Labata Magazine
1.44K subscribers
362 photos
9 videos
20 files
222 links
βš–οΈ Har'a qalbiin jiraachaa; Boriif yaadaan qophoofna !
Og-barruu Saba guddaa gaanfa Afrikaa; Saba Oromoo keessatti ga'ee isaa taphachuuf hojjeta!

️Irratti hirmaachuu kan feetan
πŸ‘‰ @Elo_Asefa barruu filatamaa ta'een qooda fudhaa.
Download Telegram
Kabajamtoota fi dubbiftoota barruu labata nagaan keenya bakka isin jirtaanitti isin haa ga'u jechaa; barruu isin hawwiidhaan eegaa turtan akkaata isin gammaachisu fi aadaa keessa namummaa keessan guddisuu danda'un kunoo isiniif gadi lakkiisuuf jenna.dubbisaa gaarii!!
@labatamagazine
Labata free Digital magazine second edition is now on line πŸ‘†πŸ‘†

LABATA Free Magazine
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from YoyaTimes (Milkessa Asfaw)
Subscribe to Galaa Media Youtube channel
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.youtube.com/channel/UCZ4XFkLSpp_kSUJQfDp1Kgg
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Join our telegram channel
https://t.me/galaaMedia
The greatest tragedy in the world is not death, but life without purpose.
Addunyaa har'a jiraannu keessatti namni waan sodaachuun isaaf hin mallee du'a sodaata. Garuu dhugaan jiruu wanti guddaan sodaachiisan jireenya kayyoo maleetii. Namni kayyoo dhalateef hin jiraannee ofii isa caalaa dhaloota naannoo isaa jiran baay'ee miidha. jireenyi kayyoo malee jireenyaa baay'ee namni kamiiyyuu sodaachuu qabudha. kanaafuu kayyoo dhalatteef jiraadhuu!
@labatamagazine
Namoota barruu labata irratti hirmaachuu barbaaddan hundaaf, balballi keenya banaadha.+251902165878 ykn @eloha1 irratti nu argachuu dandeessu.