Bishoftu Prosperity Party🌾
2.74K subscribers
11.9K photos
192 videos
4 files
531 links
Bilisummaan Uummata Keenyaaf
Download Telegram
‎🌾 KMDuukam #Aanaa_Xaddachaa
‎#Gargaartummaa Irraa Gara Oomishummaatti Birmadummaa Biyyaaf.
‎=======
‎ #Bishooftuu; Inisheetiiviiwwan misooma qonnaa hedduu hojiirra oolaa jiru keessaa misoomni qamadii isa tokkodha .Bu’aan isaas Wabii Miidhaan Nyaataan of danda'uu fi Qonnaan bultoonni Keenya Dinagdeen akka of danda’anii birmadummaa Biyya guutuu gochuu Keessatti gahee isaanii Akka bahatan gochuu Irratti argama.
‎
‎Haaluma Kanaan Magaalaa #Bishooftuu Kutaa Magaalaa Duukam Aanaa Xaddachaa Keessatti Qonna gannaan qamadii Kilaasteeraan Misoomaa jiru Kanuma Dhugoomsa.
‎
‎
👍4
🌾🌾Kutaa Magaalaa #Calalaqaa #Ilaalama_Mootummaa Ida’amuutiin miidhaan nyaataan of danda'uu irra darbee Dhimma Birmadummaa Biyyaa guutuu gochuuti!
‎
‎ Dhimmi dhimma Miidhaan nyaataan of danda'uu qofa miti; dhimma kadhaa jalaa ba'uun dhimma birmadummaa biyyaa guutuu gochuun dhaloota mataa ol qabachiisuuti.
‎
‎Biyyi keenya haala mijataa damee qonnaaf qabnutti fayyadamuudhaan humna namaa fi lafa jiru qixaan hojiirra oolchuun misooma si'eessuu fi wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf ‎hojjechuu jirti Bu'aa qabatamaan galmaahaa.
‎
‎Bu'uruma kanaanis Magaalaa #Bishooftuu Kutaa Magaalaa #Calalaqaatti Qonna gannaan qamadii fi Xaafiin Kilaasteeraan Misoomaa jiru agarsiiftuudha
:::KMDuukam
#Qonni_Magaalaa Seenaa #Bituu Irraa Gara Seenaa Oomishtummaatti Jijjiiree Jira.
‎==========
#Bishooftuu; ‎Carraawwan Misoomuu Qabnu Hunda fayyadamnee guddina dinagdee keenya ni waareessina. Kanaaf immoo Innisheetivii qonna magaalaa cittuu lafaa magaalaa keessa jiru irratti inisheetivii garaa garaa oomishuun nyaataaf fayyadamuu, dhiyeessii hawaasni magaalaa Keenya barbaadu guutuu fi carraa hojii uumuu Irratti xiyyeeffamee Hojjetamaa jira

Haaluma kanaanis Magaalaa #Bishooftuu Kanuma Dhugoomsuuf xiyyeeffannoo addaan hojjechaa jiruun Kutaa Magaalaa #Duukam Keessatti Inisheetiviiwwan adda addaa hojirraa oolaa jiraniin Bu'aan abdachiisaan galmaahaa jira
❤6