Oromia Region are designed to foment discord between Amhara and Oromo people.
Meanwhile, OSG is receiving desperate pleas for help from destitute and unsupported refugees in Yemen, who are suffering from fatal Saudi air attacks on Sanaโa and on a migrant detention centre near the border in Sadaa. They are experiencing severe insecurity as Houthi
forces encircle Taiz and occupy the โwar zoneโ around the al-Kharaz refugee camp, north of Aden. Al Jazeera relayed a report from a Yemeni rights group that 189 civilians had been killed by Houthi militia between 1 September and 29 October.

๐5๐3๐ฉ2๐1๐คก1๐คฃ1
GAMTAA DABALII QAANQEE BILISUMMAA OROMOO
XALAYAA WAAMICHAA
Dhimma: Waamicha yaadannoo Guyyaa Fincila Diddaa Garbummaa (Sadaasa 9)
Kabajamtoota miseensota, hoggantoota fi hawaasa Oromoo,
Gamtaan Dabalii Qaanqee Bilisummaa Oromoo, guyyaa seena-qabeessa ta'e Guyyaa Fincila Diddaa Garbummaa Sadaasa 9 sababeeffachuun, seenaa, wareegama, gootummaa fi qabsoo uummata keenyaa waliin yaadachuuf sagantaa yaadannoo qopheesseera.
Guyyaan kun guyyaa seenaa keessatti bakka guddaa qabu yoo ta'u, wareegama namoota mirga, bilisummaa fi haqaa kabachiisuuf falman itti yaadannuudha.
Kanaafuu, miseensonni, hoggantoonni, jaallattoonni fi hawaasni Oromoo hundi sagantaa yaadannoo kana irratti akka argamtan kabajaan isin waamanna.
ODEEFFANNOO SAGANTAA
Guyyaa: 9/11/2026
Sa'aatii: 6:30
Bakka: Imo Gibbaa
Qopheessaa: Gamtaa Dabalii Qaanqee Bilisummaa Oromoo
Hirmaattota: Miseensota, hoggantoota fi hawaasa Oromoo.
ERGAA WAAMICHAA
Seenaa keenya yaadachuun eenyummaa keenya tikfachuudha. Wareegama darbe hubachuun dhaloota egeree ijaaruudha. Tokkummaan, walhubannaan fi yaadannoo seenaa keenyaa cimsuun dirqama keenya.
Hundi keenya haa argamnu!
Tokkummaan humna keenya!
Eenyummaan bu'uura keenya!
Seenaa keenya haa yaadannu!

Hubachiisa: Guyyaan 9/11/2026 jechuun Sadaasa 9, 2026 akka ta'e fudhadheera.

โค8๐คฎ3๐ฉ3๐ด2๐คก1๐1๐1
Sirni Shororkeessaan pp jedhamu Lixa Shaggar Aanaa Amboo Ganda Dikiitii uummata maqaan isaanii asii gaditti tarreeffaman kana maqaa WBOf odeeffannoo kennitu jechuudhaan.Sadaasa 03/2026 ganama bari manaa dhuunfaa isaanii keessaa baasuun mooraa waraanaatti naquudhaan dararrii hamaa irraan gahaa jirti!
Reebicha hamaatu Shiboo elektirikiidhaan irra gahaa jira.
Maqaan namoota kanaa kan armaan gadiiti:-
1.Dajanee Nugusee
2.Baayisaa Durumaaใใ
3.Habtee Durumaa. ใใ
4.Nugusee Durumaa ใใ
5.Gammachuu Galaana
6.Danuu Dhaabaa
7.Naqeeraa Atoomsaa
8.Barsiisaa kitaabaa
9.Boontuu Barsiisaa
10.Fayyeeraa Irranaa
11.Kennaa Durumaa
12. Seefuu Leellisaa
14. Shallamaa Kumalaa
15.Waaqumaa Ajjamaa
Warri mallatton ใใirra taa'e obbolaadha!

๐ญ6๐2๐2๐คก1
Odeessa Guyyuu: #Huutiiwwan Saโudiin beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu, Garee isaaniis akka bulchitoota Yamanitti akka fudhattu gaafatan: WSJ
Finfinnee, Sadaasa 5, 2026: Gareen #Huutii_Yaman, kan Iraaniin deeggaramu, #Saโudi_Arabiyaa haleellaa qilleensaa waggootaaf irratti raawwatteefi dhiyeessii fi geejjiba irratti danqaa kaaโuu isheetiif beenyaa doolaara biiliyoona 51 akka kaffaltu gaafateera. Akkasumas, gareen kun akka bulchitoota Yamanitti akka beekamu gaafateera. Kunis yeroo Saโudi Arabiyaan walitti buโiinsa haaraa dhaabuuf Huutiiwwan waliin marii gaggeessuuf yaalaa jirtutti taโuu gaazexaan The Wall Street Journal Kamisa gabaaseera.
Dabalataaf ๐๐ฟ

โค3
Oduu miliqxee baate,
Tarsiimoo ppn baaffatte Godina Jimmaa keessatti, waraana niqqiluu Walitti cuuruun Gara Godinichaatti bobbaasaa jirti.
Waraanichaas akka lamatti qindeessun Godinicha keessatti rabsaa jiraachuun ifoome.
innis warra rifeensa qabuufi hin qabne jettee gargar baasteetti. sababni isaa Kan rifeensa hin qabne gara lolaatti yoo ramaddu, Kan rifeensa qabu immoo siyaasaaf akka ta'utti qindeeffatte.
Ga'een hojii warra rifeensa qabuu, WBO fakkaatanii Uummata saamuu, Uummata nagaa ajjeesuu, reebuufi gudeeduu akka qaban dirqama Itti kennamedha.
Halkan ajjeesaa yoo bulan, yoo saamanis, kaabinoonni immoo Uummata walitti qabuun Waraana Bilisummaa Oromootu sin ajjeesaa jira saamaas jira jettee barsiisuuf qindeeffattedha.
kanaaf Waraanni Bilisummaa Oromoo haxxee ta'uun Uummaticha barsiisuufi share godhee Wal qaqqabsiisun dirqama.
Niqilootaa๐๐๐share share gochuun waliif qoda.

๐คฃ5
Onkoloolessa 4 2026 Guyyaa Kaleessaa Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbee Ganda Amartii Gibee Magaalaa Boreetti dargaggootaafi daa'imman waliigala 7 ta'an irratti mootummichi dirooniin boombii itti roobsuun 6 battaluma sana ajjeefamanii 1 Madoo ulfaataa ta'ee Jira! Taateen Kun Godina kana bakka hedduutti Meeshaalee gurguddaa,kanneen akka Moorteraa, Zu-23,Dirooniifi kanneen kaaniin Uummataafi Qabeenya uummatichaa bal'eessuu irratti argama.
#Dhimmoota akkasii kana yeroo baay'ee namoonni taateen sun naannoo isaaniitti hin taane akka waan Waraanni Bilisummaa Oromoo ofiif jedhee dubbatu itti fakkaata garuu dhugaan isaa Uummanni tooftaa meeshaalee gurguddaa boombii darbatan kana Jalaa itti bawu hin beeku kanaaf Bakkoota hedduutti akka salphaatti Mootummaan Uummaticha ykn Qabeenya uummatichaa barbaadeessuu danda'ee Jira.
Tarii Uumata kana rukutuunis tarsimoosaa ta'uu danda'a jennee amanna.
kanaafuu Dirooniifi Meeshaaleen gurguddaan fageenyarraa furguggifamu yoo jiraate uummanni keenya of eeggannoofi walirraa faffagaatee socho'uufi dhaabbachuu qaba.
โค๏ธYoo isin jiraattan jirra- miidhamni keessan nu dhukkubsa!

๐8๐คก1
Dhugaa jirtuu kana beekuu feesisa!
Godina Lixaa Oromiyaatti Aanaa Kiiraamuu Ganda Guddinaa Jireenyaa tti gochaan raawwatame kun kan raawwachiisee Ajaja Rayyaa Ittisaa Biyyaa Itoophiyaa yeroo amma Aanaa Kiiraamuu hooggana jiruu dha.
Finxalleeyyii Lolaa irraa jiraniif Gaara Shaanqoo jedhame iddoo beekamuttii Rasaasa Harree 2[lama] kenname akka ture odeeffannoo qabatamaa dha.
Hooggansi isaanii Dhalootaa Aanaa Jaardagaa Jaartee Ganda Darge Kotichaadha ! Mee ilaala sabni kun carraa hooggansa warra qaban saba isaaniif loojistikii dhaan deeggaruun uummata Oromoo irrattii duguuggaa sanyii qaqqabsiisa jiru. Kanaafuu, Wal dhabdee jechuu osoo hin taanee duguggaa sanyii fi lafaa keenya weeraruu irratti argamuu jechuu dha.Kun immoo Mootummaan dhugaa kana qorachuudhan yakkamtootaa baasuu danda'a ture! Caasaan tokkicha beekaa wal lola! @ highlight @

โค4๐1
๐ฅXoophiyaan biyya lafarra jirtu osoo hin taane sirna qindooftuu dhaloota alaanfattee garaa ishee qofa guuttattuudha.
~Warri impaayericha waarsuu fedhan ogummaa fi ga'umsa waan hin qabneef ofii kisaaraa daldalaa dhalootas leexotti kisaarsaa jira.
~Ijoollen tun ijoollee qarqara siyaasaa hin baane fi maatii isaanif ergamaa barnoota isanii otoo barachaa jiranii diroonii maafiyaa pp' n barii jireenyatiin jiruun itti golgolooftedha.
Ammaaf maqaan isaanii:
1. Eebbisaa Waggaari
2. Ayyaanaa Shallama
3. Baacaa Miirreessaa
4. Gurmuu Gammachuu
5. Milkeessaa Guddisaa
6. Roobaa Addunyaa warra lubbuu dhabanii fi
~ Kan madaa'ee manaa yaalaa jiru immo
7 Lateeraa Addaamu jedhama.
~Hiree Oromoo fi Oromummaa isaanitu kanaaf affeere.
Jl Gurraacha

๐2
๐ฅWarri dhugaaf malee sobaaf dantaa hin qabne WBOn Zoonii Kibba Bahaa Oromiyaa guyyaa kaleessaa sadaasa 5, 2026 Godina Arsii Bahaa aanaa Roobee bulchiinsa magaalaa Indatoo fi magaalaa Sadiiqaa akkasumas ganda Sadiiqaa qarsaa keessatti tiksitoota Impaayera itoophiyaa dhukkee nyaachiseera ๐ช
Guutuu isaa arraata biyyoolessa Oromiyaarraa argattu.
Injifannoon Uummata Oromoof โ
Abo -Wbon haa waaru ๐

โค11๐คฌ3๐ฉ3๐คฃ2๐1๐ฅ1๐1
โ๏ธGuyyaa Kaleessaa Sadaasa 5/2025 Zoonin kibba baha Oromiyaa Aanaa #Roobee_diida'aatti tarkaanfii fudhateen injifannoo argate.
๐9๐3๐3โค2๐คฌ2๐ฉ2๐ฅ1๐1๐คฃ1
Tomorrow, Saturday 7, 2026.
VIA WEBINAR & LIVE STREAM
Time: 8:00 PM Oromiyaa Time
๐๐ฝ Join the Zoom Webinar:
https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3WVVXdz09
Webinar ID: 881 3776 4101
Passcode: 964483

โค6๐คฃ2๐คฌ1