Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐ค)
DIRQAMA KEE BAHII
***
Hamma ati ofiif hin dhimmineetti, homtu siif dhimmaa hin qabu.
Addunyaa kana irraa waanti dhaabbatan tokko illee hin jiru, kanaafuu addunyaa jijjiiramuu kanaa faana jireenya kee jijjiiri (of haareessii).
Waan dagachuun sirraa jiraatu kamiyyuu dagadhuu. Guyyaa kee jaalala fi Gammachuun eegalii.
Namoota jireenya kee irratti gufuu sitti ta'anif dhimma hin qabatiin(tuffadhu). Waan sii barbaachisuu xiyyeeffannoo guddaan rawwadhu.
Abjuun gudda jedhame biraa hin gahamnee tokko illee hin jiru. Abjuu kee bira gahuuf immoo ifaajii (xaarii). Kan kanaan alaa abjuun kee abjuudhuma ta'eetu hafa.
Ifaaji(xaarii)n ala abjuun kamiyyuu du'aadha.
Kufaatiin immoo ragaa waan tokko yaaluu keetii, kanaaf kufuu hin sodaatiin irraa deddebi'i yaalii.
MILKAA'II
Guyyaa gaarii ๐๐๐
**
#share gochuu hin dagatin.
Join ๐๐๐
@JECHOOTAHAYYOOTA

โค20๐4
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐ค)
#Wantoota_6_har'a_ofitti_himi!
***
1.Ani qaaliidha.
2.Haala har'aa keessaa boru nan baha.
3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha.
4.Jaalatamuun naaf mala.
5.Nagaafi gammachuun barbaada.
6.Ani dandeettii gahaa nan qaba.
โโโโโ
ยฉ Dr. Bulti Likisa (Bultoo),2023
#JOIN & #SHARE๐
๐๐๐
@Jechootahayyoota
***
1.Ani qaaliidha.
2.Haala har'aa keessaa boru nan baha.
3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha.
4.Jaalatamuun naaf mala.
5.Nagaafi gammachuun barbaada.
6.Ani dandeettii gahaa nan qaba.
โโโโโ
ยฉ Dr. Bulti Likisa (Bultoo),2023
#JOIN & #SHARE๐
๐๐๐
@Jechootahayyoota
โค7
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐ค)
JECHOOTA HAYYOOTA
Photo
#DHUKKUBA_NERVII
โโโโโ
Dhukkubni narvii gosoota hedduu fi bal'aa of keessa qaba. Kana keessaa garuu kan yeroo baay'ee nama dhibuu fi kanan har'a kaasuu barbaade dhukkuba narvii kan gara alaa (peripheral neuropathy) kan jedhamudha.
Dhukkubni kun erga nama qabatee mallattoo akkamii argisiisaa?
โQaama keenya keessumaa miilaa fi harka keenya gubuu
โMiira gara garaa kan akka dhukkubbii qaamni keenya dabarsuu dadhabuu ykn hadooduu.
โDhukkubbiin akka waraansa miila fi harka keessaa nama dhukkubuu
โQaamni keenya keessumaa miilaa fi harki keenya humna guutuun socho'uu dadhabuu ykn nuuf abboomamuu diduu.
โDhukkuboota kana yeroo hedduu maaltu nutti fidaa?
โDhukkuboota biroo keesumaa dhukkuba sukkaaraa
โHir'ina nyaataa keessumaa vitaaminoota B1 B6 B12
โSanyiidhaan ykn genetics
โAlkoolii hedduu dhuguu
โMiidhama qaamaa kanneen akka kufaatii, caba fi kkf kan narvii qaama keessaa kutuu cafaquu fi miidhuu danda'an.
โCafaqamuu (compression) narvii qaama keessaa kan sababa gara garaa akka dhukkuba dhiitaa qaama keessaa fi miidhama alaan nurra ga'urraa dhufu
โQorichoota dhukkuba biraaf fudhataman kan akka kaanserii; HIV fi kanneen biroo
#Akkamiin ofirraa ittisuu ykn gargaaruu dandeenyaa?
๐Boqonnaa ga'aa fi sochii qaamaa ga'aa walitti fufaa ta'e gochuudhaan
๐Nyaata madaalamaa ta'e haga dandeenye keessumaa kuduraaf muduraa nyaachuu qabna.
๐Alkoolii kan dhugnu yoo ta'e xiqqeessuu ykn dhaabuu
-๐Dhukkubsataa/ttuu sukkaaraa yoo taane qoricha nuuf kennamu seeraan fudhachuun giluukoosii qaama keenya keessaa bakka barbaadametti eeguu
๐Dhangala'aa ga'aa dhuguudhaan hirriba ga'aa rafuu
๐Yoo kana hundaan nutti fooyya'uu baate gara mana yaalaa deemuun qoricha fudhachuu qabna.
โ๏ธ Dr. Mohammed Kedir
~~~~

โค13
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Abd)
Yaa maqaa kee Haacee koo
Maqaa kee toltuu kana
Yaa garaa kee kormee koo
Garaa kee loltuu sana...
Dhugaaf dhaabattuu sana
Gumaa baafattuu sana!
Utuu si ta'ee yoona
Goota kee dhabdee hin raftu
Utuu si ta'ee yoona
Golatti cabdee hin haftu...
Utuu si ta'ee yoona
Xiiqiin kee saafaa abiddaa
Utuu si ta'ee yoona
Buddeena gumaa didda!
Kan qacceen dirra dhaanu
Gindii baattuu sangootaa
Irmii nyaattuudha nuti
Irmii nyaattuu dhalootaa!
By......Lata kenei
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Maqaa kee toltuu kana
Yaa garaa kee kormee koo
Garaa kee loltuu sana...
Dhugaaf dhaabattuu sana
Gumaa baafattuu sana!
Utuu si ta'ee yoona
Goota kee dhabdee hin raftu
Utuu si ta'ee yoona
Golatti cabdee hin haftu...
Utuu si ta'ee yoona
Xiiqiin kee saafaa abiddaa
Utuu si ta'ee yoona
Buddeena gumaa didda!
Kan qacceen dirra dhaanu
Gindii baattuu sangootaa
Irmii nyaattuudha nuti
Irmii nyaattuu dhalootaa!
By......Lata kenei
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
โค15๐2
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Abdet)
๐ข DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids)
โ ๏ธ Mallattoolee Kintaarotii
๐ค Dhukkubbii yeroo baay'ee
๐ฅ Hooksisuu fi gubuu
๐ต Naannoo munnee dhiitaโuu
๐ฉธ Dhiiguu dandaโa
๐ Sadarkaa Dhiitoo
1๏ธโฃ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mulโatu.
2๏ธโฃ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebiโa.
3๏ธโฃ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebiโa.
4๏ธโฃ Sadarkaa 4: Ol hin deebiโu, gadi baheetuma hafu.
๐ฏ Sababoota Nama Saaxilan
๐ต Umuriin ol siquu
๐ฝ Yeroo baayโee ittanuu
๐บ Yeroo Dheera mana fincaanii irra turuu
๐ Furdinaa Dabaalu
๐งณ Baโaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu
๐งผ Hudduu akka malee riguu
๐งโโ๏ธ Dhaabbannaa fi taaโumsa yeroo dheeraa
๐คฐ Ulfa
๐จ Rakkoolee Hordofsiisuu Dandaโu
๐ฉธ Hirโina dhiigaa
๐งฑ Dhiigni dhiita keessatti itituu
๐ฆ Dhiitan 'infection' taโuu
๐ฉน Madaaโuu
โ Sagaara qabachuu dadhabuu
โ Maloota Ittisa Kintaarotii
๐ง Bishaan gahaa dhuguu
๐ฅ Soorata faayibarii (fiber) qaban fayyadamuu
๐ฝ sagaran yoo si qabee yeroo dhufu, tursisuu dhisuu
โ๏ธ Ulfaatina hirโisuuf yaali
๐โโ๏ธ Sochii qaamaa gochuu
๐ฆ Baโaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu dhiisuu
๐ฉบ YAALA KINTAAROTII
๐ฅฆ Soorata gogiinsa garaa ittisan fayyadamuu
๐ง Bishaan sirritti dhuguu
๐ฝ Yeroo baayโee ittanuu dhiisuu
๐ Bishaan hooโaa keessa taaโuun madaa tasgabbeessuu
๐งผ Hagan booda bishaan hoโaan dhiqachuu
๐ซ Gogaan hudduu akka hin haqamne eeggachuu
๐ Qoricha dhukkubbii hanbisu โ ajaja ogeessa fayyaa irratti
๐ Qoricha buubbu keessatti kaaโamu
๐ฟ Qoricha naannoo buubbu dibamu
๐ฅ Yeroo barbaachisaa taโee yaala baqaqsaa (surgery) gochuu โ ogeessa waliin mariโachuun gaariidha!
Dr. Mohammed Kedir
~~
#share #Subscribe #YouTube

โค7๐6๐ฅฐ2
Akkaataa sammuudhaan cimaa taโuu dandeenyu:
โข Yeroo kophaa hin sodaatin.
โข Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin.
โข Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin.
โข Bu'aa hatattamaa hin eegin!
โข Balaa shallagame fudhachuu hin sodaatin!
โข Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin.
โข Itti gaafatamummaa irraa hin saalfatin.
โข Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in!
โข Milkaa'ina namoota birootti hin aarin!
โข Namoonni kaan miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin!
โข Yeroo ofiitti gaddaan hin gubin!
โข Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin!
@OROMOTOO

โค7๐6๐ฅฐ3
Na dhaggeeffadhu sirriitti. Wanti si mudatu eenyummaa kee hin murteessu; akka ati isaaf deebii kennituutu si ibsa. Ati Rakkoo kee caalaa jabaadha; dogoggora darbe hunda walitti ida'amuu isaa caalaas ati guddaadha.
Abbaan kallattii jireenya keetii situ Si'i; waan jijjiiramuu hin dandeenyetti hidhamaa hin ta'in. Ati loltuu callisaa, waraana keessoo keetii injifachaa jiruudha.
Mataa kee ol qabadhu. Ofii keetiif dhiisiifama godhi. Gara fuulduraatti tarkaanfachuu hin dhaabin.
โโโโโโโโโโโ

๐ฅฐ4โค3
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (๐HARARGEE MEDIA)
๐ Bu'aa Qormaataa Keessan Ilaalchisee Ergaa
Barattootni tokko tokko bu'aa olaanaa galmeessitanii jirtu ๐๐ฅณ.
Kaan immoo milkaa'ina gaarii irra geessanii jirtu ๐โค๏ธ.
.. Kaan keessan garuu... bu'aan isin argattan akka isin yaaddan hin taane ta'uu danda'a ๐. Garuu maaloo, Sammuun keessan akka isin miidhuuf hin hayyaminaa ! ๐ซถ
Of fooyyeessuuf carraan lammaffaan ammallee jira - Remedial ๐โจ.
๐ Yaadadhaa: Bu'aan qormaata kanaa dhuma jireenya keessanii miti. Imalli keessan ammallee dheeraa dha. Abjuun keessan ammallee jiraataa dha, akkasumas gatiin keessan lakkoofsa waraqaa irratti barreeffame caalaa baay'ee guddaa dha ๐ซถโค๏ธ.
๐ Sababni isaas, gara fuulduraatti balbaloonni haaraan hedduun isin eeggatu ๐ชโจ. Boqonnaawwan jireenyaa keessan keessaa kanneen hundarra bareedoon ammallee hin barreeffamne ๐ซดโ๏ธ๐ฌ.
๐ Dhumarrattis, Ministeerri Barnootaa qabxii seensa Remedial fi ramaddii Yunivarsiitii yeroo beeksisu, odeeffannoo barbaachisaa ta'e hordofnee isin biraan ni geenya ๐ค๐ข.
โค๏ธ Hunda keessaniif milkaa'ina guddaa hawwina!
Har'a bu'aan keessan maaliyyuu haa ta'u, boruuf abdii hin kutatinaa! ๐ช๐ฅ
Join ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐

โค3๐ฅฐ3
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) โ๏ธ)
Namoonni beeksisaa channali kanarratti maxanfachuu barbaadan karaa @Yaadawaljijjiruufbot nu Qunnamuu ni dandeessu๐
๐ฅฐ3
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (JAARRAA ABBAA GADAA)
oromoof waan baayyee taateetaa oromoof jiratee darbiteetaa seenaan sin-dagatuu ilfeekoo.
nagaan boqadhuu๐ฅฒ
@JECHOOTAHAYYOOTA
nagaan boqadhuu๐ฅฒ
@JECHOOTAHAYYOOTA
๐ข1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (JAARRAA ABBAA GADAA)
Miira Ofii Tooโachuun Humna; Dubbachuu Malee Callisuun Ogummaa Dha โ๏ธ
Namni miira isaa tooโachuu hin dandeenye, salphaatti warra miira isaanii toโatan jala gala. Kanaaf, yeroo hunda dubbachuun osoo hin taane, bakka sirrii irratti callisuun murteessaadha.
1. Callisi , yeroo aariin kee ol kaโu
Yeroo aariin si keessaa kaโu, dubbii ati dubbattu hedduun isaanii boodarra si gaabsiisu dandaโu. Kanaaf, yeroo sana callisuun of eeggannoo fi ogummaa agarsiisa.
2. Callisi , yoo ragaa hin qabne
Waan sirriitti hin mirkaneessin dubbachuun nama dogoggorsuu dandaโa. Callisuun immoo soba irraa si eega, kabaja kees ni tiksa.
3. Callisi , yoo dubbii kee nama miidhu taโe
Jecha tokko qofatu garaa namaa madeessuu dandaโa. Kanaaf, yoo dubbii kee namatti ulfaatu taโe, callisuun filannoo gaarii dha.
4. Callisi , yeroo dhaggeeffachuun barbaachisu
Yeroo hunda dubbachuu osoo hin taane, yeroo tokko tokko dhaggeeffachuun hubannoo guddaa siif kenna. Callisuun barnoota.
5. Callisi , yoo dhimmichi kee hin taane
Dhimmoota si hin ilaallanne keessa seenuun rakkoo siif fida. Kanaaf, bakka si hin barbaachifne callisuun nagaa siif eega.
6. Callisi , yeroo soba dubbachuuf qoramtu
Yeroo tokko tokko dhugaa dhiisnee soba dubbachuuf ni qoramna. Garuu callisuun cubbuu sana irraa si baraara.
7. Callisi , yoo booda gaabbuu dandeessu
Jecha tokko dubbachuun dura, โkana booda ni gaabba?โ jedhii of gaafadhu. Yoo eeyyee taโe, callisuun murtii sirrii dha.
8. Callisi , yeroo qeeqni sitti dhagaโamu
Qeeqa hundaaf deebii kennuun hin barbaachisu. Yeroo tokko callisuun of kabajuu fi bilchina agarsiisa.
๐ Xumura irratti callisuun dadhabina miti; ogummaa, of-toโannoo fi bilchina sammuu agarsiisa. Namni callisuun isaa yeroo sirrii beeku, jireenya isaa keessatti milkaaโina guddaa argata.

โค11๐2๐ฅฐ1
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
๐ฌ๐ฒ๐ฟ๐ผ๐ผ ๐ฎ๐๐ถ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐๐๐, ๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฑ๐ถ๐ถ๐ป ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎโ๐ถ๐ป๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐ถ๐ถ๐ ๐ถ๐ณ๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ถ ๐ฏ๐ฎ๐นโ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎโ๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐บ๐ฎ.
๐ซ๐๐บ๐๐ฟ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐๐๐ถ ๐ต๐๐บ๐ป๐ถ ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐ต๐๐บ๐ป๐ฎ ๐น๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ฎ๐ฎ ๐บ๐ถ๐๐ถ; ๐ต๐๐บ๐ป๐ฎ ๐๐ฎ๐บ๐บ๐๐ ๐ณ๐ถ ๐พ๐ฎ๐น๐ฏ๐ถ๐ถ ๐ฐ๐ถ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ต๐ฎ. ๐๐๐ถ ๐๐ผ๐ผ ๐ผ๐ณ๐ถ๐๐๐ถ ๐ฎ๐บ๐ฎ๐ป๐๐ฒ๐ฒ, ๐ผ๐ฏ๐๐ถ๐๐ฒ๐ฒ, ๐บ๐๐ฟ๐ฎ๐ป๐ป๐ผ๐ผ ๐ณ๐ถ ๐ฐ๐ถ๐ฐ๐ต๐ผ๐ผ๐บ๐ถ๐ป๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ฎ๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐บ๐๐ฒ, ๐ต๐ฎ๐บ๐บ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ถ ๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ฏ๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฑ๐ฎ๐ป๐ฑ๐ฎโ๐. ๐๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ ๐ฒ๐ฒ๐ด๐ถ, ๐๐ฎ๐บ๐บ๐๐ ๐ธ๐ฒ๐ฒ ๐พ๐๐น๐พ๐๐น๐น๐๐ ๐๐๐ฟ๐๐ถ, ๐ป๐ฎ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐ต๐ถ๐ป ๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฒ๐ฒ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ณ๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐. ๐๐ธ๐ธ๐ฎ๐๐ถ๐ถ๐ป, ๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฑ๐ถ๐ถ๐ป ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎโ๐ถ๐ป๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐ถ๐ถ๐ ๐ด๐ฎ๐น๐บ๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ถ ๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ.

๐ฅฐ6๐4
OF AMANSIISUU( CONVINCE YOUR SELF)
โโโโโโโโโโโโโโโโ
Of amansiisuu jechuun kayyoo ofii, abjuu ofii, mul'ata ofii qabattan biraan gaha jedhani sammuu ofitti fudhachuu jechudha.
Samii gaditti aangoon kamiyyuu dhalaa namaaf kan kennamedha, kanaa jechuun dhalli nama waan yaadee kamuu bira gahuu akka danda'uu agarsiisaa.
Tommy lasordan akkas jechuun waa'ee of amansiisuu dubbata
"The difference between impossible & possible lies on a man's determination" jedha
Waan samii gadii tokkolle wantii hin danda'amne hin jiruu waan ta'eef abjuu keerra yommuu abdi hin kutaatiin
Deemsa Kee itti fufi, milkaa'ii
"Kaleessii du'eera, bor hin dhalannee jiraachuuf guyyaan nutti qabnu har'a duwwaadha"
Share akka gootu abdin qaba
Join ๐

๐6โค3๐ฅฐ3
โง MILKAA'INA Jechuun:โง You can see the definition of SUCCESS!
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
SUCCESS
"S" - See your Goal!
"U" - Understand the obstacles!
"C" - Create a positive mental picture!
"C" - Clear your mind of self doubt!
"E" - Embrace the challenge!
"S" - Stay on the track!
"S" - Show the world you can do it!
โง MILKAA'INA Jechuun:
โ. Galma ofii arguudha!
โ. Rakkoolee mudachuu danda'an beekuu!
โ. Fakkii yaada qulqullaa'aa uumuu!
โ. Dhiibbaa hamaa sammuu keessaa haxaa'uu!
โ. Jijjiiramaaf hojjechuu!
โ. Jabaatanii itti fufuu!
โ. Akka dandeessu addunyaatti argisiisudha!
sสแดสแดโsสแดสแดโโ
โ @oromotoo
โ @oromotoo
๐บแดแดษชษด๐บ

โค6๐ฅฐ3๐2
Hammuma umriin lafa guurte, gorora liqimsita; achii gororri si feโa. Gororri ammas ammas si feenaan dullumatu sitti gaaddiddeessaa jira.๐งโโ
Akkam seeta....Nama hunda wajjin daandii dheeraa deemuu akka hin dandeenye hubatta. Daandii filatta. Daandiin filatte qoraattii qabamoo hin qabuun si hin yaaddessu. Sababni isaa umriin akkuma deeme waraansa hedduu darbee gogaan kee qoree dhaqna godhateera. Hundeen jecha โqorumsaโ jedhuuyyuu โqoreeโdha jettee falmuu abbalta.
Hammuma lafa kana irra bubbulte โฆ Galata barta. โMee turiโฆ akkamiinan as gaโee amma ani?โjetta. Waan dhabde caalaa waan argatte ilaaltee hojii Waaqaaf safuu jetta.
Dheerina umrii kee caalaa, tira raawwatte lakkoofta. Tulluun gaara akka hin taane, miirri qofti jaalala akka hin taane, dhabuu qofti rakkachuu akka hin taane hubatta. Fageenya caalaa galma akeekta.
@Oromotoo

๐2๐ฅ2๐ฅฐ1