Hojii Online
4.6K subscribers
652 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa
โžฅAre you ready for rewards at 3 O'clock ?
Anonymous Quiz
79%
Yes
6%
No
15%
Maybe
๐Ÿฅฐ1
Forwarded from Faana beekumsaa
๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡๐Ÿ˜‡

Hub
1. Nama dursee maxxanseetu badhaafama. Yknis dursee kan barreesse.
2. Channallii jalattii ykn leave a comment jedhu qofa irrattii gad dhiistu.

Namoota 4 qarshii 50 badhaasna.

Carraa gaarii.

By the way. Hunda ilaalta.

Kan dhumaa qofa InterLink app download godhee verified kan ilaaltu.


Channalii kana jalattii qofa kan gaggeeffaamu.

@Faana_Beekumsaa
@Faana_Beekumsaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
๐Ÿ˜ŽYeroo free Kooti Hojjiin Hojjadhudha Yoo barbaadda jalqabuu dandeessu All App Project/ Bilbilaan kan hojjatama.


1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃInterLink Network [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 8968068

2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃME Pass [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- qtcvy56s

3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃAsga Network [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- fiBYtUNc

4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃAri Wallet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 682bfe76323cd

5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃXENEA Wallet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 6q8GbZqAmK

6๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃMarina Protocol [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- DARETUBE

7๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃSpurPro [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- VwpApu64l

8๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃUnich [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- JDQBV9j0fy

9๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃStarTower [ Download App ]

๐Ÿ˜‡Referral / Invitation/ Code :- acbu5j

1๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃRubi [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- DARETUBE

1๏ธโƒฃ1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃDelta [ Download App Kun isiniif Ergamaa ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- B9JHWHNJ1GPBP

1๏ธโƒฃ2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃBoloUp Pro [ Download App ]

๐Ÿ˜‡Referral / Invitation/ Code :- sdys84rl

1๏ธโƒฃ3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃKege [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- 5b7b1034

1๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃDeNet [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :-

0xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffe

1๏ธโƒฃ5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃCelia [ Download App ]

๐Ÿ˜‡ Referral / Invitation/ Code :- IJLKMPSA

All Project/ Bilbilaanis kan hojjatamu ta'ee garuu computera irrattii ni dalaga.


๐Ÿ”ฃAppin kun immoo web App bilbila irratti hojjaachuu kana buusu qabdu, Appichi Mises Browser jedhama.

โœ… [Mises Browser Download App ]

1๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃNodaPay Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณNodaPay

2๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Grass Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณGrass

3๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃBlockMesh Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณBlockMesh

4๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Bless Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐Ÿซณ Bless

5๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Football Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐Ÿซณ Football

6๏ธโƒฃ๐Ÿ”ฃ Gradient Project.

๐Ÿ˜‡ Referral link : ๐ŸซณXQQVXV


.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3
โžฅBums Season 2 Token Fudhadhuu dandeessu.

https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18

Hey buddy! Check out BUMS!

โญVideo yoo barbaaddan๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://linktw.in/qOdqCj
https://linktw.in/qOdqCj
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1๐Ÿฅฐ1
Pikamoon io Airdrop ๐Ÿ”ฅ jedhama.

โžก๏ธ$25.000 SPIKA GIVEAWAY ๐ŸŽ‰ Qopheessaniru. Link kanaan seenaa.

๐Ÿ’ข Offer Link:- 
https://pikamoon.io/relaunch?ref=SFq1B

โœ”๏ธ Sign Up Gootu Gmail keessaniin.

โœ”๏ธ  Task 5 tu jira isaa username fi follow gootu, gochuu keessa screen shot gootanii send gootu. 
โœ”๏ธ  SOL Address keessan jalqaba send gootu.
โœ”๏ธ Xumurame.

Hub.
1. Hojiin akkasii hojii biraa hin qabu.
2. InterLink cliam gochuu akka hin daganne.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Repost

๐Ÿ‘ŒWow #Unich And InterLink waliif Parter ta'aniiru.

โญโžก๏ธAdeemsichii jabaacha jira, fakkaata.

#Unich project Ergan jal qabee tureera.

1. Kun social media isaanii follow and subscribe gochuudha.
2. FD point isiniif kenna.
3. Caalattii X irrattii post gochuu isin gaafata.
4. Saattii 24 keessatti al tokko qofa seentanii tuqxu.
5. Yeroo share gootan immoo profile keessan keessa seentanii link isaa fudhatanii yeroo gara appii unichitii deebitan paste kessatti gootu, sana booda claim godhatu, garuu link sobaas yoo galchittan ni fudhata, garuu al tokko galchinaan hin deebi'u, kanaafuu waan dhugaa galchaa.
6. Link  kun desktopiinis ta'ee, bilbilaan ni fudhaata.

Jalqabuuf link kanaa fayyadama.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code:
JDQBV9j0fy

Hubachiisa.

๐Ÿ‘‰Projectiin akkasii

1. Dhammaatii guddaa qaba.
2. Ji'oota lakkoofsiisa, yeroo tokko tokko immoo waggaas.
3. Namnii cimee hojjatee, garuu al tokkoo jijjiramuu ni danda'a. Yoo xiqqaate dollar $50 ol ni hojjata.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค4๐Ÿ‘2๐Ÿ‘1
โžฅ โžฅ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ˜€

1. Saattii afur afuriin iddoo Xiyyaan argisiiseeti Tuquun Bonus Baayiffaadha, hanga bonusii baayyiffattan argattuu waan ta'e.
2. Iddoo Mine
$ITLG jedhu, Tuquun yeroo hunda Bonus baayifaadhaa. Gatii waan qabuuf hin dagatinaa.
3. Yeroo saattii isaa isin jalaa milliqee ykn ni irraanfattu yoo ta'e, settings bilbila keessan keessa seenuun Iddoo App jedhu seenuun Appicha Notification isaa On godhadhaa. Appichi mataan isaa isin yaadachisaa. Baayyee projectii salphaadha.
4. Bonus biraa immoo namoota beektaniif Share godhadhaa, Bonus baayyee isiniif kenna, yeroo share gootan garuu process hunda akka xumurru itti hima.
5. Yeroo waan dhumaa jiruuf, Yoo xiqqaate ani guyyaati al 6 claim nan godha, bonus baayyee naaf kennaa jira. Isiniis claim yoo godhaattan isiniif dabalaa deema.
6. Namoonnii muraasni keessan immoo processii isaa hin xumurree, please xumuraatii gatii bareedda argadha.
7. Namoota gaafii gaafatanii achumaan baddan immoo ykn dhiisa, ykn itti fufaa na haasofsiisa.
8. Naannoo InterLink wanta isin rakkisee yoo jiraate, comment section jalatti gaafachui dandeessu.

Hub.
1. Point baayyee yoo hojjaatan, baayyee argattu.
2. Hanga ammaati hin jalqabne yoo jiraattan dafaa jalqabaa. Link kanaan seenaa hojjadhaa.
๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰https://interlinklabs.ai/referral?refCode=8968068

โžก๏ธReferral Code: 8968068

โšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3
โœŒ๏ธRequest officially approved by   @coingecko!

The bird and the gecko are now buddies.
๐Ÿค
โžฅUnich Peoject  Coingecko faana waliif galaniruu. baayyee namati tola. jabbeessa.
โžฅTaskii jiruu hunda xumuraa.
โžฅWarrii bilbila kessan irrattii download gootan walletichii achuma irra jira Web3 jedhee waan jiruuf isa banadhaa.
โžฅTaskiin haaraa hanga ammaati dhufaa hin jiru.โœŒ๏ธ

โญAmma jalqabuuf warrii barbaadda immoo go โšก๏ธ

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

โญReferral Code: JDQBV9j0fy

โ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นUnichโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ–นโ—Œ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Faana beekumsaa
SpurProtocol jedhama.

โญStep.
1. Appicha download gootu.
2. Gmail keessanin log in gootu.
3. Guyya guyyaa quiz qaba, deebiin isaa yeroo hunda gad lakkifama.

Link kanan seenaa.

https://spurprotocol.com/s/VwpApu64l

Referral Code: VwpApu64l

โžฅKeep mining.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘‰Unich project
1. Start Earn kan jedhu tuquu akka hin daganne. Saattii 24 keessatti al tokko.
2. Bonus guddaan daqiiqaa 10n keessatti waan dhufuuf, active ta'aa eega. Kalleesa bonis 500FD tu dhufee ture.
3. Tarii har'a yoo dhufee isin beeksiisa.
4. Namootaafis share godhadhaati, bonus argattuu.

โžก๏ธNamoonnii hanga ammattii hin jalqabne link kanaan jalqabaa qarshii guddaa argattu garuu bilbila bareedda ta'uu qaba jechuun xiqqoo kan isiniif arriiffatuu bonasicha fudhaachuf.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code: JDQBV9j0fy

Hub:
โžฅProject as jalattii hojjatan kamiiffiyyuu Qarshii akka hin baafne.
โžฅKan barbaachisu, research mataa isaa hojjachuun yeroo fi obsa irrattii gubuu gaafata.
โžฅNamoonnii tokko qarshii baayyee baasanii yeroo nyaataman jira, kanaas projectii as jalattii gad dhiisu kamiiffuu qarshii hin baasinaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2๐Ÿ‘1
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
โžฅNamoota InterLink Project Hojjataniif Maraaf.

1. Namoonnii suura gubbaati Argaman, step hunda xumuraa. Locked waan isin jalaa ta'eef xumuruu qabdu.
2. Wallet kessan faanas Connect godhadhaa.

โžก๏ธAkkaata isaa yoo wallaaltan username kanaan na dubbisuu dandeessu.

๐Ÿ‘‰ @daretubeNBO

Hub:
1. Gaaffii waayyee interlink ilaaltuudha.


Hanga ammatii hin jalqabne yoo ta'e link jalaa kana fayyadamaa.


https://t.me/c/1793581255/5049
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
GONKUMAA ABDII HIN KUTIN!!!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ "Rakkattee osoo hin milkaa'in haftee yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."

โ–  Dubbiin kun dhugaa dha.
  โ€ข Maalifan milkaa'uu dhabee?
  โ€ข Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?
  โ€ข Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irratti fi Waaqa irratti hin kaasin!
  โ€ข Yoo ofii kee rakkattee,  dadhabdee milkaa'uu baatte,  rakkina kee kanatti ilmi kee,  dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.

Fakkeenya tokkon siif fudhadha.

โ–  Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru.

โ–  Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin!

Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.

Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.

โ–  Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!

โ–  Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.

โ–  Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee,  karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.

โ–  Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e,  jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.

โ–  Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha.

โ–  Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa,  waan darbe irraa barachaa,  karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa,  karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.

โ–  Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.

  โ€ข Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!


@faana_beekumsaa
@faana_beekumsaa
โค2๐Ÿ‘1
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
โญTask haaraan dhufeera claim godhadhaa.

โžก๏ธhttps://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18


Hey buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘2
Forwarded from Dare Tube ๐Ÿ…
Wantoota Sadan Jiruu Namaa Murteessan:

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โžŠ. Yeroo       โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Yeroon jireenya kee keessatti eenyu waliin akka walqunnamtu murteessa!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โž‹. Onnee      โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Onneen kee jireenya kee keessatti eenyu akka barbaaddu murteessa!

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
โ”ƒ   โžŒ. Amala      โ•‘
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›
โ€ข
#Amalli kee jireenya kee keessatti eenyu waliin akka turtu murteessa!

   
@daretube_DT
โ—ˆ โ—ˆ
โ•ฐโ”€โ”€โ”€โ”€โ•ฎJoinโ•ญโ”€โ”€โ”€โ”€โ•ฏ
โค4๐Ÿ‘3
Bee Network project jedhama

.

1. Download godhaa Appicha.
2. Al tokko seentu
3. Ad video ilaalluu Boost gochuu dandeessu.
4. Namoota share gochuunis boost gochui dandeessu.

Link
๐Ÿ‘‰https://j.bee.com/s?a=daretube

Referral Code:

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ daretube

.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ‘2โค1๐Ÿฅฐ1
Forwarded from Faana beekumsaa
#Breaking #Kutaa_8ffaa #BBO

Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 ifoomeera.

Barattoonni bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf link armaan gadii tuquun website irraa ilaalaa;

https://oromia.ministry.et/#/result

Akkasumas gama Telegram bot dhaan ilaaluuf Bot armaan gadii fayyadamaa!

@MinistryResultQMTBOT

Namoonni akka isiniif ilaalamu barbaddaan asiin join godhaa ergaadha ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
โค3๐Ÿ‘3