Oduu Gammachiisaa Ogeeyyii Qoricha Aadaa Hojjatan Hundumaaf
Dhaabbanni Keenna Qorichoota Kintaarotii Garaa Keessaa, Baayyinnaan Yoo Barbaaddan Bakka Jirtanitti Isiniif Dhiheessuu Kan danda'u Ta'uu Isin Beeksifna.
Bilbila namoota Jumlaa Barbaaddaniif
0944119955
Namoota Dhuunfaan barbaaddanii
0928795750
0909316243
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush

Dhukkuba Cophxoo (Gonorrhea) Yalamanii Guutumatti Irraa Fayyuun Ni Danda'amaa?
Cophxoon dhukkuba walqunnamtii saalaatiin daddarbu ta’ee, baakteeriyaa Neisseria gonorrhoeae jedhamuun kan namatti dhufuudha. Dhukkubni kun qaama saalaa qofa osoo hin taane, afaanii fi ijaas kan miidhu yoo ta’u, daddarbiinsa isaa keessatti walqunnamtii saalaa malees yeroo dahumsaa haadharra gara daa'imaatti darbuu danda'a.
Akkasumas, namni kanaan dura yaalamee fayye tokko irra deebiee nama dhukkubicha qabuun yoo walqunnamtii saalaa raawwate lammata qabamuun ni danda’ama.
Mallattoolee dhiira keessatti mul’ataniin walqabatee, baay’een isaanii mallattoo kan hin agarsiisne yoo ta’u, kaan irratti garuu fincaan gubuu, dhangala’aa adii, keelloo ykn magariisaa qaama saalaa irraa yaa’uu fi dhukkubbii cidhaa fiduu danda’a.
Dubartoota birattis mallattoon isaa salphaa ta’us, fincaan gubuu, dhangala’aa foolii qabu, dhiiga laguu malee dhufu fi dhukkubbii naannoo gadameessaa agarsiisuu danda’u.
Mallattooleen kun yoo mul’atan ogeessa fayyaan gorfamuun qoricha sirrii fudhachuu fi hanga fayyanitti walqunnamtii saalaa irraa of qusachuun murteessaa dha. Akkasumas, hiriyaan gaa’elaa ykn namni walitti dhufeenya saalaa qabu waliin yaalamuu qabu.
Tajaajila qoricha aadaa dhibee Cophxoo fi kanneen biroof, Wirtuun Qoricha Aadaa Kuush Shaashamannee, naannoo “30 area” karaa Baalee irratti guyyaa 7 sa’aatii 24 tajaajila kenna. Akkasumas, Adaamaa keessatti Sanbataalee lama lamaan tajaajila kan kenninu yoo ta’u, odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa +251928795750 ykn +251909316243 irratti nu qunnamuu dandeessu.

❤1

DHUKKUBA NERVII
Narviin Sirnoota qaama keenyaa isaan gurguddaa keessaa isa tokko yoo ta'u; dalagaan narvii sammuu fi qaama jiddutti ergaawwaanii fi ajaja daddabarsuu fi qaama to'achuudha. Narviin kutaalee bu’uuraa sirna narvii keessanii keessaa isa tokkodha.
Guutummaa qaama namaa narvii ni qaba. Narviin ergaa elektirikii(electrical signals) kan miira sitti dhaga’amuu fi maashaalee kee sochoosuuf si gargaaru daddabarsa.
Narviin Miirawwan garaagaraa kan akka dhukkubbii, kulkulfannaa/xooxoo, hoo'aa, qorraa fi hadooddiin kan namatti beekamuun karaa narvii kanadha. Kana males Narviin hojii qaamaa kan akka bullaa'ina soorataa fi dha'annaa onnee kee ni to'ata.
Dhukkuba narvii kan jennu sirna qaamaa ergaa daddabarsuu fi ergaa deddeebisu kana irra hubaatiin ykn miidhaan yoo qaqqabudha. Yeeroo Narviin keenya hubamu/miidhamu qaamni ergaa sirnaan dabarsuu fi sammuun ergaa sirrii fudhatee hiikkaa qaceelloo kennuu hin danda'u.
Yeeroo haalli kun uumamu qaama keenna keessaa naannoon dhukkuba kanaan miidhame ajajaan ala ta'a. Fakkeenyaaf sochiin qaama keenya harkifachuu, maashaan qaama ajajamu diduu, harki hollachuu(Parkinson's), afaan dabuu, miilli hadooduu fi kkf.
Rakkoon kun qaama keenya iddoo kamittuu mudachuu danda'a.
Akka barteetti hawaasni dhukkuba kanaan ˝Waan Lafaa˝ jedhanii yaamu. Nama afaan dabe ykn micciirame yoo argan waan lafaattu tuqe jedhanii amanu.
'Waan lafaa’ waan jedhamu kana irratti ilaalcha lamatu hawaasa keessaa calaqqisa. Namoonni tokko waan lafaa jechuun jinniidha. Yeeroo namni kufe lafa keessaa nama rukutti jedhanii amanu. Dhaloonni saayinsii ammoo 'waan lafaa' jechuun waan biraa usuu hin taane “humna harkisa lafaa“(gravitya) dha jedhanii saayinsiin wal'qabsiisuuf yaalu.
Dubbiin jinnii haa ta'uu humna harkisa lafaas haa ta'u, lameen isaaniitu sirna narvii irratti miidhaa akka geessan ogeeyyiin giiddu-gala yaala aadaa «Kuush» qorannaa fi muuxannoo woggoota dheeraaf qaban irraa a'anii mirkaneesanii jiru.
Qorannoon saayinsii godhameenis humni harkisa lafaa narvii lubbu qabeeyyii irratti miidhaa akka fidu mirkaneessanii jiru. Gravity affects the nervous system of living organisms.
Akka fakkeenyaatti:-
The Effect of Gravity on the Nervous System
BY:Florian P.M. Kohn, Claudia Koch and Ramona Ritzmann
Submitted: 01 December 2017 Reviewed: 31 January 2018 Published: 30 May 2018
Dhukkubni Kun Maal Irraa Namatti Dhufa?
▴ Miidhama qaamaa:- miidhaa qaamaa kan akka kufuu/lafa dhayuu, hidhi cituu, diiskiin bakkaa mucucaatuu, caba lafee kan narvii qaama keessaa kutuu cafaquu fi miidhuu danda'an.
▴ Qorra gar-malee ykn hoo'a humnaa olii:- dhukkubni Narviin yeeroo yeeroo garii kan uumamu haala qilleensaa baayyee diilallaa'aa keessaa gara qilleensa hoo'aatti ykn qilleensa baayyee hoo'aa keessaa gara qilleensa qabbanaayaatti yoo jijjiiratanidha.
▴ Sochii qaamaa saayinsii ispoortiin hin deeggaramne:- namoonni sochii qaamaa qajeelfama ogeessa ispoortii malee taasisan dhukkuba kanaaf saaxilamoodha. Fakkeenyaaf yeeroo woraanaatti namoonni leenjii salphaa irraa usuu hin eegalin takkumaan ispoortii ciccimoo yoo hojjachiisan mudhatu. Kanumaaf loltoonni hedduun dhukkuba Narvii himatu.
▴ Dhukkuboota biroo keesumaa dhukkuba sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba onnee, dhukkuba Riihii, gaggabdoo.
▴ Hir'ina nyaataa keessumaa vitaaminoota B, B6 B12
▴ Sanyiidhaan( genetics)
▴ Alkoolii hedduu dhuguu
▴ Cafaqamuu (compression) narvii qaama keessaa kan sababa gara garaa akka dhukkuba dhiitaa qaama keessaa fi miidhama alaan nurra ga'urraa dhufu
▴ Qorichoota dhukkuba biraaf yeeroo dheeraa fudhataman kan akka qoricha dhibee kaanserii; HIV fi kanneen biroo
Dhukkubni kun erga nama qabatee mallattoo akkamii argisiisaa?
▪Qaama keessa nama gubuu: keessumaa miilaa fi harka keessa nama guba. Faanaa kaasee hanga sammuutti nama guba.
▪Qaamni namaa keessattuu miilaaf harki aduu gubaa keessa nama irratti diilallaaya. Yeeroo garii qilleensa qabbanaa keessa qaamni baayyee nama hoo'a. Nama tokko tokko qorra keessa qaamni dafqa(fuursa)
▪Mataa keessa nama guba. Sammuu qixxee keessatti miirri gubaa namatti dhagayama.

▪Miira gara garaa kan akka dhukkubbii qaamni keenya dabarsuu dadhabuu ykn hadooddii namatti uuma. Yeeroo qaamni hadoodu yoo woraananis hin dhukkubu, ibiddis yoo gube miirri gubaa itti hin dhagayamu.
▪Mudhii qabee ol-jechuuf gadi jechuu dhoogguu, mudhii gaditti nama ulfaachuu, luka walfaana lafaa fuuchuu dadhabuu, yoo itti cime hokkolchiisuus ni danda. Qunnamtii saalaa dadhabsiisuu
▪Dhukkubbiin akka waraansa miila fi harka keessaa nama dhukkubuu, harki hollachuu, fuulli rirrifachuu/butamuu, ijji hollachuu.
▪Qaamni keenya keessumaa miilaa fi harki keenya humna guutuun socho'uu dadhabuu ykn nuuf abboomamuu diduu.
Dhukkubni kun akka nama hin qabneef maal maal gochuu qabna?
▪Sochii qaamaa walitti fufaa ta'e fi hirriba ga'aa rafuu,boqannaa ga'aa argachuu.Nyaata madaalamaa ta'e haga dandeenye keessumaa kuduraaf muduraa nyaachuu fi dhangala'aa baayyee dhuguu qabna. Alkoolii kan dhugnu dhaabuu. Dhukkubsataa/ttuu sukkaaraa yoo taane qoricha nuuf kennamu seeraan fudhachuun giluukoosii qaama keenya keessaa bakka barbaadametti eeguu.
Nama dhukkuba Narviitiin Qabame Yaalli Aadaa Akkamitti Kennamaaf?
Qorichoonni dhukkuba Narvii irraa akka fooyyofnuuf manuma keenyatti qipheeffachuu dandeenyu kam jami?
Gaafilee Kanneen itti Isiniif deebina!
Kuush#FollowGodhaa!
+251928795750
+251909316243
Galatoomaa!!
Fayyaa ta'aa!!

👍5
Dhiirota Qunnamtii Saalaa Maaltu Dadhabsiisa?
Sababoonni fedhii qunnamtii saalaa dhiiraa hir’isan, qaama saalaa ka’uu dadhabsiisan fi humna saalaa irratti dhiibbaa geessisan adda addaa dha.
1. Wantoota dadhabbii saalaa fiduu danda’an
1. Caatii yeroo dheeraa fayyadamuu fi hirriba dhabuu.
2. Pornography garmalee ilaaluu, kunis namoota tokko tokko irratti hawwii qunnamtii saalaa dhugaa fi gammachuu hariiroo gaa’elaa irratti dhiibbaa geessisuu danda’a.
3. Ofiin of gammachiisuu garmalee gochuun, yoo amala to’annaa jalaa ba’e ykn jireenya guyyaa guyyaa jeeqe.
4. Hirriba gahaa dhabuu.
5. Dhiphina sammuu, yaaddoo fi gadda.
6. Furdina qaamaa garmalee.
7. Dhukkuba sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa.
8. Alkoolii garmalee dhuguu.
9. Testosterone hir’achuu.
10. Qorichoota tokko tokko fayyadamuu.
2. Testosterone maaltu hir’isa?
Testosterone hormoonii dhiiraa kan fedhii saalaa, maashaalee fi oomisha sanyii dhiiraa keessatti gahee qabu dha.
1. Umurii dabalaa deemuun.
2. Furdina qaamaa garmalee.
3. Hirriba gahaa dhabuu fi hafuura yeroo hirribaa cituu.
4. Dhukkuba xannacha sanyii dhiiraa.
5. Rakkoo xannacha hormoonii sammuu.
6. Dhukkuboota yeroo dheeraa.
7. Qorichoota tokko tokko, keessumaa opioids fi corticosteroids.
8. Alkoolii garmalee fayyadamuu.
3. Viagra irra deddeebiin fayyadamuun
1. Viagra qaama saalaa kaasuuf gargaaru malee testosterone hin dabalu.
2. Qoricha kana ofiin, hamma sirrii hin taaneen ykn qoricha biraa wajjin walitti makuun fayyadamuun dhiibbaa dhiigaa gadi bu’uu fi miidhaa biroo fiduu danda’a.
3. Viagra irra deddeebiin fayyadamuun ofumaan testosterone hin hir’isu. Garuu sababa dadhabbii saalaa adda baasuu malee qoricha irratti hirkachuun rakkoo bu’uuraa yaaluu hin danda’u.
4. Viagra qoricha nitrate jedhamu wajjin fudhachuun balaa guddaa qaba.
4. Dadhabbii saalaa ittisuuf
1. Hirriba gahaa argadhu.
2. Sochii qaamaa yeroo hunda godhi.
3. Ulfaatina qaamaa madaalawaa eegi.
4. Caatii fi pornography garmalee fayyadamuu irraa of qusadhu.
5. Qoricha saalaa ofiin hin fudhatin.
6. Fedhiin saalaa yoo hir’ate ykn qaamni saalaa ka’uu dadhabe, qorannoo fayyaa godhadhu.
7. Testosterone hir’achuu yoo shakkame, qorannoo dhiigaa ganama godhi.
Hubachiisa: Caatiin, pornography fi ofiin of gammachiisuun nama hunda irratti dhiibbaa walqixa hin qaban. Garuu Dadhabbiin saalaa yeroo dheeraaf yoo jiraate, sababa isaa qorannoon adda baasuun barbaachisaadha.
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Rakkoo qunnamtii saalaa kamiifuu furmaata uumamaa guyyoota muraasa keessatti sirreessu qaba.
Teessoon Shaashamannee 01, naaannoo 30 jedhamee beekamutti argama.

❤3
Page kana irratti waan 3 hojjataa jirra.
1. Hojii Tola Ooltummaa:
Qorichoota mana keessan, dhukkuboota sasalphaa ofumaan akka of-yaaltan(home remady) isin barsiisaa jirra.
2. Tajaajila Gatii Salphaa:
Namoota dhukkuba ciccimoo qaban nubaratti yaalamuu akka danda'an Beeksisuu
3. Oomisha(product) Raabsuu:
Qorichoota keenya namoota Jumlaan barbaadaniif bakka isaan barbaadanitti Dhaqqabsiisuu
Beeksisa kana namoota qoricha aadaa hojjatan qaqqabsiisuu dha.
Maarree Hojii Keenya Yoo Jaalattan Maaliif namootaaf Share gootanii nu hin jajjabeessitan?