kamisa heerumanii
jimaata galuun kolfaa
Argaa nama balleessa
Akka dhukkuba golfaa!
Bultiin hin jijjiiramu
Akka dhallaa loonii
Bulee hin alaa'u
Akka nyaata foonif
Ilma Abbaa qabeenyaa
yoo ta,es ilma mootii
utuu kol-kol-- jechaa
Hin ba'in mana kootii
Gorsa koo dhageefadhu
Tarii bor SI fayyadaa
Qaroominaan nyaatamtee
Hin gatiin safuuf adaa!
Jaalallii duruma dur Jira
wanti haaraan hin baane
Anis jaalladheen darbe
Garuu Akka kee hin taane
Dhiira kudhan jijjiiree
kukkutee hin ganne safuu
'Facebook' fayyadamee
sa'aatti 9n hin rafu
Atis mee Yaa dhala koo
wanti Ani siin jedhuu
Cabdee karaatti hafuu kee
Dhugaa rabbiiti hin fedhu!
fuula dhiiraa ilalatee
of hin guggubin tiruu
Dhiira kudhan jaallatteef
Abbaan manaa kudhan hin jiruu!
Waan jechaa jirtu fakkaatti harmeen
✍Furnee
@baacoowwan
jimaata galuun kolfaa
Argaa nama balleessa
Akka dhukkuba golfaa!
Bultiin hin jijjiiramu
Akka dhallaa loonii
Bulee hin alaa'u
Akka nyaata foonif
Ilma Abbaa qabeenyaa
yoo ta,es ilma mootii
utuu kol-kol-- jechaa
Hin ba'in mana kootii
Gorsa koo dhageefadhu
Tarii bor SI fayyadaa
Qaroominaan nyaatamtee
Hin gatiin safuuf adaa!
Jaalallii duruma dur Jira
wanti haaraan hin baane
Anis jaalladheen darbe
Garuu Akka kee hin taane
Dhiira kudhan jijjiiree
kukkutee hin ganne safuu
'Facebook' fayyadamee
sa'aatti 9n hin rafu
Atis mee Yaa dhala koo
wanti Ani siin jedhuu
Cabdee karaatti hafuu kee
Dhugaa rabbiiti hin fedhu!
fuula dhiiraa ilalatee
of hin guggubin tiruu
Dhiira kudhan jaallatteef
Abbaan manaa kudhan hin jiruu!
Waan jechaa jirtu fakkaatti harmeen
✍Furnee
@baacoowwan
❤16👍5
Kana booda mana barnootaa keessatti
* Crazy Day
* Gentle Day
* Olds Day
* Valentine Day
* Color Day
* Pyjama Day
Kabajuun hin danda'amu
Namootni dhuunfaas ta'e dhaabbatni mana barnootaa keessatti jeequmsa uuman hanga birrii 150,000 gahu adabbiin akka isa eeggatu beeksisaniiru.
Via Capital

❤8😁3👏1💯1
#Mammaaksa_Oromoo
Kutaa 1ffaa
1,Waa sadi irraa waa sadi hin eegan
☞Hiyyeessa boonu irraa durummaa hin
eegan
☞Lola gowwaa irraa araara hin eegan
☞Dhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan.
2,Waa sadi waa sadiitu mi’eessa
☞Nama du’e awwaalatu mi’eessa
☞Intala dubraa heerumaatu mi’eessa
☞Keessummaa galaatu mi’eessa
3,Waa sadi dulluma quba hin qaban
☞Qeensa
☞Rifeensa ykn dabbasaa
☞Qalbii ykn lubbuu
4,Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti.
☞Durummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan
ofumaa dhufti
☞Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen
ykn duuti ofumaa dhufti
☞Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti
5,Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata
☞Yoo lafa qotu adurree fakkaata
☞Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata
☞Yoo iyyu maraattuu fakkaata
6,Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata
☞Yoo areeda laalan sheeka fakkaata
☞Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata
☞Yoo hobobsu maraattu fakkaata
7,Tiitisni waa sadi fakkaata
☞Bifaan kanniisa fakkaata
☞Waa balfuu dhabuun waraabessa fakkaata
☞Iddoo arge qubachuun kashlabbee fakkaata
#itti_fufa

❤18🏆4👍2
#makmaaksa_Oromoo
#kutaa_2ffaa
8,Namni waa sadi qabaatun tola
☞Sammuu qabaatun tola
☞Amala qabaatun tola
☞Amantii qabaatun tola
9,Waa sadi irraa waa sadi fokkisaadha.
☞Qurcii irraa qubeen fokkisaadha
☞Hiyyeessa irraa moorri fokkisaadha
☞Hayyuu ykn beekaa irraa kijibni
fokkisaadha
10,Jaarsi waa sadi jaalata
☞Abdii jaalata
☞Aduu jaalata
☞Oduu jaalata
11,Gowwaa waliin dhalchuun sadii gubatuudha
☞Isa namarraa eeyda
☞Nama isarraa eeyda
☞Ofii kee irraa of eeyda
12,Waa sadi facaasanii guurun nama rakkisa.
☞Xaafii,
@ kijiba fi yaada
13,Keessummaa Waa sadihiin simatu.
☞Erbee rifeensa hin qabne (fuula gaari)
☞Lafee foon hin qabne(ilkaanin) itti
kolfuun
☞Foon lafee hin qabne ykn arraba waan
gaarii dubbatuun.
14,Waa sadi irraa waa sadi eegan booda isumaan eegan.
☞Waraabessa harree irraa eegan booda isumaan eegan.
☞Dargaggeessa dubra irraa eegan booda isumaan eegan.
☞Ilmoo qabeenya irraa eegan booda isumaan eegan.
✓

❤16👍1🤔1
❓Kana beektu❓
Namoonni bara giddu galeessaa keessa jiraachaa turan du'a ofirraa ittisa jedhanii waan amananiif #uufuu qaruura keessatti uufanii urgeeffatu turan.: 💨
Garuu du'aniiru
@baacoowwan
Namoonni bara giddu galeessaa keessa jiraachaa turan du'a ofirraa ittisa jedhanii waan amananiif #uufuu qaruura keessatti uufanii urgeeffatu turan.: 💨
Garuu du'aniiru
@baacoowwan
😁11👏3❤1
Gaaffii walii galaa
✍️Addunyaa kanarraa biyyi namoota gaggabaaboo baay'inaan qabdu ____dha.
✍️Addunyaa kanarraa biyyi namoota gaggabaaboo baay'inaan qabdu ____dha.
Anonymous Quiz
24%
Chaayinaa
16%
Taayilaand
28%
Indooneezhiyaa
17%
Jaappaan
15%
Kooriyaa
❤9👏8😁2👍1
Wan nu taanemo🥺
Paasteri ejja irratti qabame taane
Cidha waxiin dinnicha qophaayef taane
Budaa Warabeessa Irratti Qabame taane😥
Udaan adalaa taane dhookanne hafnee 🤒
Udaan bisinga taane Wal qabachu dhadhabne 🥺
Kana duwwaas miti
Paasterii Seexanni keessaa iyyee taane 🤣
Haadha mana abban mana irra duye taane😛
Hattuu tv dhiistee rimooti hatte taane hundatu nutti kolfe
Post FB irraa na kofalchiisedha
✍Abdi brand

🥰10❤7😁7
Bakki kun ''Kazungula quadripoint'' kan jedhamu yoo ta'u, bakka daangaa biyyoonni Afrikaa afur Zaambiyaa, Naamibiyaa, Botswaanaa fi Zimbaabuwee itti wal daangessanidha.
@baacoowwan
@baacoowwan
❤9😁5
Guyyaa tokko manaa maatiima waliin Wal loleen na reebanii baay'een aare. #Irbaata utuu hin nyaatinan reebame. Achii booda xiqqoo turanii irbaata gadi baasan, Ani miira aariin waanan jiruuf Akkan irbaata sana hin nyaannen murteesse.
Achii booda harmeen Koo Akkan nyaadhuuf na sossobdus Nan dide. Dhumarra nyaatanii, Addurree tokkos qabna isheefimmoo aannan ishee qiraaciitti buusanii adurreenis aannan ishee dhugdee qajeelte. Isaanis hirribaaf gara diinqaa deeman. Anis gara kutaa ciisicha koon deeme. Utuun baay'ee beela'uu. Eerga Isaan rafaniimmoo baay'een gaabbe "Utuun nyaadheera ta'ee" jedhee. Egaa halkan keessaa sa'aatii 6tti ka'een akkan #dhoksee buddeen fudhee nyaadhu murteesseen ka'ee buddeen fudhee, gaafan waxiif Distii bira ga'u qadaadi #Distii lafa dhooftee gar malee iyyite.
#Ammagaa_kiwuu_jechuun.😀
Harmeen Koo abbaa Koo #hirribaa dammaqsitee "Addurreen kunimmoo qodaa yaabdee lafaan dhoofte, Baatirii itti bobeessaa/qabsiisaa ilaalaa Mee" jetteen. Abbaan koos Baatirii isaa gaafa boloq godhee bobeessu adurree miti kan qodaa kolaasaa jiru ana. 🤣
Innis harmee kootiin deebisee "Addurree #Isa_guddaatu qodaatti bubu'aa Jira" jedheen!😆
✍Mugaabee Ooroo

👍15❤12👎3🥰3
Forwarded from MAKMAAKSA OROMOO✍ (Ame¥ Ⓜ️®)
#makmaaksa_Oromoo
✍ "Namni dhukkubsataa manaa qabu du’a gahii namaa hin oolu!"
✍ "Haadhaa fi adurree hin dhaanan!"
@makmaaksa
✍ "Namni dhukkubsataa manaa qabu du’a gahii namaa hin oolu!"
✍ "Haadhaa fi adurree hin dhaanan!"
@makmaaksa
👍14❤3🥰1
Meeqan keessantu kana beeka? 𝐌𝐚𝐝𝐞 𝐢𝐧 𝐜𝐡𝐢𝐧𝐚 kan jedhu oomisha garaa garaa irratti 𝐒𝐭𝐢𝐜𝐤𝐞𝐫 argamu kan oomishamu 𝐂𝐡𝐢𝐧𝐚 keessatti otoo hin taane Kooriyaa Kibbaa keessattidha.
Kanaafi oomisha sanarra caalaa Sticker sun yeroo dheeraaf kan turu.
#ihi'i
@baacoowwan
Kanaafi oomisha sanarra caalaa Sticker sun yeroo dheeraaf kan turu.
#ihi'i
@baacoowwan
😁8❤3👏3
Meeqan keessantu kana beeka?
Qubee Ingiliffaa 𝟐𝟔 keessaa yeroo waamnu hidhii keenya kan tuqu qubeelee 4 qofadha.
Isaanis 𝐁, 𝐌, 𝐏, fi 𝐖 dha.
@baacoowwan
Qubee Ingiliffaa 𝟐𝟔 keessaa yeroo waamnu hidhii keenya kan tuqu qubeelee 4 qofadha.
Isaanis 𝐁, 𝐌, 𝐏, fi 𝐖 dha.
@baacoowwan
❤8😁6👏3
#kana_dhageessanii?
✍Goondaan 🐜 hanga ulfaatina isaa dachaa 50 kan madaalu baatee socho'uu danda'a🥵.
@baacoowwan
✍Goondaan 🐜 hanga ulfaatina isaa dachaa 50 kan madaalu baatee socho'uu danda'a🥵.
@baacoowwan
🥰5❤2
#Dubbisii ittiin bashannani 😁
=============/////=========
Taateen kun biyya Keenyaatti ta'e jedhama. Barattoonni university tokko sadii ta'anii qoormaataaf waan hin qo'anneef itti yaadanii hin qoramne. Isaanis itti yaadanii erga saatiin qormaataa darbee booda, dhoqee uffata fi qaama isaanii dibuun, gara barsiisichaa dhaqanii. " barsiisaa akkuma nu argitu cidha deemnee osoo deebi'aa jirruu, konkolaataan nu duraa cabeet qormaata dhaqqabuu hin dandeenye waan ta'eef guyyaa biraa akka qoraman eeyyamsiisan. Barsiisaanis waan hubateef akka qophaahaniif guyyaa 3 kennaniif. Isaanis guyyaa sadi booda sirriitti itti qophaahanii deeman.
Barsiisaanis qormaaticha irratti gaaffii 4 qofaa qopheessuun kutaa (class) sadi keessa teessisan.
Gaaffichis akkas jedha:-
1. Namni fuudhe sun maqaan eenyu ? (qabxii..25)
2.Cidhichi eessatti qophaahe ? (qabxii..25)
3.konkolaatichi eessatti cabe ? (qabxii..25)
4. konkolaataan isiniin cabe sun kan akkamiiti ? (qabxii...25))
"Haalli qorumsi kun itti ilaalamu deebiin sadan keessanii tokko ta'uu qaba" jedhaniiru.😃
Ijoolleen sadeen hanga ammaa kutuma(class) san keessaa barreessaa jiru!🤪

😁24❤9🔥2🥰1
Sa’atii 72 guutuu muka haammatte!
Shamarreen kun Truphena Muthoni jedhamti. Umurii 22. Lammii biyya Kenyati. Kana dura haala jijjiirama qilleensaarratti hubannaa uumuuf, akkasumas jaalala uumamaaf qabdu agarsiisuuf sa’atii 48 muka haammattee turte.
Gidduu kana immoo sa’atii 72 guutuu utuu hin nyaatiin - hin dhugiin muka haammatte. Kunis Guinness World Records galmaa’uuf jira.
Kutannoo guddaadha!
Fuula FB Lataa Qana'ii irraa

❤13🔥2
HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.
Photo
Beektuu laata
==========================
Kaanniisni kormaa (Drone) kan inni jiraatu waan tokkoof qofaafi. Hojii kana fiixaan baafnaanis lafa kana irra hin jiraatu. Kanniisonni kormaa hundi isaanii kaayyoon isaan jiraataniif guyyaa tokko mootittii kanniisa dhaltuu bira ga'anii du'uu qofaa dha. Guyyaa tokko erga kanniisa dhaltuu waliin wal qunnamtii saalaa godhanis deebi'anii jiraachuu hin dandaani. ariifatanii yeroo dhuma sana du'u.
Kan nama ajaa'ibu garuu akka du'an osoo beekanii ishee bira gahuuf isa isaan lola guddaa walitti kaasani dha kanniisonni kormaa kun.hedduun isaanii wal-dorgommii badhaasni isaa du'a ta'e kana irratti akka malee wal fixu. Isaan keessaa kan humna caalee giiftii durbummaa qabdu kana bira ga'e badhaasni isaa teessoo mootummaa ishii osoo hin taane, du'a dha.
Innis akkuma ishee bira ga'een achumaan qaamni isaa #Endophallus jedhamu ykn qaamni saalaa inni ittiin ishee bira ga'e citee keessatti hafuun, innis mudhiin isaa gara gadii cituudhaan du'ee obbaafata jechuudha. Asirratti kophaa osoo hin ta'iin isheen dhaltuus yeroo waan tokko hiddanis ilkeen isaanii waan sana irratti qabatee waan hafuuf isaan sana booda yeroo dheeraa hin jiraatan.
Kaannisni kormaa hunduu carraan isaa kanuma dha. Kanniisa dhaltuu bira ga'ee jennaan.Ergamni inni lafa kana irratti qabus kanaaf kana kophaa dha.
Kanaaaf ilmi namaas waan isa balleessu irratti Wal dorgomuu utuu dhiseen dhaamsa kooti
Dubbisaa waa irraa bartuu jedheeni !
Dr. Heeran tu katabe

❤37💔4🔥2😢2
I just Pre-Registered for Trump Billionaires Club, the New Trump Game! Join the waitlist with me!
https://preregister.trumpbillionairesclub.com?referral_code=8pwyW1t6o17
https://preregister.trumpbillionairesclub.com?referral_code=8pwyW1t6o17
✍Akka qorannoowwan hedduun mul'isanitti dhiirri tokko jaalala dhugaan yeroo qabamu akka daa'imaa ta'a/godhata. shamarreen tokko immoo dhugaadhaan jaalalaan yoo qabamte abbaa manaa isheetiif akka haadhaa taati /godhatti 😁
Share
@baacoowwan
Share
@baacoowwan
❤13🥰3😁3