Hojii Online
4.61K subscribers
651 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa
Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬
6P

1. Pray/Waaqa Kadhadhu!🙏
Waaqni kenna waan hunda keenna, Kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu. 🙏

2. Plan/Karoorfadhu!
Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti. Jireenya keessatti kallatti sirrii filatanii irra deeman.

Plan=Vision + How to act
Karoorfachuun dura mul'ata jireenyaa, kallattii jireenyaa qabaachutti dursa. Karoorri mala mul'aticha gara gochaatti deebisuuti. Karoorfachuun qisaasa'ama jireenyaa hir'isa.

3. Prioritize/Duraa duuba eegi!
Karoorsuun waan dansaa. Waan karoorfatan duraa duuba eeganii gochatti hiikuun oogummaa gaafata. Yeroo malee akka hin dhalanneef, wantoota xiyyeeffannaan murteessanii gochatti hiikuun murteessaadha.

4. Persistent/Cichoominaan itti fufuu!
Qabxiin kunis baay'ee murteessaaf baay'ee ijoodha. Jalqabanii dhiisuun amala namoota dhiibbaa dansaa uumuutii moti. Qeeransa hin qabni qabnaan gad hin dhiisani jedhanii mitiiree, mala jijjiiranii dhiphisanii itti deemuun yeroo maraa bu'aa guddaa qaba.

5. Patience/Obsa qabeessa ta'i!
Bartee obsaa guddifachuun yeroo hundaa barbaachiisaadha. Ciminaa fi laafina, bu'iinsaa fi ba'iinsa, gaddaa fi gammachuu, dhabaa fi argachuu, gufuu fi qorumsa kamiyyuu obsaan jala muran. Obsaan qaalloman. Haala kamuu keessatti ciniinnadhuu obsi, harka hin kennin.

6. Play/Taphadhu
Gammachuu qabaadhu, yeroo hundaa gammada keessaa madde fuula ifaa qabaadhu, maatii kee waliin, hiriyoota kee waliin taphadhu, kolfi... enjoy godhi!... gammachuun hin beellamanu, har'a jiraadhu! Boru, gaafa argadhe gammada, bashannana hin jedhin, hojjetaa gammadi, gammadaa hojjedhu!

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❤5👏1
Forwarded from Faana beekumsaa
⚠️"Yoo miira kee too'achuu baatte warra miira isaanii too'atetu akka kubbaatti siin taphata." ✅
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Callisi - aarii ho'aa keessatti!
2. Callisi - yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e!
3. Callisi - yoo seenaa sana hin mirkaneessine.
4. Callisi - yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise.
5. Callisi - yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e.
6. Callisi - yeroo wantoota qulqulluu ifa godhachuuf qoramtu.
7. Callisi - yommuu waa'ee cubbuu akka qoostuuf qoramtu.
8. Callisi - yommuu jecha keetti qaanoftu!
9. Callisi - yommuu jechi kee yaada dogoggoraa dabarsu.
10. Callisi - yoo dhimmichi dhimma kee hin taane.
11. Callisi - yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu.
12. Callisi - yoo jechi kee maqaa nama biraa miidhu.

13. Callisi - yoo dubbiin kee hiriyummaa tokko miidhu.
14. Callisi - yeroo qeeqni sitti dhaga'amu.
15. Callisi - osoo hin iyyiin jechuu yoo dadhabde.
16. Callisi - yoo jechi kee calaqqisiisa gadhee hiriyootaa fi maatii keetii ta'e.
17. Callisi - yoo booda jecha keetti gaabbita ta'e.
18. Callisi - yoo duraan yeroo tokko dubbatte ta'e!


👉Join and Share

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
Forwarded from Faana beekumsaa
Maal beekuu dhabuun keenya kan nama gaddisiisu...😢
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Hiriyyoota koo waan hunduma keessaa maal beekuu dhabuun keenya akka nama gaddisiisu beektuu?

✍️ Barnoota barachuu dhabuu keenya miti kan nama gaddisiisu, Afaan english beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee teknooloojii haaraa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, seenaa biyya keenyaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee kubbaa miilaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee maallaqaa beekuu dhabuu miti kan nama gaddisiisu, waa'ee siyaasaa beekuu dhabuus miti.

Baay'ee wanti nama gaddisiisu waa'ee ofii keenyaa beekuu dhabuudha. Humna yaadaa fi waa'ee miiraa hin beeknu. Kuni nama gaddisiisa. Hanga waa'ee kubbaa miilaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Hanga waa'ee siyaasaa beeknu waa'ee ofii keenyaa hin beeknu. Caalatti immoo wanti baay'ee hamaan baruuf illee yaalii hin taasifnu!

🗣️ Yaadannoo, amantaa, aadaa, duudhaa ijoollummaatti yeroo tokko nutti fe'amee fi dhaalan nutti hidhame, yaada (amantaa) hunda dhugoomsinee jiraanna. Barreeffama kana booda waa'ee ofii keenyaa barannee akka muka dhaabameetti of yaaduu haa dhiifnu. Of fooyyessinee nagaa, jaalalaa fi gammachuun jireenya fooyya'aa jiraachuuf haa carraaqnu.
Yeroo Gaarii 👍


Hirriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa ✅
❤1😁1
ትሌግራም ቻናል አለህ? አሁንም እየገነባህ ነው? 🤔 Inside Ads ፈትሼ ተመክሮታል — እኔ ስለጀመርኩ ገንዘብ እቀበላለሁ። እነሆ ማግኘት የሚችልበት አድራሻ:

https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_722985282
👏1
Gatii Jireenyaa | Gatii Yeroo
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📌 Gatii Jireenyaa

⏰️ "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa utuu hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne)

👍 Dhugaan jiru jireenya kee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isaanii bal'ifatu. Kanaaf yeroo baay'ee namoota sammuu dhiphaa caalaa milkaa'odha.

📌 Gatii Yeroo

Yeroon jireenya, jireenyi yeroo dhaan murtaa'a. Yeroon akkaataa jireenyi keenya bu'a qabeessa ta'u murteessa. Yeroo hogganuu hin dandeessu, yeroo keessatti garuu jireenya kee hogganuu dandeessa. Yeroon qabeenya qabeenya caaluudha. Yerootti fayyadamuu jechuun ofiif yaaduu jechuudha. Ammas yerootti fayyadamuun jireenya kee gaggeessuuf murtoo jalqabaa fi olaanaadha. 🕖

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa ✅
❤1👏1
#Interlink and Unich

👉Namoota Ambassador ta'uu barbaaddan.
👉Ambassador Interlink and Unich
👉Unich Amma Update godhadhaa warrii na biraattii Galmooftan. Badgen dhufaa jira. Warra kaniif. ( from bossidha)
👉Interlink jalattii Namoota lama mindaan ji'aan argattu.
👉Unichiis project reef jalqabaa jiruudha itti hirmaadha.
👉Nama Obsee nu faana Tureettuu Bu'aa argatta.
👉Iddoo lachuuttuu Recommended gochuuf Aangoon nati kenameera. Kun immoo isiniif baayyee ijoodha. Yoo itti fayyadamtan.
👉Ambassadorummaan sadarkaa qaba, innis immoo Xiqqoo hubatanii daftanii yoo hojjatan Ji'aan dollar 30 ol ni argattu. Kun Task torbanii maleeti.
👉Interlink V5 gaafa dhufe, wantii baayyeen ni jijjiirama.
👉Yoom projectiin kun illee ture, Itti hirmaadha.
$ITLG token kun warra Ecosystem keessa jiraniif malee warra alaaf miti. $ITL immoo global paymentiidha, ilaalla kun ammayyuu Mine hin taane, 10 billion Total Supply.
👉Abbooti qabeenya 9 oltuu bittachuuf maatii Interlink ta'eera.
👉V5 keessattii INTERLINK VISA CARD waan jiruuf isaa fudhachuuf qophaa'o ta'a.
👉Interlink Quantum Computer gara fuulduraattiif fayyadamuuf Qoyyaanna irra jiru.
👉Walletis Non- Custodial secured ta'e ammayyuu fayyadamaa jiru.
👉BlockChain InterLink Chain or Layer 1 kan jedhuu qopheessa jiru.
👉Token keenya Akka
$USDT stable ta'ees qabna jedhaniiru.
👉Mechanism Addaa ta'e addunyaaf gumaachanirru.
👉Interlink biraati Dhoksaan hin jiru. Jecha KV
👉Gaaffiiwwaan Barbaadda Twitter Gubbaatii KV ( Core Team gaafachuu Ni dandessu. No DM )
👉KVn DM si hin dubbisu Namni kamiiyyuu akka beeku barbaadda.

Just Itti hirmaadha.

👉Yeroon ammayyuu ni jira.
👉
$ITLG 84.3 ol mined ta'eera. $ITLG Hafe immoo reward gara fuulduraafidha. Sababa Warra $ITLG Isaan ol ka'aanif, Or stake, vest or locked warra godhaniif.
👉Kanaaf Kootta, V5 wajjiin itti fufna. Akkasumaas immoo Unichiis wajjiin hojjanna, dabalattan immoo Project baayyeenis ambassador barbaadda jiru waan ta'eefis, Twitter keessan guddisaa.
👉Even projecticha yoo jibittani illee sababa Interlinkiif Twitter keessan guddisa. Ani zeroo irra 1.5 K followersii qaba. Sababa kanaf immoo ambassador project biraa irra naaf kenaniiru.

👉Wanta baayyeen waan jiruuf. Ammaaf ni gaha. Garuu namoonnii jalqabuu barbaaddanii fi ambassador ta'uu barbaaddan na dubbisuu dandeessu. Isin galmeessa. Pls dursaa appicha buusattii Verification isaa xumuraa na dubbisa.

Telegram Username:
@daretubeNBO

🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
😁3🥰2❤1
⭐ "Yeroo tokko tokko  jireenya keessatti wanti hundi haala gaariin deema"

🔴 "Yeroo tokko  tokko immoo wanta hin beeknetu si mudata."

✅ "Wanti guddaan rakkoo gara carraatti jijjiiruu beekuudha."


@faana_beekumsaa ✅️
@faana_beekumsaa ✅️
❤2
🔠🟢🟢🔠   🔠🟢🔠🔠🔠🔠🔠
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⌛Unich Ambassador Batch 1 Jedhe Jalqabeera.

Jalqabuuf step kana Hordofaa.

1. Form kana Guutun Galmaa'a.
registration form now
2. Group Isaanii Isa official Join erga Gootanii, Kutaa Ethiopia Jedhu keessattii Gaaffii yaada keessan Ibsaachuu fi Gaafachuu ni dandeessu.

Join 🫴🫴🫴🫴🫴🫴

Unich Network Ambassador Only


Hubachiisa.

1. Yeroo Appicha buustanii Referii Kanaan Seentuu,

✔️ ZXDQAHEJ

Unich App Link

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.unichlabs.unich.prd.android

🔣Erga Adeemsa jiru Fixanii immoo Referii Keessan ni argattu sana booda isa ni galchittu Iddoo referrii jedhuti.

2. Iddoo Refer Galchaa jedhutii Immoo Isin Dirqaama Appicha erga buustanii Referii Keessan isiniif kena.
3. Dafaa Galmaa'a Unich Galmee irra jira waan ta'eef Isin jala hin darbiin Carraan Kun.
4. Wantoota Gaafii Isinitti ta'aan Immoo Username Kana Qofaan Na Gaafachuu ni dandeessu.

⌛ @DaretubeNBO

Don't miss out on Batch 1. Let's make it happen! 🚀
❤️‍🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤7
👉InterLink VISA Card Free. Seenaa Claim godhadhaa.

Please. First Come, First Served dha. Dafaa Nama 10K qofaafidha.
👉Ji'aattii al tokkodha.
👉Iddoo wallettii keessa jira.
👉Wallet ITLX faana Connect gootu.
👉Address ITLX copy gootanii paste.

🤝Done

https://interlinklabs.ai/refwallet?refcode=D4EUJ8DC
❤7👍1👏1
Ilaalcha Gaarii 🔴
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🗣️ Ilaalcha namni siif qabu caalaa, ilaalcha ati ofiif qabdutu jireenyakee murteessa. Akka Waan nama hin taaneetti, akka Waan gatii hin qabneetti, akka nama lafa yaade ga’uu hin dandeenyeetti, ani hin beeku, ani hin danda’u jettee of hin gadachin! Ilaalcha sirrii ofiikeef qabaadhu!

Ilaalchi gaariin dawaa sammuuti. Haala kamuu keessatti ilaalcha gaarii qabaadhu.

Nan danda’a jedhi yoo kuftes ka’i! Ammas kufi, Ammas ka’i!
❤

@daretube ✅
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍6❤3😁2🥰1
Forwarded from Carraa hojii
💪 Ant Network 💪

➡️Application Inni duraa Yoo isin didee Delete godhaati kanaa fayyadamaa.

➡️This is Next to InterLink

➡️Ambassador Dhufaa jiraa, Be active daftaanii galmooftu.
➡️Dollar Ji'aan waan jiruuf Obsaan nu eega..

Referral Code Galchuu akka hin daganne. ( Coloniif )

➡️➡️ Ant Code: ANETBQ
➡️➡️   Ant Code: ANETBQ


🙏Yoo isin dide: @daretubeNBO

🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3👍1
⚡️Guys I am Buying MEC.

👇👇👇👇👇👇👇👇

DM ✈️
@daretubeNBO
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1🥰1
💸Me Pass Wallet Airdrop

🎁Get Instant 1 MEC ~$7.6 Claim

🟢Join Link:👇

https://i.mec.me/?c=qtcvy56s
https://i.mec.me/?c=qtcvy56s

🟢Invite Code:  qtcvy56s


-Sing-Up & Verify Email
-Download App & Login
-Create Wallet & Save Backup Key
-Complete Face Verify
-Wait Upto 24h For Approval
-Invite Friend & Earn 0.1 MEC
-Invite Reward Can Withdraw Instantly
-Done
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3👍1👏1
👉 I am buying MEC.  DM Now.

👉 0.1MEC  = 110 ETB

👉I need  20 MEC this month

. ⚡️
👉 @daretubeNBO

.........
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3🥰2👏1
Forwarded from Dare Tube 🏅
╔════════════════════════════════════╗
💸 MEC & USDT BUYING CENTER 💸
╚════════════════════════════════════╝
🤝 Nama Hanganaa irraa bitneera!

🙏Thank you for your trust.

📢 Namoonni ME Pass gurguruu barbaaddan, DM NOW!

💰 MEC Price
🔹 0.1 MEC = 110 ETB
🔹 Hanga 20 MEC nan bitta.

💵 USDT Price
🔹 1 USDT = 175 ETB

🏦 All banks accepted.

⚡️ DM NOW: 👉
@daretubeNBO

🚀 Itti fufaa! 🔥
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤1