Jabeessaa Qeerroo(ጀቤሳ ቄሮ)
18.1K subscribers
18.4K photos
3.49K videos
69 files
4.78K links
OLA/OLF
Download Telegram
kun injifannoo zoonii kibba baha oromiyaa onkoloolessa 31/2026 galmeesseedha.
WBO'n haa waaru!!!!
💔22❤17😡15🔥9
#መረጃ፦ትላንት በ2/11/26 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዞን በምዕራብ ሸገር ዞን በኢልፈታ እና ቶኬ ኩታዬ ወረዳዎች ውስጥ ከህዝባችን ጋር ሰፊ ውይይት ሲያደርግ ውሏል...
ውይይቱም በወቅታዊ የፖለቲካ ማሀበራዊና ኢኮኖሚያዊ ጉዳዮች ዙሪያ ሰፊ ውይይት ተደርጓል የተለያዩ የህዝብ ጥያቄዎችም ተነተው ሰፊ ማራሪያ ተሰቶበታል....
❤16💔4👍2🔥2😡2
Injifannoo WBO💪

Sadaasa 4/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo.


Guyyaa Kaleessaa Sadaasa 3/2026 WBO'n Zoonii Lixa Oromiyaa Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qondaalaa fi Aanaa Sayyoo Noolee Keessatti humna diinaa irratti tarkaanfii fudhachuun injifannoo galmeessuu beeksise.
kana malee nama 8 jiraa harkaan qabuun oolmaa gootaa itti agarsiisee jira.
➡️  Gama meeshaatiin Qawwee fi Hidhannoo irraa hiikkachuun  mooraa qabsoof galii taasiseera.

Injifannoon itti fufa.
💔21❤13😡6🔥3
Birgeedii Urjii Lixaa fi Cibraan Sarara Diimaa ganama bariin diinarraa dhukkee kaasuun
Dishqa
PKM fi
AKM heedduu dugda diinaarraa hiikkatee jira
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
💔19❤12😡6👍3🔥2
BEEKSISA FREQUENCY HAARAA

#Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa karaa saatalaayitiin frequency 11977 H, 27500n darbaa ture bakka hunda waliin ga'uu fi qulqullina isaa dabaluuf gara Frequency haaraa 12594/12595 V, 27500niin saatalaayitii #Yahsat irratti guuttanii mana keessan keessa taa'uun daawwachuu dandeessu.

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee uummataa fi qabsoo Oromoo
Sagalee Cunqurfamtoota!
❤3💔2👍1
Dhufeera✊️
Uummati oromoo naannoo amboo jiraattan,sirna abba hirree kana keessa loltoonni wan yaa'a jiraniif,kallattuman karaa itti agarsiisu ittuma fufaa.

Warra qanyii nun baheera.
❤13💔3😡2🔥1
𝐀𝐃𝐃𝐀 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐒𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎 (𝐀𝐁𝐎-𝐖𝐁𝐎)
𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎 𝐋𝐈𝐁𝐄𝐑𝐀𝐓𝐈𝐎𝐍 𝐅𝐑𝐎𝐍𝐓 (𝐎𝐋𝐅-𝐎𝐋𝐀

𝐉𝐀𝐀𝐑𝐌𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐀𝐁𝐎-𝐖𝐁𝐎 𝐁𝐈𝐘𝐘𝐀 𝐀𝐋𝐀𝐀
𝐎𝐋𝐅-𝐎𝐋𝐀 𝐅 𝐅𝐎𝐑𝐄𝐈𝐆𝐍 𝐎𝐑𝐆𝐀𝐍𝐈𝐙𝐀𝐓𝐈𝐎𝐍 𝐀𝐅𝐅𝐀𝐈𝐑𝐒
--------------------------------------------------------------------------------

Irra: Jaarmiyaa ABO-WBO Biyya Alaa

Gara: Jaal/Obbo/Aaddee/Dr./Lub/Shehk/Past: __________
𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐢: Waamicha Kabaja Guyyaa 𝐅𝐃𝐆 Irraa Qooda Fudhachuu Guyyaan Fincila Diddaa Garbummaa (FDG), Sadaasni 9, Ummata Oromoo mara biratti guyyaa seena-qabeessa dha.
Guyyaa kabajamaa kana Jaarmayaan ABO-WBO Hawaasa Oromoo waliin sadarkaa idil-addunyaatti Sadaasa 7, 2026 kabajuuf waltajjii Zoom irraan qopheessee jira.

Yaadannoo guyyaa FDG kana hawaasa Oromoo biyya ambaa fi keessaa kan waliin kabajee oolu ta’a. FDG ilmaan Oromoo Sadaasa 9, 2005 eegalan Guyyaa seenaa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti guyyaa warraaqsa fi jijjiirama bifa haaraan eegalamuu keessatti boqonnaa haaraa banee ta’ee hawaasa Oromoo hunda waliin kabajamee oolu qofa otoo hin taane, guyyaa itti waliin dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti maryanu fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo tarkaanfachiisuuf itti Irbuu keenya haaromfatnu ta’a.Haala kanaan Sadaasni 7,2026 Waggaa 21ffaa
Guyyaa FDG gaafa yaadannu; haala siyaasa Oromiyaa, Impayera Itiyophiyaa, Gaanfa Afrikaa fi Sadarkaa idil-Addunyaatti wal-hidhatu, akkasumas dhiibbaa inni qabsoo bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa irratti qabu ilaalchisee jaallan dirree waliin mariin gaggeeffama.

Guyyaa kanatti Gootota fincila diddaa garbummaa keessatti saba keenyaaf aarsaa guddaa baasan yaadachaa, bu’aa bahii qabsoon bilisummaa Oromoo keessa dabartee fi keessa jirtu, carraa of-dura dhalachuuf deemu irratti wal-qopheessuuf mariin qabsaawotaa fi haayyota Oromoo waliin gaggeeffamu irraa akka qooda fudhattan; akkasumas, qabsoo uummati keenyi Jaarmayaa ABO-WBO waliin gaggeesseen injifannoolee dirree lolaa keessatti galmeesse, injifannoo gama siyaasaan goonfate, injifannoo gama diplomasiin argame mara wal dhageessisuun egereef wal damboobsuun galaa qabsoo walii guduunfuun ni jiraata.

Kanaaf, Kabaja Guyyaa FDG irraa akka qooda fudhattan, miseensota hawaasaa, afooshaa fi waldaalee keessa iran marti akka irratti argamtan jaarmayaan ABO-WBO biyya alaa kabajaan isin afeeree jira.

𝐈𝐧𝐣𝐢𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐟!!
𝐉𝐚𝐚𝐫𝐦𝐚𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐁𝐎-𝐖𝐁𝐎 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐀𝐥𝐚𝐚.

𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐚𝐝𝐚𝐚𝐬𝐚:07/2026

𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧: Akka Oromiyaatti Galchuuma booda 𝐒𝐚'𝐚𝐚𝐧 7:00pm, akka DCtti Guyyaa Sa’aa 12pm, Akka Gidduu Galeessa Awuropaatti Sa’aa Booda 6:00PM,

𝐁𝐚𝐤𝐤𝐢 𝐖𝐚𝐥𝐠𝐚𝐡𝐢𝐢:Mana Zoomii armaan gadii keessatti
Join Link 👇🏽
https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3
👍6❤5💔5🔥1
Daa'imni kichuu tun Ijoollee guyyaa kaleessa Mootummaan Biltsiginna Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbee iddoo addaa Amartii Gibee jedhamutti Diroonidhan namoota 6 iddoo tokkotti ajj°eese keessa isa tokkoo dha.
👍2💔2
Dargaggeessi asi gaditti mul'atu kun ammoo Eebbaa Waaggarii Tolaa jedhama.

Dargaggeessa ol adeema Diroonii Abiyyiin Aanaa Baakkoo Tibbeetti ajj°eefamee keessa isa tokkoo kunis.
👍2❤1💔1
Mootummaa oromoo jettan kaleessa uummata nagaa Shawaa Lixaa, Aanaa Baakkoo Tibbee, Araddaa Amartii Gibee keessatti namoota 6 bakka tokkotti ajjeesee, namoonni lama ammaaf hin duune mana yaalaas hin deemne. Warri kun hundi umuriin isaanii waggaa 16 gadi.
Kana kunoo hojiin mootummaa oromoo argaa faannoon qe'ee fi qabeenya oromoo moliyoonaan osoo gubduu inni immoo lafa qubattuun amaaraa hin jirre ilaallatee oromoo rashanaa oola. 😭
💔7❤4🔥3👍1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
You are invited to a Zoom webinar!

Topic: Yaadannoo Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa

📅 Date: Saturday, November 7, 2026
🕗 Time: 8:00 PM Oromiyaa Time

🔴 Join the Zoom Webinar:
https://us02web.zoom.us/j/88137764101?pwd=MDcrd2dYb3BxOHlJS2M3bnR3WVVXdz09

Webinar ID: 881 3776 4101
Passcode: 964483
❤5