Christianity is Life......
524 subscribers
229 photos
23 videos
10 files
224 links
Christianity is Life is an
Exclusive Global Channel for Powerful , Inspiring, Motivational Messages for
Mindset for Excellence
God loves dreamers!!!
Download Telegram
Forwarded from Abdi Merga
Forwarded from Abraham Tufa
Abdi Merga
Photo
Barsisaa fi jaarsaa waldaa kan ta’an, akkasumas maatiin isaanii,
Waldaa Mekana Yesus Dibaandibaa keessatti tajaajila guddaa kenna jiru.
Yeroo hundaa waldaa kana cinaa dhaabata turan, har’as amanamummaadhaan tajaajilaa jiru.
Hojii afuuraa guddaa keessatti,
hojii mana Waaqayyoo keessatti hojii guguddaa hojjechaa turan; amma illee itti fufanii hojjechaa jiru.
Kun hundi mallattoo waamicha Waaqayyoo fi tajaajila dhugaa dha.
Waaqayyo tajaajila barsisummaa isaanii,
tajaajila jaarsummaa isaanii,
akkasumas gumaacha maatii isaanii hin dagatu.
Maatii isaanii nagaa, fayyaa, eebbaa fi milkaa’inaan haa guutu;

Galatoomaa Barsisaa fi Jaarsaa waldaa jaalatamoo kanaaf!
Waaqayyo isin haa eebbisu, tajaajila keessan haa baay’isu! 🙏
Forwarded from Taye Berhanu
Galtoomi Abrish, Hojii itti jiftu kana adaraakee yoo waan fedhe ta'e booddee hin deebi'in.
Forwarded from Abraham Tufa
Barsiisonni keenya waamicha isaaniif godhame fudhachuun hojii guddaa hojjechaa jiru! 🙌🔥
Forwarded from Abraham Tufa
Taye Berhanu
Galtoomi Abrish, Hojii itti jiftu kana adaraakee yoo waan fedhe ta'e booddee hin deebi'in.
Galatooma baay’ee! 🙏
Waliin waamicha keenya akka galmaan geenyu abdii guutuun qaba.
Forwarded from Abraham Tufa
Barsiisan barsiisan hin dorgomuu jenne malee,
record barsisaa innuma caabsaa turre!”
😄🔥
Forwarded from Abraham Tufa
Hojii Wangeelaa boqqonnaa malee ni hojjenna.
Forwarded from Abraham Tufa
Waamichi namoota hundaaf:
Manni qulqullummaa Waaqayyoo haa ijaaramu!
Hundi keenya haa hirmaannu,
gumaacha, kadhannaa fi jaalalaan. 🙏


🏦 Cooperative Bank of Oromia
Account: 1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Sirni galii walitti qabu Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa bifa adda ta’een itti fufee jira. Yeroon dhihaateera!
Sirna galii ittiin argamu haala haaraatiin qopheessuuf mariin jalqabamee jira.
Nutis amma dandeenyu hundaan akkaawuntii cufaa ijaarsa waldaa kanaaf banamee irratti gumaachuun, seenaa gaarii haa hojjennuu!
Hirmaannaa keessaniin mana Waaqayyoo haa ijaarru. 🙏✨



🏦 Cooperative Bank of Oromia
Account: 1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
🏗️ Ijaarsa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa
🏦 Cooperative Bank of Oromia
🔢 Account No: 1035100028958
➡️ Ammaa dandeenyu hundaan akkaawuntii kana irratti gumaachuun, hojii Waaqayyoo haa deeggaru.
Ani hiriyoota koo baay’eetti yaada kana sirriitti hubachiisaa akkaawuntii cufaa ijaarsa waldaa kanaaf banamee ergaa jira. Isaanis baay’ee gammadanii, gumaachaa jiru; kaawwan isaanii immoo haala mijjeeffataa akka jiran quba qaba. 🙏
Lubni keenya Abdiin illee akkasuma gochaa gaarii kana itti fufee akka jiru naan beeka. Tokkummaan keenya kun humna guddaa dha.
Hundumti keenya akkana yoo goone, yeroo gabaabaa keessatti ijaarsa waldaa keenya xumuruun, tajaajila wangeelaaf mijataa ta’e gochuu ni dandeenya. ✨
Waan gootan hundumaaf Waaqayyo isin haa eebbisu; gumaanni keessan seenaa ta’ee ni hafaa.
📢 Beeksisa
Namoonni qarshii galchaa jirtan, ulfaadha! 🙏
Naga’ee gara keessattiin nuuf erguu hin dagatinaa.
Lubaa keenya Abdii fi jaarsolii waldaa irraatti yoo ergitan, nu bira ni ga’a.
Tokkummaan keenya hojii Waaqayyoo keessatti seenaa hojjetaa jira. ✨
Forwarded from Abraham Tufa
Obboleessi keenya Zerihun Negesoo, miseensa Waldaa Mekana Yesuus Dibaandibaa,
Ijaarsa waldaa kanaaf qarshii 1000 gumaachuun jaalala fi amanamummaa isaa mul’iseera. 🙏
Waaqayyo hojii harka kee haa eebbisu;
Waaqayyo siif haa dabalu;
Maatii kee, hojii kee fi karaa jireenyaa kee hundumaa irratti araarri Waaqayyoo si haa hordoofu. ✨
Gumaanni kee seenaa ta’ee ni hafaa, fakkeenya gaarii taateetta.
Galatoomi baay’ee!
Forwarded from Abdi Mekonnen
Galatooma Waaqayyoo isiin haa eebbisu!!
Forwarded from ZERIHUN NEGESA
Ammeen
Forwarded from Abdi Merga
Zerihun Nagasaa waqayyo bara ke mati ke haa ebisuu Ebifamtetaa
Forwarded from Abdi Merga
WWWMYESUS DIBANDIBA
Ni IJAARAMA!
Cooperative Bank of oromia
1035100028958
Forwarded from Abraham Tufa
Waaqayyoo hojii isaa hojjetaa jira. 🙏✨
Forwarded from Abraham Tufa
Ulfinni hundi Waaqayyoof haa ta’u!