#Debark_University
α α°α£αα α©αα¨αα²α² α α²α΅ αα°αα°α£α½α α₯α α 2018 α.α α α©αα¨αα²α²α α¨αͺαα²α«α (Remedial) α°ααͺ ααα½α α΅αα αα³α½αα α αα¨α³α°α α«ααα½α α°ααͺαα½ α αα α¨αααα£ αα αα΅α¨α¨α 28 α₯α 29 αα 2019 α.α αααα α©αα¨αα²α²α α α³αααα’
αα³α°α’α«α‘
α¨α°α αα±α΅ α¨αααα£ ααα΅ αα (αα΅αα αα ααααΆ) α¨ααα‘ α°ααͺαα½α α¨αα«α΅α°ααα΅ αααα α©αα¨αα²α²α αααΏαα’
αα° α©αα¨αα²α²α α΅α΅αα‘ α¨αα α αα αα₯α΅ (α ααΆα α₯α α₯αα΅ αα₯α΅/ α¨ α¦α«α΅ α¨αα ) α₯αα²αα αα΅αα αα΅ α¨αα«α΅αααα½αα ααα½ αα³ααΆα½ ααα½α α₯αα΅α΅αα‘ α°ααααα’
Barattootni haaraa yuunivarsiitii Dabaarqitti ramadamtanii fi bara 2018 yuunivarsiitii Dabaarqitti barataa remedial turtanii qormaata kan darbitan hundaaf guyyaan galmee Fulbaana 28 fi 29 bara 2019 ta'uu Yuunivarsiitichi beeksiseera.
Hubachiisa:
Guyyoota galmee caqasaman kanaan ala (dura ykn booda) barattoota dhufan kan hin keessumsiifne taβuu Yuunifarsiitichi beeksise.
Yeroo gara yunivarsiitichaa dhuftan uffata bulchinsaa (huccuu ciisichaa/Qorraa), uffata ciisichaa (ansoolaa) fi meeshaalee barnootaa barachuuf isin barbaachisan biroo qabatanii akka dhuftan Ibsame.
@maths_group11

β€3
Maths Group11
#Debark_University α α°α£αα
α©αα¨αα²α² α α²α΅ αα°αα°α£α½α α₯α α 2018 α.α α α©αα¨αα²α²α α¨αͺαα²α«α (Remedial) α°ααͺ ααα½α α΅αα
αα³α½αα α αα¨α³α°α α«ααα½α α°ααͺαα½ α αα α¨αααα£ αα αα΅α¨α¨α 28 α₯α 29 αα 2019 α.α αααα α©αα¨αα²α²α α α³αααα’ αα³α°α’α«α‘ α¨α°α αα±α΅ α¨αααα£ ααα΅ αα (αα΅αα αα ααααΆ) α¨ααα‘ α°ααͺαα½α α¨αα«α΅α°ααα΅ αααα α©αα¨αα²α²αβ¦
#Debark_university
#For_only_remedial _2019!
α 2019 α.α αα° α°α£αα α©αα¨αα²α² αα°αα°α£α½α α¨α α α αα»α»α« (Remedial) α°ααͺαα½α‘
αα°α α²α α¨αααα£ αα α¨αα΅α¨α¨α 28 - 29/2017 α.α α₯αα²αα α°αααΎ α¨αα α¨ α’αααα€ α α΅αα αα΅ ααα΅α΄α α α©α α¨α°ααͺαα½ αα¨α α₯α΅α«αα α«αα°αα¨ α ααα αααα£α ααα°αα°α αα α¨α°α«αα ααα α°αααΏαα’
α©αα¨αα²α²α α¨αα¨αα ααα α₯αα°α°α ααα α α²α΅ α¨α₯αͺ αα΅α³ααα« α₯αα°αα«αα£ α α΅α³αααα’
Barattoota Sagantaa Remediyaalii (Remedial) Bara 2019 Yuniversiitii Dabaarqitti ramadamtan hundaaf:
Kanaan dura guyyaan galmee Fuulbaana 28 - 29/2017 ta'uun isaa kan ibsame ta'us; Ministeera Barnootaatiin odeeffannoon barattootaa hanga amatti kan hin ergaminiif ta'uu isaatiin galmeen sun yeroo hin murtoofneef kan dheerate ta'uu ibsameera.
Yuniversiitichi ergaan odeeffannichaa akkuma xumurameen waamicha haarawa akka baasu beeksiseera.
For more, Join our channel!

β€2