Forwarded from C-9 Tumsa (Jaal Siinan Tumsaa)
๐๐ข๐ซ๐ค๐จ๐จ๐ง ๐ ๐๐ซ๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ๐ง ๐ ๐๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ก๐. ๐๐๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข. ๐๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐ ๐๐ซ๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข. ๐๐ค๐ค๐ ๐ฌ๐๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐ฅ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ช๐จ๐a...
Forwarded from C-9 Tumsa
FIIXAAN BAASAA
Wallee art Shantamaa Shubbisaati
Fiixaan baasa jedhee
Wani an jalqabuu
Fedhii kiyyaa wajjiin
wal naaf hin dhaqqabuu
halli jiruutiif
akkiniin ani yaaduu
Waanuma halletuu
wal naaf hin madalu
Kan teeffadhee jiruu
Gad taaโee hubachuuf
Finxaan finxiriiree
Wal naf hin dhaqabu
Nama koti jedhee
Kan an ofitti qabuu
Wajjin jiraachuudhaf
Aada meeqa hirbuu
Osooman kolkoluu
Natti seena cubbuu
Yoon obsees natti cimee
Faggeessee na darbuu
Waaniin walitti tuuluu
Wal jalaa borooraa
Tarkaanfiumaan fudhuu
Inumaan gatantaraa
Maaliif yaadni kan koo
gaโuu didee bakkaa
Kan ijaaree hunduu
Kan diigameen argaa
Kan diddee haa jidduu
Ammas niin jirradhaa
Waan rabbi naaf qoodee
Olirraan hafaadhaa
Kan dabarteef miti
Kadhuftuu tolchadhee
Ofduraansaihiqsaa
Rabbii koo qabadhee
Tattafata hin dhindhiisu
Jiruus hin ifadhuu
Haalaa fi jireenyaa
amman injifaadhuu
Of boodaa hin deebiโuu
Rakkoorraa sodadhee
jiruuf jireenya irraa
waa hedduun baaradhee
Wallee art Shantamaa Shubbisaati
Fiixaan baasa jedhee
Wani an jalqabuu
Fedhii kiyyaa wajjiin
wal naaf hin dhaqqabuu
halli jiruutiif
akkiniin ani yaaduu
Waanuma halletuu
wal naaf hin madalu
Kan teeffadhee jiruu
Gad taaโee hubachuuf
Finxaan finxiriiree
Wal naf hin dhaqabu
Nama koti jedhee
Kan an ofitti qabuu
Wajjin jiraachuudhaf
Aada meeqa hirbuu
Osooman kolkoluu
Natti seena cubbuu
Yoon obsees natti cimee
Faggeessee na darbuu
Waaniin walitti tuuluu
Wal jalaa borooraa
Tarkaanfiumaan fudhuu
Inumaan gatantaraa
Maaliif yaadni kan koo
gaโuu didee bakkaa
Kan ijaaree hunduu
Kan diigameen argaa
Kan diddee haa jidduu
Ammas niin jirradhaa
Waan rabbi naaf qoodee
Olirraan hafaadhaa
Kan dabarteef miti
Kadhuftuu tolchadhee
Ofduraansaihiqsaa
Rabbii koo qabadhee
Tattafata hin dhindhiisu
Jiruus hin ifadhuu
Haalaa fi jireenyaa
amman injifaadhuu
Of boodaa hin deebiโuu
Rakkoorraa sodadhee
jiruuf jireenya irraa
waa hedduun baaradhee
โค4
Omishichi itti fufee jira.
Jajjabee Zoonii lixaa Ebbifamaniiru.
Bara milkiif Injifannoo Jln Qaqaaliin..
Jajjabee Zoonii lixaa Ebbifamaniiru.
Bara milkiif Injifannoo Jln Qaqaaliin..
โค8๐ฅ1
Darraatti WBOn Daaraa ishee taasisee.
Hospital keessaa iyyaa jirtii. ๐ฅ
Hidhoolee hedduu fi Gamtaa irraa tuulamanis Galii ta'aaniru...

๐7๐ฅ4โค1
Oduu Gama Sudaan!
Waraanni mootummaa Sudaan kan Jeneraal Al-Burhaaniin hoogganamu dhiheenya kana haleellaa cimaa waraana Amity(RSF) irratti raawwateen diroonota hedduu Itoophiyaa keessatti Omishaaman haleellaa fi ajjeechaaf gara Sudaan ergaman kuffisuu isaa gabaase jira.
Dirooniin kunneen ammoo Itophiyaa keessatti wal-ta'iinsa UAE (United Arab Emirates) Omishaaman kan ergaman ta'u ragaa suuraa waliin wal qabsiisun gabaase jira.
Kun kan ibsuu bulchaan Impayeera Itophiyaa K/Abiyyi kan biyya keessaa isa hanqannaan ganfa Africa shororkeessaa akka jiru argiisisa.]
Oduu Gama Sudaan Nu Dhaqabe

Kun kan ibsuu bulchaan Impayeera Itophiyaa K/Abiyyi kan biyya keessaa isa hanqannaan ganfa Africa shororkeessaa akka jiru argiisisa.

๐ฅ2โค1
Atis ilkaan raarraate ni turta Malee inumaa buqqaata, ilkaanni rarra'ee ykn hundee lakkisee buqqa'uun isaa oola hin qabu...
Gaafa akka mataa armaa gadi ilaaltee badee daandii warraaqsaa haqaa irraa...
Nagaatti Guddaa salphattee

๐ฅ2
Forwarded from Dhiiroo Garbii (Dhiiroo Garbii)
#Ofegaannoo ummata Muslima hundaf
===================โ==========
Dhaabbanni Maqaan isaa "Majalisa Itoophiyaa" jedhamu Ummata goyyoomsee waraanaatti affeeraa jira.
Gaafa Hagayya 29 2026 pirezidaantii isaanii dabalatee hooggantoonni ol-aanoon dhaabbatichaa 150 ol ta'an Gara Baalee dhufanii ummtaan wal arguun ifatti akka nami kamuu waraana Kaabaa irratti hirmaatu labsan.
Dhaabbanni kun wanta adda isa godhu waan 2 kan ummanni hin beekne of keessaa qaba. Isaanis ๐
1. Dhaabbata siyaasaa mootummaa Abiy kan maqaa amantii jala dhokate ta'uu isaa:
Dhaabbanni kun maqaa amntaatin ijaarramus garuu kaayyoon isaa inni guddaan party aangoo irra jiru aangoo irrattii eeguuf kan dhaabbate ta'uu ummata biratti ifaa miti.
2. Abbootii Amantaa Islaamaa bebeekkamoo hunda of jala hiriirsuu:
Dhaabbanni kun Abbootii Amantaa ummata biratti beekkamanii fi amanaman hunda of keessaatti qabatee akka waan amantaaf hojjatuu fakkeessun eragama isaa kan ummata sobuun PP jalatti aangoo tursiisuu sana bakkaan gahachuuf yaalaa.
Kaayyoon isaa inni guddaan, Mootumman Ethiopia dirqamaan lammiilee waraanatti guuraa ture. Inni ammoo PP irratti dhiibbaa guddaa qaba. Haata'uu garuu dirqamaan malee tolaan ummata amnsiisuu waan dadhabeef amntii jala dhakachuun akka abbootiin amntii obboleeyyan wal waraanuun gaarii ta'uu ummata amnsiisuf jecha jara ergate.
Wanti Ummanni Ethiopian hubachuu qabu, Amantin Lola obboleeyyanii (Civil war) irratti lammiilee waraanatti affeeru amantii sirrii miti. Amntiin Islaama naga labsa malee obboleeyyan waraanatti hin affeeru.
Lolli Itoophiyaanota hedduu lola obboleeyyaniiti malee lola diinaa miti. Abbootii amntiin irraa wanti eeggamu nagaa labsuu dha. Amntiin siyaasaa geggeeffachuu sirrii miti.

๐ฅ4๐1
Forwarded from GUMAA KEETIIF
Dhugaa barbaachaaf dhugaa hin owwaaltu... adeemsa dhugaan awaalamuu keessa yoo deddebitee garama akka deemaa jirtuyyuu hin beektu,,, Dandeessuu dhugaa jiraadhu dadhabduu immoo dhirree dhugaan itti awwalamtuu dhugaa baasuuf qofaa deemii yoo hin dandeenyee, barakee guutuu barbaaduuf eelii Malee warra dhugaa awwaluuf hin tumsiin...
Kalleessa darbeera, har'i immoo seenaa kee boriif warqii ati harkaa qabduudha.
Jl C-9 Tumsaa

๐4โค3๐ฅ1
Hantuuta Aduurroomee
Namichatu hantuutaan rakkaatee wantaa hedduu godhees dadhabe,
Ta'ee mala dhawwateetu
Foon Guddaa tokko boollaa gadi fagaatu keessaa waan dhoksee fakkeesse
Hantootnis akkuma amalasaanii boolla sana gad utaaluun foon sanaa nyaatuu eegaalan olani bula ittuma fufaani achuma mana godhataan yeroon dheraate foonis dhume foonni achi keessa jiru yoo jiraate, foon walii isaaniti... walkomatan walmormaa wal lolanii walis ajjeesaanii .. warri lubbuun hafee yoo jiraatu kan du'ee immoo foon godhatan..
Haalooma kaanaa kan achii keessaa jiraataan wal nyaachuun gabataanii xumura irraatti tokkichi hafee namichi boollaa a ana qopheesse amma kana maraa deeme dawwata turee,
Tokkicha hafeef funyoo ykn haada dheeraa gad ergeefitu.. akka inni ba'uu haala mijjeesse, sabaabni hantutni tokkichi sun foon qofaa nyaachuu waan eegaleef..
Akkuma gadi ba'ee gad dhiifamee gara bollaa isaa durii yoo deemee jiruun isaa hantuu addamsee nyaachuu itti fufee haala kanaan hantuunti walii isaanii isarraa ilaaluun wal nyaachuu eeganan wal dhokkachuuf jechaas isa irraan kan hafee hantootni biroon naannoo sana godanan namichiis hantaata hantuuta Addurroome ykn Addurree(Qaxurree) ta'ee kanaaf kiyyeesseen Milkaa'ee hantutichaas kiyyooma1n g alaafate...
Loli ati loltu kan kee yoo hin taane keessatti hin hirmaatiin, yoo osoo hin beekiin tasa lola si hin ilaalannee seentee lola kessatti of argitee dafi saffisaa kessaa of baasi.
Abbootiin irree Sirnaa ofii jiraachiisuuf waraanni isaanii guddaan warra isaan jalaa wal nyaachisuudha. Gaafa sana isa loluuf yeroo hon argaatu kan sitti dhiyyaatu midhamaa akka keetu nannoo kee jira waanta'ee..
https://t.me/KiyaSimale1213

๐3โค2๐1
Forwarded from Sinaan Tumsaa
Waggaan kee 12 guute
Ergat oromummaan yakkamtee duute...
Dhiignii kees kuma biqilctee, hedduun dandii kerra guute,,,
Silaa ati abdiidha
Boriif si herregatu
Gantuu fi firri diinomee
Gaafa du'aaf silaatu
Ati biqiltuudha
Kichuu boriif lattuu
Kichummaatti cittee
Baduun siif hin maltu
2014
Yadannoo waggaa 12n har'aati...

โค4๐ฅ4
#ME_Ati_Eenyuree?
Kutaa 1ffaa
Wal dhabdee moonaa Qabsoo keessaatti tasa dhalatte
Eenyuutu hordoofaa?
1.Abbaa Qabsoo sanaa
Warra wareegamaa itti kafalaa jiruu..
1.1 Goota Dirree Falmaa Kufee Kuffisaa Jiru..
1.2 Miseensota Jarmiyaa Dhaabichaa kan biyya Keessaa fi Alaa
1.3 Degertoota Qabsoo bilisummaa
1.4. Fayyalleeyyi Warraa ejjennoo hin Qabnee Garuma itti ho'ee shubbisaan
1.5 Maraarfatoota warraaqsaa warra Qabsicha jallataan injifannoo argametti Gammadan garuu Qabsichaaf Qooda tokkoolle hin baane
2. Gufuu Qabsoo
Ergamtoota Sirnichaa fi Faarsee bulaadha
Dantaaf bitaamuuf Badii kalleessa dalagaaniif dhiifaama ofii irraas sabarraas argachuu akka hin dandeenyetti warra abdii kutaanii..
Ilmaan Oromoo diinni hidhaachiisee ummata keenyaatii gadii bobbaasee
Injifaannoon Argamee gaafa egeree sirnaa isaaniif sodaachisu "Counter attacks" akka tooftaa ofiiraa qolannatti fayyadamu. Kan gochuuf garee gartuun wal ijaaranii
haqa tokkoo hin qabaan dadhabiin isaanii guddaa Karaa warraqsii sun ittin gataatuu ykn gmufatu waan fedhaniif. Dantaatiin waan bitamaaniif waan haqaa fi haqa falmaachuu isaan hin dinquu sababni, kan itti fe'an baachuu fi waan itti gatan Hirbuu orma ta'uu Sirnaaf seenaaniruu daba dalagaanii guddina dantaa gonfatuu qabsoon isaaniis sanuma...
2 Diina Tarsiimoo fi Diinaa Tooftaa
(Abbootii Impaayyeraa fiErgamtoota Sirna Kalleessaa)
Lola Qawwee fi siyyaasa kamiyyuun Qabsa'otaa dhabamsiisuuf empayeera suphaanii jiraachiisuuf carraquun galii isaan guddaa yoo ta'uu
Abbootii Impaayeraati Dhabamaa sabichaaf waan carraqaanii Qaawwa kee barbaadanii itti fayyadamuu,,, Karoora yeroo dheeraa waan qabaan waan qilleensii gurra isaan buusee Akka kubba itti fakkatee gooliitti akka dhiitameetti herregatu, Qaawwa barbaaduuf Qaawwa argataan ballisuun Amala diinaati, kan tarsiimoos ta'ee kan tooftaa,
Kanneen kun moonicha keessas Jarmiyaa dhaabaa keessatis ta'ee Bakka miseensi dhaabaa argamuu marattis ta'ee hin arganeetti argamuu danda'u. haa taa'uu
Hojiin isaani
- Qaawwa Uumuu
Abaluu fi Abaaluut waldhabee
Jl Abaluutu Ajjefamee
- Qaawwaa uumaame babbalisuu
Qaamni dalaga hojii guyyaa tokkoof walbira jiruyyuu guyyaatti meeqa waldhaba, Kan Qabsoo sabaaf Biyya ijaaruutti jiru gidduttu waldhabdee umamuun ni dandaa'a garuu warri kun tasa oduun kun yoo gurra isaanii biraan baate wal dhabanii walii galanii osoo hin taanee waldhabanii wal ajjessaniif wal ajjesuuf jedhuutu isaaniif kiloo kaasa.. Qaawwatu uumaama jedhanii waan herreganiif. Kana gochuuf immoo Garee fi fakkaatoota isaanii waliin wal ta'uun
- Oloaolaa jiruus ta'ee kan hin jirree OofuuJaallattoota Qabsichaa Kanneen hubbannoo siyyaasa xiqqaa Qaba Hamilee cabsuu fi burjaajeesuu.
- Kaayyoorraa si Gorsuu fi Diinummaatti si madaqsuun midhaa ummata irra ga'uuf quuqamni si keessaa akka dhibamuu gochuun Qabsoottis ta'ee sabattii adda si bauasuu.
#Me_Ati_Eenyuuree

Telegram
C-9 Tumsa
Ati Loltuu Sammuu bilisoomee Qabdu yoo taatee! Rakkoon Oromoo maraa akka malee sidhukkuba, boqonnaa sidhowwaa boqonnaa malee akka hojjettuuf si dirqisiisa! Dirqama Sana yoo raawwatte Ati WBO dha!!!
โค6๐2๐ฅ1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โค8๐3๐ฅ2
๐ฅAkeekkachiisa Dhaabbilee Piroojeektii Oromiyaa keessatti bobba'anii hojjechuu barbaadan hundaaf;
~โErgaa: Daldaltoota alaa fi biyya keessaa hunda warra industrii albuudaa Oromia keessatti soodaan/socho'an
โQaamoleen industrii albuudaa keessatti hirmaatan hundi haala armaan gadiitiin hojii isaanii Oromiyaa keessatti gaggeessuu akka qaban karaa seera qabeessa ta'een hubachiifamni kennameeraaf:
โTokkoffaa: Qaamni kamiyyuu Oromiyaa keessatti hojjechuu barbaadu kamiyyuu, hawaasni naannoo sanaa hojicharratti akkamitti akka hirmaatuu fi bu'aa irraa argachuu qabu irratti marii bal'aa fi ifa ta'e gochuuf dirqama qaba. Qophiin akkasii kun osoo hin uumamin fi walii hin galamiin hojiin kamiyyuu itti fufuu hin danda'u.
โLammaffaa: Sadarkaan eegumsa naannoo baasii itti fufiinsi qabuuf barbaachisu guutummaatti hojiirra ooluu, eegamuu fi sadarkaa hojiirra oole hundaatti mirkaneeffamuu qaba. Kabajamuu dhabuun sadarkaa kanaa kan hin daldalamne yoo ta'u qormaata jala ni gala.
โGaaffii kana kabajuuf kan dadhabe qaamni kamiyyuu akkuma Tuluu Kaappi Oromiyaa Lixaa jiru irratti argametti, bu'aa guutuu isa mudatu qofaaf itti gaafatamummaa fudhata.
Ajajaa Ol'aanaa A3O-W3O irraa.

๐ฅ9โค3๐1