Don't have Telegram yet? Try it now!
https://oromianeconomist.com/2015/11/23/oromia-harargee-bahaa-aanaa-miidhagaa-tolaa-gazaxessoonii-bayyeen-dhaabbiilee-sabqunnamtii-itoophiyaa-irra-godina-harargee-bahaa-aanaa-midhaga-tolaa-miidhagaa-lolaa-dhaquun-waaee-hoonge/
Oromia (Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaa): Gazaxessoonii bayyeen dhaabbiilee sabqunnamtii itoophiyaa irra Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaa (miidhagaa lolaa) dhaquun waa’ee hoongeefi abaar yeroo isan nama gafachuu barbadaan, Bulchaan Aanaa Miidhagaa namonni akkaa ittii dhihatanii hin dubanne dhorkaa turan. Boodarra garuu nama dhalaa takkaa kanuma warrii Aanaa qopheysee qabanii haseysaan. Isiiniis waan isaan dhooysuu barbadaan osoo hin dhooysiin ittii himtee