Forwarded from Abraham Tufa
Hojii Waaqayyoon yeroo dhihoo kana keessatti nuuf hojjetamaa jiru bareessuun fixuu hin danda’amu. Waan ijaan arginu fi qalbiin dhaga’u baay’ee dha!
Kanaaf, galanni fi ulfinni hundi Waaqayyoof haa ta’u. 🙏✨
Kanaaf, galanni fi ulfinni hundi Waaqayyoof haa ta’u. 🙏✨
Forwarded from Abraham Tufa
Dhaloonni kun dhaloota Waaqayyoof adda ta’ee fo’ame ta’uu isaa sirriitti argaa jirra.
Waaqayyo dhaloota kana fayyadamuuf qopheesseera; hojii guddaa ittiin hojjeta. 🙏✨
Galanni fi ulfinni hundi Waaqayyoof haa ta’u!
Waaqayyo dhaloota kana fayyadamuuf qopheesseera; hojii guddaa ittiin hojjeta. 🙏✨
Galanni fi ulfinni hundi Waaqayyoof haa ta’u!
Forwarded from Abraham Tufa
Kabajamoo Itti Aanaa Kantiibaa Bulchinsa Magaalaa Mojoo,
Obboo Esheetuu Shumii,
ijaarsa Waldaa Mekaanaa Yesuus Dibaandibattif
qarshii 5000 gumaachuun fakkeenya gaarii nuu taataniirtu.
📖 “Waaqayyo nama gammachuun kennu ni jaallata.”
— 2 Qorontos 9:7
Gumaachuuf haalli, bakkii yookaan sadarkaan hin daangessu;
ulfini Waaqayyoo mana hin seenne hin qabu.
Gumaanni keessan hojii Waaqayyoo keessatti galmaa’ee jira.
Obboo Esheetuu Shumii akkuma beekamu,
nama hojii cimiinan, amanamummaa fi amantii jabaa qabaniidha.
Itti fufiinsaan hojii fi amantii isaanii keessatti
adda duree ta’uun isaanii,
jijjiiramnii fi guddini Magaalaa Mojoo kanaaf
ragaa ifaa ta’ee jira.
📖 “Namni amanamaa ta’e eebba baay’ee argata.”
— Fakkeenya 28:20
Waaqayyo hojii harka keessan haa eebbisu;
bulchiinsa, murtii fi tajaajila keessan irratti
ogummaa, nageenya fi milkaa’ina haa baay’isu.
Jireenya keessan, maatii keessan fi hojii hunda irratti
eebbi Waaqayyoo haa bu’u.
Galatoomaa fakkeenya gaarii fi deeggarsa jaalalaan kennitaniif!

Forwarded from Dawaa Diribaa
Haayyee Kabajamoo I/A kantiibaa Bul/Magaalaa Mojo Ulfaadha Barii kessaan haa Eebbifaamu Warii isaanif galee akkaasitti manaa waaqayyoo ijaarruu!
Forwarded from Abraham Tufa
Xiyaarii keenya waajiraa kantibaa jirti… ✨
Enyutuu achii nu basa! 😄🙌
Enyutuu achii nu basa! 😄🙌
Forwarded from Abdi Merga
Kabajamoo I/A Kantiibaa Bul/Magalaa mojo Esheetuu Shumii waqayyo bara kessan mati kessaan haa ebisuu
Forwarded from 🅨🅘🅓🅞 🌏🏝
Nagaan isiniif haabaay'atu, sagantaan keenya Kamisa W.Booda akkuma itti fufetti jira irraa hin hafinaa.
Yeroodhan argamaa🙏
https://t.me/MOJO_FOCUS
https://t.me/MOJO_FOCUS
Yeroodhan argamaa🙏
https://t.me/MOJO_FOCUS
https://t.me/MOJO_FOCUS
Forwarded from Abraham Tufa
Torbee kana hojii guguddaa hojjetamaa ture. Buʼaan hojii torbee kanaas walitti qabamee dhufaa jira
Forwarded from Abraham Tufa
Namoonni haala mijaataa eegaa turan sun ammaa Lakk. herrega Bankii (account) naa gaafachaa jiru.
🏗️ Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
🏗️ Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Waaqayyoo namoota gurguddoo nuuf kaasee jira. Waaʼee isaanii yeroo dhihootti qabannee dhufna. Ammaaf immoo, Account Cooperative Bank of Oromiaa sana irratti galchaa nuu eeggadhaa.”
Forwarded from Abraham Tufa
Waaqayyoo hojii guddaa hojjechaa jira.
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
irratti hirmaadhaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Xaalayaa Banaa – Obboloota Keenya Biyyaa Alaa Jirtan Hundumaaf
Nagaan Waaqayyoo isin haa ga’u! 🙏
Waldaan Mekaana Iyyaasus Dibaandibaa yeroo ammaa kana baay’ina namootaa dabalaa dhufuun sadarkaa haaraa irra ga’eera. Sababa kanaan, iddoo itti tajaajilamu gahaa dhabuu, akkasumas hojiin Afuuraa Qulqulluu karaa adda addaatiin babal’achaa jiru irraa kan ka’e, waldaan keenya yeroo ammaa mana tajaajilaaf mijaataa hin taane fi mana gama hundaan qorqorroo ta’een keessa jirti.
Haala kana keessaa bahuuf, amantoonni fi jaarsoliin waldaa sirna galii walitti qabuu ifatti beeksisanii hojii irra oolchaa jiru. Sirni kunis kallaatii maraan adeemsifamaa jira; kaayyoon isaas ijaarsa waldaa jabeeffachuu fi hojii Waangeelaa babal’isuu dha.
Kanaafuu, obboloota keenya biyyaa alaa jirtan hundaan,
👉 akka nu bira dhaabbattan,
👉 akkasumas namoota biroo akka hirmaachiftan,
waamicha jaalalaan isiniif dhiyeessina.
Gumaachi keessan, kadhannaan keessan, fi deeggarsi keessan hundi hojii Waaqayyoo guddaa kana keessatti iddoo olaanaa qaba. Waaqayyo kan kennitan dachaan isiniif haa deebisu; jireenya keessan hundumaatti eebba Isaa haa dhangalaasu.
Waaqayyo bara jireenyaa keessan hundumaa haa eebbisu. ⛪💛

Gafaa guyyaa Sanbata Guddaa, Waldaa Mekana Yesus Dibaandibaatti keessatti sagantaa guddaan, bifa adda ta’ee qophaa’ee, isin eega jira.
Forwarded from Abraham Tufa
Lubni keenya Abdii Mergaa, sirna lubbuummaa keessatti mudaamuun isaa ni beekama. Gafaa Sanbata Guddaa, sirna hojii wal harkaa fudhuu fi guutumaati tajaajiluu jalqabuu guyyaa itti ta’u waliin walqabatee, sagantaa guddaan afuuraa qophaa’eera.
Ulfni, huquuban galannii hunduu hollichaa isaa waa’ee keenyaaf qalameef haa ta'uu. Ameen.
Ulfni, huquuban galannii hunduu hollichaa isaa waa’ee keenyaaf qalameef haa ta'uu. Ameen.
Forwarded from Abraham Tufa
Guyyaa boru Waldaa Mekana Yesus Dibaandibaa irraa hin hafamu.
Forwarded from Abraham Tufa
Waaqayyo nuu wajjin jira — eenyutu nu morma?
(Roomaa 8:31)
(Roomaa 8:31)
Forwarded from Abraham Tufa
Mana kana xumuruuf imanaa akka nama qabutti haa fudhannu.
🏗️ Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
🏗️ Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958