Forwarded from Abraham Tufa
Beeksisa Kabajaa fi Afeera Tokkummaa
Kara Social Media hundaan sirni galii walitti qabuu hojii irra oolaa jira. Hojiin kun hojii nama tokkoo osoo hin taane, hojii tokkummaa, jaalala fi ijaarsa mana Waaqayyoo ti.
Kanaafuu, obboloota keenya hundaan,
๐ kara social media qabdan hundaan
๐ beeksisaa, qoodaa, namoota kakaasaa
๐ sirna galii walitti qabuu kana irratti akka hojjeettan
kabajaan isiniif afeera goona.
Tokkummaan keenya humna keenya;
hojiin keenya ragaa keenya.
Waaqayyo harka keenya ni eebbisa,
๐ Waldaan Mekaana Yesus Dibaandibaa ni ijaarama! ๐๐ฅ
๐ฆ Cooperative Bank of Oromia
Account: 1035100028958

Forwarded from Abdi Merga
WWWMYESUS DIBANDIBA
Ni IJAARAMA
COOPERATIVE BANK OF OROMIA
1035100028958
Ni IJAARAMA
COOPERATIVE BANK OF OROMIA
1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Waldaan Mekaana Yesuus ni ijaaramaa.
Waaqayyoo harka isaa kaaโeera; waan inni jalqabe immoo ni xumura. Ijaarsi kun kan dhagaa qofa osoo hin taane, kan amantii, tokkummaa fi jaalala obbolummaa ijaaruudha. ๐๏ธโช
๐ฆ Cooperative Bank of Oromia
๐ข Account No: 1035100028958
Waaqayyoo harka isaa kaaโeera; waan inni jalqabe immoo ni xumura. Ijaarsi kun kan dhagaa qofa osoo hin taane, kan amantii, tokkummaa fi jaalala obbolummaa ijaaruudha. ๐๏ธโช
๐ฆ Cooperative Bank of Oromia
๐ข Account No: 1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Sirni galii waliiti qabu ijaarsaa Waldaa Mekaana Yesuus Dibaandibaa bifa addaa taโeen jalqabamee jira.
Humna Waaqayyootiin, waldaan kun yeroo gabaabaa keessatti ni ijaarama.
๐ Obbolootaa fi obboleettota keenya hunda:
๐ Kadhannaadhaan, gumaachaafi hirmaanna keessaniin nu cinaa dhaabadhaa.
๐ Walitti dhufeenya jaalalaatiin ijaarsa mana Waaqayyoo kana haa cimsinu.

Hundii keenyaa mana Waaqayyoo kana irratti waan nu irraa eeggamu haa raawwannuu!
Gahee keenya haa baanu โ walii wajjin ni ijaarra! ๐ชโช๐ฅ

Obboleettiin keenya Hawi Tadase ijaarsaa waldaa Mekaana Yesuus Dibaandibaaf qarshii kuma tokko (1000) gumachite.
Waaqayyo waan kennaa ishee kanaa gammadee, eebba dachaa dachaan ishee haa eebbisu.
Waaqayyo jireenya ishee, maatii ishee fi hojii harka ishee hunda haa eebbisu.
Waan kenniteef Waaqayyo ishee hin irraanfatu.
Eebbi Waaqayyoo yeroo hunda ishee haa wajjin taโu.
Ameen ๐

Waldaan Mekaana Yesuus Dibaandiba yeroo dhiโootti akka ijaaramtu ifatti ni argina.
Kanaafis amantii guddaa qabna; sababni isaas Waaqayyo hojii kana jalqabee jira, inni jalqabe immoo ni xumura.
Haa amannu, haa hirmaannu, hojiin Waaqayyoo ni milkaaโa.
Kanaafis amantii guddaa qabna; sababni isaas Waaqayyo hojii kana jalqabee jira, inni jalqabe immoo ni xumura.
Haa amannu, haa hirmaannu, hojiin Waaqayyoo ni milkaaโa.
Forwarded from Abraham Tufa
Forwarded from Abdi Merga
WWWMYESUS DIBANDIBA Ni IJAARAMA
Cooperative Bank of oromia
1035100028958
Cooperative Bank of oromia
1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Gumaachi ammaas bifa addaa taโeen itti fufe jira. Waaqayyo hirmaattota hunda haa eebbisu; kan kennan, kan kadhatan, akkasumas kan yaada fi jabinaan nu cinaa dhaabatan hundi haa badhaadhan. ๐
Forwarded from Abraham Tufa
Gumaachi haaraan galmaaโeera (New deposit).
Waaqayyo hirmaattota hunda haa eebbisu; gumaachuun itti fufee jira. ๐
Waaqayyo hirmaattota hunda haa eebbisu; gumaachuun itti fufee jira. ๐
Forwarded from Abraham Tufa
Ossoo nuti jirruu, waldaan keenya bifa amma irra jiru kanaan turuu hin qabu jedhee, obboleessi keenya tokko onnee guutuun qarshii guddaa gumachuun hojii Waaqayyootiif nu bira dhaabbatee.
Forwarded from Abraham Tufa
Hundi keenya gahee keenya haa baanu
Forwarded from Abraham Tufa
Hundi keenya gahee keenya haa baanu โ ijaarsa Mana Waaqayyootiif onnee tokkoon haa kaanu!
Forwarded from Abdi Merga
Nammonni bayyeen kessaan galchaa jirtu waqayyo bara kessan hoji harka kessaan mati keesaan haa ebbisuu Ebifamtanituu galchu kesaaan nu beksisaa issin Ebisnaa
Forwarded from Abraham Tufa
Miseensi waldaa keenya Mekaana Yesuus Dibaandibaa, obboleessi keenya Lemi Tuluu,
โIjaarsa waldaa kana xumuruf itti gaafatamummaa qabnaโ jedhee qarshii kuma shan gumaacheera.
Waaqayyo kennaa isaa haa eebbisu; waan hafe hunda immoo haa guutu.
Hundi keenya gahee keenya haa baanu!
โIjaarsa waldaa kana xumuruf itti gaafatamummaa qabnaโ jedhee qarshii kuma shan gumaacheera.
Waaqayyo kennaa isaa haa eebbisu; waan hafe hunda immoo haa guutu.
Hundi keenya gahee keenya haa baanu!
Forwarded from Abdi Merga
WWWMYESUS DIBANDIBA
Saganata Fayyinaa Kibxataa galgalaa waqeffanaa Aja'ibaa
Far/ Kuba walin