Faana Beekumsaa
1) Inni jalqabaa of simachuu /self acceptance / seenaafi muuxxannoo gaarii qofa osoo hin taane seenaafi mudannoo jireenyaa gaarii hin taanellee simachuun barbaachisaadha.
2) kaayyoo jireenyaaf jiraachuu dha/ Living for life purpose/ jedhu hayyoonni.
3) Dorgommii hin taaneerraa fagaachuun /Avoiding competition/ barbaachisaa ta'uu hayyoonni ni gorsu.
4) Ilaalchaafi yaada qajeelaa/ positive thinking/ qabaachuudha. Yeroo hunda hamaa yookiin jallina yaadda yoo ta'e gammachuu argachuu hin dandeessu.
5) Yeroo hunda barachuuf eeyyamamoo / Being Willing to learn / Yeroo hunda dubbisuu, gaafachuu, hubachuun sirraa eegama.
6) Qaroominaan fuula duratti imaluu / walking with Wisdom/ Qaroominni /wisdom/ beekumsarraa adda taโuu hubadhu. Akkamitti akka jiraattu, akkamiin rakkoo akka furtu, hojii milkaa'aa akkamitti hojjechuu akka dandeessu si barsiisa.
7) Dandeettii yookiin beekumsa addaa / Being intelligent / qabaachuunis gaariidha. Dandeettii miira ofii to'achuu /emotional intelligent/ qabaachuun barbaachisaadha.
8) Beekmsa saayinsawaa, amantaafi aadaa qabaachuu dandeessa, miirakee hin to'attu taanaan beekumsa qabaachuunkee gatii hin qabu jedhu beektoonni.
9) Miira ofii to'achuun murteessaadha jedhu hayyoonni.
10) Haala salphaan namatti qabamuufi aaruun /Taking no offence easily / barbaachisaa miti jedhu hayyoonni.
11) Jireenya galateeffannaa qabu / Leading life with gratitude / jiraachuunis murteessaadha.
Fayyaafi nageenya qabaannaan isaatti gammaddi, waan of harkaa qabdutti, ooltee buluukeetti galateeffadhu.
12) Jireenyakee keessatti waan gaarii /Going for the best/ barbaadi jedhu hayyoonni. Waaqa yoo kadhatu waanuma xiqqaa hin kadhatiin. Isa guddaa eenyuuf dhiista? Addunyaan kun waa hedduu of keessaa qabdi, fageessii yaadi, mul'ata fagoo, karoora hiixataa qabaadhu.
Itti fuftee dubbisuu
.............................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Telegram
Dare Tube ๐
โ๏ธ Nama Biyya Oromo (NBO)
๐ฅ Tech news & updates
๐ฅ Crypto & Web3 insights
๐ฅ Daily verified airdrops
๐ Explore the future with us
๐ https://x.com/dare_tube
๐ฑ Ads: @daretubeNBO
Boost this Channels
โฅhttps://t.me/boost/daretube
โ๏ธโ๏ธ
๐ฅ Tech news & updates
๐ฅ Crypto & Web3 insights
๐ฅ Daily verified airdrops
๐ Explore the future with us
๐ https://x.com/dare_tube
๐ฑ Ads: @daretubeNBO
Boost this Channels
โฅhttps://t.me/boost/daretube
โ๏ธโ๏ธ
โค2
1. Wantoota addunyaa kana hojjii namoonnii hojjatanii of jijjiiran. Nuti garuu sammuun keenya hin amanuu๐ง
2. Bakka hojjanuuti ykn barannuuti maaliif Online ykn bilbila ykn computer qabna yoo ta'e. Jechuun bilbillii si harka jiru qarshii akka fiduu beektuu?
.
1. Active ta'uu jechuun oddeeffannoo gad dhiifamu dubbisu yoo isin jala darbee bu'aa hojjicha dadhabdu waan ta'ee.
2. Obsaa qabachuu jechuun hojjichii ji'a baayyee ykn waggaa tura waan ta'eef.
3. Wanta gaaffii isinitti ta'e kamiyyuu gaafachuu dandeessu.
https://linktwin.to/NsUlZl
https://linktwin.to/NsUlZl
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
YouTube
How Cryptocurrency ACTUALLY Works in 2024 | Crypton Maaliidha ? #crypto #abogida #duet
Want to get your hands on some free crypto? In this video, we'll show you the easiest way to participate in the gemz airdrop by simply tapping your phone. Stay tuned to learn how you can start earning some cryptocurrency today!
TOP 10 CRYPTO PROJECTS BASEDโฆ
TOP 10 CRYPTO PROJECTS BASEDโฆ
Forwarded from Dare Tube ๐
For more info โฅPro Biraannu Negaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค4
Forwarded from Dare Tube ๐
1. Kun immoo nuuf waan guddaadha akka nuuf kennu abdii qabna.
2. Hanga ammati namoonni hin jalqabiin dafaa jalqabaa.
1. Start Earn kan jedhu tuquu akka hin daganne. Saattii 24 keessatti al tokko.
2. Bonus guddaan daqiiqaa 10n keessatti waan dhufuuf active ta'a.
3. Tarii har'a yoo dhufee isin beeksiisa.
4. Namootaafis share godhadhaati, bonus argattuu.
โก๏ธNamoonnii hanga ammattii hin jalqabne link kanaan jalqabaa qarshii guddaa argattu garuu bilbila bareedda ta'uu qaba jechuun xiqqoo kan isiniif arriiffatuu bonasicha fudhaachuf.
https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy
Referral Code:
JDQBV9j0fyHub:
โฅProject as jalattii hojjatan kamiiffiyyuu Qarshii akka hin baafne.
โฅKan barbaachisu, research mataa isaa hojjachuun yeroo fi obsa irrattii gubuu gaafata.
โฅNamoonnii tokko qarshii baayyee baasanii yeroo nyaataman jira, kanaas projectii as jalattii gad dhiisu kamiiffuu qarshii hin baasinaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1. MEC tokko dollar 5 gallera.
2. Guyyaan list ta'u immoo dhiyaatera, hanga dollar $20 deema jedhamees eegamaa jira.
3. National ID or Passport keessaniin Verified taatu. Verified ta'uun dirqaama.
4. Hojiin isaa saattii 24 keessatti al tokko qofa seenuun jecha achiirra jiru Qofa Barreessuudha.
5. Wanta isin rakkisee comment jala nuuf ka'a.
https://i.mec.me/?c=qtcvy56s
โฅInvitation Code:
qtcvy56s..............................................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค3๐1
Forwarded from Faana beekumsaa
๐ ๐๐บ๐
๐บ | ๐ญ๐บ๐บ๐๐๐๐บ ๐ฆ๐บ๐บ๐๐๐ ๐ฐ๐บ๐ป๐บ๐บ๐ผ๐๐๐
โโโโโโโโโโโ
โ ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ ๐๐๐๐ซ๐ข๐ข โ
โโโโโโโโโโโ
เผ #๐๐๐๐๐๐ง๐ฒ๐ข ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ช๐จ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐ ๐๐ข๐๐.
เผ #๐๐๐ซ๐๐๐๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐ข ๐ช๐จ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐ ๐๐ข๐๐.
เผ #๐๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ๐ข ๐ ๐๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ข๐ ๐๐ข๐๐.
๐ก๐ฎ๐ฎ๐บ๐๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ๐น๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฒ๐ฒ ๐๐๐พ๐ฎ๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ 7 |
โ. Naamusni nama milkeessa!
โ. Naamusni kabajamaa nama taasisa!
โ. Naamusni waliin jireenya hawaasaa naga qabeessa taasisa!
โ. Naamusni gaariin ofirra darbanii nama biroo akka qajeelchan nama taasisa! Itti fufii dubbisi...
โฅSee more
โฅSee more
.............

๐1
โฅHow much did you earn Bums Token?
โฅKun 3k Bums Tokenidha. Isin meeqa funaantan?
https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18
Hey
buddy! Check out BUMS!
Join now and level up from a bum to the king of the streets!
โฅKun 3k Bums Tokenidha. Isin meeqa funaantan?
https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18
Hey
buddy! Check out BUMS!
Join now and level up from a bum to the king of the streets!
โค1
Forwarded from Faana beekumsaa
โฅNamoota million 5 oltu Project kana hojjachaa jiru.
โฅWalii gala Trading Volumin isaa billion tokko ol ta'eera.
โฅWaliigala galiin argame dollar million 20 ol ta'eera.
โฅBiyyoota naannoo 190 oltu hojjachaa jiru.
Jarrii baayyee hojjatte, Dollar bareedda akka nuuf kenan abdiin qaba.
https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy
Referral Code:
JDQBV9j0fy....................โ๏ธ....................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Dare Tube ๐
๐ Yeroo free Kooti Hojjiin Hojjadhudha Yoo barbaadda jalqabuu dandeessu All App Project/ Bilbilaan kan hojjatama.
8968068 qtcvy56sfiBYtUNc682bfe76323cd6q8GbZqAmKDARETUBEVwpApu64lJDQBV9j0fyacbu5jDARETUBEB9JHWHNJ1GPBPsdys84rl5b7b10340xd2124ddf38bfee028ea85e6a28b35385416f8ffeIJLKMPSAAll Project/ Bilbilaanis kan hojjatamu ta'ee garuu computera irrattii ni dalaga.
.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Google Play
InterLink Network - Apps on Google Play
The leading digital asset earning platform with 8M+ users worldwide.
โค1๐1
Forwarded from Faana beekumsaa
โฅMeeqan keessantu InterLink farm gochaa jira?
Anonymous Quiz
38%
Irra jira.
19%
Irra hin jiru/ darbe darbee
42%
Hoomaa naaf hin galle.
โค1๐1
Forwarded from Faana beekumsaa
1. Daily Log in fideera.
2. Dursaa Update godha play store keessa seenaati.
3. Guyyaa guyyaan otoo addaan hin kutin al tokko yoo seentan Point guddaa isiniif kenna. Hanga 10000 nitti .Wanta gaaffii isinitti ta'e comment barreessa.
Warri hin jalqabne kana jalqabaa.
https://spurprotocol.com/s/VwpApu64l
Referral Code:
VwpApu64l.........โฅ...........โฅ.........โฅ......
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค2
Forwarded from Faana beekumsaa
โฅAkka jirtu? Nagaa keessanii Mee Torbee kana keessa Live otoo seennee maal jettu?
1. Wantoota gaaffii isinitti ta'an.
2. Dhimmoota projectii amma hojjatamaa jiru irrattii. 3. Yaada biraas yoo qabaatan fi wantoota tokko tokko irrattii otoo mari'anne akkam?
1. Wantoota gaaffii isinitti ta'an.
2. Dhimmoota projectii amma hojjatamaa jiru irrattii. 3. Yaada biraas yoo qabaatan fi wantoota tokko tokko irrattii otoo mari'anne akkam?
Anonymous Quiz
80%
Eyye/ Live
20%
Lakki/ Hin barbaannu.
Forwarded from Biiroo Barnoota Oromiyaa
#Remedial #Result
โก๏ธ Kan 2017 qabxiin gad dhiifame, Barattoonnii qabxii keessan link kanaan ilaalladha.
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaarii ๐
โญ Akka isiniif ilaallamuu yoo barbaaddaan.
Join this
๐ check Mark.
.......................................
https://result.ethernet.edu.et
Qabxii gaarii ๐
Join this
.......................................
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
HAALOO FI DHIIFAMA!
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โจ Namoota biroon keessumattuu namoota jaallatanii fi amananiin ganamuun yookiin miidhamuun miira aarii, gadduu fi waan godhan wallaaluu namatti dhageessisuun waanuma jiruu dha.
โจ Namootni baay'een aarii isaanii garaatti qabachuun yoo irraanfachuuf barbaadan illee, nama sanaaf dhiifama godhanii jiraachuuf gaafa rakkatan argina. Darbee darbee namootni eenyummaa isaanii haaloo kana giddugaleessa godhatanii ijaaranii jiraatu. โani nama miidhamee dhaโ jedhanii wantoota godhan maraaf waan ceephaโan qabaatanii fi hubannoo namoota biraa argachuun sammuu ofii eeggatanii jiraatu.
'Ani nama miidhamee dha' isheen jettu kun namoota kanaaf sababa jiraachuu ta'uun kallattii jireenyaa kennitiif. Kanaaf haaloo isaanii kana dhiisuun, eenyummaa isaanii [hubanoo namoota biraa argatan, sababa jiraachuu] dhiisuu itti taโa.
โจ Qorannaan gara garaa akka argisiisanitti haaloo qabatanii yookiin qorqalbii miidhamtummaa qabatanii jiraachuun nama sana irratti rakkoolee fayyaa fi hawaasummaa hedduu geessisuu dandaโa. Kanneen armaan gadii isaan keessaa muraasa:
โ. Jireenya ofii kan of harkaa qaban irratti hundaaโuun guutuun akka hin jiraanne nama taasisa. HIIKA JIREENYAA DALGA TAโE NAMAAF KENNA.
โ. Aariin yookiin hadheeffatanii waaโee nama biroo yaaduun dhibee onneetiif nama saaxila. Haaloon immoo aarii fi hadheeffata yeroo dheeraaf qabaachuu waan taโeef carraan dhibee onnee fi haleellaa sammuu(stroke) nama saaxiluu ni dabala.
โ. Dhibee sukkaaraatiif illee nama saaxila.
โ. Dhibee sammuu kan akka dhiphuu, yaaddoo fi nageenyaatiif illee nama saaxila.
โ. Hariiroo namoota biroo wajjinii baay'ee booressa. Namni hadheeffatee waaโee namoota biroo yaadu miira isaa toโachuun isa rakkisa. Kanaaf aarii fi hadheeffannaan isaa gara maatii fi jaalleewwan isaatti facaโuun walii galtee isaa hafte booressa.
โ. Araada gara garaatiif illee nama saaxila. Miira hir'ataa (negative) keessa seenan keessaa ba'uuf maraammartoo araada keessa seenuuf nama dirqamsiisa.
โ. Dafee nama dulloomsa darbees umrii malee akka duโan nama taasisa. Aariin, gaddii fi miirri dhiphuu haaloo kanaan wal qabatee hormoonii dhiphuu kan koortisoolii jedhamu dhiiga namaa keessatti akka baay'atu gochuun akka dafanii dulloomanii fi duโan nama taasisa.
FURMAATA:
DHIIFAMA DHIIFAMA! DHIIFAMA DHIIFAMA!
โจ DHIISUU JECHUUN wanta isin irratti taโe irraanfachuu yookiin dagachuu utuu hin taโin fedha ofiitiin mirga namicha nama miidhetti aaruu fi haaloo baโuu dhiisuu jechuudha.
โจ OFIIF JECHUUN DHIIFAMA GOCHUU dhiifama gochuun al tokko tokko keessattuu gaafa namtichi badii isaa hin amanin rakkisaa taโuu dandaโa. Garuu dhiifama kan goonu namicha nu miidheef jennee utuu hin taโin ofii keenyaaf jennee taโuu sirriitti ofitti himuu barbaada.
โจ Dhiifama gochuun hariiroo kanaan duraatti deebiโuu jechuus miti.
โจ Iddoo namichaallee of kaaโanii haalicha ilaaluun gaariidha.
โจ Gocha namtichi godheen miidhaa nama irra gaโe fuulleen itti himuunis boqonnaa haga taโe namaa kenna.
FAAYIDAALEE DHIIFAMAA:
โ . Hariiroo fayya qabeessa akka qabaatan nama taasisa.
โก. Fayyaa sammuu namaa fooyyessa.
โข. Dhiibbaa dhiigaa ni hirโisa.
โฃ. Fayyaa onnee ofii ni fooyyessa.
โค. Dhiphuu, yaaddoo fi mukuu ni hirโisa.
โฅ. Ofitti amanamummaan ofii ni dabala.
"Waan godhan/godhaniif hin beekaniitii dhiisiif"
Oddeeffaannoo Akkasiif Channalii kana Oddooffaa๐ ๐ ๐ ๐
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0

Oddeeffaannoo Akkasiif Channalii kana Oddooffaa
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
https://t.me/+0hOYWLXitaAzMWY0
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
โค1
โ๏ธKNOVUS Project
๐Project haajaa'ibaa kana hojjadhaa.
1. Link gadiitin seenaa.
2. Dhiyoo jalqabe. Taskiin isin jala hin darbin.
3. Yoo baayyeette daqiiqaa lama,
๐ https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
โฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅ
๐Project haajaa'ibaa kana hojjadhaa.
1. Link gadiitin seenaa.
2. Dhiyoo jalqabe. Taskiin isin jala hin darbin.
3. Yoo baayyeette daqiiqaa lama,
โฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅโฅ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐1
Forwarded from Faana beekumsaa
KNOVUS
Marina
Xenea
Ariwallet
Spur
SYNTEX VERSE
KNOVUS LINK
โนJalqabuuf Link kanaa gad fayyadamaa
https://knovus.xyz/?ref=2OVYH9
https://marina-protocol.com/link/referral?code=DARETUBE
https://xenea.app/register/6q8GbZqAmK
โฅApp download
Referral Code:
682bfe76323cdhttps://spurprotocol.com/s/VwpApu64l
https://syntaxverse.com/rf/V9XZDZRW9B7
1.Linkichaan galmooftanii achiin Applicationicha buustuu, sana booda gmail fi password isa dura galmooftaniin Seentuu.
2. Gmail keessaniin seenuu qabdu.
3. Referral Codiidhaan seenuu qabdu.
4. Guyyaa guyyaan al tokko seenuun deebii guutuu qabdu.
5. Iddoo isiniif hin gallee, screenshot erguun gaafachuu dandeessuu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM