Muhammedteyib Nure:Judge
17.6K subscribers
1.34K photos
29 videos
3.01K files
341 links
Muhammedteyib Nure:Judge
Download Telegram
Jijjiirraa AS ilaalchisee Murtii Gumii Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa
------------------------------------
(Hagayya 29,2018 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Gumiin Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa Yaa'ii Idilee 230ffaa, Hagayya 28,2018 gaggeesseen yaada murtii Jijjiirra
a AS fi Qaadota Manneen Murtii Shari'aa dhiyaate irratti maryachuun mirkaneessee jira.
Bu'uuruma kanaan ibsa,adeemsa jijjiirraan itti raawwatamee fi tarree maqaa AS fi Qaadota jijjiirraan hojjatameef kan isiniif ifoomsine ta'uu ni beeksifna.
❤9
Qajeelfamalakk 33-2018.pdf
13.1 MB
Qajeelfama bittaa fi gurgurtaa sirna kanfaltii elektiroonikaa Naannoo Oromiyaa lakk.33/2018
❤7
Qajeelfama Sirna Kaffalitii Elektiroonksii 34.2018.pdf
6.7 MB
Qajeelfama sirna kanfaltii elektiroonikii Naannoo Oromiyaa lakk.34/2018
❤16👍3
Forwarded from Maftuu lawyer @Gola seeraa🙏️ (Maftu Ebrahim)
LEENJII TQADH LHIP (1).pptx
38.3 MB
Kenninsa Tajaajilaa FI Qabiinsaa Abbaa dhimmaa by Obbo_Sintaayyoo_Fayyisaa ( Leenjisaa ILQSO)
https://t.me/maftulawyer
👍8❤5
Hiikoo Seeraa Abbootii Seeraa 7'n Kenname:
"Namni sanada sobaatti fayyadamuun  gocha yakkaa gowwoomsuu raawwate,yakka bu’uuraa (gowwoomsuu) qofaan osoo hin taane dabalataan yakka sanada sobaa fayyadamuu isaatiinis yakka daddabalamaadhaan balleessaa jedhamee adabamuu qaba" jechuun Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa lakkoofsa galmee 239267 ta'e irratti murtii haaraa kenneera.

Ammaan dura yakka bu'uuraa yakka gowwoomsuu qofaan adabama malee yakka sanada sobaa fayyadamuutiin hin adabamu jedhamee hiikoo lakkoofsa galmee 232750፤234082፤104637 fi 107195 akkasumas galmeelee biroo irratti hiikoon kennamee ture hiikoo haaraa lakkoofsa galmee 239267 ta'een jijjiirameera.

Qulqullina hojii keenyaaf hiikoo haaraa dubbisaa hubachaa deemuun dansaadha jedheeni.
❤5
239267.pdf
650.9 KB

❤25👍9