Hojii Online
4.61K subscribers
651 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
#mytier_universe

➫MyTier Email Verification Guyyaan dhumaa Har'adha. Har'a Verified hin goone yoo taatan Wanti hojjatan Hundi Burn isin jalaa ta'a ykn Duwwaa ta'a.

Jalqabuu yoo barbaaddanπŸ‘‡

πŸŽ‰ Join MyTier! ( PlayStore irra buufachuu dandeessu )

My invite code:
daretube

https://mytier.io/service/signup?ref=daretube
❀3
πŸ—£οΈ Maatama Gaandiin Wantootni Kudhan Jireenya Namaaf Balaadha Jedha!
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β“΅. Qabeenya hojii malee argame (wealth without work)
β“Ά. Gammachuu sammuun hin fudhanne (enjoyment without conscience)
β“·. Beekumsa sirna isaa hin hordofne   (knowledge without character)
β“Έ. Daldala hamilee malee (business without morality)
β“Ή. Saayinsii namummaan ala bahu (science without humanity)
β“Ί. Amantii miira amantummaa/osoo hin argin amanuu of keessaa hin qabne (religion without compassion)
β“». Siyaasa qajeelcha/hoggansa hin qabne (politics without principle)
β“Ό. Mirga itti gaafatamummaa dhabe (right without responsibility)
β“½. Aangoo gaafatama hin qabne (power without accountability)
β“Ύ. Guddina itti fufiinsa hin qabne (development without sustainability).

@Faana_beekumsaa Join now
❀2
Jechoota_Hayyootaa

=================
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (Ingilizoota).
2. Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (Faraansayota)
3.Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (Oromoota)
4. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu! Afrikaanota)
5. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! (Ariyaanota)
6. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota)
7. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota)
8. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilm ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon)
9. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. (Oromoota)
10. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa kibbaa)
11. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
12. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
13. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota)
14. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
15. Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin. (Ingilizoota)
16. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
17. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (Oromoota)

18.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun (Oromoota)
19.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (Oromoota)
20.Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa! (Africaanota)

Follow Godhaa Beekumsaa Guddaa argattu.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
❀1
⚑️Gadhiifameeraa Suuuuuuiiiiii

➑️ Fiilmiin C.Ronaldo gadhiifameera namoonni ilaaluu barbaaddan

➑️ Liinkii kanaa gadiitiin JOIN gootanii ilaaluu dandeessu

➑️ Share woliif godhaa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✈️InterLink Exchanjii Guddicha Addunyaa Hojjaadha.

➫Project reefu jalqabeedha.
➫Karoorri isaanii Billion 1 Gahuudhaan Exchajjii guddaa Uumudha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.

🫳Wantoota Argannu.

1. Revenue Sharing: Dollar 50 ol arganna.( T2 )
2. Daily Task: Hanga Dollar $50 ti.
3. Monthly Reward: 10,000
$ITLG mo'achuu dandeessu.
4. Carra dowwaanna office California, VISA fi passport ni fudhattuu.
5. Hordoftoota isaa keessattii beekamtii ykn  Badge ni kena.

Kanaaf Maal gochuu qabna.
1. Ambassador Ta'uu qabdu. Kana jechuun Appicha qabaachuun dirqaama.
2. Wantii barbaachisu homtuu hin jiru, leenjii guyyaa 7 qofa, jechuun billisaa garuu Social media qabaachuun dirqaama.
➫Twitter or Facebook Fff
3. Ani Akka Ethiopia Ambassadorootaf Qabxii kan guutu ta'ee filameera, Please Carraa kanattii fayyadamaa.

Hub
➫Bu'aa kana hunda kan argattan namoota ambassador ta'an qofaadha.
➫Guutummaan guutuuttii Ambassador ni taatuu %100✌️

➫Group kun InterLink qofaadha. kanaaf join godhaati amumma jalqabaa.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
πŸ‘1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
⚑️Gadhiifameeraa Suuuuuuiiiiii

➑️ Fiilmiin C.Ronaldo gadhiifameera namoonni ilaaluu barbaaddan

➑️ Liinkii kanaa gadiitiin JOIN gootanii ilaaluu dandeessu
➑️ Share woliif godhaa

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
https://t.me/+pa0eyoLieMs1ZjY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
➢️ Milkaa'inni ida'ama kufaatiwwanii fi gufuuwwan baay'eeti.
➢️ Milkaa'ina hedduu duuba seenaawwan ajaa'ibsiisoo hanga abdii kutannaa geessisan baay'eetu jiru.
➢️ Kanaafuu,
β€’ Karoora kee karoorsi!
β€’ Kaayyoo kee sirriitti tarreessi!
β€’ Galma kaayyoo keetii adda baasi!
β€’ Tarsiimoo ittiin milkooftu qopheessi!
➢️ Sana booda ati hojii kee hojjadhu! Waaqa irra immoo abdii kaa'adhu! Ni milkoofta.

πŸŽ‘ΚΈα΅’α΅’ ˒ⁱᡗᡗⁱ ᡗᡒˑᡉ πŸ‘ & ˒ʰᡃʳᡉ♻️
  Join and share

https://t.me/Faana_beekumsaa
https://t.me/Faana_beekumsaa
πŸ‘2
Forwarded from Faana beekumsaa
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐨𝐨π₯𝐦𝐚𝐚 𝐬𝐒𝐫𝐫𝐚𝐚 πͺπšπ›πšπ§ 𝐑𝐒𝐧 𝐦𝐒𝐒𝐝𝐑𝐒𝐧

𝑲𝒐𝒓𝒕𝒐𝒐/π’“π’Šπ’’π’Šπ’„π’‰π’‚ (π‘™π‘Žπ‘‘π‘‘π‘’π‘Ÿ) 𝑖𝑑𝑑𝑖𝑖𝑛 π‘šπ‘’π‘˜π‘Ž π‘˜π‘œπ‘Ÿπ‘‘π‘’, π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘π‘π‘Žπ‘β„Žπ‘’π‘’ π‘˜π‘’π‘’π‘‘π‘–π‘› π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘Ž π‘žπ‘’π‘™π‘žπ‘’π‘™π‘™π‘–π‘›π‘Ž π‘˜π‘œπ‘β„Žπ‘’π‘’(𝒔𝒉𝒐𝒆𝒔) π‘˜π‘’π‘’π‘‘π‘–π‘– π‘šπ‘–π‘Ÿπ‘˜π‘Žπ‘›π‘’π‘’π‘“π‘“π‘Žπ‘‘β„Žπ‘’. πΎπ‘Žπ‘› π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Ž π‘‘β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘π‘π‘Žπ‘‘π‘‘π‘’π‘’ π‘π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘’ π‘ π‘Žπ‘›, π‘¦π‘’π‘Ÿπ‘œπ‘œ 𝑏𝑒𝑒𝑑𝑒 β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘˜π‘Žπ‘Žπ‘› π‘žπ‘Žπ‘π‘Žπ‘‘π‘‘π‘’π‘’ π‘π‘’π‘’π‘‘π‘Ž π‘€π‘Žπ‘Žπ‘› π‘‘π‘Ž'𝑒𝑒𝑓. π½π‘–π‘Ÿπ‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Ž π‘˜π‘’π‘’ π‘˜π‘’π‘’π‘ π‘ π‘Žπ‘‘π‘‘π‘–π‘ , π‘–π‘‘π‘‘π‘œπ‘œ β„Žπ‘Žπ‘Ÿ'π‘Ž 𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒 π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘Žπ‘˜π‘˜π‘Ž 𝑔𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒𝑓 π‘›π‘Žπ‘šπ‘œπ‘œπ‘›π‘›π‘– π‘π‘Žπ‘Žπ‘¦'𝑒𝑒𝑛 π‘œπ‘ π‘œπ‘œ π‘Žπ‘‘π‘– π‘π‘’π‘’π‘˜π‘‘π‘’π‘’, π‘œπ‘ π‘œπ‘œ π‘Žπ‘‘π‘– β„Žπ‘–π‘› π‘π‘’π‘’π‘˜π‘–π‘›π‘–π‘  π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘ π‘Žπ‘Ž 𝑠𝑖𝑖𝑓 π‘˜π‘Žπ‘“π‘“π‘Žπ‘™π‘Žπ‘›π‘–π‘– π‘—π‘–π‘Ÿπ‘’, π‘˜π‘Žπ‘›π‘Ž π‘π‘œπ‘œπ‘‘π‘Ž β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘˜π‘Ž π‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘›π‘–π‘‘π‘–π‘– π‘π‘Žβ„Žπ‘’π‘’π‘Ÿπ‘Ž 𝑗𝑒𝑑𝑑𝑒𝑒 π‘”π‘œπ‘β„Žπ‘Žπ‘Ž β„Žπ‘–π‘› π‘‘π‘Žπ‘Žπ‘›π‘’ π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘‘π‘‘π‘– β„Žπ‘–π‘› π‘‘π‘Žπ‘™π‘Žπ‘”π‘–π‘›. π‘«π’‚π’’π’Šπ’Šπ’’π’‚π’‚ π‘šπ‘’π‘Ÿπ‘Žπ‘Žπ‘ π‘Ž π‘˜π‘’π‘’π‘ π‘ π‘Žπ‘‘π‘‘π‘– π‘€π‘Žπ‘›π‘‘π‘– β„Žπ‘’π‘›π‘‘π‘’π‘’ π‘—π‘–π‘—π‘—π‘–π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘šπ‘’π‘’ π‘‘π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž'π‘Ž. π‘Œπ‘’π‘Ÿπ‘œπ‘œπ‘› β„Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘˜π‘Ž π‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘›π‘–π‘‘π‘‘π‘– 𝑠𝑖 π‘˜π‘’π‘“π‘“π‘–π‘ π‘’π‘’ π‘‘π‘Žπ‘›π‘‘π‘’π‘’π‘ π‘ π‘–. πΊπ‘Žπ‘Ÿπ‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘  π‘π‘Žπ‘Žπ‘‘π‘‘π‘’, β„Žπ‘–π‘› π‘šπ‘–π‘–π‘‘β„Žπ‘–π‘›. πΎπ‘Žπ‘Žπ‘ π‘’π‘’ π‘‘π‘Žπ‘‘β„Žπ‘Žπ‘π‘‘π‘’π‘™π‘™π‘’π‘’, π‘™π‘Žπ‘“π‘Žπ‘‘π‘‘π‘– β„Žπ‘–π‘› π’…π’‰π’Šπ’Šπ’•π’Šπ’.

𝐉𝐨𝐒𝐧 and Share

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❀3
✈️InterLink ( Kun isin jala hin darbin )

➫Koota Blockchain haa hojjannu.
➫Kun qarshii baasu isin hin barbaachisu, Appii download gochuu qofan, mine gochuudha.
➫Project reefu jalqabeedha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.
➫Kampanoota, gurguddoo addunyaa kanaan kan deegarameedha.
➫Hanga ambassador ta'uuti nama leenjisaa.
➫Namoonnii barachuu fi hojjachuuf fedha qabdan, amumma join godhaa, wantoota gurguddoo Blockchain,crypto fi Exchange barattu.

➫Hubachisa.
1. Ani akka project InterLinkittii qabxii addunyaa Ethiopia keessa filameera.
2. Namoota hangan barbaadde ambassador gochuus irraa kaasus nan danda'a, Carraa kanattii itti fayyadama, hanga dhumaati isin deegaruuf qophiidha.
3. Karaa ittiin qarshii Ofii keessanii karaa bilbilaa hojjatanii argattan isinitti hima.
4. Group kanarrattii akka garaa keessanitti gaafachuu fi media keessan guddiffachuu ni dandeessu.

➫Group kan join ask any question

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
Forwarded from Faana beekumsaa
.........πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡........
Wanta dursa sirreessuu qabdu adda baafadhu!
.........πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†......
Kutaa jireenya kee isa kami kan dursa sirreessuu qabdu? Hojii hojjechuu qabdu keessaa isa kami kan dursa hojjechuu qabdu? Ittoonillee(waxii) kan mi'aawu wanta dursuu qabu yoo dursitee itti goote qofa. Zayitii itti gochuu osoo qabduu bishaan yoo itti goote ittoo barbaadde san hin argattu.
Hojjechuu qofti gahaa miti, wanta dursa hojjetamuu qabu yoo adda hin baafatiin. Milkaa'inaaf wanti murteessaan wanta dursuu qabu yoo dursa sirreessite dha. Eegaluu keetiin dura kamtu akka dursuu qabu adda baafadhu.
Lafa nagaa oolaaπŸ₯°

Share godhaa hirriyoota keessaniif.

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
❀2
Forwarded from Faana beekumsaa
Harmee tee nii jaalattaa?
Yoo kan jaalattu ta'e akka isheen siif gammaddu jechoota babbareeda, kabajaa fi jaalala mul'isan itti haasa'i. Jechoonni babbareedan afaan keetii bahan akka dammaa itti mi'aawwa(Sweet) waan ta'eef.

Abbaa kee hoo nii jaalattaa?
Yoo Abbaa kee kan jaalattu ta'e akka inni siif gammadu tuffii tokko malee dubbii isaa dhaggeeffadhu. Yeroo jaalalaan isa dhaggeeffattu kabaja ati isaa qabdutu itti dhagahama waan ta'eef.

Isin Jaallatamtoota πŸ₯°πŸ₯°
Halkan Gaarii πŸ™πŸ₯°

@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
πŸ‘1
Forwarded from Faana beekumsaa
➫Me Pass jedhama.
1. Ethiopia keessattii biroo guddaa dhengadda banaattee.
2. Yoo namoota 10 share godhatan naannoo dollar 6 ol argattu.
3. Nama tokkoof share yoo gootan 0.1 MEC argatuu, kallattiidha gurgachuu ni dandeessu.
4. Garuu national ID ykn Passport Dhaan verified ta'uun dirqaama. yoo verified hin taane, hin argattanii
5. Hojjadhaa irraa baafadhaa. project baayyee guddaadha.✌️

➫Referral Link:

https://i.mec.me/?c=qtcvy56s


Invitation Code:

➫ qtcvy56s

Join @faana_beekumsaa
❀4πŸ‘1
✈️InterLink ( Kun isin jala hin darbin )

➫Koota Blockchain haa hojjannu.
➫Kun qarshii baasu isin hin barbaachisu, Appii download gochuu qofan, mine gochuudha.
➫Project reefu jalqabeedha.
➫Hojjii gurguddaa waggoota dheeraa qabatee dhufeera.
➫Kampanoota, gurguddoo addunyaa kanaan kan deegarameedha.
➫Hanga ambassador ta'uuti nama leenjisaa.
➫Namoonnii barachuu fi hojjachuuf fedha qabdan, amumma join godhaa, wantoota gurguddoo Blockchain,crypto fi Exchange barattu.

➫Hubachisa.
1. Ani akka project InterLinkittii qabxii addunyaa Ethiopia keessa filameera.
2. Namoota hangan barbaadde ambassador gochuus irraa kaasus nan danda'a, Carraa kanattii itti fayyadama, hanga dhumaati isin deegaruuf qophiidha.
3. Karaa ittiin qarshii Ofii keessanii karaa bilbilaa hojjatanii argattan isinitti hima.
4. Group kanarrattii akka garaa keessanitti gaafachuu fi media keessan guddiffachuu ni dandeessu.

➫Group kan join ask any question

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
https://t.me/+5cyb7Cx2rN5kM2Y0
❀2πŸ‘2πŸ€”2
Forwarded from Faana beekumsaa
#Jaallachuu fi Of ta'uu hin dhiisin

"Nama tokko yoo jaallattu namticha guutummaan guutuutti ni fudhatta.Hanqinna isaa wajjiin.Sababni isaa hanqinni kun kutaa(part) namtichaa keessaa tokko.Nama jaallattu jijjiiruuf hin yaalin.Akkana yoo ta'e sin jaalladha hin jedhiniin.Sababni isaas jijjiiruudhaaf yaaliin gootu " ani kan jaalladhu walakkaa keeti"ilaalcha jedhu of keessaa qaba.Namni si jaallachuu baatus of ta'u kee hin dhiisin.Abaaboon namni hin jiru jedhe bosona keessatti guddachu hin dhiisu.Jaallachuu yoo barbaaddes salphumatti jaalladhu."
       
@Faana_beekumsaa
@Faana_beekumsaa
❀4
Forwarded from β’Ήβ’Άβ“‡β’Ί β—Œβ–Ή β“‰β“Šβ’·β’Ί | InterLink T2 πŸ‡ͺπŸ‡Ή
#KUTAA CIISICHAA SEENAN!
β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°β–°
β–£Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.

β–£ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.

β–£Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.

β–£Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.

β–£ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .

β–£Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.

β—ˆAsirratti waantti hubatamu
β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±β–±
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna.  Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a.
❀7
#Unich Network.

πŸ‘‰Namoonnii hanga ammaatii hin jalqabne, yoo jiraattan. Appicha buustaattii har'uma jalqabaa.
πŸ‘‰Ji'aan Reward kenaa jira.
πŸ‘‰Ambassadoras jalqabeera.
Application kana buusu akka hin dagganne.


https://play.google.com/store/apps/details?id=com.unichlabs.unich.prd.android


πŸ‘‰ Use my referral code:

πŸ‘‰ 
ZXDQAHEJ
πŸ‘3❀2
🫴🏿Namoonnii Online Irra jirtan Carraan Kun Isin Hin darbin.

Ambassador Unich ta'uuf warri Barbaaddan Qoftii Ariffaadha, Galmee Galchuufanii
🫴🏿Warri Hin jalqabne yoo jiraattanif na dubbisuu dandeessu.

🫴🏿 please send:

- Telegram username:
- Ref code :
- Country :

Kanarrattii Naaf erga Dafaa :
@daretubeNBO


🫡🏼🫡🏼🫡🏼🫡🏼🫡🏼

Officail Group

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
❀2πŸ₯°1
Forwarded from Faana beekumsaa
Hojii fi Maallaqa
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
"Harka namaa ilaaluurra, halkan ka'anii hojjechuu wayya," jedhu Chaayinoonni.

Dhuguma, ofii cimanii yoo hojjetan, kan argatanis guduunfachuun dirree hojii biraatti yoo ce'an milkaa'ina. Walitti fufiinsaan jabaatanii yoo hojjetan, maallaqa furdaa kuufatu; maallaqni sunimmoo:

β€’ Mana akkamii keessa akka jiraattu murteessa.
β€’ Gosa nyaataa akkamii akka soorattu murteessa.
β€’ Hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an murteessa.
β€’ Milkaa'ina ijoollee keef qooda qaba.
β€’ Fayyaa fi umurii keessaallee harka qaba.
β€’ Tarii yoo dhukkubsattes, eessatti akka yaalamtuu fi dawaa akkamii akka fudhattu murteessa.

πŸ“© Kanaafuu aadaa hojii cimaa gabbifadhu! Sooromuuf murteessi! Hiyyummaa hadheeffadhu! Jabaadhuu hojjedhu!

@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
❀1