Barruu Labata maxxansa 6ffaa.
Sadaasa 15, 2020
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
+251917071380
Telegram :-
@Eliyas_Asefa
@Milkessa_Asfaw
Email: barru.labata@gmail.com
@labatamagazine
Sadaasa 15, 2020
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
+251917071380
Telegram :-
@Eliyas_Asefa
@Milkessa_Asfaw
Email: barru.labata@gmail.com
@labatamagazine
Labatni dhalootaf.
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
@labatamagazine
@labatamagazine
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
@labatamagazine
@labatamagazine
DHAAMSA!!
Akkam jirtu maatiiwwan Labata? Barrun labata barruu dijitaalawaa Afaan Oromoo kan dhalootni dhaloota barsiisu, irraa baratu, kan ittiin wal ijaaru, ittin wal utubu, kan ittiin wal bohaarsu, ittiin wal bashanansiisu ta'uu isaaf dhugaa baatota baayyee horateerra. Egaa ati kan amma barruu kana dubbisaa jirtu dhalootaf waan kudhaamtu qabda? Labatni immoo galaa ati dhalootaaf galaastu haala miidhagaa ta'een sirraa fuudhee dhalootaaf deebisee galaasa.
Barruuleen kun dhaloota qubeedhaaf carra kan bane yommuu ta'u namootni ergaa keessan dhalootaan ga'uu barbaaddan nu qunnama.

DU'A LAKKUU BARAARAMI!
Isaayyaas Ittafaa
@labatamagazine
Duraan dursee haala darbe hundumaa, rakkina, qananii, gammachuu, gadda, quufa, beela, fayyaa, fayyaa dhabuu... dandeessee dhandhamtee dandamattee qooddattee dabarsitee har'a ga'uu keef kaffaltii malee isa si eegee fi si oofkalche uumaa keef akka amantii keetti galateeffadhu. Amma saatii kana jirta jiraachuu keef baga gammadde. Utuu yoona duutee jirta ta'ee maaltu beeka wantoota hedduu karaa kee gara dachee kanaatti dhufan utuu gara dachee kanaatti hin fidin waan duuteef boolla du'aa keessa ciiftee imimmaan gaabbii lolaasaa jirta ta'a. Garuu amma lubbuun jirta. Bakkuma jirtu taa'ii yookiin dhaabbadhuu yoo deemaa jiraattes mee maal qabattee gara dachettii hadhooftuu kanaa dhufte? sababa maaliif uumamate? Teessee secoondii daqiiqaatti, daqiiqaa saatiitti, saatii guyyaatti, guyyaa torbanitti, torban ji'atti, ji'a waaggaatti daddabarsitee akkuma waggaan kee torbaatama yookaan saddeettama guuteem du'uudhaa? geggeessituu warra hojjetanii duroomanii, kalaqanii aja'ibsiifatamanii, barsiisanii beekamanii, dinqisiiffataa/ttuu warra seenaa hojjetanii taatee lafa kanarraa darbuufii? moo nama kaayyoo taatee galma kee geessee, dhalootaaf bu'aa buuftee labata si boodaaf dhagaa bu'uuraa keessee, guca seenaa hin dhaamne qabsiiftee, nama seenaa jedhamtee seenaa kalaqxee darbuufi? seenaan hin moofa'u. Seenaan hin dagatu. Gadhees gaaris, qajeelaas dabaas, booruus calalas, ol kaa'ee diinqa yaadannoo isaatti kuufata. Seenaan sammuu qaba jedhe Eebbisaan Kitaaba isaa Kallattii jedhu keessatti. Eeyyee sammuu qaba. Namatu seenaa dagata malee seenaan nama hin dagatu. Abbaa koo, Haadha koo, obboleessa koo obboleettii koo, hiriyaa koo, ati amma saatii kana lubbuudhaan jirta. Nan beeka. Yeroo kanaa kaatee seenaa dalaguu nii dandeessa. Garuu sammuu kee akka dandeessu amansiisi. Mo'amuu fi miira kufaatii ofirraa fageessi. Yeroo keetti fayyadamai. Guyyaa tokko nii duuta duutees nii dhabamta. Waa'een kee ni hafa nii dagatamas. Galmee warra jiraatanirraas ni haqamta. Garuu seenaa yoo hojjette maqaafi hojiin kee dagatamu galmee sammuu namootaarras hin haqamu. Baraan yaadatamaa jiraatta. Faanni kee cirricha seenaa irratti hafee karaa ati baate mul'ataa jiraatta. Ammaa ka'ii seena dalagi. Guyyaa tokko addunyaan ati boo'ichaan gadi itti baate boo'ichaan si geggeessiti. Hammasitti garuu yeroo qabdutti gargaarami. Guyyaa awwaalcha kee abuuluun bara hammana dhalatee bara akkasii du'e jedhamee seenaan kee akka hin awwaalamne. Kalaqi kee fi seenaan ati hojjettes siif haa dubbifamu siif haa galmaa'u. Ati seenaa hojjedhu seenaan ofiin si galmeessaa. Duutee duutee hin badin. Akkuma fooniif lubbuun kee dhabamu seenaan kees dhabamee du'a lakkuu akka hin duune. Har'a gaariii hojjedhu dhalootaaf riqicha buusii seenaa katabi. Utuu yeroo qabduu du'a lakkuu baraarami!

KABALLAA
Guutuu Amsaaluu
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine
Guutuu Amsaaluu
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine
KABALLAA
Guutuu Amsaaluu
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine
Guutuu Amsaaluu
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine
MISOOMA SAMMUU
Fiqaaduu Tammiruu
@labatamagazine
Baay'een keenya biyyi keenya hin guddannee, misoomuu dadhabdee namni biyya kanaas homaa hin qaroomnee, humni barate muraasa, inni barates hubannaa hin qabu jennee komanna ta'a. Guddinni biyya tokkoo guddina tokkon tokkon lammii isheetu walitti qabamee guddina biyyaa jedhamee waamama. Guddinni tokkoon tokkon keenyaa immoo sammuu bilchaata hubannaan guutame waa xinxaaluu fi kalaquu danda'un madaalama. Gamoo fi ijaarsi garaagaraa, wantoonni gurguddaan addunyaa dinqisiisan sammuudhuma kanaan hojjetamu. Kanaaf qabeenyaan guddachuu dura sammuudhaan guddachuutu dursa jechuudha, sammuun immoo misoomuuf akkuma nama biqiltuu dhaabee lalisee firii gaarii akka buusuuf kunuunsa fi wantoota guddina isaaf barbaachisan gochuun misoomsinu sammuuniis akkasuma wantoota guddina isaaf barbachisan hin argatu taanan gammoojjii ta'uun isaa hin hafu. Rakkoon guddinaan duubatti hafuu biyya keenyaa fi biyyoota biroos isa kana, silaa akka qabeenyaatii nutu hunduma dursa badhaadha. Erga rakkoon guddina dhabuu nu biraa ta'ee furmaanni isaas numa bira jechuudha. Akkamitti? Dachee hundi keenya dhuunfadhaan of biraa qabnu (sammuu) kununsinee waan barbaachisu dhiyeessineefi misoomsuudhaan walitti immoo fidannee kan biyyaa goona. Sadarkaa sana gahuuf ammoo hardha waan dandeenyu shakaluu, dogoggorree dogoggora keenya sirreessuu, sodaa irraa bilisa ta'uun waan guddaa hawwinu xiqqa qabnu irraa jalqabuun sochii sammuu taasisuun dirqama jechuudha. Bu'uurri waan haaraa hundumaa sammuu sammuu beekuuf qophaa'e beekee immoo hubate ta'uu isaati.
@labatamagazine
@labatamagazine
Labatni dhalootaaf 🙏.

❤1
Eenyutu dhufee iddoo kuftee sikaasaa?
Galata Tsaggaa
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine
Galata Tsaggaa
Maxxansa 6ffaa
Yaada qabdan
Mob: +251902165878
Telegram :- @labata_elo
Email: labatamagazine@gmail.com
https://t.me/labatamagazine