Siif sirbuu...?
::::::;;;;;;;;;;;;;;;;;;;;
Eenyutu na hate
Yoo tokkee koo malee
Jaalalan saaqatee
Kan onnee koo gale
Ani isheeman beeka
Furtuu onnee kiyyaa
Ishee dhabee oollaan
Ofan jibba fayyaa
Hafuurri ishee anaaf
Nageenya abbooma
Hundumaan guutuudha
Hir'uu hin qabdu homaa
Sagalee ishee anaaf
Weedduu weedduu caaluu
Waan fedhe yoo dhufe
Isheen hin madaalu
Kolfa isheetu anaaf
Madda gammachuuti
Onneen koo in boqotte
Ishee argachuutti
Dha'annaan onnee koo
Maqaa ishee faarfatti
Beektuun koo addadha
Hin qabdu fakkaattii!!
Aadannoo naf tatee
Siif buluus Agabuu
Akka naf bishiiltuu
Mee takka sif sirbuu.!
Maddi: kusaa Yaddoo koo
Barressan: Tamaam Ebbisoo Amajjii 19/2004 shashamannee Oromiyaa.
_______________________________
@oromiyyaajiituu

Forwarded from Don't ever forget
Fira haalaa
(ayyaan- 'laallattuu)
Namas Waaqas
Hin saalfattu!
Gaafa ameessi koo dhallaan
Aannan mana koo jiru
Firummaan koo cicciree
Si fixe onneefi tiruu
Gaafan dhageettii qabu
Sagaleema koo quufta
Takka dibbee naaf reebda
Takka xurumbaa afuufta...
Bara barri naaf tolee
Callaan gumbii koo guutu
Taa'ees ka'ees sin arga
Na biraa miila hin fuutu...
Takka cidii naaf guurta
Takka marga naaf haamta
Jaalala koon maraattee
Maqaa shaniin na waamta!
Garuu...
Bara barri jal'attee
Rakkina natti fidde
Maqaa dhibbaan si waamnaan
Na jalaa owwaachuu didde!
Toora hidda namummaa
Madaallii seenaa gattee
Aannan naaf qici jennaan
Dhamallee na dhowwatte!
Kan umuriin biqilchu
Mataan hin dhowwu arrii
Bulus - turus ni dhufa
Hin dhufu seetee barri...?!
Fira haalaa
(ayyaan- 'laallattuu)
Namas Waaqas
Hin saalfattu!
#Tamaam Eebbisoo
joinπ
Share
@oromiyyaajiituu
(ayyaan- 'laallattuu)
Namas Waaqas
Hin saalfattu!
Gaafa ameessi koo dhallaan
Aannan mana koo jiru
Firummaan koo cicciree
Si fixe onneefi tiruu
Gaafan dhageettii qabu
Sagaleema koo quufta
Takka dibbee naaf reebda
Takka xurumbaa afuufta...
Bara barri naaf tolee
Callaan gumbii koo guutu
Taa'ees ka'ees sin arga
Na biraa miila hin fuutu...
Takka cidii naaf guurta
Takka marga naaf haamta
Jaalala koon maraattee
Maqaa shaniin na waamta!
Garuu...
Bara barri jal'attee
Rakkina natti fidde
Maqaa dhibbaan si waamnaan
Na jalaa owwaachuu didde!
Toora hidda namummaa
Madaallii seenaa gattee
Aannan naaf qici jennaan
Dhamallee na dhowwatte!
Kan umuriin biqilchu
Mataan hin dhowwu arrii
Bulus - turus ni dhufa
Hin dhufu seetee barri...?!
Fira haalaa
(ayyaan- 'laallattuu)
Namas Waaqas
Hin saalfattu!
#Tamaam Eebbisoo
joinπ
Share
@oromiyyaajiituu
Forwarded from Don't ever forget
Way joollee bara kanaa?
ππππππππππ
Piroofeesera:- Maal hojjachaa jirtan ijoolle?
Mucaa xiqqoo:- Rabbi kadhachaa jirra.
Pro :- Rabbi eessa jira?
Muciyyoo:- oli jira piroosheesher.
Piroo:- Ni agartanii?
Muciyyo:- Hin agarru.
Piroo:- harkaan ni xuqxanii?
Muciyyoo ;- Hin xuuynu?
Piroo:- akka saayinsiin jattutti wanti ijaan hin agarre, tan harkaan hin xuqamne waan jirre. Kanaafuu rabbiin hin jiru!π³π³π€£
Muciyyoo:- piroosheesher, maaliin mirkaneeffatte dhugaa tahuu?
Piroo:- haay an piroofeesaraa miiΒΏ miira kiyyatti fayyadameetiin mirkaneeffadhekkaa.
Muciyyoo:- miirri kee eessa jira?
Piroo:- na keessa!
Muciyyoo:- ni agartaa?
Piroo:- Hin agaru!π³
Muciyyoo:- ni xuuyxaa harkaan?
Piroo:- hin xuqu!
Muciyyoo:- akka saayinsii wanti hin mullanne, tan harkaan Hin xuqamne waan hin jirre! Kanaafuu miirri kee hin jiru! Rabbiin jira!ππππππππππππππππππ

Ani Si Malee
πππππππππ
Ani yaada keen guutameen
Guyyaa hojii malee Oola
Akka asmaarii taheen
Maqaama keen yeedala
Ija dura nan badduu
Yaa kolooloo ija kuulaa
Qalbii koo na fudhattee
Akkan ilaalettin bula
Garaan hiyyeessa hin qabu
Argachuu fedha hundaa
Keessa koo si jaallate
Naaf homaa hin qabdu mudaa
Miidhagina kee ilaalee
Dabbasaa kee isa jaftaa
Mudhiin kee lookoon waliin
Onnee Koo kee keessa jirta
Sagaleen kee kilolee
Keessa koo na fudhatee
Erguman si baree
Garaan koos na gubate
Hiyyumma koo hin ilaalin
an fayyaa guutuun qabaa
Har'an hanqadhe malee
Boor hundaa of harkaan qabaa
Qabeenya keetiif miti
Kan Onneen koo siif cabe
Midhagaaf kennaa rabbitu
Qalbii koo na sassaabe
Nan shakkiin homa tokko
Ani siif qulqulluudha
Si sobee nagaa hin qabu
Nama uumaa beekudha
Garuu laphee siif
Cabe Hin miidhiin
Dhadhaa abidda buutee
deeban hin argatani
Garaan koo siif madaa'ee
Natti ta'eera eelaa
Anis utuun si yaaduu
Nyaadhee quufeen beela'aa
Sin jaalladha yaa Dammee
Dammee koo mudhii soonsaa
Ani waan hundaa dhabee
Si qabaachuu na boonsa
Sobdee nan naasisiin
Jalallee qaba jettee
Maal ta'a tokkicha keetti
Utuu dhugaa dubbate
Nama mormu danda'ee
Hunduu dhugaa fakkaata
Garuu waanan si jaalladhuf
Keessi koo didee garaa sitt jabaata
ππππππππππππππ
Kottaa Bashananaa garee keenya wajiin.
βHundumaaβ
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
πππππππππ
Ani yaada keen guutameen
Guyyaa hojii malee Oola
Akka asmaarii taheen
Maqaama keen yeedala
Ija dura nan badduu
Yaa kolooloo ija kuulaa
Qalbii koo na fudhattee
Akkan ilaalettin bula
Garaan hiyyeessa hin qabu
Argachuu fedha hundaa
Keessa koo si jaallate
Naaf homaa hin qabdu mudaa
Miidhagina kee ilaalee
Dabbasaa kee isa jaftaa
Mudhiin kee lookoon waliin
Onnee Koo kee keessa jirta
Sagaleen kee kilolee
Keessa koo na fudhatee
Erguman si baree
Garaan koos na gubate
Hiyyumma koo hin ilaalin
an fayyaa guutuun qabaa
Har'an hanqadhe malee
Boor hundaa of harkaan qabaa
Qabeenya keetiif miti
Kan Onneen koo siif cabe
Midhagaaf kennaa rabbitu
Qalbii koo na sassaabe
Nan shakkiin homa tokko
Ani siif qulqulluudha
Si sobee nagaa hin qabu
Nama uumaa beekudha
Garuu laphee siif
Cabe Hin miidhiin
Dhadhaa abidda buutee
deeban hin argatani
Garaan koo siif madaa'ee
Natti ta'eera eelaa
Anis utuun si yaaduu
Nyaadhee quufeen beela'aa
Sin jaalladha yaa Dammee
Dammee koo mudhii soonsaa
Ani waan hundaa dhabee
Si qabaachuu na boonsa
Sobdee nan naasisiin
Jalallee qaba jettee
Maal ta'a tokkicha keetti
Utuu dhugaa dubbate
Nama mormu danda'ee
Hunduu dhugaa fakkaata
Garuu waanan si jaalladhuf
Keessi koo didee garaa sitt jabaata
ππππππππππππππ
Kottaa Bashananaa garee keenya wajiin.
βHundumaaβ
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
Forwarded from Don't ever forget
Ala ba'aatu taphadhaa
Xiyyaarri 1 Namoota machaa'an bayyii fa'ee utuu balali'aa jiruu
Namonni machaa'an bayyii jeequ... ni wacu... jara keessa macha'aan 1 paayileeti(pilot) bira dhaqee...xiyyaara balaliisisuu na barsiisi jedhe gaafata! Bayyii rakkisaan
Paayileticha... yoo namoota jeeqan hunda akkasaan callisan dhowwite jarri dhiisan sinbarsiisa jedhan...
Macha'ichi tole jedhee warra machaa'an bira dhaqe...
*
turee deebi'e jarris callisaniiru
Nabarsiisi amma jedheen...
Paayileeticha...Baayyii aja'ibeeni... mal jenaan siif callisani jedhee gafate??
.
.
.
Machaa'icha... balbala baneen gadi baha taphadhaa jedheenπππ

Qopheessan.β
(Tamaam Eb)
Dhugaa waa'ee Adoolf
π waa'ee NAZI fi Adopf Hitler waa xiqqooπ
π1.sanyi balleessaan Naazii HOLOCAST (Hoolookaast) jedhamee waamama.
π2.HOLOCAST kan eegale bara 1933 tti Adolf Hitler akkuma aangoo qabateen yoo ta'u kan dhumateef immoo bara 1945 tti wayita NAZI,n moohamedha.
π3.waktii sana Ibirootni Awurooppaa keessa jiraatan gara miliyoona 9 kan ta'an yoo ta'u,kana keessaa Hitler namoota miliyoona 5-6 ta'an ajjeesiseera.
π4.Ibiroota waliin wal fuudhuun ykn wal qunnamtii saalaa raawwachuun seeraan kan dhorkame ture.
π5 Jewish (Ibiroota) kan ta'an eenyuyyuu ijoollees (dubartoota ulfaas dabalatee) bira hin darbamu ni ajjeefamu malee. ...........
Asumaaan kan keenyaa hoo akkam San isiniif dhiiseera
Madda π kitaabaπππ Imimmaan Oshwiitz fi Google
Itti fufa
#Join-us
#Join-us
Share
πππππππ
ππ @oromiyyaajiituuππ
ππ @oromiyyaajiituu ππ
ππππππππ

HUBADHU!!!
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Joinπ t.me/oromiyyaajiituu
β² YΙΙdi mΙlee hin dhiphΙtin!
β² NΙmΙ irrΙΙ bΙΙy'ee hin eeggΙtin!
β² DΙndeettii keetti fΙyyΙdΙmi!
β² DogoggorΙ kee irrΙΙ bΙrΙdhu!
β² Ofitti ΙmΙni!
β² DΙndeettii kee beeki!
β² Utuu beektuu hin mufΙtin!!!
sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
πΊα΄α΄ΙͺΙ΄πΊ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Joinπ t.me/oromiyyaajiituu
β² YΙΙdi mΙlee hin dhiphΙtin!
β² NΙmΙ irrΙΙ bΙΙy'ee hin eeggΙtin!
β² DΙndeettii keetti fΙyyΙdΙmi!
β² DogoggorΙ kee irrΙΙ bΙrΙdhu!
β² Ofitti ΙmΙni!
β² DΙndeettii kee beeki!
β² Utuu beektuu hin mufΙtin!!!
sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
πΊα΄α΄ΙͺΙ΄πΊ
Forwarded from Minster of education ethiopian
Share 'Physics-Reference for Grade 11 & 12.pdf'
Forwarded from Don't ever forget
HUBADHU!!!
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Joinπ t.me/oromiyyaajiituu
β² YΙΙdi mΙlee hin dhiphΙtin!
β² NΙmΙ irrΙΙ bΙΙy'ee hin eeggΙtin!
β² DΙndeettii keetti fΙyyΙdΙmi!
β² DogoggorΙ kee irrΙΙ bΙrΙdhu!
β² Ofitti ΙmΙni!
β² DΙndeettii kee beeki!
β² Utuu beektuu hin mufΙtin!!!
sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
πΊα΄α΄ΙͺΙ΄πΊ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Joinπ t.me/oromiyyaajiituu
β² YΙΙdi mΙlee hin dhiphΙtin!
β² NΙmΙ irrΙΙ bΙΙy'ee hin eeggΙtin!
β² DΙndeettii keetti fΙyyΙdΙmi!
β² DogoggorΙ kee irrΙΙ bΙrΙdhu!
β² Ofitti ΙmΙni!
β² DΙndeettii kee beeki!
β² Utuu beektuu hin mufΙtin!!!
sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄β§sΚα΄Κα΄
@oromiyyaajiituu
@oromiyyaajiituu
πΊα΄α΄ΙͺΙ΄πΊ
Forwarded from Don't ever forget
Dubbii tana itti dhihaadhaa isin fayyadii
Jaartii haadha mana namaa watu ture isiinis gaafa tokko manaa gad baatee jaarsota sadan wayii argite karaan gamatti wal dubbisanii haadhoon ol seenaa buna isiniif dhaaba jetteen achii yoo seenuuf dhufan abbaan manaa ishee hin jiru jaarsonni hin seenu jetten achii maaf jettee gaafatteen isheen isaan ammo galgala galgala galaa koottaa lama jetteen amma dhufan yoo dhufan abbaan manaa ishee galeera achii maqaan keenya tokko badhaadhinna kuun milka'innaa kuun jaalala jetteen amma isheen ol fiigdee Abba manaa isheeti himte inni badhaadhinna ol nuuf seensi jedheen isheen imo milka'innaa hin wayyuu jettee wan gaarrifatan achii ijooleen isaanii mucayyoon takka jaalala jettee ijooleen biroos ishee deegarte achii haadhoon gad baatee jaalali ol seeni jetteen jaarsonni imo kana dhagahanii wal biraa hafnu jedhaniin maaf jenaan osoo dura badhaadhinna ykn milka'innaa waamtee turee amma jaalala nu bira waamtee maalitti hafna jettee digde.
Yaa rabbii nama jaalalaaf iddoo kennu nu taasisi yoo sitti tole *share like# godhaa
β€οΈJaalala jaalalaβ€οΈ
π @oromiyyaajiituu π

β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€β€JECHOOTA BEEKTOTAA!
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti."
β (Biilii Giraam)
β "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa."
β (Biilii Giraam)
β "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
β (Looyid Joonsi)
β "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata."
β (Shiikeeraa)
β "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
β (Ingilizoota)
β "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
β (Giriikota)
β "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baayyee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
β (Araboota)
β "Beekumsi nyaata lubbuuti."
β (Pilaatoo)
β "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif."
β (Abrahaam Liinkan)
JOIN JOIN Share
ππππππππ
( @oromiyyaajiituu )
[ @oromiyyaajiituu ]

Namni maaliif Jaalalaan qabamaa? Sababootni
gurguddoon namni jaalalaan qabamuuf:
1. WALFAKKEENYA: Amala, akkataa yaaduu,
ilaalchaa fi mul'ata walfakkaataa qabaachuu.
"Haadha manaaf abbaa manaa laga tokkoo
waraaban" jedha Oromoon, edaa kanaaf natti
fakkaata.
2. WALITTI DHIYEENYA: Bakka hojii, mana
jireenyaa, mana barumsaa fi kkf erga yeroo
dheeraaf waliin nama oolchee booda,
walyaaduutu dhufa, walii yaaduutu itti fufa,
onneetu walittu kufa..... sana booda isinuu
beektu....
3. AMALA ykn BIFA AKKA ULAAGAATTI qabatan
argachuu: Kuni immoo "ijasheetu onnee na
gaalaafate, rifeensa isheetu garaa na nyaate,
ijaan seentee onneen na baate " kan
mucaan jedhe sana. Amalas ta'uu danda'a
"Amala fi qalbiisaa irraa hafuun dadhabe, Kabaja
inni namaaf qabu ilaaleen gaggabe..... "
kan intalli jette sana....
4. ERGA JAALLATAMANII DEEBISANII
JAALLACHUU. Kun ammoo ergaa isheen isa
jaalattee ykn inni ishee jaalatee booda isa
deebisanii jaalatan sani. Erga na jaalattee anis
kankeeti, homtuu sirraa adda nan baasu... kan
jedhan sani....
5. DHIIBBAA HAWAASUMMAA: Kan maatiin ykn
hawaasni naannoo sammuu namaa keessa
kaa'an jechuudha. Ilmi abbaan isaa "intala
magaalaa kan waa hunda beektu, asiin seentee
achiin baatu,..... fuudhi" jedhee guddie yoo intala
akkasii arge akka jaalatu beekamaadha. "Intala
baadiyyaa, kan naamusa fi qalbiin kuulamtee, kan
aadaadhaan guutamte, kan safuudhaan guddatte
fuudhuutu nama gammachiisa " kan jedhamaa
guddate ammoo harkasheetti kufuun isaa hin
oolu.
6. HIR'INA WALIIF GUUTUUDHAAN. Barbaacha/
hir'ina/fedhii hin guutamiin ishee yoo guuteef isa
jaallachuun ishee hin oolu, isheenis yoo guutteef
inni jaalachuunsaa hin oolu. "Utuu inni hin jiru
ta'ee bineensatu na nyaata ture" jetti.... "Utuu
isheen naaf hin qaqqabnee yoona qofummaa na
gaalafate lubbuun hin jiru" jedha innis!
Utuu qofummaan nama gaalafata ta'eellee ani
abdiin yoona hin jiru dhugaa Rabbiiti!
Madda: Psychology Today
Xiinsammuu garaa garaa argachuuf
JOIn t.me/oromiyyaajiituu

The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 17 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 10 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.