Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibba Baha Oromiyaa tarkaanfii laaleessaa waraana faashistii PP irratti fudhachuun adabe
Ebla 23,2025 Irree fi gaachanni sabaa WBOn godina Arsii Bahaa aanaa Sirkaa ganda Soojjii Saddee iddoo addaa Gaalamaa jedhamu keessatti guyyaa har'aa waraana maafi’aa PP maqaa sakattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun bobbaate haleeluun loltoota sirna dulloomaa tiksuuf jecha dhamaatu 10 ajjeesee 6 madeessuu kara magaalaa irraa bobbaatetti deebisee jira
Injifannoon ummata Oromoof!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"Walloo waloo lafaa
Maaltu sirraa hafaa.
Maaltu sirraa hafaa.
❤6👍1🥱1
#Gadda😭😭
Balaa Konkolaataatiin lubbuun namoota 16 darbe.
Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsiitti ganda Raafuu Hargiisaa jedhamutti Balaa Konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 16 yoo darbu, namoota 22 irraa miidhaa cimaa fi Salphaan gahuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa ummataa Shaashamanneerraa imaltoota fe'ee gara Finfinne imalaa ture konkolaataa wal harkisuun walitti bu'uun balaan mudateen lubbuun namoota 16 darbuu ragaan kominikeeshinii magaalaa Nageellee Arsiirraa argame ni mul'isa.
Namoota 16 irra miidhaa cimaa fi 6 irra ammoo miidhaa salphaan qaqqabuun eerameera.

❤6👍1
~#Odeessa_Gaddaa😥
~Godina Wallagga Lixaa Ona Mana Sibuu Ganda Meexxii Alaala fardatti Eebila-26/2025 Namoota maqaan isaanii
1), #Jamaal_Amad
2), #Rashiid_Alamuu
3), #Damaraa_Baacaa jedhaman dafqaan bultoota ta’anii osoo hojii humnaa Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa Magaalaa Ashunfaa iddoo jedhamtuu hojjetanii waraanni Pp fudhanii Daangaan Mana Sibuuf Qondaala giddu iddoo #Daabbus jedhamutti Ajjeesanii gatanii jiru. ajjefamuun saba kee hanga ati tokko taate impayera of irraa fonqolchitutti sirraa hin dhaabbattu Dammaqi.

👍1
#Eeruu
Amma RIBn Konk.8 #Awwaash_Bishoollee irraa Kaatee #Magaalaa_Tajjii Bulaa jirti jedhan. Jaallan Hordofaa.
OROMIYAAN BIYYA

🥱5
Dhugaa kee barbaaduu yommuu jalqabdu namoonni naannoo kee jiran akka si sobaa jiran ni baratta Nama si sobu waliin kolfuu irra nama dhugaa sitti himu waliin boo'uu wayya
When you start searching for your truth, you learn that people around you are lying to you
It is better to cry with someone who tells you the truth than to laugh with someone who lies to you
Booree Gaafa Xiiqii
When you start searching for your truth, you learn that people around you are lying to you
It is better to cry with someone who tells you the truth than to laugh with someone who lies to you
Booree Gaafa Xiiqii
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kan argaa jirtan kun
Magaalaa Asasaa keessatti Impayeerri kun daa'imman waranaaf hin geenye 400 ol humnaan mana kuusaa(magaziina) mootummaa keessatti cufamanii turan ijoollen kun mana kuusaa kana cabsanii yeroo miliqaniitti milishooni haati garaa haala argiitan kanaan dhukaasa itti jirti.

❤4😱2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ijoolle Asaasatti mana cabsiite harkaa yaate keessaa dhukaasa milishaan irratti banteen ijoollen 3 du'uun mirkana'eera.
👍5
Hattoonni Gammooji laga Jammaa keessatti uummata Daandin itti Cufamee lafoon imala turan Dararaaf hata Turan Jajjabe Abdi Sabaa Qacam Godhe Waan hata Turte irraa Funaane Adabbi isheef Malu Adabee Jira.
WBON Haa Waaruu!
Oromiyaan biyya
WBON Haa Waaruu!
Oromiyaan biyya
👍2
Adda Bilisummaa Oromoo ABOn "biyyi kun mootummaa hin qabdu" jedhee gaafa dubbate kan amanuu dadhabee hin jirree komachaa, hamachaa fi qeeqaa bahe ammas hin amanu taha
Amanuu fi dhiisuunis mirga abbaati. "biyyi "Itoophiyaa" jedhamtu kun garuu saamtoota, shiftootaa fi tuuta maafiyaatiin sirna ukkaamsee fi hacuucee aangoo al-seerummaa qabutu ture malee mootummaa ulaagaa guutee lammiilee isaaf quuqamu qabaattee hin beektu. Har'as hin qabdu Kanaaf ragaa tahuu kan dandahu Akka hubannaa dhala namaa kaayyoo qabutti yoo ilaalle
Biyya hookkarri siyaasaa muudatee furmaata waaraa dhabe keessatti yoo deebi'uu Yeroo ammaa kana Sirni Impaayeraa Xoophiyaa tortortee kun dargaggoota Oromoo kutaalee Oromiyaa garaagaraa irraa Humnan guurun gara Dirree Waraanaatti erga jira kun immoo Kufaatii isaa Ariifachiisa malee furmaata rakkoo inni keessa seene jiru ta'uu hin danda'u ijoolleen ammaa dirqiin guuramaa jirtu carraa argattee hundatti fayyadamte gara Waraanaa Sabichatti makamuuf wanti isaani hin goone jiru kana PPniis bareechitee beekti.Mooraan Qabsoo Oromoo kan durii Caala yeroo inni Gaabbatuu yeroon isaa ammaa!!!
Galatoomaa, ulfaadhaa, horaa bulaa deebanaa
Booree Gaafa Xiiqii
https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii

❤2
Haala haasa'a/dubbii kee ykn wantoota ati gootu ilaalanii, namoonni akka Gowwaatti si ilaaluu danda'u, sitti kolfuus danda'u, eessayyuu hin geessu jechuunis yaaduu danda'u!
Kana gochuuf mirga guutuu qabu!
Sittan hima na dhageessaa!
Si'irraa wanti eeggamu gamna akka taate afaanin isaanitti himuu miti! kaayyoo keetif gadi jettee, hawwii kee milkeessun eenyu gowwaa akka ta'ee gochaan itti agarsiisii!
Booree Gaafa Xiiqii
halkan mi'ooftuu isiniif hawweera

👍7❤5👏1
(((((===))))))
ISIN FAYYDA MEE DUBBISAA
(((((===))))))
#Dargaggummaan qabeenya qabeenya caalu. Dargagummaa keeti waan hin taanetti, iddoo hin taanetti, hiriyaa hin taanetti, Araadaa hin taanetti, Amala hin taanetti, hin dabarsin.
#iddoo_ooltuuf_nama_waliin_ooltu_adda_baafadhu. Ati nama addaati ofii tuffachuuf hojii tuffachuu dhiisi. Ati nama addaa ti. Ati nama tokkicha dandeetti addaa wajjin biyya lafa irraa jiru dha. Dandeettii addaa kan waaqayyoo siif kenne ofii keessa qabda. barbaadii ofii argadhu.
#Yeroo keeti seeraan itti fayyadami. Karooraan socho'i. Carratti amanuu caalaa karooraan milkaawuu irratti xiyyeeffadhu. Waan dandeessurraa jalqabi, karoora humnaan olii hin karoorsin. Seenaa namoota milkaawoo dubbisi.
#Nama_kaayyoo_qabu_ta'i. Tasumaa abdii hin kutatin. Hin danda'u hin jedhin. Sodaa injifadhu. Riskii hin sodaatin.
#Akka_abaluun ta'a hin jedhin waan keessa kee jiru hojii itti gammaduu humnaa kee guutuudhaan hojjedhuu. Waan hojjechuu beektu fi jaallatu kakka'umsa irratti qabdu irratti xiyyeeffadhu. Waan hojjettuu garaa kee guutuu hojjedhuu!. jabeessi itti cimi. Fknf :-
#Daldalaa taanaan cimii abdii kutannaa malee daldalii. Yoo hojii tokkotti milkaawuu dhabde carraa biraa yaali malee waan darbeen abdii hin kutatin.
#Qonnaan_Bulaa taanaan itti cimii akka milkooftutti qoti hojjedhuu. Abdii hin kutatin.
#Barataa taanaan jabaadhu baradhu. Namni eessa ga'ee?, kunoo abaluyyuu akkas ta'e, abalu akkana jechuu dhiisi. Ati si'uma malee abalu ati jettu sana miti. Kennaa fi carraa addaa wajjin dhalatte. Carraan kee kanuma keetii. Hiree mataa keeti qabda. Kanaan ofii hin takaalinii cimii baradhuu milkaayi. Barumsi furtuu waan hundaatii hin gowwoominii cimii baradhu
#Galatoomaa #join #share #godhaa #hordofaa Booree Gaafa Xiiqii

Telegram
Booree Gaafa Xiiqii
Akka Oromiyaa ijaaruu dandeenyutti ijaaramne!
Daandii ABOn saaqe WBOn galma geesisa
https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
Daandii ABOn saaqe WBOn galma geesisa
https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
❤3👍2
Namoonni hundi ilaalcha mataasaanii qabu
Tarii akkas jedhanii yaadu taʼa:
‘Ilaalcha gaarii qabaachuuf jecha rakkina koo maaliifan dhoksa ?’
‘Hamma fedhe ilaalcha gaarii yoon qabaadhe iyyuu haala koo jijjiiruu hin dandaʼu.’
‘Akkanumaan abjoochuu mannaa dhugaa jiru fudhachuun qaba.’
Yaadawwan kun dhugaa fakkaatu taʼa. Taʼus, ilaalcha gaarii qabaachuun faayidaa hedduu qaba. Kana fakkeenyaan ibsuuf, haalawwan armaan gadii ilaalaa
Rabbumaa fi Lalisaan bakka hojii isaaniitti hojii garaa garaa irratti cimanii hojjetu
Hogganaan isaanii hojii isaanii erga ilaalee booda, dogoggora guddaa isaan hojjetan tokko tokko itti hime
Rabbumaa: “Hojii kana irratti yeroo fi humna koo gubeera; garuu sirriitti hin hojjenne! Matumaa waanan milkaaʼu natti hin fakkaatu. Hamma fedhe jabaadhee yoon hojjedhe iyyuu, buʼaan isaa nama hin gammachiisu. Kana booda itti dhiisuun qaba.”jedhee
Lalisaa:
“Hogganaan koo wantoota gaarii ani hojjedhe tokko tokko natti himeera; taʼus dogoggora gurguddaa muraasa hojjedheera. Barumsa gaarii yeroo itti aanutti hojii koo fooyyeffachuuf na gargaaru argadheera”jedhee
MAAL SITTI FAKKAATA?
Jiʼa jaʼa booda hojjetaa dandeettii qabu kan taʼu eenyu sitti fakkaata ?
Rabbumaa moo Lalisaa dha?
Ati hogganaa utuu taatee namoota kana lamaan keessaa eenyuun qacaruu barbaadda?
Yookiin isa kamtu akka itti fufu barbaadda ?
Wanti si aarsu yeroo si mudatu, ati isaan keessaa akka isa kamii goota ?
Fkn
Siifanii fi Siddisee miira kophummaatu isaanitti dhagaʼama. Lamaan isaanii iyyuu miira kana dandamachuuf wanta garaa garaa godhu
Siifan of irratti xiyyeeffatti. Namoonni dursanii yoo waa ishiidhaaf godhan malee namootaaf waa gochuu hin barbaaddu. ‘Namoota deebisanii homaa naaf hin gooneef jedhee yeroo koo maaliifan guba?’ jettee yaaddi
Siddiseen
galateeffatanis galateeffachuu baatanis namootatti gaarummaa argisiisuu fi isaaniif waa gochuuf carraaqqii guddaa gooti. Jireenya ishii keessatti seera isa wanta namoonni akka nuu godhan barbaadnu nus akka isaaniif goonu ajaju hojii irra oolchiti. Akka ilaalcha Siddiseetti deebiin namootaa maal iyyuu yoo taʼe, wanta gaarii gochuun nama kiisa
MAAL SITTI FAKKAATA?
Dubartoota kana lamaan keessaa eenyuun michuu kee godhachuu barbaadda ?
Lamaan isaanii keessaa walitti dhufeenya namootaa wajjin qabutti kan gammadu eenyu sitti fakkaata ?
Kophummaan kan sitti dhagaʼamu yoo taʼe, akka Siifan moo akka Siddisee goota ?
Namoota haalli isaanii kan Lalisaa fi Siddisee wajjin wal fakkaatu beekta taʼa. Ati iyyuu akka isaanii akka taate sitti dhagaʼama taʼa. Taanaan, ilaalchi kee jireenya kee irratti jijjiirama akka fidu akka hubattu hin shakkisiisu
Akka Rabbumaa fi Siifan yoo taate hoo?
Deebiisaa sinuumaafan dhiisaa.

❤5
👍14❤12👎2
The owner of this channel has been inactive for the last 18 months. If they remain inactive for the next 9 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.