❤10
#KOLFAAF😅
Abbaa manaaf haadha manaatu walii galuu dadhabanii wal hiikuuf mana murtii dhaqan.
Abbaa murtiis erga qabeenya isaani addaan akka qooddatan murteesse.
Isaanis hiratan. Abbaan murtiis "wanta hunda hirattaniittu?. Garuu ijoolleen keessan👨👧👦3 dha akkamitti hirattu?" jedheen.
Abbaa manaaf haati manaa erga yeroo dheeraa waliin marataniin booda "Kabajamoo mana murtii kan irratti walii galle mucaa biraa daballee ykn godhannee bara dhufu asitti hirachuuf walii galleerra. Beellama nuuf qabaa?" Jedhaniin. Abbaan murtiis akka bara dhufutti deebi'an murteesse. Kanattis walii galan.
*
*
*
Ji'a(baatii) 9 booda haati manaa isaa 👨👧lakkuu deesse.😊
Jarri kun yoom wal hiiku laata?🤔
Oromoo follow godhaa.😋🫡
😩
@baacoowwan

😁15❤3
#Kolfaaf 🤣
Barsiisaan barattoota isaa barsiisaa utuu jiruu . "Barsiisaan madda ifaati. Barattoonni ammoo ampuuliidha. Barsiisota isaanii irraa ifa fudhatanii calaqqisu" jedhe itti hime.
Borumtaa isaa barsiisichi kutaa seenee barsiisuu itti fufe. Barattoonni otuma barachaa jiranii barataan tokko mugee hirkatee rafe. Barataan isa bira taa'u harka kaasee yoo maal jedhe wayya?
"Barsiisaa! Ampooliin tokko asii gubatteetti!" jedhee jedhan😀
follow godhaa

😁22❤5
Forwarded from DHUGAA MACAAFAA ✝
Gaaffii Walii galaa
✍️Biyyi alaabaa isheerraa Macaafa Qulqulluu qabdu eenyu?

Anonymous Quiz
57%
Isiraa'el
4%
Ingilaand
13%
R.Dominikaa
7%
Saa'oo toomee
8%
Denmaark
4%
Awustiraaliyaa
6%
Keepp_Verdee
❤7😁1
Oduu Rifaasisaa
🗣Guyyaa harraa konkolaataan uummataa tokko utuu uummata fe'ee Baakko irraa gara Amboo otoo imalaa jiruu Geedoo otoo hin ga'iin naannoo magaala Ijaajjiitti namni tokko-yyuu utuu hin hafiin hunduu irraa bu'anii
.
.
.
"Laaqana" nyaatani. 😁🤣
prankiidha inni ati yaadde hin ta'u🙅

😁14❤5
"Laaqana waliin nyaanna malee" jettee bilbilaan taa'uuf ka'uu na dhorkite. Dhiyooma kana taaksii keessatti wal barree bilbila wal jijjiirre. Ergasii yeroo 1 makkiyaatoo waliin dhugneerra. Gaaficha sana kiilookoo dhibba godheen itti haasa'e, galiinkoo ji'atti kuma dhibba lama (200k) olidhan jedheen. Biyya kana hinaaftuutu baayata waan ta'eef of beeksisuu hin fedhu, kanaafin konkolaataa bituu dhiiseen taaksiidhaan deema, mana bituu dhiiseen kireeffadhee jiraadha malee ani nama ofirraa hafee nama meeqaaf gahudhan jedheen hintalatti abidda jaalalaa qabsiiseen gale. Ergasii ganamaaf galgala waliif bilbilla.
Har'a ganamumaan naaf bilbiltee "Laaqana waliin nyaanna" naan jette. Anis tole jedheen dhaqe. Hoteela jira jedhamu cina dhaabattee na eegde, achi gaheen nagaa gaafadheen koottu hin deemnan jedheen, "As nyaatnisaanii bareedaadha" naan jette.
Ol seenne.
Nyaatan nyaadhee miti maqaa isaayyuu dhaga'ee hin beekne ajajje. Kuduraa fi mudura nyaatichi dhabe hin jiru. Foonis cina jira. Ni nyaanne. Waan dhugamus waanuma qaalii ajajje. Dhugne isas.
Amma dubbiin cimaan dhufe. Borsaakoo keesaa qarshii 700 qofatu jira. Gatiin nyaataa qarshii kuma sadiif dhibba saddetidha.
Malan maladhe, keessummeessituu waameen, manni fincaanii eessa? jedheen. natti agarsiifte. Dhaqeen ija namaa ilaalladheen gad baheen gaangee takaallaa kutten ta'e. Nan gulufe ta'ee nan barrise ta'ee hin beeku manumattin of arge. Hintalli achi teessee na eegdi.
Na biraa mala dhabdaaree? ammas malan uummadhe. Akkuman mana gaheen hintalaaf bilbileen rakkoo wayiitu na mudannaanin naasuudhaan si dhiisee deeme dhiifama naaf godhi, jechuun murteesse. Mobaayiliikoo borsaa keessaa fuudhuuf gaafan jedhu hin jiru. Hoteelichan keessa ture Minjaala (Table) irrattin dhiisee ba'e.
Aariin quba of nyaachaan gara hoteelichaatti fiigaa qajeele. Yoon achi gahu hintalli hin jirtu. Na eegdee dadhabdee Mobaayiliikoo qabsiiftee baatee deemteetti.
Qarshii kanaaf jechan mobaayiliikoo dhabaaree? Humnakoottin murteesse. Birrii 3800 eessaa fideen kanfalaree? Waliigaltee torban tokkoo ganama saa'atii 12 hanga galgala saa'atii 2tti Qodaa miicuu fi qoraan falaxuuf mallatteesseen gale. 😀
Kunoo ganama dafee ka'uuf alarm saa'atii 11:30 irra kaadheen rafuuf jedha. 😀
Wanti godhamu hin jiru Torban hojii gaarii naaf haa ta'u...! 😄
Aga Gemechu

❤23😁9👍1
Shamarran Of-qabaa pls😁
👉Yoosef inni durii Abjuu Mootii hiika, Yoosef inni ammaa qabduu harma chiikolii hiika🤣
👉Daawwit inni durii lagaa horii tiksa, Daawwit inni ammaa sukkumee harma chiikolii jigsa😁
👉Dhiirri durii shamarranitti kootii isaa baasee baqata, dhiirri ammaa garuu surree baafatee itti fiiga😁
👉Dhiirri durii jaarsa ergee fuudhaaf naqata, dhiirri ammaa sossobee caakkaa (Peenisiyoonii) dhaqata😁
👉Dhiirri durii kaayyoof okkola, dhiirri ammaa daabboof okkola😁
👉Dhiirri durii lola dirree irraa beeka, dhiirri ammaa lola siree irraa beeka😁
Kanan dubbiserraa

😁22❤8
✍Harreen Diizil jedhamu bara 2019 gaarreen Kaaba Kaalifoorniyaa maatii isaa waliin ol bahee achi keessatti kan bade yoo ta'u, waggaa shan booda bara 2024tti garuu bakka bade irraa kiiloo meetira hedduu fagaatee maatii haaraa waliin jiraachaa argame.
@baacoowwan
@baacoowwan
😁7❤6
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOO✍ (Ame¥ Ⓜ️®)
#makmaaksa_Oromoo
"Aduurreen boriif yaaddu hantuuta rimaa hin nyaattu"🤔🙄 jette haati Raffisaa.
@makmaaksa

👍15❤2
WANTOOTA DINQISIISOO ADDUNYAA KEENYARRAA!.
KANA BEEKTUU LAATA?
* Simbirroon Kan hin fincoofne tahuu.
* Goondaan/Mixiiin tasumaa kan hin rafne; sombaas kan hin qabnee fi hojjetaan/ttuun waggaa 7; Giiftiin Goondaa waggaa 15 kan jiraatu/ttu tahuu.
* Qurxummii Shaarkiin tasumaa akka hin dhukkubsanne.
* Fardi dhaabbatee malee ciisee akka hin rafne.
* Kanniisni garaa lama qabaachuu ; kan dammaa fi kan nyaataa.
* Qurxummii Shaarkii adiin inni guddaan osoo hin nyaatin ji'a sadiif turuu.
* Goondaan ykn Mixiiin addunyaa kanarraa hundi nama addunyaa kanaa hundaaf utuu hiramee goondaa miliyoona 1 nama tokkon ga'u.
* Barariin mataan ishee irraa cite lubbuun torban tokkoof keessaa bahuu dhabuu.
* Harreen altokkotti miilla ishee arfan arguu akka dandeessu.
* Qurxummii Doolfiiniin bishaan keessatti fageenya KM 24 irratti sagalee dhagahuu.
* Bookeen busaa ilkaan 47 qabaachuu.
* Sararri harree diidoo kamuu Kan wal hin fakkaanne tahuu.
* Billaachi miilla duubaan dhandhama dhandhamuu.
* Qaamni saalaa sarariitii dhiiraa miila isaa irratti argamuu.
* Kannisni ija 5 qabaachuu.
* Booyyeen ol jettee waa arguu akka hin dandeenye.
* Hantuutni yoo beelofte eegee ishee akka nyaattu.
* Haadha manaa isaaf bineensi amanamaan jeedala qofa tahuu.
* Weenniin cuquliisaa addunyaa kanarraa guddinaan hunda caaluu.
* Hoosiftoota keessaa kan balali'u simbira halkanii qofa yoo ta'u miilli ishee qaqalloo waan ta'eefis deemuu Kan hin dandeenye tahuu.
* Simbiroonni halkanii yeroo hunda holqa keessaa yoo bahan gara bitaatti balali'uu.
* Bofti dunuunfatuus qola ijaan Kan argu ta'uu.
* Bookeen busaa inni dhiiraa Kan hin ciniinne ta'uu.
#kanan_dubbiseerraa

❤21👍8
Itoophiyaan maallaqa bushaa’aa qabaachuun akka addunyaatti biyyoota 25 qofa akka caaltu himame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2025 : Bara 2025 keessa maallaqni Itoophiyaa,Birriin, gatiin isaa yoo madaalamu akka addunyaatti biyyoota 25 qofa caalun maallaqa bushaa'aa ta'uun sadarkaa 26ffaa irra jiraachuu isaa Dhaabbanni Dinagdee XS.com Onkololeessa 07 bara 2025 beeksise.
XS.com madaallii gatii kana kan gaggeesse maallaqni biyyootaa Doolaraa Ameerikaatti yoo jijjiirame hagam akka ta'u shallaguun yoo ta'u Itoophiyaa Paakistaan (24) fi Yemenitti (25) aansuun sadarkaa 26 irraa teessise.
Gitintirri dinagdee biyyichaa qaala’iinsa jireenyaa, alergiirraa kan galchitu caaluu, jeequmsa siyaasaa dabalatee, maallaqni kun akka gadi bu’u gumaacheera jedhe gabaasichi.
Gabaa ittiin jijjiiramuu gargar ta’uu malus, gabaasichi guyyaa maxxanfametti Doolaarri Ameerikaa tokko Birrii 144.50 akka ta’etti shallagee sadarkaa baase.
Akka addunyaatti maallaqa bushaa’aa ta’uun sadarkaa jalqabaarra kan jiru Paawondii Libaanoos yoo ta’u, gabaasichi Doolaarri Ameerikaa tokko Paawundii Libaanoos (LBP) 89,203.71 ta’uu ifoomse.
Faallaa kanaan, maallaqni akka addunyaatti cimaa ta’e Diinaara Kuweet yoo ta’u, Doolaara Ameerikaa dabalatee maallaqa biyyoota addunyaa maraa ol ta’uun, gaafa XS.com ba’etti, Diinaarri Kuweet tokko Doolaara Ameerikaa 3.27 akka ta’e gabaasichi hubachiise.

❤5
«Waggoota itti aananitti ramaddiin Barattootaa ni dhaabbata!» - Piroofeesar Biraanuu Naggaa
Ministeerri Barnootaa waggoota itti aananitti ramaddii barattootaa akka dhaabu ibseera.
Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaan kallattii cimaa gara fuulduraa barnootaa ka'aaniiru
Akka isaan ibsanitti, Ministeerri Barnootaa waggoota itti aananitti ramaddii barattootaa akka dhaabuufii barattoonni qabxii darbiinsaa fidan Yuunivarsiitiiwwan fi department isaan barbaadanitti akka iyyata dhiyeeffatan ni taasifama.
«Barnoonni Yuunivarsiitii akka kana duraa ramaddii Ministeera Barnootaatiin osoo hin taane filannoo barattootaan ta'a!» jedhaniiru.
«Barattoonni Yuunivarsiitii itti baratan yeroo filatanis sababa irratti kan hunda'aan, Yuunivarsiitiin kam department gaarii, beekumsaa fi carraa hojii naaf argamsiisuu danda'a jechuun ilaaluu qabu!» jechuun ibsaniiru.

👍7❤6
😁21👎4❤2
Dargaggootaafii Shamarran wantoota hirriiba isaan dhoowwu keessaa tokko jaalallee isaanii wajjiin wal arguuf beellama qabachuudha.
Qorannoon garagaraa akka jedhutti namoonni baay'een guyyaa itti aanu hiriyaa isaanii waliin beellama qaban galgala san waa'ee beellamichaa yaadaa buluudhaan rakkoon hirriba dhabuu isaan mudata jedha. Beellama boruutif, har'a hirriba dhabuun sirrii miti!! Hunduu yeroo isaatti yoo ta'e gaaridha waan ta'eef har'a rafanii waa'ee beellamichaa boruma itti yaaduu wayya!!
Dr Haamzaa

❤2
❤8
Onnee too sii banee
Koottuu seeni tiruu
Mootiin onnee tiyyaa
Si malee hin jiruu
Ati naaf waa hundaa
Namaan sin jijjiiruu
Siiniin booji'amee
Sirraa garaan hiruu
Osoon si agarre
Guyyoonni yo dabru
Osoon sin yaadanne
Sakandiinuu hin dabru
Waliin haa jiraannuu
Hanga lubbuun jirru
@baacoowwan
Koottuu seeni tiruu
Mootiin onnee tiyyaa
Si malee hin jiruu
Ati naaf waa hundaa
Namaan sin jijjiiruu
Siiniin booji'amee
Sirraa garaan hiruu
Osoon si agarre
Guyyoonni yo dabru
Osoon sin yaadanne
Sakandiinuu hin dabru
Waliin haa jiraannuu
Hanga lubbuun jirru
@baacoowwan
❤18🥰3
Dubartii ogeettiin Abbaa manaashee hiyyeessa mootii fakkaatee akaa jiraatu taasisti.🥰
#ihi'i
@baacoowwan
#ihi'i
@baacoowwan
👍10❤4