Hojii Online
4.6K subscribers
651 photos
48 videos
9 files
779 links
Chaaneliin kun Namoota bilbila isaaniitiin Qarshii Online irratti Dalagachuu barbaadaniif baname Gaaffii yoo qabaattan karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin gaafachuu dandeessu
Download Telegram
#Repost

👌Wow #Unich And InterLink waliif Parter ta'aniiru.

⭐➡️Adeemsichii jabaacha jira, fakkaata.

#Unich project Ergan jal qabee tureera.

1. Kun social media isaanii follow and subscribe gochuudha.
2. FD point isiniif kenna.
3. Caalattii X irrattii post gochuu isin gaafata.
4. Saattii 24 keessatti al tokko qofa seentanii tuqxu.
5. Yeroo share gootan immoo profile keessan keessa seentanii link isaa fudhatanii yeroo gara appii unichitii deebitan paste kessatti gootu, sana booda claim godhatu, garuu link sobaas yoo galchittan ni fudhata, garuu al tokko galchinaan hin deebi'u, kanaafuu waan dhugaa galchaa.
6. Link  kun desktopiinis ta'ee, bilbilaan ni fudhaata.

Jalqabuuf link kanaa fayyadama.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy

Referral Code:
JDQBV9j0fy

Hubachiisa.

👉Projectiin akkasii

1. Dhammaatii guddaa qaba.
2. Ji'oota lakkoofsiisa, yeroo tokko tokko immoo waggaas.
3. Namnii cimee hojjatee, garuu al tokkoo jijjiramuu ni danda'a. Yoo xiqqaate dollar $50 ol ni hojjata.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤4👏2👍1