Gaaffii walii galaa
โ๏ธArdiin Afrikaa biyyoota meeqa qaba?
โ๏ธArdiin Afrikaa biyyoota meeqa qaba?
Anonymous Poll
62%
57
32%
54
1%
50
5%
55
โค7๐1
#BAACOO GABAABDUU KANA ITTIIN BOHAARAA ๐
Gurbaa dhiiraa tokkotu mucayyoo tokko jaallatee mana isaanii yeroo dhaqu isheen abbaa waliin mana isaanii bira jirti. yeroo kana akkas waliin jedhan.
INTALA : obboleesso maal barbaacha dhufte?
GURBAA: kitaaba shall we meet jedhu barbaachan dhufe, ni qabdaa?
INTALA: dhiifama isa hin qabu garuu kitaaba "wait me at the door i will
come" jedhu qaba.
GURBAA: garuu isa anillee nan qaba, kitaaba "ok do it faster please" jedhamu hoo qabdaa?
INTALA: eeyyee isaafii kitaaba "ok my sweet" jedhus nan qaba jetteen.
ABBAA; intala tiyya kitaaba kana hunda dubbista taanaan baayyee
cimtuudha, barana1ffaa ba'uu hin ooltu... Garuu kitaaba tokko
irraanffatte malee.
INTALA: kitaaba kam abbaa koo?
ABBAA: kitaaba isa "I am not stupid I can understand everything" kan
jedhu dagatte hin jedhuun seetani.๐๐
Waan Dubbistaniif Galatooma like,share gochuu hin dagatinaa .
@baacoowwan

โค19๐15
Gaaffii walii galaa
โ๏ธMagaala guddoon biyya Indooneeshiyaa eenyudha?

Anonymous Quiz
13%
Baili
23%
Tehuraan
25%
Niwu Diilhii
39%
Jaakaartaa
โค7
Gaaffii walii galaa
Biyyoota armaan gadii keessaa lagni Abbayyaa ykn Nile river kan keessa hin dabarre ykn hin tuqne kami?
Biyyoota armaan gadii keessaa lagni Abbayyaa ykn Nile river kan keessa hin dabarre ykn hin tuqne kami?
Anonymous Quiz
5%
Itoophiyaa
4%
Misir
35%
Ugaandaa
9%
Sudaan kibbaa
47%
Keeniyaa
๐14๐2
#๐
Tokkotu guyyaa tokko mana sagadaa dhaqe. Kopheesaa baafatee ol seenee sagadee yoo as deebi'u kopheensaa hin jiru. Ni barbaade, hin arganne. Sana booda, dhaadachuu jalqabe. "Kophee koo namni fuutan naaf hin fiddan taanaan akka abbaan koo godhen godha" jedhe. Uummannis " Abbaansaa maal godhe laata? Namichi kunoo maal nu gochuufii?" jedhanii yaadaan bishaan haka'ani.
Ammas, Waajjira Poolisiitti bilbilee "Kopheenkoo mana sagadaa akkasiitti badeera. Naaf hin deebisan taanaan waan abbaankoo godhe gochuuf qophii xumureera, naaf hubadhaa" jedhee bilbilasaa cufate.
Biyyi ittuu jeeqame. Poolisoonnis dafanii qaqqabanii kophees, furmaatas barbaaduu eegalan. Hunduu gara itti goru wallaalee osoo tabjaajja'uu kopheen namichaa suuqa wayii iddoo ijoolleen itti darbatte keessaa argame. Warri yaaddoon dhiphachaa turanis hafuura dheeraa tokko baafatanii ija keessa wal ilaaluu jalqaban. Boodarra Poolisiin 1 abbaa kopheetiif gaaffii afaanii godhe.
Poolisii: "Kopheenkee argamuu isaatti baga gammadde".
Namicha: "Walumaan".
Poolisii: "Mee osoo kopheenkee argamuu baatee maal gootayyu? abbaankee hoo maal godhe?".
Namicha: "Abbaankoo miillasaa qullaa deema ture. Anis osoo Kopheenkoo argamuu baatee akkuma abbaa koon godhagaa... "jedhe, jedhan!๐๐
Repost๐
Please waa'ee gandummaa dhiisaa follow godhaa.

๐17โค5๐4
Gaaffii walii galaa
โ๏ธAddunyaa kanarraa biyyi baay'ina uummataa xiqqaa fi bal'ina lafaatiin xiqqaa taate eenyu?
โ๏ธAddunyaa kanarraa biyyi baay'ina uummataa xiqqaa fi bal'ina lafaatiin xiqqaa taate eenyu?
Anonymous Quiz
29%
Jibuutii
10%
Saa'oo toomee
43%
Vaatikaan
18%
Maagaaskaar
๐10๐4โค3๐2
Kolfaaf๐
Jaarsa tokkotu ijoollee dhiiraa, duuriyyee sadii qaba ture...
Guyyaa tokko; "Ijoolleeko ergan du'ee booda mana kana diigaa, manicha jala siniif jedhee Saanduqa sibiilaan qabeenyan siniif kaa'eeru waan jiruuf baasaa itti fayyadamaa. Bara jireenya keessaniif ta'a" jedhe.
Ijoolleensaas yerooma sana kadhata jalqabani.... "Yaa Uumaa keenya! Abbaan keenya akkuma ati argitu dulloomee jira waan ta'eef garakeetti fudhadhu" jedhanii uumaasaanii kadhachuu itti fufani. Abbaan isaanis waggaa lama booda boqotani.
Erga awwaalanii booda; manicha diiganii Saanduqa jaarsi awwaaleeru baasani. Yeroo saanduqa banan waraqaa xiqqoo tokko argani. Isa irratti barreeffame jiru yoo dubbisan akkas jedha; "Yoo dhiira taatan mana diigdan kana deebisaa ijaaraa" Jedhe jedhan๐ค ๐คฃ๐๐

๐17โค11๐2๐ฅฐ2
Gaaffii walii galaa
โ๏ธGaarri ykn tulluu guddaan Afrikaa kamidha?
โ๏ธGaarri ykn tulluu guddaan Afrikaa kamidha?
Anonymous Quiz
3%
Tulluu Diimtuu
11%
Raas Dashin
77%
Kilimaanjaaroo
10%
Everest
๐4๐ฅ1
Gaaffii walii galaa
Ardiilee jiran keessaa baay'ina uummataa hedduu kan qabu kami?
Ardiilee jiran keessaa baay'ina uummataa hedduu kan qabu kami?
Anonymous Quiz
24%
Afrikaa
69%
Eeshiyaa
5%
Amerikaa kibbaa
2%
Amerikaa Kaabaa
0%
Antaarkitiikaa
โค7๐1๐ฅฐ1
Gaaffilee walii galaa kana itti fufna moo dhiisna? vote godhaa
Anonymous Poll
90%
Itti fufaa
6%
Dhiisaa
4%
Gadi dhiistanis dhiistanis nan ilaallatu
โค5๐ฅฐ3๐1
โค1
Taatee garaa nama nyaatu!!! Nama gargaaruu osoo barbaaddu, gargaaruun humnaa ol gaafa sitti ta'u!!! Baay'ee nama gaddisiisa, nama dhukkubsas, kan garaa nama nyaatudhas. Taateen kun kan mudate Godina Goofaa keessatti yommuu ta'u Konkolaachisaa Ambulaansii Deessuu ganda irraa fuuchuun osoo hospitaalatti deemaa jiru sababa hanqina daandiitiif dhoqqee cimaa keessatti qabamee osoo jiruu konkolaachisaan ambulansii kun konkolaataa isaa dhoqqee keessaa baasuuf yaalii hedduu taasisus milkaa'uu hin dandeenye. Achuma dhaabbachuun imimmaan isaa yeroo cabsu suuraa ni mul'isa. Imimmaan isaa garuu ๐๐ฆ๐๐๐ฆu ๐๐ฆ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ฆ๐ฆ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐e๐๐ช๐!!! Nama gargaaruu barbaaddee humna keetii ol gaafa ta'u baay'ee nama dhukkubsa!!!
@baacoowwan
@baacoowwan
๐ข15โค10
Gaaffii walii galaa
Pilaanetiin guddaan isa kami?
Pilaanetiin guddaan isa kami?
Anonymous Quiz
3%
Saaternii
10%
Piluutoo
69%
Juppiterii
6%
Maarsii
11%
Lafa
๐6โค3๐ฅ1
Jara Arfan kana keessaa kamtu Gowwaadha?
โ .message dubbisuuf jedhee Kan sagalee TV Hiri'isu๐คฃ
him himhim him him himhim
โ Taaksii๐ seenuuf jedhee Kan kophee๐ ofirraa baasu ๐ kkkkkkk
โ Bankii deemee Account banachuuf kan bantuu(furtuu) fudhatee deemu๐ qisqis qisqis
โ Suura gurdii ka'uuf jedhee kan kophee filatee deemu ๐ hhhhhhhh
๐๐๐
Mugaabee Oromootu barreesse ๐

๐20โค10๐5
โ๏ธmakmaaksa kana guutaa
"Daakkataniif hin marqatan, ____ hin argatan."
"Daakkataniif hin marqatan, ____ hin argatan."
Anonymous Quiz
32%
Barbaadaniif
58%
Dharra'aniif
5%
Eeganiif
5%
Shubbisaniif
๐7โค2๐ฅฐ2๐1
Gaaffii walii galaa
โ๏ธTaphataan lammii Afrikaa yeroo jalqabaaf Badhaasa Baalondorii injifate eenyu jedhama?
โ๏ธTaphataan lammii Afrikaa yeroo jalqabaaf Badhaasa Baalondorii injifate eenyu jedhama?
Anonymous Quiz
29%
Saamu'eel Ittoo
23%
Diroogbaa
29%
Joorj Wihaa
4%
Babayyaaroo
14%
Roobert Sankaaraa
โค6๐3๐2
Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16:
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Gorsaa_Ganamaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. "
โ (Thomas Takias)
2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu kaโi!"
โ (Jecha warra Ingilizii)
3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama."
โ (Wiiliyaam Sheekispir)
4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa harโaa balleessuudha."
โ (Maaksim Troobey)
5. "Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu."
โ (William Shekispir)
6. "Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru."
โ (Jecha warra Morookoo)
7. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha."
โ (Jecha warra Arabaa)
8. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha."
โ (Jecha warra Chaayinaa)
9. "Daandii bakka yaadde si geessitu utuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin!"
โ (Jecha warra Ingilizii)
10. "Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu dandaโu qofaa hawwu immoo nama ogeessadha."
โ (Jecha warra Aayilaandii)
11. "Namni dogoggora isaa mulโisee himatu akka nama kosii manaa haruuti."
โ (Maataammaa Gaandii)
12. "Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun hojii guddaadha."
โ (Abrahan Liinkan)
13. "Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu."
โ (Abraham Liinkan)
14. "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna."
โ (Rey Liiman Wiilber)
15. "Gammachuu fi shittoon walfakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu."
โ (Maaliif Waaltoo Imarsan)
16. "Maallaqni:
โ Nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu!
โ Qoricha malee fayyaa hin bitu!
โ Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu!
โ Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu."
โ (Heenriik Ibsan)

โค17๐4
Gaaffii walii galaa
โ๏ธPirezedaantiin Amerikaa jalqabaa eenyu jedhama?
โ๏ธPirezedaantiin Amerikaa jalqabaa eenyu jedhama?
Anonymous Quiz
11%
Baaraak Obaamaa
40%
Joorj Waashingiten
23%
Abrahaam Liinkon
14%
Toomaas Jefersen
4%
Joon Adams
7%
Andriwu Jaaksen
๐2
โค9๐5๐ฅฐ3
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOOโ (Ameยฅ โ๏ธยฎ)
Makmaaksa kana guutaa
โ๏ธ Leenca humnaan roorrisu, qamaleen _____ ajjeefte.
โ๏ธ Leenca humnaan roorrisu, qamaleen _____ ajjeefte.
Anonymous Quiz
4%
Humnaan
91%
Malaan
3%
Suutaan
2%
Gudeeddee
๐6โค4๐ฅฐ3