#update_University_placement
የዩኒቨርሲቲ ምደባ ተለቋል። ገብታችሁ እዩ።
Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoomeera!
Yuunivarsiitii itti ramadamtan liinkii armaan gadii fayyadamuun ilaallachuu dandeessu
Here is the link https://student.ethernet.edu.et/view-placement
@maths_group11

❤4🔥1
Maths Group11
#update_University_placement የዩኒቨርሲቲ ምደባ ተለቋል። ገብታችሁ እዩ። Ramaddiin Yuunivarsiitii ifoomeera! Yuunivarsiitii itti ramadamtan liinkii armaan gadii fayyadamuun ilaallachuu dandeessu Here is the link https://student.ethernet.edu.et/view-placement @maths_group11
ቅሬታ ያላቸው ምደባው ይፋ ከሆነበት ቀን ጀምሮ በ5 ቀናት ውስጥ በኦንላይን ፦ https://student.ethernet.edu.et/complaints ብቻ ቅሬታ ማቅረብ እንደሚችሉ ተገልጿል።
Namoonni ramaddii isaanii irratti komii qaban, guyyaa ramaddiin isaanii ifa ta’e irraa eegalee guyyoota 5 keessatti qofa, karaa onlaayinii:https://student.ethernet.edu.et/complaints
fayyadamuun komii isaanii dhiyeessuu akka danda’an ibsameera.

❤5
#Remedial_Placement!
#MoE
በ2018 ዓ.ም. የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሀገር አቀፍ ፈተና ወስዳችሁ በሪሚዲያል (Remedial) መርሃ-ግብር የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግቢያ ውጤት ላስመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፡-
የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የምደባ ምርጫችሁን ከመስከረም 7/ 2019 ዓ.ም. እስከ መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም. ድረስ ወደ ትምህርት ቤት መሄድ ሳይጠበቅባችሁ ባላችሁበት ቦታ ሆናችሁ ከታች የተቀመጠውን ማስፈንጠሪያ (Link) በመጠቀም እራሳችሁ እንድትሞሉ እንገልጻለን።
የማስፈንጠሪያ ሊንክ (Link): https://student.ethernet.edu.et/preferences
● Barattoota bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa Rimidiyaal (Remedial) tiin bu’aa seensa dhaabbilee barnoota olaanaa galmeessitan hundaaf:
◇ Filannoo ramaddii dhaabbilee barnoota olaanaa keessanii Fulbaana 7, 2019 A.L.I. irraa eegalee hanga Fulbaana 11, 2019 A.L.I. tti, gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisin, bakka jirtanitti teessanii liinkii armaan gadii fayyadamuun ofii keessanii akka guuttan isin beeksifna.
🔗 Liinkii filannoo ramaddii:
https://student.ethernet.edu.et/preferences

❤3🔥1
What is the solution set of the system of linear equations x+ y = 7 and 2x +3y = -3 ?
Anonymous Quiz
40%
{(24, -17)}
30%
{(-17, 24)}
28%
{(-24, 17)}
3%
{(17, -24)}
❤6
What is the dot product of the vectors u = 3i +2j and v= 5i - 3j?
Anonymous Quiz
16%
8
51%
9
24%
7
10%
6
❤4👍2
If u= I +3j +4k and v= 2i +7j -5k, then what is the cross product of u × v?
Anonymous Quiz
27%
43i + 13j - k
57%
-43i + 13j + k
10%
-4i + 8j - 4k
7%
4i - 8j + 4k
❤3
What is the value of k so that the angle between the vectors u= (k, 1) and v= (-2, 4) is 90°?
Anonymous Quiz
17%
1
30%
2
33%
-1
20%
-2
❤3
Which one of the following is true about the trigonometric function?
Anonymous Quiz
3%
Sin(30°) = Cos(50°)
47%
Sin(30°)² + cos(60°)² = 1
25%
Sin(k) = Cos( 180° - k)
25%
Cos(k) = Sin(90° -k)
Which of the following is not equal with the rest?
Anonymous Quiz
19%
sin(215°)
38%
-cos(55°)
31%
-sin(145°)
13%
-cos(125°)
❤1
Law of Inertia 👇
The first law of motion, also known as the law of inertia, states that an object at rest will remain at rest, and an object in motion will continue to move with a constant velocity, unless acted upon by an external force.
1. Inertia: The tendency of an object to resist changes in its motion.
2. External Force: A force that acts on an object from outside, causing it to change its motion.
3. Constant Velocity: An object will maintain its velocity unless an external force acts upon it.
Applications
1. Understanding Motion: The first law of motion helps us understand how objects move and respond to forces.
Real-World Examples
1. Seatbelts in Cars: Seatbelts help prevent injury by restraining passengers and preventing them from being thrown forward when a car suddenly stops.
2. Objects in Motion: A bowling ball will continue to move in a straight line unless friction or another external force slows it down or changes its direction.

❤4
The box contains 3 red balls and 5 black balls. What's the probability of not black?
Anonymous Quiz
24%
A. 5/8
15%
B. 3/2
54%
C. 3/8
7%
D. 1/2
#ASTU!
የአዳማ ሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩኒቨርሲቲ (ASTU) ማስታወቂያ
ዩኒቨርሲቲው ለ2019 ዓ.ም መደበኛ የቅድመ ምረቃ እና የድህረ ምረቃ አዲስና ነባር ተማሪዎች በሙሉ የዩኒቨርሲቲ መግቢያ ቀናትን እንደሚከተለው አሳውቋል፡-
የምዝገባ ቀናት: መስከረም 20 እና 21 ቀን 2019 ዓ.ም።
የአዲስ ገቢ ተማሪዎች ገለጻ (Orientation): መስከረም 22 ቀን 2019 ዓ.ም ከጠዋቱ 3፡00 ጀምሮ።
የመጨረሻው የምዝገባ ቀን: መስከረም 22 ቀን 2019 ዓ.ም።
ትምህርት የሚጀመርበት ቀን: መስከረም 25 ቀን 2019 ዓ.ም።
አዲስ ገቢ ተማሪዎች ለምዝገባ ሲመጡ መያዝ የሚገባቸው ነገሮች፡-
የትምህርት ማስረጃ ዋናውና ኮፒ፡-
1. የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ሰርተፊኬት።
2. ከ9-12 ክፍል የተማሩበት ትራንስክሪፕት።
3. 4 የፓስፖርት መጠን ፎቶግራፍ።
4. አንሶላና ብርድ ልብስ።
5. የስፖርት ልብስና ጫማ።
👉ከተጠቀሱት ቀናት ውጭ የሚመጡ ተማሪዎችን የማናስተናግድ መሆኑን እንገልጻለን።
ማሳሰቢያ: የክረምት ኢንተርንሺፕ ላይ ያላችሁ ተማሪዎች መስከረም 11 ቀን 2019 ዓ.ም ሪፖርት እንድታደርጉ እናሳስባለን።
ለተጨማሪ መረጃ፡
www.astu.edu.et ይጎብኙ።

❤2
Beeksisa
Barattoota Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknoolojii Adaamaa Bara 2019 A.L.I Idilee digirii Duraa (Undergraduate) fi digirii 2ffaa/PhD(Post-graduate) Haaraa fi buleeyyii hundumaaf:
Guyyaan galmee Fulbaana 20 fi 21/2019 A.L.I ta'a.
Barattoota haaraaf ibsi (Orientation) kan kennamu Fulbaana 22/2019 A.L.I ganama keessaa sa'aatii 3:00 irraa eegaleet.
Akkaasumas guyyaan galmee adabbii waliin Fulbaana 22/2019 A.L.I kan ta'u yoo ta'u, barumsi kan eegalu Fulbaana 25/2019 A.L.I ta'uu beeksisan.
Barattoonni haaraa yeroo galmeef dhuftan:
1. Waraqaa ragaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa oorijinaalaa fi koophii.
2. Tiraanskriiptii kutaa 9-12 kan barattan originaalaa fi koophii.
3. Suuraa saayizii paaspoortii 4
4.Uffata qorraa fi halkanii (Amsoolaa, uffata boraatii).
5. Uffataa ispoortii fi kophee qabachuun akka dhuftan beeksisaa.
Guyyoota armaan olitti ibsamaniin ala dursee yookiin turee kan dhufe barataa kan hin keessumsiifamne ta'uu beeksisan.

Which one of the following is equal to antilog (-2)?
Anonymous Quiz
11%
0.1
17%
200
47%
0.02
25%
0.01
❤5
We ___ English ever since we entered grade one.
Anonymous Quiz
6%
are studying
65%
have been studying
24%
had studied
4%
studied
I wish I _______ rich enough to help the poor in our community.
Anonymous Quiz
9%
am
36%
will be
49%
were
6%
have been