶች፦
1. የ12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት (Transcript)
2. የብሔራዊ ፈተና ውጤት ማስረጃ
3. 4 የፓስፖርት መጠን ያላቸው ፎቶግራፎች
4. የአልጋ ልብስ እና የግል መገልገያ ቁሳቁሶች

ለሪሜዲያል (Remedial) ተማሪዎች፦ የሪሜዲያል ተማሪዎች የምዝገባ ቀን ወደፊት እንደሚገለጽ ተቡራርቷል።
❤4
Beeksisa Yuunivarsiitii Jimmaa!

Yuunivarsiitin Jimmaa beeksisa baasen, galmeen barattoota haaraa bara 2019 E.C. (2026/27): Onkololeessa 4–5, 2019 E.C. ta'uu beeksise!
Barattoonni kaampaasii itti ramadamanitti akka galmaa'an Yuunifarsiitichi ibseera.

Odeeffannoo ramaddii, doormii, kaafiteeriyaa fi kutaa barnootaa portal Yuunivarsiitii irraa akka ilaaltan ibsame.
Barattooni yeroo gara Yuunivarsiitii deemtan:
Transcript kutaa 12ffaa, ragaa qormaata biyyaalessaa, suuraa paaspoortii 4 fi uffatawwan siree qabachuu akka qabdan ibsame.

Barattoota Remedial’f guyyaan galmee yeroon booda akka beeksifamu ibsame.

@maths_group11
❤4🥰1
#Irreecha_Waliigaltee_biyyaaf!

Baga Ayyaana Irreechaa bara 2019 nagaan geessan!

እንኳን ለ2019 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

Happy 2019 Irreechaa Holiday

@maths_group11
😭4❤2🔥2👍1
#Irreecha_Waliigaltee_biyyaaf!

Uummani biyya keenya hundumti keessan, baga Ayyaana Irreechaa kan bara 2019 nagaaf jaalalaan oofkaltan!

Warra baranaa, kan bara dhufu nu haa godhu!

@maths_group11
❤2💯2🔥1
#Raya_University

ለራያ ዩኒቨርሲቲ ነባር እና Remedial ፈተና ለለፋችሁ ተማሪዎች በሙሉ!

* የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የ1ኛ ወሰነ ትምህርት የነባር ተማሪዎች
* በ2018 ዓ.ም በራያ ዩኒቨርሲቲ Remedial ፕሮግራም ወስዳችሁ የማለፊያ ውጤት ያመጣችሁ ተማሪዎች:-

የምዝገባ ቀን ጥቅምት 16 - 18 / 2019 ዓ.ም መሆኑን አውቃችሁ በዩኒቨርሲቲው ዋና ሬጅስትራር ጽሕፈት ቤት በአካል ተገኝታችሁ እንድትመዘገቡ ያሳውቃል።

ማሳሰቢያ፡
ከተጠቀሱት የምዝገባ ቀናት በፊትም ሆነ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን የማያስተናግዱ መሆኑን ያሳውቃሉ።
ወደ ዩኒቨርሲቲው ስትመጡ ብርድ ልብስ፣ አንሶላ እና ሌሎች ለመማር የሚያገለግሉ የትምህርት ቁሳቁሶችን ይዛችሁ እንድትመጡ ያሳስባሉ።

Yuunivarsiitiin Raayyaa Barattoota bara 2019 haaraa ramadaman (freshman) akkasumas barattoota bara 2018 sagantaa riimiidiyaalii hordofuun qabxii darbiinsaa fidaniif, guyyaan galmee Onkololeessa 16 - 18 /2019 akka ta'e Yuunifarsiitichi beeksise.

Hubachiisa:
Guyyoota galmee jedhame kanaan ala (dura ykn booda) barattoota dhufan kan hin keessumsiifne ta’uu beeksise.

Gara yunivarsiitichaa dhuftan uffata bulchinsaa (huccuu ciisichaa/Qorraa), uffata ciisichaa (ansoolaa) fi meeshaalee barnootaa barachuuf isin barbaachisan biroo qabatanii akka dhuftan Ibsame.

@maths_group11
❤2🔥1