#ODUU_AMMEE
25/11/2016
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barattoota_Kutaa_6ffaafi_8ffaa #miliyoona 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture #har'a 25/11/2016 #sa'aatii 2:30 booda #QABXIIN/FIRIIN/ akka ibsamu BBOtti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.
Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u.
🔰 JOIN AND SHARE
https://t.me/maths_group1
https://t.me/maths_group11

#MoE
#oduu_Ammee
Qabxiin seensa barattoota sagantaa Remediyaalii ifa taasifame.
1. Barattoonni sagantaa Remedial’ii hordofuuf carraa argatan, bu’aa waltajjii isaanii irraa dhibbeentaa 33% fi isaa olii argataniidha.
2. Akkuma olitti ibsame sanatti, barattoonni Yunivarsiitii mootummaa keessatti Remedial program hordofan, qofa kan bu’aa seensa barbaachisu guutan ta’an.
➡️ Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 216
➡️ Barattoota dubartii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaa = 204
➡️ Barattoota dhiiraa fi dubartii naannoo Guddachaa jiranii fi Horsiisee bultoota (developing regions & pastoral areas) = 198
➡️ Barattootni Saayinsii Umamaa Rakkoo Dhageettii qaban (hearing-impaired students) lamaan isaanii (dhiira fi dubartii) = 198
➡️ Barattoota saayinsii Hawaasa rakkoo Dhageettii qaban (visually-impaired students) lamaan isaanii = 165
#MinisteeraBarnootaa (MoE)

❤5