ati nama waliin
jiraachaa jirta osoo hin taane BOOKEE (biinbii) waliin jiraacha jirtað
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ39ð8ð5âĪ4ðĨ4ðŊ2
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ48ð7âĪ4ð4ðĨ3
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ56ðĨ6ð6âĪ5ð3ðĨī1
Gammachuu dhiiraa arguu waan hin feenefi
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ47ð10âĪ3ðĨ2
ðĪĢ36âĪ8ð5ð4ðĨ3ð2
Hadha warraa: Erga wal fuunee rakko koo rakkoo kee wanti jedhamu hin jiru rakkoo keenya malee.
Abba warra: Hayyee hojjettuu mana keenyaa ulfessineerraðððððððð
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ57âĪ7ð6ð4ð2ðĨ1
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ð47ð11âĪ5ðĨ°4ðĪĢ3ð1
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ44âĪ12ð7ð3ðĨ°2ð1
Yeroo dhumaatif dubarri jette bara 17000 keessa lubbuun akka darbite royiters gabaaseð
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ45ð5ð3ð2ðĨ1ðĪ1
Ana moo isheetu balleesseree?
"Nagaatti lubbuukoo hirribatu na qabe nan rafa" naan jette. tole jedheen gaggeesse. Account fake kan anumti akka nama biraatti ittiin itti haasahu kan isheen ana ta'uu hin bekneemmoo qaba. Yaaduma ishee ilaaluufan ittiin itti haasaha.
"Akkam oolte qaaliikoo hirribni ijatti na dhufuu dide natti haasahimee" naan jette.
Laaliga anaan nan rafa jettee na gaggeessite, asii nama biraatti haasahaa jirti. Namni sun garuu anuma.
Tole jedheen haasaa kutee gad itti buuse.
"Ati utuu jaalallee qabaatte yoona kana dugdaan ciiftee itti haasofta hirribnis achumaan dhufee si fudhatan ittiin jedhe. "Dhiira bara kanaa jaallachuurra namatti hafuu wayya" naan jette.
Ammati nama jaallattu hin qabduureen ittiin jedhe. "Homaa hin qabu" naan jette. Akka haasahaa keetti nama jaalalaan miidhame fakkaattan ittiin jedhe. "Isa nan yaadachiisiin" naan jette.
"Atoo akkumakoo lafa dheedaadhamoo?" naan jette. Lafa dheedaa jechuunshee #single jechuudha. Eeyyeen an ammatti hojii biizinesii malee gara jaalalaa sanarra hin baanen jedheen.
"Maal hojjetta eessammoo jiraatta? " naan jette. Naqamten jiraadha. Hojii dhuunfaakoon hojjedha. Super marketii guddaa wayiin qaba isan hojjetaa jira waaqaaf haa galatu galiinkoo guyyaa qofti gara 40k-50k tin ittiin jedhe. "Wow ati nama jabaadha. Umurii kanatti hojii kanaa fi galii hanga kanaa hojjechuunkee" naan jette. "adaadaankoo achi jiraatti naqamte baayeen jaalladhas" naan jette.
Eeyyeen Naqamte baayee namatti tolti. Nagaan koottu animmoo hancootee fi cororsaan si affeeran ittiin jedhe. "Geetaan nan dhufa" naan jette.
Yoom dhufta anis si arguuf jarjareeran ittiin jedhe. "Ati koottu naan jennaan boriyyuu nan dhufa torban kana an firiidha boqonnaarran jira utuun jimaata sanbata fi dilbata kana dhufee naqamte na daawwachiiftefaayyuu natti tola" naan jette. Tole natti tolan ittiin jedhe.
Kana kan haasofne dheengaddadha. Kalessa Finfinneedhaa Oda bus tikettii murattee har'a naqamte geesse. "Gaheera lubbuu" jettee misejii
naaf barreessite.
Kana hunda fake account dhaan anumatu jaalalleekootti haasaha. Suura naaf ergi yeroosheen jettu, Suura kan hiriyyaakoo social midea hin fayyadamneen itti erga.
Adaadaan achii qaba kan jettu sobadha. Akkasheen hin qabne nan beeka.
Namoonni naqamtee naannoo buufata konkolaataa jirtan dhaqaati tikeetii konkolaataa kutaafiiti ol naaf ergaa!
Harka duwwaammoo akka hin ergine, buna 5kg, dhadhaa 10kg, damma 5kg fi hancootee masqalaaf 10kg bitaati itti naaf kennaa! ðĪð
Sana booda waan ta'u walumaan ilaalla. Via Aga Gammachuu
âĄïļ @Dirreeboohartii
âĄïļ @Dirreeboohartii
====

ðĪĢ53âĪ24ð8ðĨ3ð1ð1ð1
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ51âĪ13ð4ð1ð1
Asin Jira nan Jedhimeeð
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ40ð6âĪ4ð4ðĪŠ4ðŊ3ð2
Nama jiru mararraa
Hundarra si caalchisee...!
Onneen tokkittii qabu
Suma qofa dhaalchisee...!
Miira jaalala dhugaa
An siif qabu tuffattee...!
Huccuu cite na gootee
Haaraa narrati uffattee...!
Karaatti kan na gatte
Akka meeshaa cabaattii...!
Irbuu koo nyaatte jedhees
Sin himadhu gabaatti...!
Funyoo jaalala keenyaa
Murtee akka maqasii...!
Erga diddee adeemte
Sin eebbisaa caqasii...!
Abaqiin kee baayyatee
Sin baqatin jireenyii...!
Gammadii naaf jiraadhu
Siif haa tolu hireenii...!
Gaddi mana keen seenin
Guyyaa mara ililchii...!
Isa jaallatte waaliin
Ga'ii harrii biqilchii...!
Andoodee korma ta'ii
Bonaaf gannallee margii...!
Da'ii ilmoo dhungadhuu
Ija garaa kee ijaan argii...!
Gammachuu kan kee malee
Gadda kee arguun fedhuu...!
Hireen qooda rabbiiti
Na miite siin hin jedhuu...!
Osoon nu tokko jedhuu
Kan nu baafte lamatti...!
Eebbaanan si gaggeessa
Sin himadhu namattii...!
Erga garaan kee didee
Jabaatee akka dhagaatti...!
Gufuuf qoreen sin argin
Sitti haa tolu nagaatti...ðĨš
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Hundarra si caalchisee...!
Onneen tokkittii qabu
Suma qofa dhaalchisee...!
Miira jaalala dhugaa
An siif qabu tuffattee...!
Huccuu cite na gootee
Haaraa narrati uffattee...!
Karaatti kan na gatte
Akka meeshaa cabaattii...!
Irbuu koo nyaatte jedhees
Sin himadhu gabaatti...!
Funyoo jaalala keenyaa
Murtee akka maqasii...!
Erga diddee adeemte
Sin eebbisaa caqasii...!
Abaqiin kee baayyatee
Sin baqatin jireenyii...!
Gammadii naaf jiraadhu
Siif haa tolu hireenii...!
Gaddi mana keen seenin
Guyyaa mara ililchii...!
Isa jaallatte waaliin
Ga'ii harrii biqilchii...!
Andoodee korma ta'ii
Bonaaf gannallee margii...!
Da'ii ilmoo dhungadhuu
Ija garaa kee ijaan argii...!
Gammachuu kan kee malee
Gadda kee arguun fedhuu...!
Hireen qooda rabbiiti
Na miite siin hin jedhuu...!
Osoon nu tokko jedhuu
Kan nu baafte lamatti...!
Eebbaanan si gaggeessa
Sin himadhu namattii...!
Erga garaan kee didee
Jabaatee akka dhagaatti...!
Gufuuf qoreen sin argin
Sitti haa tolu nagaatti...ðĨš
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
âĪ27ð4ð4ðĨ2â1ð1ð1
Akkasitti yoo yaadde malee, jireenyi mataatti si baati. ð Technologyia
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ48ð13âĪ5ðĨ°3ð3ð2
Doctoora;-
Adeeroo maal taate, eessatu si dhukkube mee himadhu jennaaniin
Jaarsa;-
Yaa ilma kiyya zamana kana waa irraanfachuma natti buusee, waanin amma achi kaa'e barbaadee hin arguu, Tanin reefu arge hin qalbifadhuu, Tanin dubbadhe deebi'ee hin yaadadhuu, Tanaatu na dhibeehin yoo falli argame jedhee gama keessan dhufee mee waan jettan naan jadhaa kaa, je'een.
Doctoora;-
Ookkee... wanni kun yoomii as si eegale silaa?
Jaarsa;-
Yoom si eegalee? Maaltu na eegale? Maal baanta? maal taate abboo? jedheen ja'an jaarsi sila ni totorra'ee ð
Akka bukeechitetti marqi jennaan nutis !
Nagayaan Ooltanii ð
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ17âĪ10ð4ð1ðĪ1ðĪŪ1ð1
Mammaaksa Oromooti.ð
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ73âĪ9ð7ð3ð2
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ36âĪ3ðĨ3ð2
Barsiiftuu:ðĢ yeroo hundaa maalif yeroon barsiisu raftaa ati?
Ana:ðĢSagalee keessantu bareeda hirriba na qabsiisa barsiiftu.
Barsiiftuu:ðĢErga akkas ta'ee barattoonni kaan maaliif hin rafanree?
Ana:ðĢIsaan si hin dhaggeeffatankaa kanaafi.ðĪĢðĪĢ
@Dirreeboohartii
@Dirreeboohartii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ðĪĢ37ð7âĪ3ðĨ3ð2ð2