ancient history of oromoo and oromia
1.64K subscribers
442 photos
4 videos
102 files
343 links
Download Telegram
#Waa’ee_Gadaa_wantoota_beekuu_qabdan
#2_Baallii_walharkaa_fuuchuu
Gadaan waggaa saddeet saddetiin naanna’a. Abbaan Gadaa tokko waggaa saddeet irraa guyyaa tokkollee dabarsuu hin danda’u, aadmalee.
Dhaloonni oromoo sirna gadaatiin bulu yeroo hunda gadaa keeessa jira. Gulantaa irra jirurratti mirgaa fi dirqama aangoon gadaa kenneef hojiitti hiika namni hunduu. Baallii walharkaa fuuchuu jechuun egaa gulantaa sirna gadaa tokkorraa kan itti aanuutti ce’uu jechuudha. Haala Kanaan namni raaba doorii keessa ga’umsaan darbe gadaa ta’ee aangoo abbaa gadaarraa fudhata. Oromiyaa bakka garaa garaatti jilli gadaa fardaan ba’ee guyyaadhaan baallii walitti dabarsa. Boorna keessatti sirni kun halkan walakkaa raawwatama. Yeroo jilli gadaa fardeen torbaan baalli fuuchuuf ba’an nama dhiisii simbirruu dura darbuun
aadmalee.
#3_Ardaa_jilaa
Ardaan Jilaa bakka itti walga’uun dhimmi ummataa mari’atamuudha. Iddoo kabajamaa jilli gadaa irra naanna’uun naannoo wayyoomsu ykn kabaja akka qabaatu hojjetu jechuudha. Ardaan Jilaa teessoo gadaatis. Dhimmi jilatamu kamiyyuu ardaa jilaatti raawwatama waan ta’eef. Oromiyaan Ardaalee Jilaa hedduu qabdi.
#4_Odaa
Odaan galma abbaa Gadaati. Oromiyaa keessa odaawwan hedduutu jiru. Kanneen giddu gala sirna gadaa ta’anii tajaajilaa turanii fi ammas tajaajilaa jiran garuu shan. Isaanis :
#Odaa_roobaa_kan_Godina_Baaleetti_argamu
#Odaa_bisil_kan_Shawaa_Lixaatti_argamu
#Odaa_nabee_kan_shawaa_Bahaatti_aragamu
#Odaa_Bultum_kan_Harargee_Bahaatti_argamu
#Odaa_Bulluqi_Horo_guduruu
#5_Irreecha
Shamarranii fi Dhiirri Oromoo wayita Hora Harsadiitti irreeffatan
Irreessi duudhaa, amantii fi aadaa oromoo calaqqisiisa. Kaayyoon sirna Gadaa keessaa isa tokko oromoon kan ittiin uumaa fi uumamatti dhiyaatu, galateeffatuu fi kadhatu sirna Irreechaatiin.
Irreechi waggaatti si’a lama kabajama. Inni birraa wayita oromoon bacaqii gannaarraa gara booqaa birraatti ce’u kabajama. inni kun Irreecha Malkaa jedhama.Inni arfaasaammoo wayita roobni fuula as deebifatu rooba nagaa kadhachuuf kabajama.inni kunimmoo irreecha tulluu jedhama.
#Maddi_BBC_Afaan_oromooti

#ancient history of oromo

#share #like
Shamaree oromo Arrose gooya umriin ishe waggaa 18 turte.isii bishaan waraabuuf
Deemaa jirtu taasa fudhamte.
May 1869 markaba H.M nymphe ja'amuun port victoria Seychelles geeffamte gabrummaaf gurguramte.
https://t.me/etbisahusen
Suuraa bara 1935 finfinnee. Waan hedduun bara xaliyaan biya qabatee ture san oromoof irra waya turee.
#ancient_history_of_oromoo
https://t.me/etbisahusen
ኦሮሞዎች ጎጃም ላይ እንዴት ነገስታት ሊሆኑ ቻሉ....
.
.
በጎጃም የአማራ ብሔረሰቦች የሚባሉት የኩሽ ዘር እየተባለ የሚጠራዉ ትልቁ ብሔረሰብ አገዉ (ሃገሁ) ኦሮሞ ነዉ፡፡ በኦሮሞ ሀገሁ ማለት ይብቃ ማለት ነዉ፡፡
በጎጃም እስከ ዛሬ ድረስ በኦሮሞ ቋንቋ የሚጠሩ የብሔረሰቦች ፣የቦታ፣ የቀበሌ፣ የወረዳ፣ የአውራጃ፣ የተራራናየወንዝ ሥሞች ይገኛሉ።
.
#ጎጃም_በእርግጥ_የኦሮሞ_ሀገር_ነበረች፡፡
.
በዚህ ምክንያት ነበር የኦሮሞ መሣፍንቶችና ነገሥታቶች ጎጃምን ሲገዙ የኖሩት፡፡
.
የሆሮጉዱሩ የኡሙሩ ጎሣ አቢዶ አቤቤን ወለደ፡፡ አቤቤ ሳዴቃን ወለደ፡፡ ሰዴቃ ታላቁ ራስ ኃይሉን ወለደ፡፡ በ1777-1795 ራሰ ኃይሉ የጎጃም ንጉሣዊ አገዛዝ ስርዎ መንግሥትን መሠረተ፡፡
.
ራስ ኃይሉ ደጃዝማች ጎሹን ወለደ፡፡ ጎሹ ደጃዝማች አዳል (ተክለ ሃይማኖትን) ወለደ፡፡ እንግዲህ እነዚህ ኦሮሞዎች ጎጃምን ህዝቡ የራሳቸው ሳይሆን እንዴት ንጉሶቻቸው ሊሆኑ ይችላሉ፡፡
.
የኩሽ ዘር የሚባለው ሃገው የኦሮሞ ዘር ነው። ጎጃም በኃይለ ሥላሴ ዘመን አገው ምድር ተብሎ ይጠራል። ሃጋሁ ወደ አገው ተለወጠ።ኦሮሞሀገሁ/ አገው ማለት ይብቃ ማለት ነው። ኦሮሞን በደሙ ይጠላ የነበረዉ አለቃ አጽመ ጊዮርጊስ በጻፈዉ ታሪክ “ጎጃም የኦሮሞ መሣፍንቶች ሀገር መሆኗን ጭሞር አረጋግጧል።
.
(ምንጭ ታቦር ዋሚ 2006 ገጽ 468)
.
በ1784 አሊ አባ ሴሩ ጓንጉል (አሊ ትልቁ) የጎጃም ንጉሥ ሆኖ ያስተዳድር ነበር።
.
በ1802 ቀኛዝማች ጉግሣ ኮርሚ የጎጃምና የጎንደር ንጉሥ ሆኖ ያሰተዳድር ነበር። ጉግሣ ኮርሚ ማሪዬ፣ ዶሪ፣ አሰቴር፣ ሂሩትና ኢማምን ወለደ፡፡
.
ከ1825-8 ኢማም የአባቱን ግዛቶች ተረክቦ ጎጃምን ሲያስተዳድር ኖረ። ከኢማም ቀጥሎ ማሪዬ የአባቱን ግዛት አስተዳደረ።
.
በ1831 ዶሪ የአክሱም ገዥ የነበረውን ትግሬ ወግቶ በማሸነፍ ትግራይን ሲያስተዳድር ኖረ።
.
ዋና ማስረጃዉ የጎጃም መሠረት የሆነዉ ሃገሁ (አገዉ) የኦሮሞ ዘር መሆኑ ነዉ፡፡

https://t.me/etbisahusen
.
Ancient history of oromoo
Injifannoon lola Adwaa oromootani !!!
Lola bara 1896 xaaliyaniifi minilik jidduutti gageefameratti kan shoora
guddaa tabatee lolttoota oromoo warreen fardootti.
Suura kana daawwadha .
*Oromo Calvary.
Photo credit combridge university

htts:// www.repository, cam uk/discover

#ancient_history_of_oromo

https://t.me/etbisahusen
Seenaa ummatoota gaanfa Afrikaa keessa qubatan yoo ilaalle madda ummata Oromoo hubachuu dandeenya. Ummatni Oromoo ummatoota Kuush-bahaa keessaa isa tokko. Ummatni Kuush baha Afrikaa keessa bara dheeraaf akka qubatan seenaan ragaa baha. Lafti ummatni Kuush ykn Nuubaa ykn Itophiyaa durii qubatan laga Naayil gara gadii fi giddu galeessa keessa ture. Ummatni Kuush akka wal irraa fagaataa deemaniin bara 5000 Dh. K. D. irraa kaasee afaanota  Kuush Kaabaa, Kuush Giddu-galeessa, Kuush Kibbaa fi Kuush Bahaa jedhamanii adda bahan. Kuush-bahaas akkasuma bara 3500 fi  2000 Dh.K. D damee adda addaatti bahuu jalqaban.  Ummatni Oromoo bara 3500 irraa kaasee akka sabaatti Kuush-bahaa irraa adda bahuu isaa seenaatu dubbata.  Ummatni Oromo gara kibbaa, bahaa fi dhihaatti babal’achuun irra guddaa Gaanfa Afrikaa keessa qubatee argama. Ummatni Oromoo bara kuma hedduuf akka Gaanfa Afrikaa keessa jiraate, ummata hundee dur-durii tahuu isaa seenaa barreessitoonni ragaa bahanii jiru (Prouty at al, 1981).  Seenaa barreessaan Bates jed
Seenaa Abbootii Gadaa Kanneen Keessaa muraasa

#Abbaan Gadaa Gadawoo Galgaloo(1458-1465): Abbaa Gadaa haroomsa sirna Gadaa oromoo kan bara cunqursaa Habashoota sana oromo walitti gurmessun gahee guddaa qaba.

#Abbaan Gadaa Daawwee Goobboo: Qaroo hayyuu beekamaa nama seera Gadaa foyyesse, seera-gumaa,seera adaba hattuu,seera fuudhaaf herumaa, akka namni akaakayyuu torbaa asitti wal-hin fuune fi seera gumii gaayoo tume, jedhamee seenaa gadaa boranaa keessatti Beekama.

#Abbaa Gadaa Halaakee Dooyyoo: waan seera Gadaa Boranaa balleesseef gumiidhaan Abaarame. Abbaan Gadaa Halaakee Dooyyoos rifaatu Abaarsa Kanaan du'e.

#Abbaa Gadaa Liiban Waataa: hayyuu qaroo beekamaa jedhamee seenaa gadaa boranaa keessatti yaadatama. Gumii sinbir Gadaan Liiban Waataa mijeessee irratti hawwaa, gujii boranaa fi Arsii Dabalatee gosoota oromoo 17 caalaatu argame waan ta'eef oromoon akka bara Gadaa Liiban Waataatti walii galee hin beekuu jedhama.

#Abbaa Gadaa Guyyoo Boruu Ingullee: Bara Gadaa Guyyoo Borusu Ingullee Faranjiin Lafa booranaa waraansan Seente; Gadaan Guyyoo Boruus waraana faranjii kana injifatee, Baallii Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaaf Dabarse.

#Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaa: Bara Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaa Minilik Borana qabate.

#Abbaa Gadaa Bulee Dabbasaa: Bara Abbaa Gadaa Bulee Dabbasaa Xaliyaaniin biyya qabatte.

Hubachiisa: Qorannaan Piroofeesar Asmaarom Laggasaa, Haaromsa Gadaa Booda Namoota Abbootii Gadaa Booranaa Turan qoratanii agarsiisa. Profesar Asmarom Hanga Nama tokko irraa eegamu caalaa itti dhimmee waa'ee Qaroomina oromoo qoratee barreeffamaan baasee enyummaa oromoo Addunyaaf agarsiiseera. Dhaloonni Ammaa immo kana irraa ka'uudhaan caalaatti qoratee enyummaa Ummata Oromoo baree, ormas barsiisuu mala.
Piroofeesar Asmaaromiif illee ummanni oromoo yaadannoo gaarii qabaachuu mala.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_30881252
🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift
🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
dafaa akka isiin jala hin tarree
Notcoin Gift 🏴‍☠️

100,000 Notcoin

Available activations: 6,483,251

Extra bonus for Telegram Premium ⭐️
Tap Swap Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu Solana, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati.

Gatiin Solana 1 Doolaara Ameerikaa 167 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe

Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti.
Link armaan gadii tuquun hojjedhaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇 
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_393611320 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_393611320 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Tap Swap Maallaqa Salphaa Mirkanaa'ee fi Telegram irraa Tap qofa qabuun kan hojjetu Solana, jijjiirraa kirpitoo guddaa addunyaa irrati.

Gatiin Solana 1 Doolaara Ameerikaa 167 yoo ta'u pirojektii kana cufuuf guyyaa 5 qofatu hafe

Kanaan dura Not Coin bitattee jirta inni kun ammoo dorgomaa Not Coin ti.
Link armaan gadii tuquun hojjedhaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇 
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_393611320 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_393611320 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift